Telegram Web Link
Yaalii goolii

Maan Yunaayitid 2

Tootenhaam 4
Koornaa Tootenhaamiif
Maadiiseen rukutuuf
Rukute
Roomeeroo
Jala baate
Kubbaa haala ajaa'iban yaale ture
Kaardii akeekkachiisaa Maazraawwiif
Burqaa Ispoortii
Kaardii akeekkachiisaa Maazraawwiif
Balleessaa Udiigi irratti raawwateen
Kubbaan Onaanaa biratti argamti
🚨Tapha eegamaa Pireemiyeer Liigii Ingilaand torbee 6ffaa.

⏰ 36'
Maan Yunaayitid 0-1 Tootenhaam
⚽️Joonsen 3'

Share ➑️ @BurqaaIspoortii
Share ➑️ @BurqaaIspoortii
Garnaaaachooo
Sibiilli goolii jalaa deebise
Kubbaa dhumateef ture
Werneer Onaanaa waliin fuulaaf fuulatti walitti dhufee saate
Kaardii akeekkachiisaa Daalootif
Koornaa Tootenhaamiif
Baasaniiru
🚨Tapha eegamaa Pireemiyeer Liigii Ingilaand torbee 6ffaa.

⏰ 41'
Maan Yunaayitid 0-1 Tootenhaam
⚽️Joonsen 3'

Share ➑️ @BurqaaIspoortii
Share ➑️ @BurqaaIspoortii
Kaardii diimaa πŸ‘€
2024/09/30 23:39:02
Back to Top
HTML Embed Code: