Telegram Web Link
Gabateen guutuu taphoota gulallii geeba adunyaa kan ramaddii Afrikaa kana fakaata.

            Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Niwkastil Yunaayitid Faraan Torees Barseloonaa irraa fudhachuuf Yuroo miliyoona 15 fi Yuroo miliyoona 5 gara funduratti kan dabalamu dhiyessuun gabaafameera.

            Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Tilmaama Jozee Morinhoo

🏆Injifataa geeba Awurooppaa Porchugaal

🥈Kan lammaffaa bahu Inglaand

⚽️Kan goolii hedduu lakkoofsisuun xumuru Haarii Keen

👑Taphataa cimaa Judee Belinghaam

🔮Baloondoorii bara itti aanuu Venishees Juneer

            Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Murtoon VAR dabarsu iratti ibsi akka kennamuuf jiru himameera.

Tapha geeba Awurooppaa 2024 iratti murtoo VAR darbu kamu iratti  deggartoota dirree keessa jiraniif Iskriinii Istaadiyoomii keessa jiruunifi warra foddaa Televizyiniin dawwataniif ibsi akka laatamu ibsameera.

Kun deeggartoonni murtoon maaliif akka murtaa’e akka hubataniif ta'un gabaafameera.

            Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Shaakala gareen biyyaalessaa Porchugaal Jarmanitti taasisuu daawwachiisuuf tikeetiin kumni shantamni qopha'ee sekondii kessatti tikeettin 6000 gurgurameera.

            Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Riyaal Maadriid taphataa sarara ittisa Tootenham Kiristaan Roomeeroo fudhachuuf yaadaa jiru.

            Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
🚨Juuveentus leenjisaa duraanii Booloonyaa Tiyaagoo Moottaa kontiraata waggaa sadiin leenjisaa isaanii taasisuun akka qacaran beeksisaniiru.

            Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Filipee Kutinhoo fi Astonvilaan waligalteen gargar bahaniiru.

Filipee Kutinhoon ergisaan kilabii Qaatar kessatti dabarsuun isaa ni yaadatama.

Haaluma kanaan yeroo amma kontiraata irraa bilisa yoo ta'u Vaskoo Dagamaan deebisee fudhachuuf sochii taasisaa jira.

            Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Alesaandro Neestaan leenjisaa haaraa Moonzaa ta'un muudameera.

            Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Taphatan urjii adunyaa Liwneel Andrees Meesiin Intermiyaamin kilabii isaa xummuraa ta'u beeksiseera.

            Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Maanchistar Yunaayitid Maarkas Raashford gadhiisu yoo barbaadan ganna kana gurguruuf fedhii qabu.

[ Times ]

            Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Cheelsiin taphataa dargaggeessa sarara ittisa harka bita kan ta'e Pedro Limaa fudhachuuf waliigalteera gaheera.

Cheelsiin Yuroo miliyoona 7 amma fi yuroo miliyoona 3 gara fundura kan dabalu ta'a.

Taphatichi bara dorgommii dhufu ergisaan kilabii biraa kessatti kan dabarsu ta'a.

            Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Odeeffannoo crypto haraa bahani fi maloota qarshii ittiin hojjettan baruuf filannoo keessan @BurqaCryptonews
taasisaa.

@BurqaCryptonews
@BurqaCryptonews
Cheelsiin koontiraata Konaar Galagar dheeressuuf yaada jiru. Waligalteen Galagaar xumuramuuf waggaa tokko qofatu hafe.

Gama biraan Astonvilaa fi Tootenhaam taphata kana fudhachuuf yaalii taasisa jiru.

            Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Goolii eegaan Livarpuul Alisaan Beekeer gaafii kilabii Saawudii Arabiyaa Alnaasir irraa dhiyaatef kufaa taasisuun isa gabaafameera.

            Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
️Foddaan jijjiirraa taphattoota ganna kanaa har'a galgala sa'aatii 6:00 irratti ni banama.

Nutis jijjirraa taphattoota hordofuun kan isin biraan geenyu taha filannoo keessan #Burqaa_Ispoortii taasifadha.🥇

            Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
🇧🇪 Akzel Wiitsel Waliigaltee haaraa Atileetikoo Maadrid keessa isa tursiisu kan mallatteesse yoo tahu, Atikeetikon mirga bara dorgommii tokko dabalataan isa tursiisu qabu.

            Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Erik Ten Haag kontiraata isaa Maanchistar Yunaayitid waliin dheeressuuf dhimma yeroo qofa.

Mariin gaggeeffamaa jiru haala gaariin kan deemaa jiru yoo ta’u, yeroo dhiyootti waliigalteerra akka ga’an amantaan gama lachuutu jira.

Waliigaltichi waggoota lama dabalataan kilabicha keessa kan isa tursiisu yoo ta'u, mariin cimaan taasifamaa jira.

[Fabrizio Romano]🎖

            Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
🚨Leenjisaan haaraa Juuventus Tiyaagoo Moottaan mallatteessaa isa jalqabaa gochuun taphataa sarara ittisaa Arsenaal Jaakoob Kiwoor fudhachuu barbaada. Kilabichis gaaffii dhiheessuf qopha'aa jiru.

(Madda: Daily Mirror ]

            Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
🚨 Maanchistar Yunaayitid haala Maatiyaas De Laayit itti dhiyeenyaan hordofaa jiru, ganna kana Baayer Muuniik gaaffiin gaarii yoo dhihaatef taphaticha gadhiisuf hayyamamoodha.

Erik Ten Hag deeggaraa guddaa taphataa sarara ittisaa kanaati.

(Madda: Plettigoal)

            Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
2024/10/01 18:36:31
Back to Top
HTML Embed Code: