Telegram Web Link
Burunoof
Balleessaa Madiisen irratti raawwaateen
Burunoo Fernaandeez kaardii diimaan dirreeti baheera.
Balleessaa Burunoon ittiin kaardii diimaa argate ilaaluuf

https://www.tg-me.com/BurqaaVidiyoo
https://www.tg-me.com/BurqaaVidiyoo
🚨Tapha eegamaa Pireemiyeer Liigii Ingilaand torbee 6ffaa.

⏰ 45'
Maan Yunaayitid 0-1 Tootenhaam
⚽️Joonsen 3'

Share ➑️ @BurqaaIspoortii
Share ➑️ @BurqaaIspoortii
Daqiiqaan 5 dabalame
Jijjiirraa gama Yunaayitidin

Koobii Maaynoon bahe
Maawunt seene
Kaardii akeekkachiisaa Joonseniif
Kubbaan Totenhaam jala
Kaardii akeekkachiisaa Maawuntiif
Taphni itti fufeera
Tootenhaam kubbaa to'ataniiru
🚨Tapha eegamaa Pireemiyeer Liigii Ingilaand torbee 6ffaa.

⏰ Boqonnaa
Maan Yunaayitid 0-1 Tootenhaam
πŸŸ₯ Burunoo ⚽️Joonsen 3'

Share ➑️ @BurqaaIspoortii
Share ➑️ @BurqaaIspoortii
Taphi boqonnaa boodaa eegaleera
🚨Tapha eegamaa Pireemiyeer Liigii Ingilaand torbee 6ffaa.

⏰ 46'
Maan Yunaayitid 0-1 Tootenhaam
πŸŸ₯ Burunoo 42' ⚽️Joonsen 3'

Share ➑️ @BurqaaIspoortii
Share ➑️ @BurqaaIspoortii
Jijjiirraa gama Totenhaamiin
Udogiin bahe
Ispeensen seene

Jijjiirraa gama Yunaayitidin
Zirkiziin bahe
Kasemiroon seene
Gooooooooooooooool
Tooooootenhaaaaaam
Kuluseeviskiiiii
Joonseen mijeessuun kenneera
2024/09/30 21:35:12
Back to Top
HTML Embed Code: