Telegram Web Link
Deemiโ€ฆ.jireenyi wantoota baayโ€™ee sirraa eegaa jirtiiโ€ฆ!!
ู„ูŽูŠุณูŽ ุงู„ุฌูŽู…ุงู„ู ุจุฃุซูˆุงุจู  ุชูุฒูŠูู‘ู†ูู†ูŽุง


           ‏ุฅู†ูŽู‘ ุงู„ุฌูŽู…ุงู„ูŽ ุฌูŽู…ุงู„ู ุงู„ุนูŽู‚ู„ู ูˆุงู„ุฃุฏูŽุจู
Sababoota 30 gammachuudhaf:

1 Yaadadhuโ€ฆxiinxalliโ€ฆgalateeffadhu
2 Wanti dabre dabree jira
3 Guyyaa kankee hardhuma
4 Fuuldurri kee hanga dhufuuf ittuma dhiisi
5 Qeeqa namaa wajjiin akkamitti jiraachuu dandeessa
6 Eennurraahuu galata hin eegin
7 Tola ooltummaan qoma namaaf baldhisa
8 Yeroo boqonnaa keetii hujiidhaan dabarsi
9 Uf tahii jiraadhu
10 Murtee Rabbiitti amanuu/qadara
11 Dukkana wajjiin ifnanatu jira
12 Leeymuuna irraa Irra miโ€™aawaa dhugaatii dalaguu ni dandeesa
13 Yeroo ati cinqamte eennutu siif birmataโ€ฆ!
14 Manni keetuu siif gahaadhaโ€ฆ
15 Bakka buusaan Rabbiโ€ฆ
16 Iimaanni jiruudhaโ€ฆ
17 Damma baafadhu malee gaagura hin cabsinโ€ฆ
18 Zikriin qalbii namaaf qabbaneessa..
19 Waan Rabbiin siif kennetti maaf si waanyan garuuโ€ฆ
20 Jireenya akkuma isheen jirtutti fudhadhuโ€ฆ
21)
๐Ÿ–‹๏ธ @Ibro
Ibsa guutuu wajjiin walitti deebina Inshallaahโ€ฆ

https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ๏ธ Jaalala qalbiidhaa eennullee hoogganuudhaaf dandeettii itti hin qabuโ€ฆ
Hanga Rasuulli Aalamaa (Sallallaahu aleyhi wasallama)
akkana jedhan takka:
โ€ Yaa waan ani qabu, waan ati qabdu keessatti qoonni kiyya isa kanaโ€ฆwaan ati qofti qabdu kan ani hin qabne keessatti garuu nan qabin Yaa Rabbiโ€ฆ"
Kennaa biraa keessatti wal qixxeessitee qooduu ni dandeesaaโ€ฆgaruu jaalala keessatti yoomuu walqixa jaalachuu hin dandeessuโ€ฆ!
โœ๏ธ Ammas hadiisa biraa keessatti akkana jedhan:
โ€ Ani jaalala Aaโ€™ishaadhaa samii irraa kennameโ€ฆ.."

Kanaafuu Jaalalli hireedhaโ€ฆ.!!

Share๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tg-me.com/tafak_or
Akhlaaqa gaarii
Barbaachisummaa Amala gaarii

1 Aayatoonni qurโ€™aana kanneen akhalaqa gaarii horachuutti nama kakaasan lakkoofsa hin qabanโ€ฆ
2 Amalli gaariin eenyummaa nama tokkootiโ€ฆ
3 Kan madaalamtuun amala keetiinโ€ฆilmi namaa dheerinnaa fi gabaabinna, furdinnaa fi qaldhinnaan osoo hin taane amala isaatiin madaalama..
4 Islaamummaa fi akhalaaqa gidduu kallattii hundaan walitti dhufeenya guddatu jiraโ€ฆ
5 Diiniin ykn amantiin Akhlaaqaโ€ฆ
6 Amalli dhuunfaa fi hawaasa guutuu irrattis dhiibbaa guddaa waan qabuuf..sirritti beekuun baayโ€™ee barbaachisaโ€ฆ
7 Amalli kankee buโ€™uura milkaahinna keetiitiโ€ฆ
8 Hawaasa tokko ijaaruuf murteessaan amalaโ€ฆ
9 Amalli gaariin nyaataa fi dhugaatii caala jireenya kankee keessatti barbaachisaadhaโ€ฆ
10 Amala yoo hin qabaanne eennuun wajjiinuu jiraachuu hin dandeessuโ€ฆ
11
Share๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tg-me.com/tafak_or
Aayata tana sirritti xiinxallaa meeโ€ฆ.

ููŽู„ูŽู…ูŽู‘ุง ุฌูŽุงุกูŽ ุฃูŽู…ู’ุฑูู†ูŽุง ู†ูŽุฌูŽู‘ูŠู’ู†ูŽุง ุตูŽุงู„ูุญู‹ุง ูˆูŽุงู„ูŽู‘ุฐููŠู†ูŽ ุขู…ูŽู†ููˆุง ู…ูŽุนูŽู‡ู ุจูุฑูŽุญู’ู…ูŽุฉู ู…ูู‘ู†ูŽู‘ุง๏ดพ

โ€ Ajajni keenya dhufee jennaanโ€ฆSaalihii fi warroota isa wajjiin amananis Rahmata keenyaan azaaba jalaa naga baafneโ€ฆ"

Cinqaa fi rakkoo hedduu booda baldhinni siif dhufnaanโ€ฆbeeki Rahmata rabbiitiinโ€ฆ.
โœ๏ธ Erga dhibamtee waggaa hedduu yaalamtee booda fayyinaanโ€ฆdoktora cimaan waan waldhaanamteef ykn dawaa bareeda waan argatteef osoo hin taaneโ€ฆRahmta Rabbiitiin akka tahe yaadadhuโ€ฆ!
โœ๏ธ Erga dalagaa malee turtee yoo dalagaa argatteโ€ฆdandeettii keetiin osoo hin taane; waraqaa ragaas waan qabduuf osoo hin taane, Rahmata Rabbiitiin akka tahe yaadadhuโ€ฆ.!
โœ๏ธ Erga ati abdii kutattee booda yoo Rabbbiin ilma siif kenneโ€ฆdandeettii keetiin osoo hin taane ykn sababa dawaa fudhatteef osoo hin taaneโ€ฆRahmatuma isaatiin akka tahe hin dagatinโ€ฆ

Kunneen hunduu hayyama Rabbiitiin duubatti sababoota si fayyaduu fi si miidhuus dandaโ€™anii mitiโ€ฆ!
Dhibamaa meeqatu waldhaanamee yaala dhabeโ€ฆ
Hayyuu meeqatu osoo waraqaa ragaa guutuu qabu dalagaa dhabeโ€ฆ
Nama meeqatu fuudhee ilma dhabe..
Kheeyriin ati keessa jirtu hunduu Rahmata Rabbiitiinโ€ฆabbaa galataattu galata sitti ooleeโ€ฆgalata isaa hin dagatin..!

Share๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ๏ธ Rasuulatti salaama naaf dhaami jetteen haati manaa goota addunyaa kanaa #Ismael haniyyaaโ€ฆ.
ุณู„ู… ุนู„ู‰ ุงู„ุฑุณูˆู„
Addunyaan tuni hardha nama jabaa uf keessaa dhabdee jirtiโ€ฆ.
โœ๏ธ Ilma namaa tahee namni badii hin dalagne hin jiruโ€ฆgaruu galanni Rabbiif haa tahuu yeroo hundaa balballi towbaadhaa banaadhaโ€ฆ.!

Alhamdulillaah
๐Ÿ–‹๏ธSh/Saalih Alfowzaan (Rahimahullaah)
โœ๏ธ Salaata keessatti dhiiraa fi dubartoonni bakka shan qofatti garaagarummaa qabu. Isaanis:

Yaaluu dandeessuu?
๐Ÿ‘‡๐Ÿป
โœ๏ธ Yeroon ammaa kuniโ€ฆ.:

Yeroo dalagaa,
Yeroo qurโ€™aana keessa haftazan..,
Yeroo wantoota haaraa hedduu keessa baratan,
Yeroo barnootaan cimanii bakka guddaa itti gahanโ€ฆ,
Yeroo towbaa,
Yeroo dhaloota qaranii keessatti guddisan..,
Yeroo isa keessa hariiroo qurโ€™aanaa kan duraa caala cimsanโ€ฆ,
Yeroo gara Rabbiitti fuula deebiโ€™anโ€ฆ.!
Waan buโ€™aa isiniif hin qabnetti yeroo keessan ufirraa hin gubinaaโ€ฆ.

โœ๏ธ Gaafii lamarraa gaafatamuuf fuuldura keenyatti qaxaroon nuuf qabameeraโ€ฆ:
Umrii kankee maal keessatti fixxee fi dargaggummaa kankee maal irratti gubdeedhaโ€ฆ??!

โœ๏ธ Koottaa bifa haaraadhaan eegalleeโ€ฆsammuu keenya wantoota nuu fi amantii keenya akkasumas hawaasa keenya fayyadaan busy haa taanuuโ€ฆ!!

Share๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ๏ธ Rizqiin kheeyrii Rabbiin siif kennu qofa osoo hin taaneโ€ฆsharriin Rabbiin sirraa deebisullee Rizqii tahuu isaa hin dagatinโ€ฆ..!!
#Dhiifamaโ€ฆ.

โœ๏ธ Namni tokko dhiifama yoo siin jedheโ€ฆdirqama isatu balleessaa qabaa, dhugaan teeti jechaa mitiโ€ฆ!
Sitti boonuu caala,hariiroon gidduu keessan lamaan jiraa waa hunda caalaa akka tahe galuufis malaโ€ฆ!
โœ๏ธ Dhiifama jechuun yeroo tokko tokkoโ€ฆwanti fedhes gidduu keenyatti uumamu ani sirraa fagaachuu hin barbaaduus ni tahaโ€ฆ!
โœ๏ธ Uf tuuluun hanga silaa sirraa eeggamuu fi bakka sirraa eeggamu irraa fuutee akka siin hin tarreโ€ฆ.!
Nama dhiifama si gaafate yoma sana dhiifama jedhiinโ€ฆnamoonni akkasii Baayโ€™ee hin argaman waan taheefโ€ฆ.!!

Waan dhiifama naaf gootaniif galatoomaaโ€ฆ!

https://www.tg-me.com/tafak_or
2024/09/25 07:28:38
Back to Top
HTML Embed Code: