Telegram Web Link
☆☆☆﷽☆☆☆

#Gorsa gabaabduu..... !!!
●hin dallanin dallansuun xummurri isaa gaarii kan hin ta'in farda sheeyxaanni ittiin gulufu waan ta'eef.....
●hin waanyin waanyummaan dhibee keessa namaa nyaatee fixu.... dhibee suukkanneessaa waan ta'eef...
●Abdii hin kutatin... abdii kutachuun#RAHMATA Allh dagachuu waan ta'eef....
●hin gaddin .... gaddi ruuhii fi foon dabalatee kan barbadeesu.... farra gammachuu waan ta'eef...
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
https://www.tg-me.com/tafak_or
۞بسم الله الرحمان الرحیم.....♡♡

اَلسَلامُ عَلَيْكُم وَرَحْمَةُ اَللهِ وَبَرَكاتُهُ‎
Yoom?! Eessaatti?! fi ...sa'atii kamitti akka ruuhii tee fuudhutti ajajamu malakal mawt...hin beeytu....
😢Maaltu beeka yoo raftee ruuhiin tee fuudhamte....maarree ...
#zikriiwwan qara'i tawbadhu niyyaa gaariin buli....
🌘🌘🌘🌘🌘🌘🌘🌘🌘
https://www.tg-me.com/tafak_or
✍️ Keeyriin duniyaa fi aakiraadha waa afur irratti kan hundaahu arge jedha. Isaanis:
Iimaana,
Gammachuu,
Jaalalaa fi
Milkaa’inna…karaan wantoota afran kana ittiin guddifachuu dandeenyu, karaan ittiin jijjiiramuu dandeenyu kitaabota adda addaa dubbisuudhaan qofa jedhe…!!

#Shek Salmaanal-Owdah…
سلمان العودة
Rabbiin hidhaa isa haa baasu jedhaa…!!

@tafak_or
Yaa obbolessa kiyya Dubartii sin jaalanne osoo bareedina miti munalizaa Addunyaa tanaa taate hin fuudhiin...😔

Wallahi moggaa ishii hin bahiin
Yoo jireenya mana keeti dirree
Waraana godhu feete malee

Dubartiin malumma kee wajjiin
Sin jaalatin jiruu sitti cincessiti
Yeroo hunda sirratti uf tulti yoo
Bareedduufa taate an sin hin
Mallee jecha halkanii guyyaa
Akka ayaatatti sirratti qaraati
Si wajjiin jiraachuuf waan feedhii
Hin qabneef ilmaan illee osoo dhaltee ilmoo fi bakka hundatti
Hammenya kee dubbatti dhugaan
Sin jedha Osoo warri kee illeen ykn warri ishii si jaallates hin fudhiin
Irra hedduun ishii amala kana hin dhabdu yoo tan rabbiin rahmata
Godheef taate malee yaa rabbii...🥰


🌹 Shamarran keenya cufa waan rabbiin isaanii barreesse warra jaalatee ittis gammadee wajjiin
Jiraatu nuuf godhi yaa
Allah...🤲🤲
👇🏻

https://www.tg-me.com/tafak_or
🔊 Kitaaba Usula Sunnaa
Kan Imaam Ahamad binu Hanbaliin barraahe…
كتاب أصول السنة للإمام أحمد بن حنبل رحمه الله تعالى
Kutaa 1ffaa
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
Voice message
Ganama kanaan dhageeffadhaa…namoonni irraa fayyadamtan…yaada keessan nuuf qoodaa…!!
✍️ « Iraaq keessaa gaafa bahu, nama Imaamu Ahmad irra caalu, nama isarra beekaa, nama isarra Rabbiin sodaatu tokkoo dhiisee hin deemne isa malee…»

Eennutu akkana jedhe beektuu…?! Aduu addunyaa tanaa…Imaamu Shafi’iidha (Rahimahullaah)….
✍️ Jireenya kee keessatti hiriyyaa gaarii dhabdee…hiriyyaa hamaadhaan mokkoramuun kee…sababa heddumminna badii teetii akka tahe Rabbiin Qur’aanaa keessatti dubbatee jira….
👉🏼 Yoo badiin tantee heddummaatte Rabbiin hiriyyaa badaa sitti moosisee ittiin si mokkoraa beeki…

Aayata Qur’aanaa tana dubbisaa mee…👇🏻
{وكذلك نولي بعض الظالمين بعضا بما كانوا يكسبون}.
Hiriyyaa gaarii qabda taanaan Alhamdulillaah jedhi….
Hiriyyaa hamaa Rabbiin isinitti hin qabin….

https://www.tg-me.com/tafak_or
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
☆☆☆﷽☆☆☆
اَلسَلامُ عَلَيْكُم وَرَحْمَةُ اَللهِ وَبَرَكاتُهُ‎
♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡
Maatii/ Mnseensota
#tafakkur hundaaf.... !
🌺channal heedduu aggarre kan yoo ati waa barreessite bakka itti siif hin kennine.
🌺gruop hedduutu jira kan jechaa fi gocha isaaniitiin hamilee kee si cabsan... akkasuma karoora kee si jalaa fashaleessan...
😅Garuu isin
#maatiin tafakkur gochootaa fi jechoonni keessan faallaa waan amma jenneeti MASHA ALLH ALEYKUM🌹
🥰Hamileen keessan commentileen keessan , hirmaannan keessan hedduu namatti tola MASHA ALLAH ALEYKUM♡♡♡♡
🌸GALATOOMAA... isiniin ka malu galata qofaa miti....
🥰Mee
#du'aa'ii tana #Aamiin na jalaa jedhaa....
🤲Rabbiin taqwaa isiniif haa kennu... taqwaan jireenya keennaaf waan barbaachisu keessaa tokko.
🤲Rabbiin yaadaa fi muraada keessan isiniif haa guutu
🤲Rabbiin beekumsa isiniif haa kennu.
🤲Haala gaariin rabbiin isin haa bareechu. ( Husnal khuluq)
🤲Rabbiin ofii isaatii isin jaalatee, malaa'ikoonni isaallee isin jaalatanii, ilmi namaallee isin haa jaalatu....
🤲Uumamtoonni lafaa hundi isin haa kabajju.... ♡♡♡♡♡♡
🌹
#Aamiin... #Aamiin🌹
https://www.tg-me.com/tafak_or
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
Voice message
✍️ Hariiroon qur’aanaa fi hadiisa gidduu jiru maali______?




Kitaaba kana Kutaaa 2ffaa sa’aatii 9tti nu eegaa….!!
Live stream finished (5 seconds)
Live stream finished (1 minute)
Live stream finished (2 minutes)
Live stream finished (54 minutes)
2024/09/28 13:19:42
Back to Top
HTML Embed Code: