Telegram Web Link
Qajeelfama Filannoofi Ramaddii HMB Fooyya'e.pdf
8.5 MB
Qajeelfama Filannoofi Ramaddii HMB Fooyya'ee Qophaa'e
Qajeelfama Jijjiirraa Barsiisotaafi HMB Fooyya'e.pdf
11.5 MB
Qajeelfama Jijjiirraa Barsiisotaafi HMB Fooyya'ee Qophaa'e
Qajeelfama Sadarkaa Guddina Barsiisotaa Fooyya'e.pdf
14.2 MB
Qajeelfama Sadarkaa Guddina Barsiisotaa Fooyya'ee Qophaa'e
Guyyaa 12/11/2014tti
M/b xaaxeetitti hawaasni ganamaa sa'aa 12:00
Irraa eegalee dhaabbii biqiltuu itti fufanii jiru.
Forwarded from Waldaya Primary School
Guyyaa 28/03/2015 [07/12/2022]
#tutorial
@waldayaprimaryschool
Godina Harargee Lixaa
Aanaa Shanan Dhuuggoo
Mana Barumsa Sadarkaa 1ffaa Waldayaa tti
Titooriyaaliin barattootaaf kennamaa jira.
👉Kutaa 8ffaa Gosa Barnoota Lammummaafi Amala Gaarii
Barsiisaa Jarman Olaanaa tiin sad. barachuu 'A'fi 'B'f
👉Kutaa 7ffaa Gosa Barnoota Afaan Ingilizii
Barsiisaa Mohammad Ahmadiin Sadarkaa barachuu "A" fi "B"f kennamee jira.
odeeffannoo dabalataaf
👉 https://www.tg-me.com/waldayaprimaryschool
👉 https://www.facebook.com/waldayaprimaryschool hordofaa.
Forwarded from Waldaya Primary School
Guyyaa 29/03/2015 [08/12/2022]
#tutorial
@waldayaprimaryschool
Godina Harargee Lixaa
Aanaa Shanan Dhuuggoo
Mana Barumsa Sadarkaa 1ffaa Waldayaa tti
Titooriyaaliin barattootaaf kennamee jira.
👉Kutaa 8ffaa Gosa Barnootaa Saayinsii Waliigalaa
Barsiisaa Obsinaan Kiflee tiin sad. barachuu 'A'fi 'B'f
👉Kutaa 6ffaa Gosa Barnootaa Afaan Ingilizii
Barsiisaa Mohammad Ahmadiin Sadarkaa barachuu "C" fi "B"f
👉Kutaa 4ffaa Gosa Barnootaa Afaan Ingilizii
Barsiistuu Ayyaannee Qannaatiin Sadarkaa barachuu 🅱️ fi "C"f kennamee jira.
"Injifannoon Barsiisota M/B Waldayaaf!"
odeeffannoo dabalataaf
👇👇👇👇👇👇👇
👉 https://www.tg-me.com/waldayaprimaryschool
👉 https://www.facebook.com/waldayaprimaryschool hordofaa.
✍️✍️🙏🙏
𝗠/𝗕𝗮𝗿𝗻𝗼𝗼𝘁𝗮𝗮 𝗫𝗮𝗮𝘅𝗲𝗲𝘁𝘁𝗶
𝗝𝗤𝗜𝗣--𝗘
Eegumsaa Naannoo fi Hawaasummaaf Furmaataa Keennuu
S/Hawaasaa
Muussaa Ahmad
S/Naannoo
Ibsaa Aadam
Sup Asfaaw
Bakka Bu'a Mana Barnootaa
Firii Sabsibee
Bakka Bu'a GMB
Girmaa Darribee
Bakka Bu'a Barattootaa
Kamaal Abraahim
Bakka Bu'a Barsiisoota
Asnaaqa Getiyyee
Gumii Korniyaa
Dammaqaachii Warquu
Bakka Bu'a Barattootaa Kan Gumii Waliigalaa
Imaam Ahmad
Kunuunsaa Naannoo
Barreessaa
Kubraa Sulxaan
Miseensaa
Asaantii Qaasim
2024/09/28 10:18:57
Back to Top
HTML Embed Code: