Telegram Web Link
Rasuulli ( Sallallaahu aleyhi wasallam ) dubartoota/haadha manaa meeqa qaban ?
Sababaan isaan dubartii heddummeeasaniif maali ?





comment 👇
Haasaan bareedaan kan qubee xiqqaatu, kan firiin isaa heddummaatu, kan qalbii namaa keessa gadi fagaatuudha...!!

Kanaafuu barreeffama gabaabaa ergaa dheeraa qabu waliif barreessaa yeroo hedduu...
guddateef dubbii fardatti hin fe'an jedha oromoon...!!

Oolmaa gaarii....
https://www.tg-me.com/tafak_or
#Dubrummaa.....🙈
(Rabbiin haqarraa hin saalfatu)

Shamarran dubrummaan jiran fuudhuu fi gursummeettii fuudhuu keessa garaagarumman gidduu jiru maali_?

1) Isheen jaarsa jalqabaa sana malee hin jaalattu... jaalalli jabaan kan jalqabarratti jaalatan sana...!
2) Abbaan manaa ishees akka malee ishee jaalata, irraa hin dheessu,... Adaamatti ilmi namaa waan tokko keessatti durfamuu hin jaalatu...
Nyaata tokko irraa nyaatanii osoo siif kennanii, qalbiin tee hagam fudhatt!?
3) Tan dubrummaan heerumte, amala abbaan manaa ishee qabu hundaa almost ni fudhatti, namni isheen jalqaba bartes, namni isheen itti boohartes isuma waan taheef...
Tan yaalii gootee argite garuu, Amala kan duraa irraa baratte sana kanarraa yoo dhabde hin jaalattu....!!
4) Tan dubrummaan jirtu sanatu gursummeettii caala Abbaa manaa ishee jaalata....
5) Rabbiinis warroota dubrummaan jiran qur'aana keessatti faarsee jira...
6) Garaan ishees hin faalamne qulqulluudha...
7) Ajriinis kan dubraattu irra caala...
8) Ergamaan Aalamaa (Sallallaahu aleyhi wasallam) Maaliif tan Durbummaa qabdu, tan taphattee si taphachiistu hin fuune jedhaniin Jaabiriin (Radiyallaahu anhumaa)...
9) Dubartiin dubrummaan jirtu homa xiqqotu ishee gammachiisas... Tan mana hedduu baratte... ka duraa Suni bar akkana naa tahaa jetti...
10) Kabajaa fi ulfinni isheen siif qabdus.....dachaa gursummeettiiti....
🖌@Ibro

Share our link 🖇️ 👇
https://www.tg-me.com/tafak_or
Forwarded from Nasiha mohammed

اَلسَلامُ عَلَيْكُم وَرَحْمَةُ اَللهِ وَبَرَكاتُهُ‎♡♡
Yaanni kiyya gaarii ta'uu danda'a ta'uu dhabuu dand'a yoo sirrii ta'e fudhachuu ykn naaf sirreessuu isin gaafadha.
Ee dhugaadha dubrummaa maal akka ta'e haala garii fi ifaa ta'een nuuf ibsitan.
Garuu yeroo amma kana akka yaada kiyyaatti dubartoota baranaa fuudhuu irra dubartoota asiin duraa gursummeettii fuudhuu wayya.
#DUBARTOONNI isin miidhuuufii miti.... akkasitti nan hubatinaa wahiif jedhee
wanni akkas jedheef: -
👉 Dubartoonni ammaa fi dhiironni ammaa osoo hin heerumin, heeruman.
Osoo hin fuudhin , fuudhan.
👌 Kana jechuun irra hedduun dubartootaa isii rabbiin rahmata godheef malee.....
👉 Dubartoota dhiirota ajnaba isaaniif tayan waliin haasawani akkasuma kophaa bayan.
👉 Dhiironnis akkasuma.
Akkan ani dura ofitti himee eegasii isinii himmutti jecha rabbii hin dhageennee nuti: -
📖{ قال الله تعالى ولاتتبعو خطوات الشيطان ،ومن يتبع خطوات الشيطان فإنه يأمر بالفحشاء والمنكر۔۔۔۔۔۔۔۔}
Sheeyxaanni edaa takkumaan nu hin dagu step qabaa jennee maa of eegui dhabne.....
Hin dhageennee jecha ergamaa rabbii s. a. w.
📝{ قال ﷺ .......لا یخلون رجل بمرءة فإن الشیطان ثالثهما..}.
hadha hedduun keena dagama jirra .
Jecha kana hoo
📖{ قال الله تعالى............. والطيبات لطيبين والطيبون لطيبات...... }
🫵 Nuti hadha eessaa haadha manaa gaarii barbaadaa jirra akkasuma abbaa manaa........ ????!!! 🤔🤔
🙏🙏Dhiifama haala beekumsa hin qabneen harki kiyya adbachuu didee carraa tanatti fayyadame.
Afwan lillaah. 🙏🙏🙏
Live stream finished (50 minutes)
#Sodaadhee_jira....!

Wanti baay'ee nama sodaachisaa .. ilmi namaa gamaaf gamanaa si faarsee .. ati Rabbiin biratti kiiloon kee zeeroo tahuudha....

Rabbiin warra isa biratti kiiloo kaasu keessa nu haa oolchu...!!
اللهم إجعلنا من عبادك الصالحين الذين تذكرهم في الملأ الأعلى.

👇
https://www.tg-me.com/tafak_or
Bultiin diigamuudhaaf harka caalaa kan sababa tahu dhiira moo dubartiidha jettan ?
Anonymous Poll
25%
A) Dhiira.... Sababa
78%
B) Dubartoota... Sababa
Raachi bishaan keessa gala malee bishaan hin dhugu, gogaa isaatiin xuuxata....

Namoonni hedduun Tafakkur keessa jiranis, keessa jiraatan malee irraa fayyadamiinsi isaanii baay'ee xiqqaata... yoo amala raachaa sanas qabaattan maaloo na beeksisaa... hhh

👇
https://www.tg-me.com/tafak_or
✍️ Rasuulli ( Sallallaahu aleyhi wasallam) akkana jedhan:
Jannanni kan marfamte wantoota____?
Anonymous Quiz
45%
A) Lubbuu namaa hawataniin
53%
B) lubbuu namaa jibbisiisaniin
1%
C) lubbuu namaatti walfakkaataniin...
Dooniin galaanaan malee akkamitti...🤔, seenaa baay'ee na ajaa'ibe, dirree sanas argee qoradhee,

Akkuma beekkamu dooniin galaana gubbaa malee, dachee qulqulluu bishaan hin qabne gubbaa deemuu hin dandeessu..
Seenaa keessatti, dooniin yeroo takka qofa dachee gubbaa deemte, bara bulchiinsa islaamaa mootummaa kam keessa ?
Dooniin 70 ol lafa gubbaa sololaate gara galaanaa seente...
Namni Seenaa tana naaf hime, dhugaatti Seenaa islaamaa quba qaba....!!

comment 👇
https://www.tg-me.com/tafak_or
Gaafii 4 keessaa takka yaaluu hin dandeenye.... isin anuma qofa eegdanii sila....!?




Amma booda gaafii takka Hun barreessu.... tanneen isiniif deebisa....
Galatoomaa.....
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
2024/09/22 13:28:42
Back to Top
HTML Embed Code: