Telegram Web Link
Jaalatamuu caalaa jaalachuutu irraa caala. sababiin isaas dhugaa nama jaalalaan miidhamee ni bartaa ittii hin qoostu.

Onnee dhugaa ittiin nama jaalatu qabaadhu miidhami malee jaalalaan nama hin miidhin! jaalalaa fi duuti guyyaa nama qabdu hin beekani.!🙏 Halkan milkii kan jaalalaa isiniif haa ta'u jaallatamtoota koo.🥰

🥰🕋
Forwarded from HIKMA ISLAMIC POST
አብደሏህ የሚባል ሰውየ እህቱን መታትና
ጁመዓን ለመስገድ ወደ መስጂድ ሄደ .......
መስጂድ ሲደርስም ኢማሙ እንዲህ ሲል ሰማው...!

"ያ አብደሏህ አላህን አትፈራም"

አብደሏህም ከተቀመጠበት ተነሳና
ያሸይኽ ቻርጀሩን የነቀለቺው እሷ ነች እኮ..😁

ጁመዓን በፈገግታ😊
Turus nan milkeessa
mul'ataf kaayyookoo
Tulluu mo'ichaa ba'ee
nan muladha gaaftokko.
Namni tokko gaafa si jibbu jalqabu
dura dubbii keetiif bakka dhaba!
Chiikiin Kee qeensa isii irratti qeensa
dabaltee, rifeensa isii irratti rifeensa
dabalti taanan Na amani dhiira
birrallee sirratti dabalti bro🙄😜
Barattoota Muslimaa Yuunivarsiitii Haramayaa  Ramadamtan hundaaf:

Obboleeyyan Muslimaa bara 2016 Yunivarsiitii Haramayaatti ramadamaniif, gufuulee hedduu moo'achuun jireenya mooraa  ga'uu keessaniif baga gammaddan jechaa.

Itti aansuudhaan Yaamicha Mooraan Haramayaa  barattoota haaraa Mudde 5, 6 fi 7 hordofuun Jama'aan keenya qophii hunda xumuree obboloota gara mooraa dhufan simachuuf dhufaatii keessan qofa eegaa jira!!

Kanaafuu, amma irraa eegalee waa'ee Yuunivarsiitii Haramayaa odeeffannoo baruu barbaaddan, akkasumas lakkoofsa bilbilaa obbolootaa gaafa mooraa keenya dhuftan isin simatan, karaa lakkoofsota armaan gaditti tarreeffaman bilbiluun tumsa isin barbaachisu argadhaa.

Main campus
1 semeredin shemse 0938971913
2, umer jafer 0937618788
3 abubeker +251966638020

Techno(Gendege )
1 Fedlu nura  0931689909
2 Muslim kedir 0949570154
3 abdisa nabso  0987746804

Veterinary campus
1,Murad Amin   0905550003
2,Abdurahaman Sabawo.   0945037374
3,Kurem   Kedir. 0919692489
Garuu ...
Namni #walaloo hin
barreessine Akkamiin
#Yaadaa fii #Miira isaa Ibsata!? 🤔🤔
Amma jireenyi kun haala kanaan itti fufunaan Kopha buluun ittuma fufa ....😓
Addunyaan kun hanguma nu yaadnu olitti gabaabduudha. Umuriin nuti qabnu Nama gaddisiisaa ooluuf mitii ofiyyuu gammachiisuuf nun geessu.

Gammachuun keenya numa harka jiraa waan taheef Namoota birootti Daba yaaduun hin barbaachisu!
Moofaa cite hodhanii
Doofaa dide gorsanii
Dubbii yaraa dhoksanii
Doobbii garaa obsanii
Bararraan barruu horu
Malee yoo jarjaranii
Barris namarraa hin goru!
Gatiin #Hiriyaa Meeqa??
Yooman beeke An yooman Akeeke
Ati biyyaa baatee kan Alagaa taate
Na qobummaan nyaate
. #Hacee
Tulluu qaxxaamuree
Laga addaan hiraa
Yaaddoo nutti furee
Daandii diinaa ciraa

Haqako naaf eeguun
Shiraaf daba diigaa
Dadhabu suksukuun
Yoo danda'e fiigaa
~
Fagaatus karaan koo
Didee warra cubbuu
Haa ga'u Nagaan koo
Akkam jirta lubbuu...?


https://www.tg-me.com/Coba_kobbee
Dhagaatti kuftus ,dhagaan sitti kufus miidhamuun Kee hin oolu🤓
Uffata kee caalaa Onneen kee akka hin xuroofne of eeggannoon qabi.🥰💔
Sin jaalladha 💚
Onneen koo siif rukutti
Dachaa dachaadhaanii
Hunduma caalchisee
Sin jaaladha anii
💚

Ee sumaa .....☺️
Yaa Rabbi 😢
Ibsituu Kooti Ati Habibti 😍
Dubbiin gaariin onnee
miidhamte wal'aanti
2024/10/01 19:19:42
Back to Top
HTML Embed Code: