Telegram Web Link
Falasxiin 😢
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Dhimmi Walloo dhimma Amantaa, Paartii fi kutaan qoodu miti. Dhimmi Walloo dhimma Walooti!🥰
Walloo bira haa dhaabbannu!!🙏
" Yeroo hunduma naannoo jireenyaaf siif miijatu osoo hin taane, naannoo milkaa'inaaf siif miijatu jiraadhu ..!!

@Coba_Qalamaa1
❍ "Akkan ani jedhe fardatu dide, akka fardi jedhe anatu dide kanatti karaa irraa maqne."
— Mammaaksa Oromoo

@A4mulaa_jireenyaa
@A4mulaa_jireenyaa
#Gaaffii?
Miindaan qacaramaa tokkoof kaffalamu gatii eenyuuti?
Kan hojii sanaatimoo kana nama sanaati?
Kan nama Sanaa yoo tahe gatiin nama waggaa 15 fi isaa ol dadhabee kanumaa?


Yoo kan hojii Sanaa tahemmoo namni maaf gatii isaa barbaadachuu dhiisee gatii waan biraatti dadhabaa?

Mindaan gatii eenyuuti jettu isin?
Barri ni sokka -
barri ni dhufa
Aangoon lafarraa
hunduu ni kufa

Aangoo bor darbuuf
dhugaa kan haaltu
Madaa uummataa
gubaa kan faaltu

Dhiiga qulqulluun
dachee kan gooltu
Dabaree eegda
atis hin ooltu!

@seyfal_islaam
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Maaltu si Cinqe 😁
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
2024/09/30 07:20:52
Back to Top
HTML Embed Code: