Telegram Web Link
‏{إِنَّ اللَّهَ وَمَلائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا} ❤️
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Gaazaa….!!
👉🏼 Waaraana Israa’el Gaazaa irratti banteen…guyyoota 400 keessatti…lubbuun namoota kuma 44 shahiiddee jirti….


Mee maal jettu waan kanarratti….!?

https://www.tg-me.com/tafak_or
Boru sagantaan keenya maali yaadattuuu…..?



Boru galgala wal garra inshallaah
🌸
Hariiroon ati qur'aana wajjiin qabdu akkami....
ni qaraataa hiika hin beytuu homaa waan irraa hubattu hin qabdu?
ni qaraataa hiikallee muraasa ni beeyta tadaaburaan/xiinxalaa qaraata?
ni qaraataa caccabsaa tajwiidaan alatti akkasuma hiikallee hin beeytu?
😔Mee haala kamirra jirta ati?......!
♧osoo qur'aanni hin fuudhamin.
♧Fuudhii itti fayyadami.


https://www.tg-me.com/tafak_or
✍️ Uffanni kee dhoqqaahee rizqii halaalaa argachutti hin qaanfatin….uffata kee bareechifattee harka namaa eeggatuun salphinnaa….!!

https://www.tg-me.com/tafak_or
Aayatoota qur’aanaa keessaa Aayanni qubee afaan arabaa guutuu uf keessatti hammatte aayata tam___?
Anonymous Quiz
42%
A) Xumura suuraa Baqaraa
36%
B) Xumura suuraa Fathii
22%
C) Jalqba Suuraa Kahfii
✍️ Bareedinna duniyaa keessaa..obboleewwan osoo nan beekin, osoo anin beekin na duuba du’aa’ii naaf godhan qabaachuun kootuu naaf
gahaadha…!!
Akkas jedhan:

ويَكفِينِي مِنَ الدُّنْيَا جَمالاً
دُعاءٌ مِنْ مُحِبٍّ دُونَ علمِي

Du’aa’ii keessaniin nun dagatinaa….
إذكرونا بدعوة يا أصحاب 🍂

👇🏻

https://www.tg-me.com/tafak_or


#Beeytaa.....?

🪵 Duniyaa tanarra wanni dhufteef.....ibtilaa'aa/qormaataaf ta'uu.
🪵Atiin fayyaa qabdu fatanaa keessa jirtaa beeki.galata galchita moo of dagatta.
🪵Atiin dhukkubsattullee fatanaa keessa jirta.ni obsita moo.....
🪵Dureessi fatanaa keessa jira.
🪵Heyyeessi fatanaa keessa jira.
🪵Nama wanni ta'e martuu fatanamaaf uumame.

إنا خلقنا الإنسان من نطفة أمشاج #نبتلیه
dhugamatti,nuti ilma namaa isa #qormaatuuf jecha,bishaan saalaa walitti makamaa ta'e irraa uumne.....

https://www.tg-me.com/tafak_or
𝐴𝑠𝑠𝑎𝑙𝑎𝑚𝑢𝑎𝑙𝑒𝑦𝑘𝑢𝑚 𝑊𝑎𝑟𝑎𝒉𝑚𝑎𝑡𝑢𝑙𝑙𝑎𝑎𝒉𝑖 𝑊𝑎𝑏𝑎𝑟𝑎𝑘𝑎𝑎𝑡𝑢
Darsii keenya guyyaa hardhaa fedha Rabbiitiin torbaan dhufutti dabarsinee jirra….dhiifama nuuf godhaa….!!
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Zarii Rasuulaa tartiibaan qabachuu yoo barbaaddan…Nazmii tana haffazaaa….!!
🌸

#Wahiif jedhe.....?!!!
👌Sin ajaa'ibu namoonni tokko tokko gaafa dhukkubni hospitalaa fi siree irra isaan ciibsellee....hojii isaanii hin dhiisan.....
#wahiif jedhe......?!!!
👌haala keessa jiran ofumatti dhiisanii yaada isaanii bakkaan gahatuuf carraaqqatan.
👌Nama ni'imaan guuttame fakkaatanii....keessaan rabbitti iyyatan.
#wahiif jedhe......?!!!!
👌waan isaanitti jiru dhiisanii...hawaasaaf,ummataaf,yaadan....!!!
👌osoo dhukkabsatanii,nama fayyaa fakkaatanii nagh si gaafatan.

namoota akkanaa irraa ta'i....


https://www.tg-me.com/tafak_or
#Fayyaan_faaya

✍️ Namni fayyaa qabu waan addunyaa tanarraa gaarii tahe hundaa inuma hawwa
….kan dhibamee ciisu garuu Aafiyama tanaa osoo argadhee jedhee hawwa….!

Rabbiin fayyaa siif kenne sirra haa tursiisu,
Nama dhibee isaa Rabbiin malee namni biraa hin beeknes Rabbumti haa fayyisu…!

@tafak_or
2024/11/15 11:57:09
Back to Top
HTML Embed Code: