Telegram Web Link
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Natti tollaan isiniif qoode…isinis nama biraatiif qoodaa….!!

📌قال الحسن البصري:

مَن لم يتأدَّب مع اللهِ فوقَ الأَرضِ،
أَدَّبهُ اللهُ تحتَ الأرضِ.
Nama dachee gubbatti Rabbiin wajjiin adaba hin godhatin, Rabbiin dachee jalatti isa adaba…
📕مدارج السالكين|جـ2صـ67

https://www.tg-me.com/tafak_or
Hanga ammaa qur’aana hin haffaznee?
Koottu mee oduu gammachuu wahii siif himaa…!!

✍️ Osoo hardharraa eegaltee qur’aana haffazuu eegaltee…guyyatti osoo kan fuula tokko qofa kan haffazdu taatee…ati walumaagalatti waggaa 1 booda Juz19 xumuruu ni dandeetta…!
Guyyaa guyyaan Yoo kan fuula lama haffazdu taate…baatii 10 keessatti qur’aana guutuu xumuruu ni dandeessa…!

✍️ Maal goota ammuma eegali..Yaanni kamuu, hujiin kamuu hifzii qur’aanaa irraa akka sin daangessine….!!

👇🏻

https://www.tg-me.com/tafak_or
👌
Alhamdulillah hin jettuu ati....
🪵bar rabbii kadhattee irraa argattu qabdaa.....
🪵kan shakkartee dabalata irraa argattu qabdaa....
🌹Alhamdulillaah🌹




https://www.tg-me.com/tafak_or
👌

🪴Na jalaa hin dagamin....!

🪵yeroo baay'ee rabbiin #rahmaan ta'utu sitti himama mitii....
🪵yeroo baay'ee rabbiin #gaffaar ta'utu sitti himama mitii...
kuni akka daangaa sin dabarsine.
🍁Rabbiin qabaan isaa jabduu ta'uullee beekii ma'asiyarraa if tiisi.
🍁Qixaatni isaa laalessaa fi irraa baqatamaa ta'uullee beekii of eegi jechaa fi gocha kee keessatti.
👌غفور الرحیم.....#شدید العقاب...
🍁jedduu kana lamaanitti jiraadhu...
🍂kana jechuun immoo...
👌عش بین الخوف والرجاء
🍂sodaa rabbiitii fi kajeellaa isaa jidduutti jiraadhu jechuudha.

https://www.tg-me.com/tafak_or
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
𝒟𝒽𝒶𝒶𝓂𝓈𝒶𝒶𝒻….
✍️ Dhaamsa warroota Chaanaala Da’awaa qabdan hundaaf:

1) Waan dalagnu hunda keessatti Rabbiin Ikhlaasa nuuf haa kennu…dubbiin Ikhlaasa hin qabne, qaama Ruuhiin qabne waan taateef…!
2) Beekkamtii argachuu fi muldhachuu barbaacha irraa uf haa qusannuu…!
Beekkamtii barbaachi Faallaa ikhlaasaa waan taheef…Ikhlaasa keenya diigaa deemaa…!
👉🏼 Qalbiin beekkamtii argachuuf dheebottu sun..isa bilooniin kee harka jiru bira jirti waan taheef….
3) Waan dhugaan walgalu yeroo dhugaa irratti hundaahuun Share godhaa…
Ilmiin sirrii hundi yeroo hunda share hin godhamu waan taheef…
4) Xiyyeeffannaan keessan guddaan jaalala hordoftoota keetii argachuu osoo hin taane, jaalala Rabbii horachuu qofa haa tahu…!
Nama dallansuu Rabbiitiin jaalala namaa barbaadu, Rabbiin Isallee jibbee, namallee isa jibbisiisa…Nama jaalala Rabbii barbaadaaf dalage Rabbiin isa jaalatee, isarraallee jaalatee, namas isa jaalachiisa…ergaan isaas hawaasa biratti fudhatama argatti jechuudha…!

👇🏻

https://www.tg-me.com/tafak_or
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
Photo
Fakkeenya:
1) Nama arjaa tokko, akka tasaa namaaf waa arjoomee…Nama inni qarqaare sana bakka hin taanetti osoo argee arjichi kun maal tahaa dhufa…
2) Namaaf mallaqa hedduu liqeessitee…Osoo namni sun mallaqa si dhoorgatee…fedhiin ati Nama qarqaarsaaf qabdu sun maal tahaa dhufa…
3) Namni ati rakkoo baaste tokko osoo deebi’ee si rakkisee…ati maal tahaa deemta..!
4) Rakkataa ati qarqaarte osoo mana farshootti gartee…
5) Namni rakkataa ykn kadhaataa fakkaate sitti dheessee osoo qabeenya kee si saamee….!

Gara jabeenya ilma namaattu Nama barsiisa jara teenya

Ammallee siin galleee🫣
#Seeqadhu
Ati fayyaa fi qananii keessa waan gangalataa jirtuuf….dhibamaa meeqatu gatii qaalii bira kutee, waan qabu guutuu gurguree bituuf hawwaa jira…!
#Seeqadhu….!
Ati lubbuun jirtaa…hiree tee barbaadataa jirtaa…Nama meeqatu kan du’ee boolla keessa jiru…galee gaarii dalagachuuf hawwaa jira….!!
#Seeqadhu…!
Rabbii gabbartuu fi kadhattu qabda waan taheef…Nama meeqatu loon gabbaraa jira beektaa…!
#Seeqadhu….!
Ati waan si taateef…Nama meeqatu si tahuu hawwee dadhabe…!

👇🏻

https://www.tg-me.com/tafak_or
Allaaaaah🤲🏿



Anatu haqa godhataaf osoo hin taane, simatu Rahmata namaa godhaaf…..!!😢
Filannoon kankeeti……!!


شغلنا عنك الجهاز…..!
☆☆﷽☆☆

🪵Ilma namaa irraayyuu yoo waa barbaaddu jalqaba isatti tola ooltee akka inni garaa sii laafu goote waa irraa fudhatta mitii...?
Akkasuma rabbii keetiillee jalqaba tawbaa isatti deebi'ii jidduu keetii fi isaa nagh godhi waa isa gaafadhu....
♧Gama isaa deebi'i....🤲
♧ wanni martuu gama kee
deebitii...... 📿
....ولله المثل الأعلی.....
share👇

hhtps://www.tg-me.com/tafak_or
2024/11/15 09:32:47
Back to Top
HTML Embed Code: