Telegram Web Link
πŸ†Tapha baniinsaa geeba Awuroppaa 2024.

04:00 πŸ”° πŸ‡©πŸ‡ͺ Jarman Iskootilaand🏴󠁧󠁒󠁳󠁣󠁴󠁿 waliin

#EURO2024πŸ”₯

            β“ˆβ“—ⓐⓑⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
βœ…Taphatan sarara ittisa Doortumand Maat Haamels ganna kana bilisaan Dortumand akka gadhiisu himeera.

Hameels kilaboota Liigii Saawudii Proo fi MLS irraa gaafiin dhiyaatufis oso hin fudhatin hafeera. Taphatichi Awurooppaa keessa turuu barbaada.

            β“ˆβ“—ⓐⓑⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
βœ…Geebni Awurooppaa 2024 Jarmaan qopheessitu har'a galgala kan eegalu ta'a.

πŸ’ Ramaddii A
πŸ‘‰Jaarmaan
πŸ‘‰Skootlaand
πŸ‘‰Haangaarii
πŸ‘‰Siwzeerlaand

πŸ’ Ramaddii B
πŸ‘‰Ispeen
πŸ‘‰Kirooshiyaa
πŸ‘‰Itaalii
πŸ‘‰Albaaniyaa

πŸ’ Ramaddii C
πŸ‘‰Sloveeniyaa
πŸ‘‰Deenmaark
πŸ‘‰Sarbiyaa
πŸ‘‰Inglaand

πŸ’ Ramaddii D
πŸ‘‰Poolaand
πŸ‘‰Neezarlaandi
πŸ‘‰Awustiriyaa
πŸ‘‰Faransaay

πŸ’ Ramaddii E
πŸ‘‰Beeljeem
πŸ‘‰Slovaakiyaa
πŸ‘‰Roomaaniyaa
πŸ‘‰Yukireen

πŸ’ Ramaddii F
πŸ‘‰Tuurk
πŸ‘‰Joorjiyaa
πŸ‘‰Cheek
πŸ‘‰Porchugaal

Ramaddii kamtu ulfaatadha?

             β“ˆβ“—ⓐⓑⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
βœ…Gatiin gaariin yoo dhiyaateef Aroon Waan Bisaakan Manchister Yunaayitid gadhiisuuf qophiidha.

Bisaakan waligaltee waggaa tokkoof Yunaayitid keessa isa tursiisu kan qabu yoo ta'u jijjiirraa ganna kanaan Yunaayitid akka gadhiisu nii eeggama.

            β“ˆβ“—ⓐⓑⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
βœ…Kiristaal Paalaas taphataa Riyaal Beetis Chaad Reedi yuroo miliyoona 15nitti siiquun kan dhuunfaa isaanii taasisaniiru.

            β“ˆβ“—ⓐⓑⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
βœ…Niwkastil Yunaayitid taphataa sarara fuundura harka mirgaa Cheelsii Noonii Maadukee iddoo Miguwel Almiroon buusuuf yaadaa jiru.

            β“ˆβ“—ⓐⓑⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
βœ…Kilabiin Saawudii Arabiyaa Al Naasir taphataa sarara ittisa Livarpuul Varjil Vaandayik fudhachuufi mindaa guddaa sarara ittisaa adunyaa isaaf kaffaluuf karoorsaniiru.

            β“ˆβ“—ⓐⓑⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
βœ…Manchister Yunaayitid sarara fuundura isaanii cimsachuuf taphatoota garaa gara waliin maqaan isaa walqabachaa jira.

Isaaniis taphataa umurii 23 Bolonyaa Joshuwaa Zirikzii, taphataa umurii 24 lammii Kanadaa Liil keesatti taphachaa jiru Jonaatan Daaviid, fi taphataa Bireentfoord Ivaan Toonii akka ta'an gabaafameera.

            β“ˆβ“—ⓐⓑⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
βœ…Leenjisaan haaraa Juveentus Tiyaagoo Mootaan taphataa sarara ittisa Arsenaal Jaakub Kiwyoor fudhachuuf fedhii qaba.

            β“ˆβ“—ⓐⓑⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
βœ…Maanchister Yunaayitid dhimma dhuunfaan Jarrad Brantweeyit waliin waliigalteerra gaheera.

Haa ta'u malee hanga amma Everteen waliin gatii taphatichaa iratti waliigalteerra hin geenye. Everteen jijjiirraa taphatichaa irraa Paawondii miliyoona 70 barbaadu.

Taphataan sarara ittisa kun Manchister Yunaayitid keessatti torbeen Β£150,000 hanga Β£160,000 argachuu danda'a jedhameera.

            β“ˆβ“—ⓐⓑⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
πŸ“ DEAL DONE: Kiristaal Paalaas taphataa sarara ittisaa Riyaal Beets Chaad Riyaad kontiraata yeroo dheeraa hanga June 2029tti kilabicha keessa isa tursiisun mallatteessisaniiru. Kaffaltiin taphaticha naannoo Yuuroo miiliyoona €15m ta'a.

            β“ˆβ“—ⓐⓑⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
βœ…Emeriik Laapoort midhaman tapha boru Ispeen Kirooshiyaa waliin taasiftu iratti akka hin hirmaanne gabaafameera.

            β“ˆβ“—ⓐⓑⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
βœ…Waancaa Awurooppa (EURO 2024) Jarmaniin keessummeessiturrati taphoota 51tu taphatama.

Tapha guyyaa baniinsaa gaggeeffamuun Iskootlaandifi Jarman istaadiyeemii Baayr Muniik Aliyaanz Areenaa irratti taphatama.

Gareen bakka ja’atti ramadaman har’a irraa kaasanii guyyaa guyyaan taphoota garee lamaa hanga afuriitti gaggeessu.

Taphoonni kunneen waaree booda sa’aatii 10:00 irratti halkan ammoo sa’aatii 1:00 fi 4:00 irratti istaadiyeemota magaalota Jarmanii kudhan keessatti argamanitti gaggeeffamu.

            β“ˆβ“—ⓐⓑⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
🚨 Maanchistar Yunaayitid Jaarod Bireezwetif gaaffii baniinsaa naannoo paawundii miiliyoona £45m akka dhiheessan gabaafameera.

πŸ“° Mail Sport

            β“ˆβ“—ⓐⓑⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
βœ… Borushiyaa Dortimand walii galtee hanga bara 2027'n Nuuri Şaahin leenjisaa haaraa isaanii taasisuun muudaniiru.

            β“ˆβ“—ⓐⓑⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
πŸ”΅ Fabian Hurzeler gara Biraayitan

Here We Go!

Leenjisaan ganna 31 kun waliigaltee hanga bara 2027tti kilabicha keessa isa tursiisu ni mallatteessa.

Seenaa Pirimer Ligii Ingilaand keessattis leenjisaa dargagggessa ni taha.

Fabrizio RomanoπŸŽ–

            β“ˆβ“—ⓐⓑⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Tilmaama 90 min tapha EURO marsaa jalqabaaf kenne.


                    β“ˆβ“—β“β“‘β“”
             @BurqaaIspoortii
             @BurqaaIspoortii
βœ… Maatvey Saafonoov Kiraasnoodaar irraa gatii Yuuroo miiliyoona €20'n PSG itti makameera.

Goolii eegan lammii Raashiyaa kun Kontiraata hanga June bara 2029tti kilabicha keessa isa tursiisu mallatteesssera.

            β“ˆβ“—ⓐⓑⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
🚨 Arsenaal, Baayer Muunik, Niiwukaastil, Maan Yunaayitid fi Maan Siitiin Maayikeel Oliisee mallatteessifachuuf fedhii qabaatanus garuu taphatichi gara Cheelsiitti makamuuf car'aa bal'aa akka qabu gabaafamera.

(Madda: guardian_sport)

            β“ˆβ“—ⓐⓑⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
βœ… Gaaffii Maanchistar Yunaayitid taphataa sarara ittisaa Evartan Jaaraad Biraantwaayit fudhachuuf taasisan kufaa tahera, Yunaayitid Paawundii miiliyoona Β£35m dabalataan bonasii Β£8m dhiheessanii turan.

[Madda: Time Sport]

            β“ˆβ“—ⓐⓑⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
2024/10/01 18:43:41
Back to Top
HTML Embed Code: