Telegram Web Link
🚨Leenjisaan Borushiyaa Dortumand Eden Terziich fedhii ofii isaatiin kilabicha waliin gargar baheera.

            β“ˆβ“—ⓐⓑⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
🚨Kilabiin Faransaay Olompiik Marseen yaada kontiraataa Roobartoo di Zerbiif erganiiru.

Marseen leenjisaa kanaaf Kontiraata waggaa 3 kan dhiheessaniif yoo ta'u, mariin waliigaltee irra gahuuf taasifamaa jira, amma wanti raawwatame hin jiru garuu mariin adeemsifamaa jira.

Fabrizio RomanoπŸŽ–

            β“ˆβ“—ⓐⓑⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
🚨Juuveentus taphataa sarara fulduraa Maanchistar Yunaayitid Maason Giriinwuud fudhachuuf maallaqa gara paawundii miiliyoona 40tti tilmaamamu dhiyeessanii jiru. Mariin kilaboota gidduutti taasifamaa jiru sadarkaa olaanaarra jira.

[Simon Jones, Mail Sport]

            β“ˆβ“—ⓐⓑⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
βœ… OFFICIAL

Westahaam taphataa sarara fulduraa Paalmeraas Luwiz Guilherme mallatteessifachuu isaanii ifoomsaniiru.

Westahaam jijjirraa taphataa kanaaf Yuuroo miiliyoona €23m dabalataan gahumsa Isaa ilaalanii Yuuroo miliyoona €7m kan kaffalan tahu.

            β“ˆβ“—ⓐⓑⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
🚨 Roomaan Ganna kana kilaboonni Pirimer Liigii Ingilaand Taamii Abrahaam fudhachuuf fedhii qaban waan jiraniif taphataa kana irraa yoo xiqqaate Paawundii miliyoona £20M barbaadu.

Westehaam, Toteneham fi Aston Viilaan taphataa sarara fuulduraa kana mallatteessifachuuf fedhii qabu.

(Madda: Matt_Law_DT)

            β“ˆβ“—ⓐⓑⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
🚨 Roobartoo Di Zerbiin leenjisaa olaanaa Maarsee ta'uuf itti dhihaatera.

Kilabiin Faransaay kun kaffaltii Yuuroo miliyoona €6M Biraayitanif kaffaluu qofatu hafa.

(Madda: FabrizioRomano)

            β“ˆβ“—ⓐⓑⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
βœ…Cheelsiin dhimma Maaykil Olisee iratti Kiristaal Paalas waliin dubbii eegalaniiru.

            β“ˆβ“—ⓐⓑⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
βœ…Andrees Hereraan waligaltee haaraa hanga 2026 Atleetik Kilab keesa isa tursiisuu mallateessee jira.

            β“ˆβ“—ⓐⓑⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
βœ…Nuurii Saahin leenjisaa Borshiyaa Dortumand ta'uf carraa guddaa akka qabu Fabrizion gabaaseera.

            β“ˆβ“—ⓐⓑⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
βœ…Gareewwan biyyaalessaa dorgommii geba Awurooppaa iratti tapha hedduu injifatan.

πŸ‘‰Ispeen 118
πŸ‘‰Neezarlaandi 103
πŸ‘‰Jarmaan 103
πŸ‘‰Cheek 100
πŸ‘‰Itaalii 99
πŸ‘‰Faransaay 95
πŸ‘‰Porchugaal 95
πŸ‘‰Inglaand 94

            β“ˆβ“—ⓐⓑⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
βœ…Garee biyyaalessaa geeba Awurooppaa yeroo hedduu fudhatan.

πŸ‘‰Jarman yeroo 3
πŸ‘‰Ispeen yeroo 3
πŸ‘‰Itaalii yeroo 2
πŸ‘‰Faransaay yeroo 2

             β“ˆβ“—ⓐⓑⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Taphni geeba Awurooppaa boru galgala sa'aatii 4:00 iratti kan eegalu ta'a.


πŸ†EURO 2024
Burqaa Ispoortii pinned Β«Taphni geeba Awurooppaa boru galgala sa'aatii 4:00 iratti kan eegalu ta'a. πŸ†EURO 2024Β»
⭐️ Cheelsii fi Maanchistar Yunaayitid kilaboota lamaan taphataa sarara fulduraa Kiristal Paalaas Maayikel Ooliise mallatteessifachuuf dhiibaa jiranidha.

Fabrizio RomanoπŸ₯‡

            β“ˆβ“—ⓐⓑⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
🚨Maanchistar Yunaayitid taphataa sarara ittisaa gidduu Evertan Jarod Branthwaite fudhachuuf gaaffii dhiyeessuuf jiru. Evertan taphataa kana irraa paawundii miiliyoona £70m barbaada.

[Simon Jones, Mail Sport]

            β“ˆβ“—ⓐⓑⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
βšͺ️⚫️ Fuuldurri Miigu'eel Almiroon jijjiirraa ganna kanaan dura banaa ta'ee jira. Ji'a Amajjii keessa jijjiirraan Piroo Liigii Sa'udii erga kufee booda kilaboonni hedduun taphataa sarara gidduu kanaaf fedhii agarsiisaa jiru.

Niwukaastil, haala Faayinaansii Fair Play irraa kan ka'e yoo gaaffiin gaariin dhiyaatef Almiron gurguruuf banaadha.

            β“ˆβ“—ⓐⓑⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
🚨Liivarpuul fi Maanchistar Yunaayitid taphataa sarara ittisa gidduu Liil Leenii Yooroo mallatteessisuuf dammaqinaan hordofaa jiru. haa ta'u malee Riyaal Maadriid taphataa kana akka fudhatan ofitti amanamummaa qabu, taphatichis dursa Riyaal Maadridif kenna.

            β“ˆβ“—ⓐⓑⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
🚨Kilabiin Sa’uudii Al-Itihaad Riyaal Maadrid irraa Naachoo mallatteessisuuf akka dhihaatan gaazexaan amanamaa Faransaay Lequipen gabaasera.

            β“ˆβ“—ⓐⓑⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Taphataan sarara fuulduraa Juventus lammii Xaaliyaan ganna 26 Firdeerikoo Kiyeesaan Yuuroo 2024 booda egeree isaa ni murteessa.

[Faabriiziyoo Roomaanoo]

            β“ˆβ“—ⓐⓑⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
🚨#OFFICIAL

Foddaan jijjiirraa ganna kanaa ifatti banameera.

#HERE_WE_GO πŸ”›


β“ˆβ“—β“β“‘β“”
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
2024/10/01 16:35:24
Back to Top
HTML Embed Code: