Telegram Web Link
Biyyaafi harma abbaa hin qabne, dureeyyii fi durriyyeetu kuffisa.😋 ja'an😏
Akka yaa'a laggeenii
Akka huursa qilleensaa
Akka kaacha fardeenii
Akka yuusa bineensaa
Akka 'taraa' guyyootaa
Silaa darbuun hinooluu
Maaliif akkas nugootaa?
Ati anaaf keekiidhaa
Sanarrayyuun caaltaa
Dhibee onnee kootii
Arraba keen yaaltaa
~
Nama hunda keessaa
Filte adda si baaftee
Si eegdi onneen koo
Balbala ishee saaqxee
~
Keessi koo ni fedhaa
Akka kansaa taatuu
Adaraa siin jedhaa
Maalif anaan naatuu
~
Yeroo miidhama Koo
Dafii naaf argamii
An baayyeen si jaallaa
Ati immoo akkamii
~
Jettee na gaafannaan
Jedheen deebiseefii
Si jaallachuun fedhuu
Waanin si jibbeefii.....!
Kolfi kolfi Naan jedhu
Ilkaan maaliin na kolfa
Obsi Obsi Naan jedhu
Garaa maaliin na obsa😔

Keessikoo madaa qaba 😢
#Ati_Gantuudha

Akka aduu gannaa
Kolfaan na mooksita
Koottu dafii jettee
Sobaan na joorsita

Garaakee dhokfattee
Lafa Jala kaatta
Hiriyyaa hin qabdu
Kuma faana nyaattaa

Akkuma qilleensaa
Bakka hunda jirta
Diduu hin dandeessuu
Hundaaf garaa hirta

Eega akkas ta'ee
Hubadhee haalakee
Jibbikee na guutee
Hin ba'u karaakee

Amanamuu dhiisnaan
Sirumaa yartuudhaa
Nan arge ammakee
Bar ati gantuudhaam

Jibbakoos lallabi
gaarayyuu yaabbadhu
safarakoo hin ga'iin
mataadhaan dhaabbadhu

Sin jaalladha jettee
yoo naaf reebdes dibbee
Siif hin araaramu
Onneerraan si jibbeem
Onnee kee si cabsaniiti,
Onnee hin qabdu siin jedhu
Qorrii baranaa kuni umrii
Malee fuudha si hawwisiisa

ተመጠንቀቅ single👌😀
Wanta Jiruu kee keessatti si mudatu hunda keessa barumsi guddaan akka jiru hin irranfatin"...!
 
في الجنة No Single
Kanuma Jennata nuhaa godhuu malee Waan biraatiif Yaadu dhiifneera🩷

Baguma Achit hundu wol qixa tahee 😊
Ana jibbuudhaan wanni ati jijjiiruu dandeessu yoo jiraate Onnee Kabajaf jaalala siif qabdu Akka isiin si jibbitu godhu qofa!💯🤌
Yeroo naaf isiin walitti aarre nama eessa jirtallee naan jadhu hin argadhu, yeroo anaaf isiin haalaan wal jaalachuu oowwifanne immoo akka nama na jaalatuu isiirraa na fudhachuuf Baay'eetu natti as deemee waan na jaalatu na fakkeessa.😢

Gantuu na hin godhin !
Galma kiyya gahuuf
Aarsaa barbaachisu hunda
kaffaluuf qophiidha.
#Inshaallah
Dubartin dhiira irra waan 8 Jibbit sana kessa tokko
Dhiira fuula guuru😒 kan seeqachu hin dandeenye Jibbit
So smile 😊👌
Namoonni tokko tokkos jireenyuma keerrattii ofiif "shufeerii" ta'aniitu siin immoo gargaara "raddaati" isaanii si gochu barbaadum.
Ani jaalallee kiyyaaf qaaliidha.

Hin qabu malee
😜😜
Forget who forgets you!
Nama si irraanfate irraanfadhu!!!!!
Jaallatamaa kiyya
Irra caalaa khalqii
Maqaa kee yoon kaasu
Na boqatti Qalbiin

#Yaa_Rasuulallaah 💚
#صلى_الله_عليه_وسلم 💚
Kana dhaloonni qubee!!🙄🤣
2024/10/01 17:23:30
Back to Top
HTML Embed Code: