Telegram Web Link
โœ๏ธ Post kankee; suuraadhan kankee; text fi xalayaadhan kankee; haasaa fi barreeffama kankeeโ€ฆakkasuma sagalee yaamicha bilbila kee irra deddeebiโ€™ii toohdhu meeโ€ฆ.!?
Wanti hunduu si ilaallataโ€ฆwanti hunduu jireenya kankee kan boruun wal qabataโ€ฆ.!!

Ergasii jecha hayyuu keenyaa Imam Ashaxibii xiinxlliโ€ฆ;
ยซ Nama erga inni duโ€™ee badiin isaa isuma wajjiin duuteef jannatatu jiraโ€ฆAzaabni dheeraan nama erga inni duโ€™ee, badiin isaaa isa booda waggaa 100 ykn 200 turuudhaโ€ฆisimaan qabrii keessattis qixaatamaโ€ฆhanga isiin asirraa baddutti irraa gaafatamaโ€ฆ.ยป
"ุทูˆุจู‰ ู„ู…ู† ู…ุงุช ูˆู…ุงุชุช ู…ุนู‡ ุฐู†ูˆุจู‡ุŒ ูˆุงู„ูˆูŠู„ ุงู„ุทูˆูŠู„ ู„ู…ู† ูŠู…ูˆุช ูˆุชุจู‚ู‰ ุฐู†ูˆุจู‡ ู…ุงุฆุฉ ุณู†ุฉ ูˆู…ุงุฆุชูŠ ุณู†ุฉุŒ ูŠุนุฐุจ ุจู‡ุง ููŠ ู‚ุจุฑู‡ ูˆูŠูุณุฃู„ ุนู†ู‡ุง ุฅู„ู‰ ุงู†ู‚ุฑุงุถู‡ุง.

Keessattuu warri Facebook; TikTok fi YouTube qabdanโ€ฆwarroonni Chanala adda addaa qabdan dhaamsi kun keessatti isin ilaallataโ€ฆโ€ฆgalatoomaa

Share๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ๏ธ Qabeenya, haala jiruuf jireenyaaa fi fayyaa keessatti nama sii gadi jiru ilaaliโ€ฆ!
Diinii, beekkumsa, haalaa fi amala keessatti nama sii ol jiru ilaaliโ€ฆ.
โœ๏ธ Nama sirraa uf dhiibutti dhihaachuuf hin kajeelinโ€ฆsalphinnaa fi xiqqeenyaan biraa deebita waan taheefโ€ฆ!!
Nama si barbaadurraahis uf hin dhiibinโ€ฆgosoota dhala namaa miidhan keessa ooltaaโ€ฆNama sitti kalaahurraa fagaachuun gaarummaa dhabuu kee muldhisaโ€ฆ!!
โœ๏ธ Iccitii silaa sirritti dhoksuun sitti dirqamaaโ€ฆobboleewwan kankeetis taatu kan biroottis baastee hin facaasinโ€ฆmaaf nama iccitii koo naaf eega jettee yaaddu..nama nama hundaa ol sitti dhihaatus hin tahinโ€ฆ.!!
โœ๏ธ Seera โ€œdirqama yaanni koo fudhatamuu qaba " jedhuunis nama hin gorsin..!
Seera yaamichi koo awwaatamuu qabaanis manguddummaa hin deeminโ€ฆSeera galata namarraa argadhaatiinis baastee namaaf hin kenninโ€ฆ.

Garuu isa caalu fayyadamuudhaan deemiโ€ฆhanguma dandeesseen xiyyeeffannoon kee guddaan ergaa dabarsuu, nama walitti araarsuu fi gaarii hawaasa keessa faffacaasuu haa tahuuโ€ฆ
โœ๏ธ Yoo nama tokko gorsuuf yaadde, ol baastee osoo hin taane iccitiidhaan gorsiโ€ฆhawaasa keessatti dirree baaftee osoo hin taane, mana keetitti affeerii gorsiโ€ฆkallattii kanaan deemtee yoo galuufii dide garuu quba itti qabuunis, badheetti wal baasuunis bareedumaโ€ฆ.!!

Galatoomaaโ€ฆ.!!
Share๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tg-me.com/tafak_or
#Way_Fayyaa
Qaadii Huseen Lafeen Dugdaa Isaa Miidhamtee Bakka Ciisetti Aadaara.

#Way_Duniyaa
Kalee Akkuma Kiyyaa fi Kee Fiigee Utaalee Taphatee Jiraata ture. Jireenyi kana Qabdi.

Yaalamuuf Qarshii Miiliyoona Afurii ol gaafatame #Nabiraa dhaabadha_Nadhaqqabaa Jedhaara Ilmi Biyyaa Qaadii Huseen.

Waan Qabdaniin Bira Dhaabadhaa, Waliin Taanee Haa yaalannuu.

#Gumaacha_Keessan Itti haa fufuu

Kadi Husen Girii
CBE:- 1000265788762
COOP:- 1000083311766
Awash:- 014251309456800

Odeeffannoo Dabalataaf
+251988770707

https://chat.whatsapp.com/KYtKyLmxTRj6fEQBcynA3E

https://www.tg-me.com/gargaarsa_abbaa_jabal
โœ๏ธ Abjuu kankee kan ajjeesus, kan jiraachisus simaโ€ฆosoo jireenya hamaa keessallee jiraattee abjuu kankee gad hin lakkisinโ€ฆ!!

#tafak_or
โœ๏ธ Salaanni fajrii yoo si jala dabreโ€ฆErga subhii salaattee salaata duhaa boodaan salaati.
๐Ÿ‘‰๐Ÿผ Salaata shanan keessaa takka yoo si jala tarteโ€ฆsalaatii boodaan sunnaadhan salaatiโ€ฆ!
๐Ÿ‘‰๐Ÿผ Ganama badii wahii yoo dalagde,โ€ฆhamma dandeesseen halkan kaatee salaatuu yaali..
๐Ÿ‘‰๐Ÿผ Yoo azkaarri ganamaaf galgalaa si jala kuteโ€ฆ.fuula lamaas taatu qurโ€™aanarraa qaraโ€™iโ€ฆ
๐Ÿ‘‰๐Ÿผ Badii takka yoo dalagdeโ€ฆduubaan dafii keeyrii wahii dalagadhuโ€ฆ!

Rabbiin (Subhanahu wataโ€™ala) akkana jedhaโ€ฆ:
" ุฅู† ุงู„ุญุณู†ุงุช ูŠุฐู‡ุจู† ุงู„ุณูŠุฆุงุช" โค๏ธ
โ€ Toltuun hamtuu namarraa haqxi/deemsistiโ€ฆ."

Share๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ๏ธWaan siif Kenname Yoo Beeyte Waan Dhabdee ni Irranfatta.

-> Kan Dhibame............ Osoon Fayyaa qabaadhee.

-> Kan Miskinaaye ...... Osoon mallaqa argadhe.

-> Sooressi......... Osoo Aangoo Qabadhee

-> Dadhabaan..... Osoo humna argadhee.

๐Ÿ‘‰Osoo jedhuu Dalagaa Kheeyrii meeqa dabarsaa. Waan Nuuf hin kennamin osoo lakkooynu, Waan guddaa Allahaan nuuf kennen isaa galaatonfachuu dhiisnee gabrootaan isa gaarii tahu nu dhorgee jira.

Yaa Allah Warra Tola ati nutti Oolte beeke si Galatonfaturraa nu godhi.๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ
๐ŸŒนุงู„ุญู…ุฏ ู„ู„ู‡ ูŠุง ุงู„ู„ู‡ ุนู„ู‰ ูƒู„ ุงู„ุฎูŠุฑ ุงู„ุฐูŠ ูุนู„ุชู‡ ู„ู†ุง๐ŸŒน
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
๏ทฝ #AMALOOTA.....#NAMA BOONUU..... โœNamni boonu haqa hin fudhatu..... โœKan isaa malee wanti gaariin namootaa itti hin mi'aawu..... โœNamarraa barachuufii #haqa fudhachuun itti ulfaata..... โœBaay'isee galata jaalata.... โœYoo dongongorri isaa itti himamu ni dallana/aara...โ€ฆ
โ˜†โ˜†โ˜†๏ทฝโ˜†โ˜†โ˜†

#QORSA/DAWAA#NAMA...#BOONUU...
๐ŸŒนAllaahaa beekuu fi gadi of qabuu/xiqqeessuu...
๐ŸŒนBoonnuun kan malu allaahaa qofa akka ta'e beekuu....maalif yoo jenne...Allaahan yeroo hunda jiraataa waan ta'eef...
๐ŸŒนBoontummaan onnee kee keessa yoo seene namatti hin beeksisu waan ta'eef #Diiniidhaan ofirraa ittissi...
๐ŸŒนWantoota hojjatteen of hin dinqisiifatin...
๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ

https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ๏ธ Yeroo hundaa filannoo lama qabda:
Takkaa rakkoo sanaaf furmaata kennuuโ€ฆykn daftee bira kutuudhaโ€ฆ
Bira dhaabbattee ilaaluun garuu waa takkaafuu sin qarqaaruโ€ฆ.!
โœ๏ธ Jaalala sirbaa onnee kee keessaa baasuu ni barbaaddaaโ€ฆ!?
Tartiiba armaan gadii hordofuu qabda. Isaanis:

1) Salaata shanan yeroo isaa eegdee kushuuโ€™aan salaatuu qabda..
2) Sirboota bilbila kee keessatti feโ€™atte ykn waraabde hundaa dursitee haquu qabdaโ€ฆ
3) Qurโ€™aanaa fi Nashiidaalee islaamaa tan seera shariโ€™aa islaamaa guuttatte ganamaa fi galgala dhageeffachuun..
4) Bakka sirbaa sana qurโ€™aana ykn Nashiidaa bakka buusuudhaan..
Araada tokko yoo dhiiste..bakka sana araada biraa bakka buusuun wantoota sanitti akka hin deebineef si qarqaaraโ€ฆ.
๐Ÿ‘‰๐Ÿผ Suusii sirbaa irraa gara suusii Nashiidaa fi qurโ€™aanaa ol siiquu qabdaโ€ฆ!

๐Ÿ‘‰๐Ÿผ Yeroo hundaa yaadadhu: Qurโ€™aanaa fi sirbi qalbii takka keessa yoomuu wajjiin jiraachuu hin dandaโ€™anโ€ฆtakka keessaa filadhuโ€ฆ
5) Nama biraatiifis ergaa tana dabarsi maaltu beekaโ€ฆatis fayyadamtee nama biraas fayyaduu dandeessaaโ€ฆ
Gaafa ergaa tana namaaf dabarsituโ€ฆnamni sun maal naan jedha jechaafuu irraa uf qusattaโ€ฆ

Share

https://www.tg-me.com/tafak_or
๐ŸŒน๐ŸŒนQabatama ta,i๐ŸŒน๐ŸŒน

๐ŸŒธdaa,imni yoo gara samii ol darbiite yeroo gadii deebi,u ni kolfaa...๐Ÿฅฐ
Sababni isaa darbitee akkaa hin dhiifne wan beekuf...yeroo gadii deebi,u akkaa ati Eegdu qabataman beeka...๐Ÿฅฐ
๐ŸŒธ atis qormaata rabbii keessa jiraattee yoo darbamte ... yeroo gadii deebitu rahmani rabbii akkaa si simatu akkaa gadii sin dhiifne qabataman beeki...๐Ÿ‘Œ
๐ŸŒน๐ŸŒนrabbii kee irrati yomuu qabatama qabaadhu๐ŸŒน๐ŸŒน

ilahiye uf irraa nan fageessin...๐Ÿ˜ข
๐ŸŒธ Osoo sin argiin ...sittii Amanee
๐ŸŒธOsoo sin argiin...sif sujuude
๐ŸŒธOsoo sin argiin...si kadhadhee
๐ŸŒธ Osoo sin argiin...si Amanee
๐ŸŒธ Osoo sin argiin...si sodaadhe...๐Ÿ˜ข

๐ŸŒน Ya rabbii guyyaa fuula kee dhufee ijaa rahmatatin na mil,adhu....
Sin wal arguu koo naf bareechii...๐Ÿคฒ

๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tg-me.com/tafak_or
โ˜†โ˜†โ˜†๏ทฝโ˜†โ˜†โ˜†

๐Ÿ”‘
#FURTUUWWAN #JIREENYA #GAARII....?!
๐Ÿ—
#Furtuun salaataa..
~~Qulqullina
๐Ÿ”‘
#Furtuun hajjii....
~~Ihraamaa
๐Ÿ—
#Furtuun hojii gaarii..
~~Iklaasa.
๐Ÿ”‘
#Furtuun beekumsaa..
~~gaafii sirriidha.
๐Ÿ—
#Furtuun jannataa...
~~Tawhiida.
๐Ÿ”‘
#Furtuun gargaarsa rabbii ittiin argatan...
~~Obsa
๐Ÿ—
#Furtuun milkiidhaa....
~~Taqwaadha.
๐Ÿ”‘
#Furtuun injifannoo...
~~ Rabbiifi ergamaa๏ทบ isaa hordafuudha.
๐Ÿ—
#Furtuun hiree...
~~shukrii galchuudha.
๐Ÿ”‘
#Furtuun jireenya Aakiraa....
~~Duniyaaf haafayuu dhabuudha.
๐Ÿ—
#Furtuun akkan haa" ta'uu ittiin" argatan
~~Allaahaa kadhachuudha..
๐Ÿ”‘
#Furtuun iimaanaa...
~~uumama Allh xinxaluu.
๐Ÿ—
#Furtuun Rizqii....
~~istigfaara, taqwaa fi, firummaa sufuudha.
๐Ÿ”‘
#Furtuun onnee...
~~Qur'aana dubbisuudha.
๐Ÿช„๐Ÿช„๐Ÿช„๐Ÿช„๐Ÿช„๐Ÿช„๐Ÿช„๐Ÿช„๐Ÿช„๐Ÿช„
https://www.tg-me.com/tafak_or
Kitaaba
ุฃุตูˆู„ ุงู„ุณู†ุฉ ู„ู„ุฅู…ุงู… ุฃุญู…ุฏ ุฑุญู…ู‡ ุงู„ู„ู‡
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
Voice message
ุงู„ุณู„ุงู… ุนู„ูŠูƒู… ูˆุฑุญู…ุฉ ุงู„ู„ู‡ ูˆุจุฑูƒุงุชู‡

Kitaaba kana namni barachuu feetanโ€ฆguyyaa muraasa keessatti isiniif xumuraa na hordofaa inshallaah
2024/09/28 15:35:30
Back to Top
HTML Embed Code: