Telegram Web Link
Kubbaan ammallee Tootenhaam jala
🚨Tapha eegamaa Pireemiyeer Liigii Ingilaand torbee 6ffaa.

⏰ 15'
Maan Yunaayitid 0-1 Tootenhaam
⚽️Joonsen 3'

Share ➑️ @BurqaaIspoortii
Share ➑️ @BurqaaIspoortii
Tootenhaam kubbaa to'atanii taphachuuf yaala jiru
Raashford yaale ture gara alaa baase
Ugaarteen Madiseen irratti balleessa hojjeteera
Taphni itti fufeera
Joooonseeeen
Sibiilli gooli jalaa deebise
Goolii 2ffaa amma xiqqoof galchee oole
🚨Tapha eegamaa Pireemiyeer Liigii Ingilaand torbee 6ffaa.

⏰ 21'
Maan Yunaayitid 0-1 Tootenhaam
⚽️Joonsen 3'

Share ➑️ @BurqaaIspoortii
Share ➑️ @BurqaaIspoortii
Zirkiziiiiiii
Viikaariiyoon to'ate
Garnaaaachoooo
Itti hin fayyadamne
Tootenhaam kubbaa waliif kennaa jiru
🚨Tapha eegamaa Pireemiyeer Liigii Ingilaand torbee 6ffaa.

⏰ 26'
Maan Yunaayitid 0-1 Tootenhaam
⚽️Joonsen 3'

Share ➑️ @BurqaaIspoortii
Share ➑️ @BurqaaIspoortii
Kubbaa Zirkiziin saate.

Share ➑️ @BurqaaIspoortii
Share ➑️ @BurqaaIspoortii
To'annoo kubbaa

Maan Yunaayitid 42%

Toteenhaam 58%
Maazraawwiin kubbaawwaan goolii ta'uu danda'an Tootenhaam jalaa deebisaa jira.
🚨Tapha eegamaa Pireemiyeer Liigii Ingilaand torbee 6ffaa.

⏰ 31'
Maan Yunaayitid 0-1 Tootenhaam
⚽️Joonsen 3'

Share ➑️ @BurqaaIspoortii
Share ➑️ @BurqaaIspoortii
2024/09/30 21:26:29
Back to Top
HTML Embed Code: