Forwarded from ✎ Seyf Al-Islɑɑm official 🇵🇸
📢 Hayyuu tokkootu waa dubbate;
"Addunyaan tuni Asoosama hin goolabamin ta'uun isii dhugaadha, inni humna qabu, laafessa miidhee, akkuma kanatti waan xumura argatte haftu hin fakkaatu" jedhe
@seyfal_islaam
"Addunyaan tuni Asoosama hin goolabamin ta'uun isii dhugaadha, inni humna qabu, laafessa miidhee, akkuma kanatti waan xumura argatte haftu hin fakkaatu" jedhe
@seyfal_islaam
Forwarded from ✎ Seyf Al-Islɑɑm official 🇵🇸
Barri ni sokka -
barri ni dhufa
Aangoon lafarraa
hunduu ni kufa
Aangoo bor darbuuf
dhugaa kan haaltu
Madaa uummataa
gubaa kan faaltu
Dhiiga qulqulluun
dachee kan gooltu
Dabaree eegda
atis hin ooltu!

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Walloon Eenyummaa isaa qofa miti daangaa isaa kabachiifatee bakka amma jiru gahe.
Walloon warra sodaa Dhukaasa qawwee hin qabne osoo rasaasni dhuka’uu salaataa jira.
Warra sodaa Qawwee hin qabne!
Walloon warra sodaa Dhukaasa qawwee hin qabne osoo rasaasni dhuka’uu salaataa jira.
Warra sodaa Qawwee hin qabne!
ቀድር
Strong Iman
------በምርጫም ይሁን በቀድር------
ምን ተሰማቹ? ምን ተማራቹበት?
ኮሜንት ላይ ሀሳባቹን አሳውቁኝ
😢
ምን ተሰማቹ? ምን ተማራቹበት?
ኮሜንት ላይ ሀሳባቹን አሳውቁኝ
😢
Namni Telegram Channel Beeksifachuuf barbaaddan keessan na qunnamaa.
Forwarded from ✎ Seyf Al-Islɑɑm official 🇵🇸
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from ✎ Seyf Al-Islɑɑm official 🇵🇸
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Shawuqii 😘😘😘🥰
Forwarded from ✎ Seyf Al-Islɑɑm official 🇵🇸
Gorsa Kooti
Dabaan haguugamtullee
Aduun dhugaa ni baati
Rakkoofi gidiraan har'aa
Bor bultee seenaa taati...
Barris, namnis ni darbaa
Hin shakkiin yaa qaxalee
Kan iddootti hafu hin jiru
Rabbi tokkicha malee!
@seyfal_islaam
@seyfal_islaam
Dabaan haguugamtullee
Aduun dhugaa ni baati
Rakkoofi gidiraan har'aa
Bor bultee seenaa taati...
Barris, namnis ni darbaa
Hin shakkiin yaa qaxalee
Kan iddootti hafu hin jiru
Rabbi tokkicha malee!
@seyfal_islaam
@seyfal_islaam
Forwarded from ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸 via @PostBot
Forwarded from COBA QALAMAA || የ ብዕር ጠብታ
■ Muka tokkittii irraa ija kibriitaa kumaatamatu tolfama. Kibriita ija tokkittiidhaan garuu bosona mukkeen miliyoona qabutu gubatee baduu danda'a.
■ Akkasuma dogoggorri yeroo tokko hojjettu waan gaarii waggaa hedduu hojjette balleessuu waan danda'uuf,
➬ Suuta jedhi!
➬ Tasgabbaa'ii itti yaadi!
➬ Ilaalcha gaarii qabaadhu!
➬ Hin dhiphatin!
➬ Waan hundumaafuu yeroon jira.
@Coba_Qalamaa1
@seyfal_islaam
■ Akkasuma dogoggorri yeroo tokko hojjettu waan gaarii waggaa hedduu hojjette balleessuu waan danda'uuf,
➬ Suuta jedhi!
➬ Tasgabbaa'ii itti yaadi!
➬ Ilaalcha gaarii qabaadhu!
➬ Hin dhiphatin!
➬ Waan hundumaafuu yeroon jira.
@Coba_Qalamaa1
@seyfal_islaam
Forwarded from ✎ Seyf Al-Islɑɑm official 🇵🇸
“Rabbiin gabricha isaatif waan gaari wayta fedheef arraba isaa Nabi Muhammad ﷺ irratti salawaata akka buusu laaffisaaf.”
(Ibnu Al-jawzii)
صلوا عليه…
@seyfal_islaam
(Ibnu Al-jawzii)
صلوا عليه…
@seyfal_islaam
Dhibbas darbii jiraadhu
Feetus waggaa kumaa
Humnaaf aangoon kankees
Yeroo eegee dhumaa
Hunduu yaa'ee darba
Akka galaana abbayyaa
Kan sirraan dabarre
Dhiiga kankee wayyaa
@A4mulaa_jireenyaa
@seyfal_islaam
Feetus waggaa kumaa
Humnaaf aangoon kankees
Yeroo eegee dhumaa
Hunduu yaa'ee darba
Akka galaana abbayyaa
Kan sirraan dabarre
Dhiiga kankee wayyaa
@A4mulaa_jireenyaa
@seyfal_islaam
Forwarded from ✎ Seyf Al-Islɑɑm official 🇵🇸
#Ramadaana15
Hasan Ibnu Alii mucaa jaalatamtu intala rasuulaa (s.aw) fi haadha warraa Alii Ibnu abii Xaalib Faaximaa (r.a) kan tahe ji’a ramadaanaa guyyaa 15ffaa wagga 3ffaa A.L.Htti (624 A.L.Atti) dhalate.
Hasan ibnu Aliin du’aatii Alii ibnu Abii Xaalibiin booda fi filannoo khawaarijootaan Fulbaana 661 biyya Kuufaatti filatamee aangoo qabate. Khawaarijoonni yeroo sanatti dorgomaa khaliifaa yeroo Sanaa kana tureetiin (Mu’aawuyaatiin) balaaleeffataa akka ture seenaan ni ibsa.
Hasan ummata kanarraa balaa guddaa ykn lola guddaa kan deebise yeroo tahu kana kan godhees aangoo isa Mu’aawuyaaf dabarsee kennuun ture.
telegram👉
@seyfal_islaam
#ramadaana15
#hasan_ibnu_alii