Telegram Web Link
Joonseen tapha kana irratti
Goolii 1
Kubbaa 1 mijeessun kenneera πŸ”₯
Totenhaam taphicha guutummaan guutuutti to'ataniiru.
🚨Tapha eegamaa Pireemiyeer Liigii Ingilaand torbee 6ffaa.

⏰ 52'
Maan Yunaayitid 0-2 Tootenhaam
πŸŸ₯ Burunoo 42' ⚽️Joonsen 3'
⚽️Kuluseviski 47'

Share ➑️ @BurqaaIspoortii
Share ➑️ @BurqaaIspoortii
To'annoo kubbaa

Maan Yunaayitid 38%

Toteenhaam 62%
Kaardii akeekkachiisaa Martineeziif
Wayinee Ruuniin taphicha daawwataa jira.
Werner kubbaa ajaa'iba yaaluus Onaanaan qolateera
Ammallee kubbaan Tootenhaam bira
Rukuttaa adabbii Tootenhaamif
Achumatti eegalchiisan
Koornaa Yunaayitidif
Baasaniiru
Yunaayitid peenalitii gaafatani turan. Daanyaan garuu itti tapha itti fufsiiseera
Kaasemiirooo
Jalaa baate
Kubbaan amma Toteenhaam bira
🚨Tapha eegamaa Pireemiyeer Liigii Ingilaand torbee 6ffaa.

⏰ 66'
Maan Yunaayitid 0-2 Tootenhaam
πŸŸ₯ Burunoo 42' ⚽️Joonsen 3'
⚽️Kuluseviski 47'

Share ➑️ @BurqaaIspoortii
Share ➑️ @BurqaaIspoortii
Kaardii akeekkachiisaa Ugaarteef
Balleessa Kuluseviski irratti hojjeten
2024/09/30 23:32:58
Back to Top
HTML Embed Code: