Telegram Web Link
Ragaa 18 ol Ayyaanni Mowlidaa bid’aa tahuu irratti isiniif barreessee ture…dubbisaa share waliif godhaa


PDF👇🏻
✍️ Waan salphaa tahe osoo hin taane, waan sirrii tahe raawwadhu….!
#Seeqadhaa

✍️ Hattoonni guyyaa takka ganda Abbaa Sa’idoo seenanii, waan jiru hundaa guuratanii waan xiqqoo takka qofa dhiisaniif…
Isaan bahanii jennaan, innis waan isaan I hanbisan sana guuree duuka bahe….!

#Hattoota: Eessa deemta namichoo? Maal barbaaddeeti nu duuka baata? Jedhanii gaafatan..
#Abbaa Sa’id: Silaa waan manatti naaf hanbistan hin jiruu, waan hafte guuradhee mana keessanitti galuuf jedheen…😁

Achumaa hattoonni itti kokkolfanii meeshaa isaa guutuu deebisaniif…😁

Galatoomaa gadaan ta humnaan osoon taane malaan bulan 👇🏻

https://www.tg-me.com/tafak_or
👉 Nama gaddu saniin jedhaani...

Hin gaddiin hin yaadda'in!  Rakkoo jiruu fi diina kee irraa si muudaten hin laafin! Abdii kutatte harka hin laatin. Cinqamte sammu kee dhiphisuun  rakkoo sirratti dhaqqabe sirraa hin dhabamsiisu,  gadduun keetis midhaa male faayidaa sif hin dabalu.

Wanta atii dhalachuu keetin dura  siif katabameetu sirraatti raawwatamaa waan taheef  gadduu fi cinqamuun kee jijjirama fidu hin qabu. Kanaa mannaa  obsii  du'aayii godhi...xayib...👌

﴿وَلَقَد نَعلَمُ أَنَّكَ يَضيقُ صَدرُكَ بِما يَقولونَ۝
فَسَبِّح بِحَمدِ رَبِّكَ وَكُن مِنَ السّاجِدينَ۝
وَاعبُد رَبَّكَ حَتّى يَأتِيَكَ اليَقينُ﴾ [الحجر: ٩٧-٩٩]

🌸 Dhugumati wan isaan jedhanuun qomni kee rakkachuu ni beekna.
🌸 Gooftaa kee faarsuu wajjiin isa qulqulleessi warra sujuudan irraas ta,i.
🌸 Hanga dhugaan (duuti)sitti dhufutti gooftaa kee gabbari.
[ Al-hijr 97-99]

👇🏻

https://www.tg-me.com/tafak_or
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
#Abshir….!!

✍️ Waan hardha sitti jabaatu kana guyyaa tokko Rabbiin bira si dabarsee, akka seenaatti teessee booharaa gammadaa irraa haasofta….!!
✍️ Bu’aa bultii ijaarachuun uf keessaa qabdu keessaa tokko, Rabbiin ilmoo Rabbiin gabbartu dugda keetirraa baasuudha..kun qananii guddaadha…
Rabbiin bultii gaarii keessatti nu haa ijaaru kaa…🤲🏿

@tafak_or
✍️ Walitti dhiheenya qaamaa irra, walitti dhiheenya qalbii fi Ruuhiittu irra guddaadha…..!!

@Ibnu_Teymiyaa
أركان الإسلام الخمسة بالترتيب:
1) الشهادتان
2) إقامة الصلاة
3) إيتاء الزكاة
4) صوم رمضان
5) حج البيت لمن استطاع إليه سبيلا..

أركان الإيمان وهي:
1-الإيمان بالله
2-الإيمان بملائكته
3-الإيمان بكتبه
4-الإيمان برسله
5-الإيمان باليوم الآخر
6-الإيمان بالقدر خيره وشره

شروط الصلاة وهي تسعة:
1_الإسلام
2_والعقل
3_والتمييز
4_ورفع الحدث
5_و إزالة النجاسة
6_وستر العورة
7_ودخول الوقت
8_واستقبال القبلة
9_والنية..

اركان الصلاة وهي أربعة عشر:
1-القيام مع القدرة
2_وتكبيرة الإحرام
3_وقراءة الفاتحة
4_والركوع
5_والاعتدال بعد الركوع
6_والسجود على الأعضاء السبعة
7 _والرفع منه
8_والجلسة بين السجدتين
9_والطمأنينة في جميع الأفعال
10_ والترتيب بين الأركان
11_والتشهد الأخير
12_ والجلوس له
13_والصلاة على النبي صل الله عليه وسلم
14_ والتسليمتان..

واجبات الصلاة وهي ثمانيه:
1_جميع التكبيرات غير تكبيرة الأحرام
2_وقول: سمع الله لمن حمده للإمام والمنفرد
3_وقول :ربنا ولك الحمد للكل
4- وقول: سبحان ربي العظيم في الركوع
5- وقول: سبحان ربي الأعلى في السجود
6_وقول : ربي اغفر لي، بين السجدتين
7_والتشهد الأول
8_والجلوس له.. :

مبطلات الصلاة وهي ثمانية:
1- الكلام العمد مع الذكر والعلم أما الناسي والجاهل فلا تبطل صلاته بذلك
2- الضحك
3- الأكل
4- الشرب
5- انكشاف العورة
6- الإنحراف الكثير عن جهة القبلة
7- العبث الكثير المتوالي في الصلاة
8- انتقاض الطهارة..

لابد من حفظ هذه الواجبات والشروط والسنن والأركان...والله ولي

https://www.tg-me.com/tafak_or
✍️ Waa’een duniyaa sin yaachisin duniyaan harka Rabbii jirti,
Waayeen Rizqii sin yaachisin rizqiinis Rabbiin biraa dhuftii,
Fuuldurri keetis sin dhibin…fuuldurri keetis harka Rabbii jiraa….

Wanti si yaachisuu qabu akkamitti Rabbii koo jaalachiisaa qofa tahuu qaba…

Oolmaa gaarii qabaadhaa 👇🏻

https://www.tg-me.com/tafak_or
☆☆﷽☆☆
👌#JECHOOTA Abdii namatti horanii fi nama kakaasan!!
Jireenya keessatti...guyyaan hundi gammachuu miti....
🌺Obsaan dabarsi...
waan kaleessa darbe Irranfadhu....
🌺kan boriitiif tattaafadhu..
Mo'ataa kan si taasisu baay'ina dargaggootaa osoo hin taane......
🌺 yaadaa fi ofitti amanamummaa ati qabduudha.
Soba waliin fiiguu dandeessa.garuu.......
🌺dhugaa jalaa dhokachuu hin dandeettu...
waan feetuu fi hawwitu yoo dhabde...Allhtti hin gaddin....
🌺Allahn waan ati barbaaddu osoo hin taane waan si barbaachisu siif kenna.🥰
Abdii hin kutatin....
🌺Lafa dukkanti jirtu hundumaa ifti yeroo isaa eeggatee dhufa.
Gufuu fuuldura kee jiru osoo hin taane....
🌺Kaayyoo keessa kee jiru ilaalii tarkaanfadhu.
👇
https://www.tg-me.com/tafak_or
✍️ Yaa Rabbi faana gaarii yoo ani asirraa deemes hin deemne wahii na taasisi…Yaa Allaah🤲🏿
Biyyi yeroo jalqabaatiif television 📺 laalte biyya tami____?
Anonymous Quiz
47%
A) Raashiyaa
34%
B) Chaayinaa
19%
C) Ameerikaa
#Hin_bareedu_dhugatti!

Afaaniin nama sobaa
Garaan namatti maluun
Bifaan nama fakkaataa
Qaamaan Bosona galuun

Caba ofii dhoffataa
Isa namaa odeessuun
Dhugaa namaa awwaalaa
Garaa namaa bobeessuun

Afaan Damma dibataa
Qeensa namatti qabuun
Daba namatti yaaduuf
Lagarra namatti labuun

Hin bareedu dhugatti

Nama dhugaa dubbatu
Afaan isaa ukkaamsuun
Mana haqaan dalagu
Haqaan malee itti saamsuun

Daandii qajeelaa dhiiftee
Isa dabaa filatuun
Abbaa yakkaa dhossitee
Isa fayyaa himatuun

Daandii haqaarra deemta
Jedhaa nama ugguruu
Dhugaa lafarra jirtu
Maallaqatti gurguruu

Rasaasa summii baattee
Mana namaa naannayuu
Har'a hannaaf bobbaatee
Boru immoo qaanayuun

Hin bareedu dhugatti

Aangoof qabeenna keetiin
Hiyyeessarratti duuluu
Qabeenya haqaan malee
Kuusaa keetitti tuuluu

Leenjii shiraan guuttameen
Baatee nama dararuu
Kijiba isan jirre
Kiiloo Dhibbaan safaruu

Hin bareedu dhugaa!

✍️Ahmed Husen Gishe

https://www.tg-me.com/tafak_or
والصبح إذا تنفس.

✍️ Rabbiin barii yaanni keessan keessatti furmaata argatu; kan qomti keessan keessatti baldhatu; kan Rabbiin kadhaa teessan keessa awwaatu isiniif haa taasisu….Aamiin🤲🏿

Oolmaa gaarii
✍️ Guyyaaa jum’aa keessaa yeroo takkatu jira kan du’aa’ii namni yeroo sana kadhate hanga bakka geettutti gadin deebine…..

Sa’aatii sana yoomi mee?
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
2024/09/21 00:57:54
Back to Top
HTML Embed Code: