Telegram Web Link
#Galaa_jireenyaaโ€ฆ.!!

โœ๏ธ Girgiddaa mana moofaa ykn mana hiyyeessaa duubaan ilaaltee, nama mana sana keessa jiraatu irratti murtee hin kenninaaโ€ฆ!
Manatu biyyeedhaan tolfame malee, Ruuhii warqii caaltutu keessa jiraatuun mala..
โœ๏ธ Manneen akkasii sana osoo seentee ilaaltee, bunni isaanii sukkaara hin qabu malee jaalalli isaan siif qaban sukkaara caala miโ€™aawaaโ€ฆ..
โœ๏ธ Akkasuma qaldhinnaa fi furdinna namaas ilaaltee maalummaa namaa hin murteessinโ€ฆ
Qaama isaattu qaldhate malee, gabbinni sammuu isaa addunyaa guutuu kunuunsuu dandaโ€™aโ€ฆfurdinna qaamaa garte malee keessi isaa hoffaa tahuu dandaโ€™aโ€ฆ..
Waan xiinxallee argeefโ€ฆ.

Share๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ๏ธ Sirrimatti itti amaniโ€ฆ
Wanti si dabre tokko duruma siif hin uumamne, wanti siif uumame yoomuu akka si jala hin dabarre itti amanuu qabdaโ€ฆ.!!

@tafak_or
โœ๏ธ Rabbiin ajaja wahii dabarsee, wayta ajaja san ufirraa eegaluunโ€ฆ.wanti Sun Rabbiin biratti baayโ€™ee guddaa tahuu beekiโ€ฆ..!!

โ€œ Rabbii fi malaaโ€™ikoonni isaas Salawaata Nabiyyii irratti buusanโ€ฆโ€ฆ..Yaa warra isa dhugoomsitan hoo isinis Salwaata Nabiin irratti buusaaโ€ฆ.โ€

๏ดฟุฅูู†ูŽู‘ ุงู„ู„ูŽู‘ู‡ูŽ ูˆูŽู…ูŽู„ูŽุงุฆููƒูŽุชูŽู‡ู ูŠูุตูŽู„ูู‘ูˆู†ูŽ ุนูŽู„ูŽู‰ ุงู„ู†ูŽู‘ุจููŠูู‘ ูŠูŽุง ุฃูŽูŠูู‘ู‡ูŽุง ุงู„ูŽู‘ุฐููŠู†ูŽ ุขูŽู…ูŽู†ููˆุง ุตูŽู„ูู‘ูˆุง ุนูŽู„ูŽูŠู’ู‡ู ูˆูŽุณูŽู„ูู‘ู…ููˆุง ุชูŽุณู’ู„ููŠู…ู‹ุง๏ดพ

Sallallaahu aleyhi wasallamโ€ฆ.

https://www.tg-me.com/tafak_or
๐Ÿ”บIf His name was Yeshua in the books of the Jews,

Why is it different from the name mentioned in the Quran? โ“

๐Ÿ”บ *If His name was Yeshua, why do we call Him Eisa in Arabic?*


The [Arab] Christians call the Prophet of Allah *โ€˜Yasooโ€˜* ; in Hebrew the name is Yeshua.

The name Yasoo is an Arabised form of the name Yeshua, with a transposition of letters, altering the letter sheen to seen.
This often happens in words that are transmitted from Hebrew to Arabic.


Also Prophet Moses in Hebrew is with letter sheen (mashiach and Moshe), but in Arabic its Moosa, altering the sheen into seen.

๐Ÿ”บ *But the name mentioned in Quran is Eisa and not Yasoo, why?*

The name of Yasoo in Arabic language means = (lost).
so we don't call him Yasoo, but we call him Eisa as mentioned in Quran, as we won't call him with name of false meaning.

https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ๏ธ Jannata keessatti waa hundaanuu Dubartii duniyaattu caala moo Huuraleynii jannataattu caala____?
Anonymous Poll
52%
A) Dubartoota Duniyaa
54%
B) Huural-eynii jannataa
โœ๏ธ Milkaaโ€™inni guddaan maali beektaa?

Ibidda Azaabaa jalaa naga baatee qananii Jannataa sana keessa seenuudhaโ€ฆ..!
๏ดฟููŽุถู„ู‹ุง ู…ูู† ุฑูŽุจูู‘ูƒูŽ ุฐู„ููƒูŽ ู‡ููˆูŽ ุงู„ููŽูˆุฒู ุงู„ุนูŽุธูŠู…ู๏ดพ.โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹โ€‹‏โ€‹

Rabbiin warra Jannataa nu haa taasisuโ€ฆ..

https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ๏ธ Dubartoota Muโ€™uminaa Jannata keessattiโ€ฆ
Jannata keessatti dubartoota teenya tan Muโ€™uminaattu caala moo tan Jannataa santu caala..?

โœ๏ธ Haalli dubartoota muโ€™uminaa Jannata keessatti haala Huural-eynii jannataa caalaโ€ฆ, sadarkaa fi bareedinnaanis isaantu caalaโ€ฆ!
Dubartoonni duniyaa gaggaariin wayta Jannata seenanโ€ฆgalata isaan dalagaa gaarii dalaganiif Rabbiin jannata isaan naqeโ€ฆ
Jannata wanti seentuuf Rabbiin galata isiif kafaluu fi gaarummaa fi diinii isheen jabeeffatteef jecha Rabbiin isii kabajuudhaaf Jannata ishee galchaโ€ฆ!

Garuu Hural-eyniin Jannataa sun immoo isheen duraayyuu geexa jannataatiโ€ฆisheen galata nama biraatiif uumamteโ€ฆRabbiin Muโ€™umintoota isaa gaggaariidhaaf galata deebisuuf Jannata keessatti isaan qopheesseefโ€ฆ

Tan dalagaa ishee gaariidhaaf galata galfamuuf jecha jannata seentee fi tan namni dalagaa gaarii dalage ittiin galata haa galfamuuf jannata keessatti qophoofte giddduu garaagarummaa guddatu jiraโ€ฆ!
Tan duraa giiftiidhaโ€ฆajajjuudhaโ€ฆtan lammaaffaa bareedinnaa fi sadarkaa hangas gahu qabaachuu ishee wajjiin giiftii gadi sadarkaan isheeโ€ฆIsheen ajajamtuu waan taateefโ€ฆ

Imam Alqurxubii (Rahimahullaah)โ€ฆ.
Share๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tg-me.com/tafak_or
Maatiin Tafakkur hunduu mee asiinis akka barnoota eegallu warroonni fedhii qabdan, akkasuma warroonni Tafakkura jaalattan hunduu seenaa Subscribe ๐Ÿ‘ godhaa

Anuu hardhuma isin kadhadhee nan saalfachiisinaaโ€ฆhamilee natti horaa๐Ÿซฃ

๐Ÿ‘‡๐Ÿป
https://youtube.com/shorts/tfSmFGC28ow?si=jdXLpc80ayycXoqR
#Tasgabbaahiโ€ฆ.

ATI bar Rabbii hanga ati ufiif yaaddu caalaa siif yaadu qabdaaโ€ฆ.!!
Akkamitti yaaddoftaโ€ฆ..๐Ÿค”
โœ๏ธ Osoo addunyaan guutuunis barbaaddee si dhabde, ati bakkuma Rabbiin kankee sirraa barbaadu qofatti argamiโ€ฆ.!!

๐Ÿ–‹๏ธ@Ibroo
@tafak_or
Abbaa manaatiifโ€ฆ.

โœ๏ธ Qulqullina kee sirritti eeggadhu; shittoo tantee urgeeffadhu; uffannaa kankee bareechifadhuโ€ฆ!
Dubartiin/haati manaa tee urgaa hafuura keetii fi bareedinna dhaabata keetiittu itti tola waan taheefโ€ฆ!
โœ๏ธ Akkuma isheen siif haa bareedduu yaaddu sanaโ€ฆatis akka isheedhaaf bareeddu sirraa barbaaddiโ€ฆ.!
Ufin gatin maal taate silaโ€ฆ.๐Ÿค”
โœ๏ธ Yoo ufii keetii uf gatteeโ€ฆisheen qofa akka babbareeddu; isheen qofa akka jijjiiramtu kan barbaaddu taateโ€ฆuf dagataa ishee qofatti kan aartu taateโ€ฆkuni bultii keessatti musiibaa guddaa akka tahe hin dagatinโ€ฆ

Galatoomaaโ€ฆ!๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tg-me.com/tafak_or
๐Ÿซต Rakkoon text/barreeffamaan wajjiin haasahuudha..yeroo hedduu wal hubachuu dhabuus ni fidaโ€ฆ
โœ๏ธ Gaafa nama wajjiin haasoftuโ€ฆatis haala lubbuun tantee keessa jirtu irratti hundooftee barreessitaโ€ฆinnis akka ufii jirutti ilaalee dubbisaโ€ฆ
Jechi ati fakkeenyaaf qoosaadhaaf ykn taphaaf barreessite..nama biraa onnee walakkaa seentee waraanuu dandeessi.

โœ๏ธ Wantoonni akkanaa kunneen yeroo hedduu obboleewwan keenya ni mudataโ€ฆ.kanaafuu suutumaan tasgabbiidhaan wal hubataa haa deemnuuโ€ฆ.

Share๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tg-me.com/tafak_or
Mee Tafakkur jecha takkaan ibsaaโ€ฆ.

Tafakkur siif maali?



Comment ๐Ÿ‘‡๐Ÿป
Forwarded from Nasiha mohammed
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Tafakkur

Sif jechaa qabu Malin jeti si ibsa ๐Ÿค”
Ibsaa jiruu nama kenaa rabii biraa kayesaa jiruu koti gorsaa koo yeroo maraa
Tafakkur tasagabii samuu koo bsrsisaa yero maraa gorsaa jirenya koo ganamafi galgalaa
Tafakkur abdi nama hundaa karora jiruti gayee gudaa qabda

Gorsaa kee dhagayeti kan hara galfadhuu yeroo koo gamachufi gada kan iti dabarfadhu
Tafakkur gorsaafi  barsisa koo yeroo hundaa
Gorsa kee baredaan hamile nati horaa qalbi koo na qarra  jabinafi cimina nafi ta,ee  heduu na qarqaraa
Jiradhuu bara barani abdii siraa qabda kayoon kanekee guda
Kun sif gayaa miti kitaba sif malaโ€ฆ..

Galatoomi siin jedhaโ€ฆ
2024/09/25 09:19:43
Back to Top
HTML Embed Code: