Telegram Web Link
“Hoggantoonni ilaalcha siyaasaa gara garaa qaban walitti dhufuun dhamaatii ummataa salphisuu qabu” -Obbo Leencoo
Lataa
****
.......Itoophiyaan biyya sabootaafi sablammiileen 83 waldanda’uun keessa jiraatan yoo taatu, jaarraa tokkoofi walakkaa oliif eenyummaa sabootaafi sablammoota kanneenii ukkaamsaa turteedha.

...........Sirnoonni Itoophiyaan keessumeessite fiiwudaalizmiifi
sooshaalizmiin sabootaafi sablammoota Itoophiyaaf bara
qorqalbiin eenyummaasaanii itti jaamfame bara afaan, aadaan,
duudhaafi amantiinsaanii jalaa ukkaamfamaa ture waan ta’eef
maqaalee cunqursaa adda addaatiin waamaa turan.

..........Cunqursaan eenyummaa sabootaafi sablammiilee Itoophiyaarratti raawwatamaa ture daran hadhaa’aafi miira
dhala namummaarraa kan fagaate waan ta’eef sirnoonni
darban marti dhalootaan abaaramaa jiraatu.

...........Qonnaan bulaa qe’eefi qabeenyasaarraa buqqisaa
qochisiifachaa maqaa ciisanyaa jedhu ittimoggaasuun
ummata saamaa hiraarsaa,Itoophiyaa biyya of daneessummaa fi heddummina hinkabajne humnaan ijaaruuf yaalaa turaniiru.

Maddi: Gaazexaa Bariisaa

@infosanews
Dhaddachaa Buzunaa Lammaa'faa N-14
#Salaale
_
............Godina Salaalee Aanaa Hidhaabuu Abootee koreewwan fi miseensota Paartii KFO fi ABO dabaan akkuma kutaalee Oromiyaa biroo Guyyaa Artist Haccaluu hundeessaa ajjeefamee boodaa hidhamani turuu ni beekama.

.......Turtii ji’oota shanii (5) booda guyyaa har'a Mana Murtii Aanaa Hidhabuu Abooteetti kan dhihaatan Obbo Mazgabuu Ayyaaloo,Itti Gaafatamaa Waajjira KFO Aanichaa fi namoota 14 galmee tokko jala jiran,
1. Mazgabuu Ayyaaloo, wabiif qarshii 8000,
2. Buzunaah Lammaa, wabiif qarshii 8000,
3.Saaqaa Asmaraa, wabiif qarshii 10,000, Mani murtii qabsiisanii akka hiikaman ajaje dhiheessanis,Waajjirri Poolisii Aanichaa hidhaamtoonni akka hin baanee dhorka jiraachuu ibsamaa jira.

........Murti Mani Murti dabbarsee kabbajjuun immalla gara democracy godhamuf barbaachisaa dha.

@infosanews
#GERD #SUDAN

የሕዳሴው ግድብ የውሃ ጉዳይ ሚኒስትሮች የሶስትዮሽ ስብሰባ !

የኢትዮጵያ፣ ግብጽ እና ሱዳን የውሃ ጉዳይ ሚኒስትሮች በዛሬው ዕለት ሊያካሂዱት ታስቦ የነበረው የበይነ-መረብ ስብሰባ ሱዳን ባለመገኘቷ ምክንያት ሳይካሄድ ቀርቷል።

የዕለቱ ሰብሳቢ የሆነችው ኢትዮጵያ ባስተላለፈችው ጥሪ መሰረት የግብጽ ልዑክ እንዲሁም የአፍሪካ ህብረት ባለሙያዎች እና ታዛቢዎች ተገኝተዋል፡፡

ኢትዮጵያ የአፍሪካ ህብረት የሰየማቸው ባለሙያዎች ባዘጋጁት ሰነድ ላይ ያሏትን የልዩነት ሃሳቦች ለአፍሪካ ህብረት የአስፈጻሚ ምክርቤት ሊቀመንበር በማሳወቅ ሰነዱን ለሶስትዮሽ ድርድር እንደግብዓት ለመጠቀም መስማማቷ ይታወሳል፡፡

ሆኖም የልዩነት እና አንድነት ሃሳቦችን ለማጠናቀር የታሰበው የዛሬው ስብሰባ በሱዳን አለመገኘት ምክንያት ሳይካሄድ ቀርቷል፡፡

ይኸው ለአፍሪካ ህብረት አስፈጻሚ ምክርቤት ሊቀመንበር በኢትዮጵያ በኩል ተገልጿል፡፡

(የውሃ መስኖና ኢነርጂ ሚኒስቴር)

@infosanews
@infosanewsbot
INFOSA News
Photo
Walga’ii Ministiroonni Dhimma Bishaanii Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts guyyaa har’aa gaggeessuuf turan, Sudaan sababa hin argamneef otuu hin gaggeeffamiin hafeera

.........Walga’ii Ministiroonni Dhimma Bishaanii Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts guyyaa har’aa gaggeessuuf turan, Sudaan sababa hin argamneef otuu hin gaggeeffamiin hafeera. Walga’ii Ministiroonni Dhimma Bishaanii Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts guyyaa har’aa gaggeessuuf turan, Sudaan sababa hin argamneef otuu hin gaggeeffamiin hafuu Ministeerri Bishaanii, Jalliisii fi Inaarjii beeksiseera.
@infosanews
@infosanewsbot
ንቁ !

(ከዶክተር ሰላም ተበጀ)

*አዲሱ የኮሮና ቫይረስ ዝርያ ባለፈው አንድ ዓመት ካወቅነው የኮሮና ዝርያ እስከ 60 % እና 70 % የበለጠ የመተላለፍ እድል አለው።

ይህ አዲሱ የኮቪድ-19 ዝርያ ይበልጠ ተላላፊ ነው።

*የበሽታው ጥንካሬ ላይ /ይበልጥ የከፋ ህመም እንደሚያመጣ/ እስካሁን መረጃ አልተገኘም።

****የበፊቱ ኮሮና ገደያ እና ሰዎችን ለከፋ ህመመ የሚዳርግ ነው ፤ አዲሱ ዝርያ እጅግ በፍጥነት የሚስፋፋ በመሆኑ የሚሞቱብን እና የሚታመሙብንን ሰዎች ቁጥር ይጨምረዋል።

*ህብርተሰቡ ይህን በመገንዘብ መዘናጋቱን ትቶ በከፍተኛ ደረጃ ጥንቃቄ ሊያደርግ ይገባል።

*የኮሮና ወረርሽኝ በኢትዮጵያ ቀነስ የሚለው አመለከት ስህተት ነው፤ አሁንም ወረርሽኙ በከፍተኛ ሁኔታ እየተሰራጨ ነው።

ከአንድ ቤት ውስጥ ሁለት ሶስት ሰዎች እየሞቱ ነው።

እናታቸውን ቀብረው፣ በ3ኛው ሳምንት አባታቸውን የቀበሉ ቤተሰቦች አሉ።

ወንድ እህቱ፣ እናትና አባት ልጆቹ እያጣ ነው።

****ሀገራችን ኢትዮጵያ የህምክና እርዳት የምትሰጥበት መድሃኒት፣ መሳሪያዎች እና ሌሎች ቁሳቁሶች ከአቅሟ በላይ እየሆነ ነው።

በየቀኑ 10 እና 15 ሰው የመተንፈሻ ማሽን እየፈለገ የሚያስተናግዱት ክፍሎች በመሙላታቸው ምክንያት እየሞቱ ነው።

መዘናጋቱ ለቆም ይገባል፤ ሁሉም ወገን የወረርሽኙን መከላከያ መንገዶች ሳይሰላች ሊተገብር ይገባል።

@infosanews
@infosanewsbot
#Damaaqaa

(Dr.Selam Tebje)

**** Gosti Dhukkuba Vayyirasii Kooronaa Harawa kun Vayyirasii kooranna nuti Waggaa tokko duraa beeknu irraa 60% fi 70%n Dandeettii saffisaan daddabruu Qabba.

* Vayyirasiin kooranna durrani nama ajjeesuu fi dhukbaschisuu danda'a garuu kan ammaa kun saffisaan wan tatamsaa'uf namoota hedduu nurra ajjeesuu fi dhukbaschisuu danda'a.

****Ummanni keenya Kan hubachuun Of eeggannoo kanaan duraa godhaa turee daran cimsuun itti fufu qabaa .

*Tatamsaa'ini Vayyirasiichaa Biyya keenya keessatti hirdhacha jirra ilalachii jedhuu dogoggora jettee jirtii.

****Mana tokko keessaa namnii 2 fi 3 du'aa jirraa jatee jirtii.

*Biyyi keenya meeshaalee yalla fi garagarsaa itti keenituu dhiyyesuff rakkachaa jirtii jettee.

****Of irranfachuun dhabachuu qabaa , namnii hunduu mala ittisaa dhukkubicha osoo hin hifanee hojjira oolchuu qaba.
@infosanews
@infosanews
Odeeffannoo soba irraa Of eggaa

*Torbee Kana Keessa Hogganaan Waraana WBO Zonii Lixaa Kan Ta'e Jaal Maarro( Kumsaa diirbsaa) Ajjeefame jechuun miidiyaa hawaasummaa irraa kan deemaa turee soba ta'u keelloo miidiyaa wabeeffane mirkaneessuu dandeenye jirraa.

*Guyyaa Odeeffannoon kun mul'achuu Jalqabde Booda Hogganaan Waraana WBO zoonii lixa Keelloo miidiyaa irratti arkamuun guyyaa ayyaana Amajjii 1 kabajaa yeroo jirran muulatani jirruu

* Yeroo baayyee namonni tokko tokko ta'e jechuun odeeffannoo soba baassuu kan irraa ofeggun barabachisaa ta'a
@infosanews
*Godina Wallagga lixaa Magaalaa Aayiraa ganda 01 fi 02 keessatti Humnoonni Motummaa Jirattottan Ijoollee( ilmaan) keessaan Waraana WBO keessaa jirani Qabaa fidda jechuun maatii isaanii Sassabuun Mattii humma hin beekne hidhaa jiruu jedhee miseensii keenya achii tokko .

*Namoonni mana hidhaa jiran kan armaan gadiiti:
1.kululee jabeessaa
2.Goobanee ------
3.Taarikuu Dastaa
4.yoonaas Mullataa
5.wakennee kamisoo
7.kaasaa Beenyaa
8 Abdiisaa...........
9.Bulii saafoo
10.Tasfaa Bookaa
Magaalaa Aayiraa ganda kuree:
1.Aadde Baqqaluu Fayisaa
2.Aadde shuushee Ayyaana
3.Aadde Roomee Taakkalaa.

*Achuma ganda kuree nama manaa dhabanii horii qe'ee loon
baayinaan 8 ta'u fuudhanii kaambii isaaniitti hidhani jiru jedhee .

*Maatiin takka gochaa ilmaa isaa/ishee tokkof Jechaa itti Gafatamuu kan dandeessu hanga ilamaan issani umrii 18 hin guttiniti Qofaa kanaafu ilmaaf jechaa maatii gidirsun dhabachuu qabaa jedhee miseensii keenya.
@infosanews
@infosanewsbot
#Gargaarsa

*Nama kana gargaaruu yoo hin dandeenye nama gargaaruu
danda'uuf Sheerii gochuun sitti hin ulfaatiin! Kaffaltii si hin gaafatu waan ta'eef!


**Dargaggoon suurra(photo) isaa argiitan kun#Kabbadaa_Garramaa jedhama,Kan jiraatu bulchiinsa
magaalaa sabbataa ganda walattee (03) keessa yoo ta'u gaafa guyyaa 22/10/2012 ALHtti boqochuu goota keenya
#Haacaluu_Hundeessaa akkuma dhaga'een luka isaa lachuu fayyaaleessa ta'een akkuma oromoo kamuu hiriyyoota isaa faana mana ba'e.

* Haata'uu malee miilla isaa fayyaaleessan mana ba'een deebi'ee galuu hin dandeenye. Boombii gaafa guyyaa 23/10/2012 ALHtti finfinnee naannoo jaarman addababaayii jedhamuun beekkamu irratti hiriirtota booyicha (gadda) Haacaluu ibsachuuf ba'an irratti Boombii darbatameen lubbuun namoota yoo ba'u kaawwan
immoo qamaan hir'aatanii warra Hopsitaala Alartii gale keessaa mucaan kun isa tokkodha.

* Lukti isaa lachuu haalan waan miidhameef yaala fayyaa argatus luka isaa muramuu irra
hambifachuu hin dandeenye.

*Haaluma argaa jirru kana
keessatti kufee dagatamee waan jiruuf,qaamni isa gargaraa
jirus waan hin jirreef oromoon birmaanna barbaachisu akka
gootaniif isin gaafanna!#sheerii godhaati namoota gargaarsa
gochuufii danda'an biraan gahaa!

#bilbila:-0937990814
#Herreega_Baankii_international_oromia (OIB):- 3412369”


@infosanews
@infosanewsbot
*Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 297 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.

* Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 4,157f gaggeeffameen

* namoonni dabalataa 297 vaayrasii koroonaan yoo qabaman.

*Namoonni haaraan 243 dandamataniiru.

*Lubbuun namoota 2 darbeera.

*Namoonni 11,357 yaalarratti argamu.

* Namoonni 262 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Ministeerri Fayyaa
qormaata naannoo kutaa 8ffaa naannoo Oromiyaa beekkamuu Biiroon Barnootaa naannoo Oromiyaa beeksise.

Qormaatni Sadaasa 30 hanga Muddee 2, 2013tti guutummaa Oromiyaatti kennamee ture bu’aan isaa beekkameera.

Waraqaan deebii kallattii Oromiyaa hunda irraa Manneen Barnootaa kuma 8 ol-irraa aanaatti, aanaa irraa godinatti, godina irraa BBOtti sassaabamee torban 3 keessatti halkanii fi guyyaa shiftii 3n biiroo keessa bulaa hojjetamee har’a bu’aan isaa beekameera.

Barattoota qormaata fudhatan kuma dhibba 4 ffi kuma 46 fi 907 keessa barattoonni kumni dhibbi 4 fi kumni 17 fi 411 yookaa % 93.4 darbaniiru.

Barattootni kumni 29,fi 96 yookaa 6.6% kufuu isaanii maanaajimantiin Biiroo Barnoota Oromiyaa har’a murteesseera.

Bu’aan qormaataa kun waajjiraalee barnootaa godinaalee 21 fi waajjiraalee barnootaa bulchiinsa magaalotaa 19n Oromiyaaf kara hooggantootaa ‘telegram’ dhaan ergamuu biirichi beekisieera.

Waajjiraaleen kun bu’aa qormaataa kana gara aanaa isaaniitti dabarsuun , aanaaleen ammoo hardcopy isaa Manneen Barnootaa isaaniin borii kaasanii ni beeksisu jedhame.

Torban dhufuu kaasee barnootni kutaa 9ffaa kan eegalu ta’uu ragaan Biiroo Barnootaa Oromiyaarraa argame ni muul’isa.

Kaardii barataa dhuufaan maxxansee Biiroon Barnootaa Oromiyaa yeroo gabaabaa keessatti kan raabsu ta’uu beeksisera.

@infosanews
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa qajeelfama weerara vaayrasii koroonaa ittisuu fi too’achuuf ba’e irratti yaada uummataa fudhachuuf waamicha dhiyeesseera.

Kaayyoon qajeelfamichaa adeemsa filannoo walqabatee weerara vaayrasii koroonaa ittisuu fi too’achuuf yoo ta’u,filannoo duraa, guyyaa sagalee laachuu fi filannoo booda weerarri vaayrasichaa akka hin babal’anne ittisuufi jedhame.

Qajeelfachi wixinee Boordichaa fi qooda fudhattoota boordichaa, akkasumas qaamolee filannoo raawwachiisaaniif waantoota guutamuu qaban kallattii xiyyeeffannoo ta’uu ibsameera.

Yaa ta’uutii qaamoleen wixinee qajeelfamicha irratti yaada qaban har’aa eegalee torbee tokkoof gama teessaa [email protected] jedhuun ergaa yookaa yaada laachuu kan danda’an ta’uu boordichi beeksiseera.

@infosanews
@infosanewsbot
#Oduu gaddaa
#Harar
Guyyaa har'aa waraani mootummaa magaalaa Harar ganda duwwaa 08 keessatti ummata irratti dhukaasa banuun qeerroo Kadir Yoonis jedhamu akka ajjeesan fi namooni birootis rukutamanii jiraachuu isanii miseensi keenya achiirra nun gahe jirra.

*Kadir yoonis sababii ati miseensa ABO ti maqaa jedhun akka ajjeesan jiraattoni achii nuf himaniiru
@infosanews
.......Itoophiyaan bara haaraa 2021 kanatti biyyoota addunyaa
jeequmsi itti hammaatu hangafa keessaa Afgaanistaanitti aantee 2ffaa akka taatu dhaabbanni International Crisis Group
jedhamu beeksise.

... ....Dhaabbanni idil addunyaa kan dhimma nageenya addunyaa qoratuu dursee gabaasa baasuun akeekkachiisu International
Crisis Group jedhamu gabaasa gidduu kana baaseen akka
ibsetti, Itoophiyaan biyyoota lafaa jeequmsi itti hammaatu
hangafa keessatti toora lammaffaa irratti argamti.

........Itoophiyaan sadarkaa kanarra kan teesse biyyoota wal
waraansaan beekaman kan akka Yaman, Somalia fi Libya faa haala caaluun jeequmsi itti hammaachuu danda’a qorannoo jedhuun akka tahe beekameera.

........Akka gabaasaa Crisis Group kanaatti biyyoota bara haaraa 2021 kana keessa jeequmsi itti hammaata jedhamee eegamu gurguddoon torba kan beekaman yoo tahu, isaanis duraa duubaan: Afgaanistaaan, Itoophiyaa, Sahel, Yaman, Venezuela,
Somalia fi Lybia, tahuun hubatamee jira.
@infosanews
@infosanewsbot
2024/11/20 09:22:01
Back to Top
HTML Embed Code: