Telegram Web Link
.........Lola naannoo Tigraay keessatti gaggeeffameen namoonni nagaa akka hin ajjeefamiin motummaan federaalaa himee.

.........Haata'u malee jiraattoonni kan himan ammoo faallaa kanaati.

Mucaan warra malee hafe, intalli koomaa keessa jirti, jaartiin ajjeefamte- kanneen jedhan, taateewwan miidhaa hakimiifi jiraatoonni balaa haleellaa waraanaa federaalaa magaalaa Maqalee irratti taasise irraa hafan waan himaniidha.

.........Ragaa baatoonni kunneenis taateewwan magaalaa guddoo
Tigraay- Maqalee kan lafa jireenyaa ummata gara 500,000
taatee himan.
Kunis waan Ministirri Mummee Abiy haleellaa sana ilaalchisuun himeen faallaadha.

Dhukaasa cimaa Sadaasa 28, guyyaa Sambataa gaggeeffameen dallaa keessaa manneen afur barbadeesseera.
Abbaa, haatii fi obboolaan kiyya lama battaluma sanatti du'an.
Reeffii isaanii baayyee hubame. Waggoota jahaaf dallaa kiyya
keessa namoota kireeffatanii jiraatanii turan.
Kan isaan mudatees baayyee kan nama gaddisiisuudha,Dallaadhuma sana keessaa dubartoonni biraa sadi irra miidhaa qaqabeera.

Lamaan isaanii ammalleen hospitaalaatti argamu jedhe jiratan tokko achii.

@infosanews
.........Humni tika mootummaa Qondaalota akkasumas hojjetoota SBO Ganama har'a kana ukkaamsanii bakka geessan hin baramne jedhee OLF full Facebook Issa irratii.
Namotaa ukkaamasman keessaa
1) Dubbii Himaa ABO Jaal Firaa'ol Jaalataa
2) MGS ABO Jaal Murataa Sabaa(Malkaamuu)
3) Ayyaantuu Bulchaa(SBO)
4) Ibsaa Gaaddisaa (SBO)
5) Dr Gadaa Oljirraa gaafatamaa waajjira ABO
Akkasumas:
1) Jaal Yeroosan Hayyuu(Gaafatamaa Ijaarsa Jaarmayaa
Finfinnee fi Naannoo)
2) Jaal Tumsaa (Asaffaa Fiqaaduu)
3) Jaal Gurmuu Ayyaana
4) Jaal Geessisaa
5) Jaal Leensaa Abdallaa miseensa koree seeraa fi to’annaa ABO kan taate ukkamfamanii fudhatamanii deemanii jiru jedhee jirra dhabbichii.

..........Qondaltonni kun mooraa jiraatan keessaa qabaman jedhee .
Qondaaltoota ABO hidhaman osoo akka hiikaman gaafannu
kanneen hin hidhamiin hidhaa jiru jechun koommi Issa ibasatee jirra ABOn .

@infosanews
Duulli Guddaan Hidhamtootni Siyaasaa Oromiyaa Akka
Hiikaman Gaafatu #Twitter'n Erga Taasifame booda Hidhaan
Siyaasaa Itti Fufeera
-------------------->
..................Dr. Aman Kiniso jedhama,Qabasa'aaf Bareessa Olaana KFO tti.
------------------------>
...........Guyyadhumma 5 dura PhD Isaa Unviresty Haramaya irraa xumuree eebifamme.
---------------------------->
........ Dhengadda Galgaala Haramayatti Qabamme hidhaamme kaleessa Magaala Ciroo gessanni Amma cirootti Hidhaa jira


@infosanews
Forwarded from TIKVAH-ETHIOPIA (Tsegab Wolde)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#SUDAN #UNHCR #Ethiopia

በኢትዮጵያ ትግራይ ክልል የነበረውን ግጭት ሸሽተው ወደ ሱዳን የተሰደዱ የሀገራችን ዜጎች ከ50,000 ይበልጣሉ።

#UNHCR እና የሱዳን ባለስልጣናት በመነጋገር 14,000 ስደተኞችን ከሃምደያት እና አብድራፊ ድንበር ሃም ራኩባ ካምፕ አዘዋውረዋቸዋል። ቦታው ከኢትዮጵያ ድንበር 70 KM ይርቃል።

አብዛኞቹ ስደተኞች ሴቶች እና ህፃናት እንደሆኑ የUNHCR መረጃ ያሳያል።

https://www.unhcr.org/news/stories/2020/12/5fd60c0f4/growing-needs-thousands-displaced-ethiopians-sudan.html

@tikvahethiopiaBOT @tikvahethiopia
........Pirezidaantiin Laayibeeriyaa mormituu isaani irratti sirba qabsoo baasan.

...... Pirezidaanti #Joorji_Wiihaan namni siyaasaa gameessi tokko waan isaan qeeqee garmalee isaan aarseef sirba qenxee tokko irratti hojjetanii hawaasaaf dhiyeessuuf dirqaman.

..... Sirbi haaraan kun ‘’Ati yaa nam sobduu, ati yaa hamattuu’’ kan jedhuudha.

.................Qondaalli kun albama qeenxee haaraa kanatti fayyadamuun nama siyaasaa akkaan isaan qeequun beekamu tuqaniiru.
Pirezidaanti Wiihaan wallee haaraa tibbana gurra uummataan ga’aniin ergaa armaan gadii kana dbarsaniiru.

.... Pirezidaantiin kun yeroo sirba baasan kun isa afraffaadha.

@infosanews
@Barattootaoromo
Samahaal Mallas Zeenaawwii Maqaleetti hidhamuu haatishee Aadde Azeb Masfin himan!
*

Intalli Ministira Muummee duraanii Itoophiyaa Obbo Mallas Zeenaawwii, Samahaal Mallas naannoo Tigiraay magaalaa Maqaleetti qabamtee akka hidhamte haati ishee Aadde Azeb Masfin BBCtti himan.

Aadde Azeb Masfin intalli isaanii Samahaal maaliif qabamtee akka hidhamte waan beekan akka hin jirre BBCtti himan.

Gara Maqalees kan deemte lolli naannichatti osoo hin jalqabiin dura kitaaba seenaa jireenya abbaashee Obbo Mallas Zeenaawii irratti bu'uureffatee bifa tiyaatitaraan qophaa'e eebbisiisuuf namoota hedduu waliin tahuu himan.

Samahaal ''ejjannoo siyaasaa kan mataashee qabachu dandeessi, garuu hoggansa paartii, ykn miseensa akkasumas deeggartuus hin turre kan jedhan Aaddee Azeeb, maaaliif akka hidhamte akka hin beeknedha BBCtti himan.

Samahaaliin alattis ilami Janaraal Hayalom Arayaa kan waggoota 20 dura magaalaa Finfinneetti ajjeefaman, Biraanemasqal Hayalomis to'annoo jala oolus himameera.

@infosanews
@infosanews
Addi Bilisummaa Oromoo Obbo Daawuud Ibsaan hogganamuu hooggansa dhaabichaa fi gaazeexxessoota sagalee dhaabichaa mootummaan na jalaa hidhee jechuun himatee jira. Paartii badhaadhinaa deebii kenneen, yakka keenya malee maqaa nu xureessuu jedhee jira.
https://t.co/IQuiBc2OZ2
#EthioSat

በኢትዮጵያ የሚገኙ የቲቪ ተመልካቾች ከታህሳስ 23 ቀን 2013 ዓ.ም ጀምሮ አብዛኛዎቹን የአገር ውስጥ ጣቢያዎች በኢትዮሳት 57 ዲግሪ ምስራቅ በብቸኝነት መከታተል እንደሚችሉ ተገልጿል።

ኢትዮሳትን መግጠም የሚፈልጉ ተመልካቾች የመቀበያ ሳህኑን ወይም ዲሹን አቅጣጫ በማዞር መጠቀም የሚችሉ መሆኑ ተገልጿል።

ኢትዮሳት አሁን ላይ 65 የቴሌቪዥን ቻናሎችን የተቀበለ ሲሆን ከነዚህ መካከል 16ቱ በሀይ ዴፊኒሽን (HD) ጥራት የሚሰሩ ሲሆን ከታህሳስ 23 ቀን 2013 ዓ.ም ጀመሮ አየር ላይ ይውላሉ ተብሏል፡፡
#Ethiosat

Muddee 23 kaasun gara bahaatti Dishii jijjiruun argachuu dandessu.

Hangaa yoonatti channel 60 gama sana irra akka jiran dubatamaa jira.

NSS 12 57° iratti argama.
Ethiosat Channels LIST

1.🖥 EBS HD
2.🖥 EBS MUSICA SD
3.🖥 EBS CINEMA SD
4.🖥 EBS SD
5.🖥 Sodere TV HD
6.🖥 ETV News HD
7.🖥 ETV News SD
8.🖥 ETV Languages SD
9.🖥 ETV ENTERTAINMENT SD
10.🖥 AMHARA TV HD
11.🖥 Amhara TV SD
12.🖥 Amhara TV2 SD
13.🖥 FANA HD TV
14.🖥 FANA SD TV
15.🖥 Afri Health HD
16.🖥 Hagerie Tv HD
17.🖥 TV Ethiopia HD
18.🖥 Addis TV HD
19.🖥 Addis TV SD
20.🖥 ARTS TV HD
21.🖥 WALTA TV HD
22.🖥 ESAT HD
23.🖥 NBC Ethiopia TV HD
24.🖥Tigrai TV HD
🖥Tigrai TV SD
25.🖥Hornsat Islamic
26.🖥Hornsat Music
27.🖥Hornsat Seires
28.🖥Hornsat Hindi
29.🖥Hornsat Drama
30.🖥Hornsat Kids
31.🖥Hornsat Sport
32.🖥 MOE SD
33.🖥 Dire Tv SD
34.🖥 SRTV SD
35.🖥 Afar TV SD
36.🖥 South TV SD
37.🖥 OBN HD
38.🖥 OBN SD
39🖥 OBN Sd
40.🖥 Amhara TV Sd
41.🖥 South TV Sd
42.🖥 ARTS Sd
43.🖥 Balageru Sd
44.🖥 EBS Sd
45.🖥 FANA TV Sd
46.🖥 Walta TV Sd
47.🖥 Ahadu TV HD
48.🖥 ASRAT Media House SD
49.🖥 Balaguru SD
50.🖥 Ethiopia Lijoch SD
51.🖥 CNBC Africa SD
52.🖥 ETHIOSAT DEMO SD
53.🖥 ETV News SD
54.🖥 ETV Entertament SD
55.🖥 ETV Language (ETV VOT) SD
56.🖥 Ahadu TV
57.🖥 RT News SD
58.🖥 RT Docmentary SD
59.🖥 TRT World SD
60.🖥 NHK World japan SD
61.🖥 France 24 ( in English ) SD
62.🖥 Black Max SD
63.🖥 TIVI5MONDE SD
64.🖥 TV5MONDE AFRIQUE SD
65.🖥 Fight COVID-19 SD
66.🖥 Harari Edu TV SD
67.🖥 Oromia Edu TV SD
68.🖥 Tigray Edu TV SD
69.🖥 Somail Edu TV SD
70.🖥 BG Edu TV SD
71.🖥 Amhara Edu TV SD
72.🖥 SNNP Edu TV SD
73.🖥 Moaa TV SD
74.🖥 Elshaddai Television SD
75.🖥 Gospel TV SD
76.🖥 CM TV SD
77.🖥 Winners Way TV SD
78.🖥 Jesus Wonderful SD
79.🖥 OCN TV SD
80.🖥 River TV SD
81.🖥 Jesus TV Ethiopia SD
82.🖥 Evangelical TV SD
83.🖥 7SPIRITS TV SD

🛑በቅርቡ የሚገቡ (የሚጠበቁ )---
1. KANA TV
2. EOTC
3. EOTC MK
4. NAHOO TV
5. ASHAM TV
6. TV9 ETHIO
7. Abay media
8. VOA
9 Africa TV
10 Zawya
11 Nesiha

FERQUENCY 11105 H 45000
11165 H 45000
11545 H 30000
10985 H 45000


#DaveDish

@infosanews @infosanewsbot
Qormaata kutaa 12ffaaf kan oolu Taableetoonni kumni dhibbi 4 fi kumni 50 hanga xumura baatii Muddeetti biyya keessa ni galu jedhame!
*

Qormaata kutaa 12ffaaf kan oolu Taableetoonni kumni dhibbi 4 fi kumni 50 hanga xumura baatii Muddeetti biyya keessa kan galan ta’uu Ministeerri Barnootaa beeksise.

Qormaata kutaa 12ffaa hanga Amajjii xumuratti ‘online’ laachuuf karoorfamuu ministeerichi ibseera.

Ministeerichi Ejansii qormaata biyyaalessaa waliin ta’uu qophii qormaata 12ffaa ilaalchisee Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti koree dhaabbii qabeenya humna namaa fi Teeknoolojiif ibsa laateera.

Laaptoppiiwwan kuma 12 warreen qormaata qoraniif hiruuf qophiin xumuramuu fi Taableetoonni kumni dhibbi 4 fi kumni 50 hanga xumura baatii Muddeetti biyya keessa kan galan ta’uu Ministirri Ministeera Barnootaa Dooktar Injiinar Geetahuun Makuriyaan ibsaniiru.

Maddi: TOI
Oduu gaddaa!

Gaazexeessaa, Artiistii fi qorataan guddina Afaan Oromoo Ibraahiim Haji Aliin boqate.

Ibraahiim Haji Aliin Hagayya 2012 eegalee dhukkubsachaa kan ture yoo ta’u, hamma eda lubbuun isaa dabartutti wallaansa argachaa tureera.

Ibraahiim Haji Aliin weellisaa, barreessaa walaloo fi qopheessaa yeedaloo, qindeessaa muuziqaa albamootaa fi sirboota qeenxee hedduu, xiinxalaa ispoortii, gaazexeessaa, hayyuu waaltina afaan Oromooti.

FBC akka gabaasetti Sirni awwaalchaa isaa har’a waaree booda sa’aa 9:00tti magaalaa Finfinnee Kolfee iddoo awwaalcha Muusliimaatti kan raawwatamu ta’uu gabaasera.

Ibraahiim ogeessaa muuziqaa meeshalee muuziqaa gosa 4 taphachuu danda'udha.

Ibraahiim Haji Aliin bara 1968 Gaazexaan Bariisaa yoo hundeeffamu, namoota hundeessitoota keessaa tokko ture.

@infosanews
#MetekelZone

Godina Matakkalitti haleellaa ganama har'a [Roobii] raawwatameen namoonni 100 ol ajjeefaman

Naannoo Beenishaanguul Gumuuz aanaa Buulan ganda Bakuujii jedhamu keessatti haleellaa Roobii barii qaamolee hidhataniin raawwatameen lubbuun namoota hedduu darbuu aanga'oonni naannichaa fi jiraattotni BBC'tti himan.

Jiraattoonni magaala Buulan BBC'n dubbisee maal jedhu?

Haleellaan sukkanneessan kun Roobii barii sa'aa 11:00irraa eegalee hanga guyyaa sa'aa 6:00 itti fufuu himaniiru.

Hanga ammaatti reeffi 100 argameera. Reeffii hin argamnes jira. Gara Buulanitti reeffi 70 dhufanii arguus jiraataan magaala Buulan tokko himaniiru.

Jiraattootni kun haleellaa kanaan lubbuun namoota 100 olii darbuu kan himan ta'uus qaamni mootummaa naannichaas ta'e kan federaalaa lakkoofsa namoota du'aniirratti yaada hin laanne.

@InfosaNews
@InfosaNews
Manni Maree Bakka Bu'oota Uummataa Dooktar Alamuu Simee walitti qabaa Boordii EBC gochuun muudera.

Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa walga’ii idilee 7ffaa bara hojii 6ffaa mana maree 5ffaa gaggeesseen Dooktar Alamuu Simee
dabalatee muudama miseensota Boordii Broodkaasting Koorporeetii Itoophiyaa raggaasiseera.
 
Manni marichaa muudama miseensota boordichaa MM Dr. Abiy Ahimad dhiyeessan raggaasiseera.

Haaluma kanaan:
 
1. Dr. Alamuu Simee :- Walitti qabaa
 
2. Dr. Eergoogee Tasfaayee :- miseensa

3. Aadde Yetnabarsh Nigusee :- miseensa
 
4. Proofeesar Mararaa Guddinaa :- miseensa
 
5. Obbo Yeshiiwaas Tasfaayee :- miseensa
 
6. Ustaaz Abbuubakar Ahimad :- miseensa
 
7. Aadde Kaamiyaa Junaddii :- miseensa
 
8. Dr. Aragaawii Barihee miseensa bordiicha taasiisuun muudera.
 
Manni marichaa wixinee labsii miidiyaalee dhiyaate qorachuun koree dhaabbiif qajeelchera jechuun FBC'n gabaaseera.

@InfosaNews
@InfosaNews
#NEBE

Boordiin Filannoo Biyyaalessaa guyyaa boru gabatee yeroo filannoon itti gaggeeffamu ni ifoomsa.

Boordiin Filannoo Biyyaalessa gabatee yeroo filannoo irratti bakka bu'oota paartilee siyaasaa 47 waliin mari'achuuf walgahii waameera.

Marii kanaan guyyaa filannoon itti gaggeeffamu dabalatee adeemsa filannicha irratti boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa paartilee siyaasaaf ibsa ni keenna jechuun 'Ethiopian Insider' gabaaseera.

@infosanews
@infosanews
2024/11/20 11:35:09
Back to Top
HTML Embed Code: