Telegram Web Link
Hin kolfu 😒

Ilkaan keenya Qulqulluun
Kolfuu Aadaa godhatee
Yeroo hu da seeqata
Gadda isaa dhokfatee
Kan garaasaa dhoksuuf
Soba mullifatee 😏

Hundumtuu ni fakkeessa 😡😒

Abdii

https://www.tg-me.com/Coba_kobbee
An jabaadha jedheen of yaadaa ture
Garuu Jaalalaanan Mo'ame.
Wantoota Adda adda nan danda'ajedheen yaadaa ture Yaada ishee garuu mo'achuu fi Baadhachuus nan dadhabe 😢


Maal mallisaa !?🤔
Abiy fi Taye dubbisa

Abiy

Jedhani na waamu
Maqaakoo abbaa malaa
Akkasan si godha
Yaa rigaa kasalaa

Taye

Kan fira fakkaate
Aalbeen nama muru
Garaa jabinakee
Anoo beeka duruu

Abiy

Sichi xiyyaarri hin jiru
Imallikee lukaanii
Akkam sitti jirtaree
Ilkeen tafkiif tukaanii ?

Taye

Sodaa hidhaa hin qabnu
Mana hidhaatti guddannee
Hidhamuu nuuf Wayya
Dhugaa jiru dubbannee

Abiy

Aangoo irraa buunaan
Qulqulluu of gootaa
Diroo numa waliin
Buddeen cubbuu hootaa
Kaleessa walumaan
Oromoon gandaan hirree
Akkamiin dagatteree
Shira wajjiniin shirree ?

Taye

Bubbulee naaf gale
Kaayyoon ida'amuu
Keessikee qiliileedha
Tasa biran ga'amuu
Dhala namaa caalaa
Kan jaallattu aangoo
Hoolota xobbee fixxee
Itti taatee waangoo

Abiy

Shanee shanee jedhee
Kan guyyaatti sagal waamu
Tokko si mitii gurbaa
Kan kichuu oromoo qaamu ?
Cuukkoo nyaatu jettee
Ganamaaf galgalaa
Hadheessaa hin turre
Ati Jawaariif Baqqalaa ?

Taye

Yeroos faayidaan jira
Jireenyis akka Urgoo
Atis naaf kaffalta
Bareechitee durgoo
Mootummaan ta'an se'e
Shimee dura darbee
Yooman yaadee beeka ?
Akka na galchitu shabbee

Abiy

Kan qoosaakoo dhufu
Ilma abbaan abaaree
Kottoonfatee taa'a
Qaallittii Keessa daaree
Du'een nada malee
An aangoo hin gadhiisuun
Taayitaa koo irratti
Jaartiikooyyuu hin dhiisuu

Taye

Safuu yaa qumaaraa
Ajab yaa siyyaasaa
Anaan hidhaa galchee
Lammaa biyyaa baasaa

Abiy

Amala godhadhu
Achii sin tursu bayyee
Galmi diraamaakoo
Siifis siif gala Taayyee !
Callisaatii Kolfaa mee Na Dabbaraa jira 😒😢
Audio
Ana malee Kan biraa
Hin jaallatini 😍
Isin Jaallatamtoota 🫶🏼
Bunaaf Nagaa Hin Dhabinaa ☕️
Maatii Jaalalaa Akkam jirtu !🌷
Buna Dhugaa ☕️
Bareedinni namaa bara
Kana Amalaafi bifaan
Utuu tanee Qulqullina
Cameratin madaalamaara👊
Baala Gizee Jirtuu,,,?
Namoota akka alaabaatti
Ganama si fannisanii
Galgala gadi si buusanif
Bakka hin kennin bro
Bareedduu Nyaara kuulaa 🫶🏼
Xumurri Jaalala Dhugaa:
caba onneeti fi imimmaan qofa.💔😢
Yeroo biiftuun lixxu
Tabbarran dhaabba dha
Yeroo diimtuun diddu
Magaalleen jaalla dha.


@A4mulaa_jireenyaa
《Yoo ati dugda kankee kenniteef malee;namni si yaabbatuu danda'u hin jiru》
《Mindaan bakka hojiitii siif kennamu yoo nyaataa,dhugaatiif bakka hirribaa irraa siif hin hafin;suni mindaa osoo hin taane gabrummaadha. Seenaa keessatti gabri san qofaaf jiraata waan ta'eef》
Sababa teessee Ilaaltuuf namoonni gurguddoo sitti fakkaatu kanaafuu ka'i.
Si Yaadeera Lubbuu koo😍
2024/10/01 17:33:04
Back to Top
HTML Embed Code: