Telegram Web Link
"Namni baatii Ramadaanaa guyyaa 30 soommane, akka nama ji'a guutuu soommaneeti."
Mirga beeyladaa nu barsiisuu barbaadu . . . Nuti garuu isaan caallee #Harroota Gurguddaa tokko #Famous goonee hordofna.

Saboo maaliin barreesse sa ? Tanaafin barreessuu dhiisee bar. Maalif akkaan akkana ja'eehu naaf hin galle.

Warri akka kiyyatti maalif akkaan barreesse isiniif hin galin nuti walumaan #Harroota.

Warri isiniif galees #Harroota waa hubatu, lakkii , lakkii . . . #Hayyoota waa hubatu jachuu kiyya. Dhiifama

@A4mulaa_jireenyaa
@seyfal_islaam
Bilbila gurguradhuu #dongoraa bitadhu na godhaa jira.

Ya'ajuuj faan xiqqo boodatti waan turan natti fakkaachaa waan jiruuf ... gaara isaan qotaa jiran san dhaqee gargaaruu laata ?!
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Macaafa Afaan Arabiffaan barsiisuuf yaalii taasisaa jiraachuu isaanii dha, Arabiffi isaanii mataaf miilla hin qabu 😂😂

Du'aa'ii akkaataa Muslimoonni itti godhanitti godhaa jiru, Adeemsi isaan deemaniif ifa dha, Ummata homaa hin beekne jallisuu dha!

Amantiin kamuu sochii isaa keessatti daangaa mataa isaa qabaachuu qaba, Adeemsi isaan deemaa jiran kan hawaasummaa diigu dha, Finxaalessummaan Amantaa balaafamaa dha. Majliisi adeemsa kanatti iggitii gochuu qaba.

Yoo hin taane garuu namoota haala kanaan Amantaa Islaamaa irratti qoosan Muslimoonni tarkaanfii barsiisaa fudhachuuf qophii dha, Durfamee utuu karaa seeraan xumuramee ba'eessa.

@seyfal_islaam
Warri pirotestaantii huccuu faaya Muslimootaa uffatanii bifa manzuumaatiin ummata burjaajessuu maaliif barbaadan?
***
Yoo Muslimatu kanaan gowwoomee gara keenyatti dhufaa yaaddan baay'ee dogoggortan; kun hordoftoota amantii lachanii walitti buusuu malee bu'aa tokkollee hin qabu.
Bifa kanaan dhihaachuu irra yoo ragaa qabaattaniif dirreetti as bahaatii ifaan ifatti, bakka addunyaan guutuun argutti, istaadiyeema keessatti ragaadhaan haa mari'annu.
Isin kana gochuuf qophii taanaan hayyoonni Islaamaa qophiidha. Yoo kana hin taane kijibaafi diraamaan ummata hin burjaajessinaa. Amantiin kijibaan, diraamaafi sirbaan baballatu tokkollee hin jiru yoo jallina ta'e malee. Kanaafuu yoo ragaa qabaattan as bahaa waliin haa mari'annu, yoo ragaa hin qabaanne immoo jallina irra hin deeminaatii gara Rabbii tokkichaatti deebi'aa. Yesuus ergamaadha malee Rabbii miti; hin waaqeffatamu; inninuu ni waaqeffata.
Waaqni waaqa biraa gabbaru hin jiru.

Ustaaz Gaalii
#Yaa_Allah_...
::::::::::::::::::

Yaa Allah atummaan
nu tolchii nuuf tolii
Hojii kheyrii mara
Mee nurraa qeebalii

Irraa nu fageessi
waan sooma balleessu
yoo waan san hojjanne
siin walitti nu aarsu

Nu hin jibbiin Ilaahii
eega nu jaalattee
nuuf godhi nagaya
jidduu keenyaa fi tee

@Coba_Qalamaa1
@Coba_Qalamaa1
#Sallu_ala_Nabi

Ifaaa fuula ifaa
yaa shamsal Madiinaa
kuula ija kuulaa
Tokkicha Aaminaa

Yaa Abbaa Faaximaa
barsiisa araraa
Yoon sirraa fagadhees
koo yaanni si biraa

Allahumma salli
wasallim tasliimaa
sallu ala Nabii
kan taate Muslima

S A W
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
ሴቶች ለመገላለጥ በተሽቀዳደሙበት ዘመን ...
አይኑን ለሰበረ ወጣት አላህ ይዘንለት...

@seyfal_islaam
بسم الله الرحمن الرحيم

ODUU GAMMACHIISAA

Assalaamu Alaykum wa Rahmatullaahi wa Barakaatu.

Madrasaa Al-Hudaa M.B.Filambar waliin tahuun Leenjii Ji'a Ramadaanaa qopheessee dhufeetii keessan eeggataa jira.

* Leenjichi Ga'eessotaafi.
* Barnoonni keenamanu:
A) Qur'aana.
B) Aqiidaafi Fiqhii.
C ) Tarbiyaa Islaamaa.
* Leenjichi Afaan Oromoo fi Amaariffaan dhihaata.
* Leenjichi kan kennamu tolaani.
* Dhuma Leenjii irratti Qormaatni nii kennama.
* Nama qabxii 60% ol fideef Waraqaan ragaa nii kennama
* Nama qabxii olaanaa fiduun 1-5 bahaniif badhaasni guddaa qophaa'eera.

> Guyyaan Barnootaa:
Sanbataa fi Dilbataa sa'aatii (2:30 - 6:30)tti kennama.

> Galmeen guyyaa 5/7/2016 hanga 7/7/2016tti.

> Gaafa 7/7/2016 irraa Barnoota kennuu eegalla.

> Bakka Leenjii:
M.B.Filambar 5G - Ganda Ginjoo Guduruu - Hoteela Liinaa duddubbee.

#Hubachiisa:
- Tiligraamiidhaan galmaa'uu ni dandeessu.
@Abdullah_Bureyya / @be1_strong
- Fageenyaan Hordofuu dandeessu.
> Odeeffannoo dabalataaf:
0967686288 / 0901603724

بسم الله الرحمن الرحيم

              
   አስደሳች ዜና

አሰላሙ አለይኩም ወረህመቱላሂ ወበረካቱሁ

አል -ሁዳ መድረሳ ከፍሌንበር 5ጂ ትምህርት ቤት ጋር በመሆን የረመዳን ወር ስልጠና አዘጋጅቶ የእናንተን መምጣት እየተጠባበቀ ይገኛል።


*የሚሰጡ ትምህርቶች :-
1.ቁርዓን
2.አቂዳ እና ፍቅህ
3.የእስልምና ተርቢያ (ሥነ-ምግባር )


* ስልጠናው የሚሰጠው በአማረኛ እና በ ኦሮመኛ  ቋንቋ ነው።
* ስልጠናው ነፃ የሚሰጥ ይሆናል።
* ከ 60% በላይ ላመጡ ሰልጣኞች የምስክር ወረቀት ይዘጋጃል።
* በፈተናው ከ1-5 ለሚወጡ ሰልጣኞች ዳጎስ ያለ ሽልማት ተዘጋጅቷል።

> የትምህርት ጊዜ:-
ቅዳሜ ናእሁድ (2:30-6:30)


*የምዝገባ ቀን:- ከ5/7/2016 እስከ
7/7/2016 ነው።

* በቀን 7/7/2016 ትምህርት መስጠት እንጀምራለን ።

□የስልጠና ቦታ :-
*ፍሌንበር 5ጂ ትምህርት -ጊንጆ ጉዱሩ ቀበሌ -ሊና ሆቴል በስተጀርባ

#ማሳሰቢያ :-
-በቴሌግራም ታች ባሉት ሊንኮች መመዝገብ ትችላላችሁ ።
@Abdullah_Bureyya /@be1_strong /

- ትምህርቱን በርቀት መከታታል ትችላላችሁ።

ለበለጠ መረጃ:
0967686288/0901603724
Ergaa kana Namaaf Affeeruun Badhaasa Torbee Kanaa Badhaafamaa.
Kun Baankii Oromiyaati

1. Dursa Liinkii armaan Gadii Tuqaa https://www.tg-me.com/official_oromia_bank_bot?start=623498942
2. Itti Aansuun Start kan jedhu tuqaa
3. Join Channel Kan jedhu Tuqaa
4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa
5. Continue kan jedhu tuquun Liinkii ittiin namoota affeertan argattu
6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif namoota qooda

Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 f qoodaa
Hanguma Namootaaf qooddanniin hangi badhaafamtanis dabalaa deema.

Badhaasni keenya torbeetti yeroo hunda Badhaafamtoota ni qaqqaba

መልዕክቱን ያጋሩ፣ የዚህ ሳምንት ተሸላሚ ይሁኑ!
ይህ ኦሮሚያ ባንክ ነው!

1. በቅድሚያ ቀጥሎ ያለውን ሊንክ ይጫኑ https://www.tg-me.com/official_oromia_bank_bot?start=623498942
2. በመቀጠል Start የሚለውን ይጫኑ
3. Join Channel የሚለውን ይጫኑ
4. ወደ ቦቱ ይመለሱ
5. Continue የሚለውን ተጭነው የመጋበዣ ሊንክዎን ያግኙ
6. መልእክቱን ለወዳጅ ዘመድዎ ያጋሩ

መልዕክቱን ቢያንስ ለ50 እና ከዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሼር በማድረግ በየሳምንቱ ተሸላሚ ይሁኑ!
ሽልማቱ ሁሌም በየሳምንቱ አርብ ለተሸላሚዎች ይደርሳል፣
Baankiin Oromiyaa badhaasa Qarshii 1,000 qopheessee marsaa 3ffaaf abbaa carraa badhaasuuf jira. Isinis carraa kanatti Akka fayyadamtaniif kunoo isin affeerree jirra!

Namoota 50 fi isaa ol qofa affeertanii badhaasa qarshii 1000 argachuu dandeessu!

1. Dursa Liinkii armaan Gadii Tuqaa https://www.tg-me.com/official_oromia_bank_bot?start=623498942
2. Itti Aansuun Start kan jedhu tuqaa
3. Join Channel Kan jedhu Tuqaa
4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa
5. Continue kan jedhu tuquun Liinkii ittiin namoota affeertan argattu
6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif namoota qooda

Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 f qoodaa
Hanguma Namootaaf qooddanniin hangi badhaafamtanis dabalaa deema.
•••

1. በቅድሚያ ቀጥሎ ያለውን ሊንክ ይጫኑ https://www.tg-me.com/official_oromia_bank_bot?start=623498942
2. በመቀጠል Start የሚለውን ይጫኑ
3. Join Channel የሚለውን ይጫኑ
4. ወደ ቦቱ ይመለሱ
5. Continue የሚለውን ተጭነው የመጋበዣ ሊንክዎን ያግኙ
6. መልእክቱን ለወዳጅ ዘመድዎ ያጋሩ

መልዕክቱን ቢያንስ ለ50 እና ከዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሼር በማድረግ በየሳምንቱ ተሸላሚ ይሁኑ!
ሽልማቱ ሁሌም በየሳምንቱ አርብ ለተሸላሚዎች ይደርሳል፣
2024/09/30 05:19:41
Back to Top
HTML Embed Code: