Telegram Web Link
โœ Jaarsi jaartii isaaatti hin hinaafne... hin jaalatuu beekaa...!!
#Hinaaffaa_fi_islaamummaa...
(Dubbisaa....๐Ÿ‘‡)

๐ŸŒทNamni shariika jiruu isaattii/jaartii isaatti hin hinaafne ishee hin jaalatu jechuudha...!

โœ Namticha Baadiyaa , kan haadha manaa isaa akka malee jaalatu tokkotu, ishee dhiira fooddaa gubbaan laaltu argee jennaan xalaaqe/hiike...

Ergasii xalayaa akkana jedhee barreesse:
Ishee jibbeetii miti kan jaalala ishee dhiiseef, jaalala keessatti maamiltoonni heddummaannaan malee...!
๐Ÿ‘‰ Ilaa mee...., Nyaata akkaan mi'aawu tokko, osoo ati nyaataa jirtu akka tasaa yoo Tiitisni ๐Ÿ irra buute, osoo lubbuun tee sin quufin harka irraa maratta....!!
๐Ÿ‘‰ Leenci bishaan dhuguuf yoo laga bu'e, akka tasaa isa dursee sareen irraa laccisee/dhugee jira taanaan, osoo dheebuunis du'aa jiraatee inuma dhiisa..

โœ #Ibnulnqayyim ( Rahimahullaah...) akkana jedhan:
โ€œ Hinaaffaan qalbii keessaa fe'annaan, jaalaltis faanuma fe'attee baati, inumaa Diinii hundatu wajjiin fe'atee baha... โ€
โœ Ammas akkana jedhama:
Namni hinaaffaa hin qabne diiniiyyuu hin qabu jedhama...!
๐Ÿ‘‰ Maalummaa dhiira takkaa beekuu yoo barbaadde, hinaaffaa inni siif qabu sana laali...!!
โœ Dhiirummaa maal jedhama... dhiira haadha manaa isaa akka barbaadetti gadi dhiisee, bakka barbaadde dhiira barbaadde wajjiin ooltee... dhiira barbaadde ilaalaa; dhiira barbaadde wajjiin haasahaa; dhiira barbaadde wajjiin kophaa bahaa; wajjiin teessee kolfaa taphachaa....๐Ÿ™ˆ

โœ Inumaa gariin bakka dalagaadhaa wajjiin deemanii, inni akka television taa'ee ilaala, isheen immoo isuma fuulduratti abbaa barbaadde wajjiin taphattee seeqatti...
Hayyee... kan bakka inni jirutti hangasii, gaafa isheen kophaa jirtu hoo hangamii....
Garuu hinaaffaan ani baanu tan jaalalati....jirti ta biraalllee, san natti hin kaasinaa...
Ammaaf tunummaan gurra isin haa buutu... dayyuusa hin tahinaa... ๐Ÿ˜

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
Hunduu ija isaatiin si laala...!!

1) Kophee daa'ima tokkootu galaana keessatti bannaan daa'imichi "galaanni kun hattuudha" jedhee cinaa galaanaatti barreesse.
2) Dargaggeessi tokkommoo qurxummii baay'ee adamfatee "galaanni kun arjaadha" jedhee barreesse.
3) Manguddoo tokko jalaa ilma isii ajjeefnaan "galaanni kun ajjeesaadha (lubbu baasaadha)" jettee barreessite.

โœ Dambaliin dhufee barreeffama hundaa haqee balleesse jedhan.
Kanaafuu jecha namaatiif hin yaadda'in; hundinuu ija adda addaatiin addunyaa ilaala waan ta'eef. Hojii kee gaaromsuuf yaadda'i.

Page Gaalii Abbaa boor irraa...
Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
#Yaadachiisa warroota Tafakkur family jala jirtaniif....

โœ Warroonni waan barbaaddan group gubbatti post gootan... ani altokko isin jalaa haqee jennaan... gareen Bot mataa isaa qaba... Botichi immoo Moderatora warroota barreeffama keessan check godhan qaba... nama ani takka jalaa haqe.... hanga sadarkaa Block Isa gochuutti tarkaanfii fudhata...

Kanaaf yoo waan hin taane Post gootanii ykn barreesaitanii Botin isin baase deebitanii akka nan gaafanne...
Kanaafuu hamma dandeettaniin uf qusadhaa wantoota akkanaa kanneen irraa....!

๐Ÿ‘‡
It really doesnโ€˜t matter what you send, as long as the receivers find it unwelcome. It could have been a photo, an invite link or a chain letter. Please only send messages when you are sure people wonโ€™t mind getting them.

As a general rule, people donโ€™t like receiving unsolicited advertisements, links, invite links to groups or channels, random photos and, above all, anything related to commerce or promotion of any kind.

Our moderators check all reports, so if you send annoying content to strangers you will be blocked.
Galatoomaa...
https://www.tg-me.com/tafak_or
Guyyaa boruu sagantaa addaa qabaachuu dandeenya... itti yaadee isinitti hima.... live hin dagatinaa
#Humnaa_ol.....!!

โœ Sadarkaa Sababa gahaa namaaf ibsitee... sababni kee isaan biratti fudhatama dhabee jennaan... dhumarratti uf dadhabbii irraa kan ka'e, badii kankee hin taane keessatti boqattee/afattee raftee beektaa....!! ๐Ÿค”

@tafak_or
โœ Kan na madeesse hunduu na jabeesse....!!


Haa galatoomu inni


@tafak_or
โœ Hiriyyaan gaariin dasii ijaa fi qalbiiti....!!
ยซุงู„ุตู‘ุงุญุจ ุงู„ุตุงู„ุญุŒ ู‚ูุฑูŽู‘ุฉ ู„ู„ุนูŠู† ูˆุงู„ู‚ู„ุจ.ยป๐Ÿซ€
โœ Tafakkur family ummata Tasgabbii qabu, ummata bilchaataa..., Ummata jaalalaa.. baay'ee galatoomaa... yeroo hundaa naanusa kana isinirraa barbaada...

Galatoomaaa...
๐ŸŒท Nama fayyaan kee isaaf dhibeettu jiraa beeki...๐Ÿซต
Arabni akkana jette:

ู…ุตุงุฆุจู ู‚ูˆู…ู ุนู†ุฏ ู‚ูˆู… ููˆุงุฆุฏู .
โœ Balaan/miidhamni nama garii, nama gariidhaaf bu'aadha...
๐Ÿ‘‰ Nutis asumarraa qabsiifannee: Gammachuu fi guddinni nama garii, nama gariidhaaf gaddaa fi salphinna tahee muldhata....
Namni gariin, kan keeyrii tantee dhagahuun isa maraachitutu jira wlh...isin hin garree hanga hardhaa...!

Balaan isaa guddaan simaa gammadaa deemtu, simaa keeyrii irra jirtuu fi haala gaarii keessa jirtu arguudha...
Kanaafuu gammachuu keessan nama hundatti hin himatinaa...akkuma kan siif gammadu jiru, kan sitti gammadus jira waan ta'eef...!!

https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ๏ธ Dubartoota Rasuulaa keessaa (Sallallaahu aleyhi wasallam) , dubartiin maandhaa tami___?
Anonymous Poll
28%
A) Safiyyaa (Radiyallaahu anhaa)
52%
B) Meymunaa (Radiyallaahu anhaa)
31%
C) Zeynabaa (Radiyallaahu anhaa)
#Xuweysiin beektu mitii ?!






Booda isinitti himaa Mee namicha falfalaa kana... ๐Ÿ˜
๐Ÿซต Ibsa gabaabaa waa'ee dubartiin qur'aana laguudhaan osoo jirtu harkaan tuquu dandeessi moo hin dandeessu jedhu irratti .

ุจุณู… ุงู„ู„ู‡ ุงู„ุฑุญู…ู† ุงู„ุฑุญูŠู…
Assalamualaikum warahmatullaahi wabarakaatuh jechaa....
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Jalqabas akkuma isiniin jechaa ture... irra deebiidhaanis baga gammaddan ijoolleen shamarranii jechuu barbaada.
๐Ÿ‘‰ Dubartiin islaamaa takka yeroo xuriin laguu irra jirutti qur'aana tuquun ragaa qur'aanaa fi hadiisarraa qabsiifameen dhoorkaa akka hin taane isiniif ibsuu barbaada. Ragaan mataduree kanaan Wal qabatee haraamummaa ibsu Ragaa laafaa tahuu isiniif hima.
โœ Tafsiirri Aayata xahaaraan malee hin tuqan jettuu...
ู„ุง ูŠู…ุณู‡ ุฅู„ุง ุงู„ู…ุทู‡ุฑูˆู†
Tafsiirri inni dhugaa
akkuma Aayata salaatatti hin dhihaatinaa jettuuti...
#1ffaa:.... Qur'aana xahaaraadhaan qara'utu irra filatamaadha waan jedhuun wal qabsiisee...wal dhibdeen takkas hin jirtu... Qur'aana kalaama Rabbiitiinis kan malu xahaaraadhaan dubbisutuu irra bareedaadha...
Akka Rasuula irraa nu dhaqqabetti (Sallallaahu aleyhi wasallam) Rasuulli maqaa Rabbii "Salaam" kan jedhamu xahaaraa malee maqaa dhahuu
didanii jiru....
Rasuulli akkuma fakkeenya qullubbii nyaachuu hin jaalanne, kanas didan... qullubbii nyaachuu diduun isaanii haraamummaaf osoo hin taane.. hafuura saniin Rabbiin maqoo bahuu diddaadhaaf...!!
Kuni Istihbaabaaf... ykn waan jaalatamaa fi filatamaa wahii tahuu isaa ibsa malee waan biraa miti.
#2ffaa: Dubartii laguun jirtuu fi dhiiga dhalaatiin jirtuuf qur'aana harkaan tuquun Haraamaa ?! isa jedhuuf....
#Deebiin...
Haraamaa miti.. qur'aanaa fi hadiisarraa ragaan haraamummaa kennu hin jiru waan ta'eef....
Amma waa'ee qur'aana qara'uu osoo hin taane, harkaan tuquudhaati kan dubbataa jirru...
#3ffaa: Warroota Aayata qur'aanaa
ู„ุง ูŠู…ุณู‡ ุฅู„ุง ุงู„ู…ุทู‡ุฑูˆู†
Jettuun ragaa godhatanii, qur'aana heydiidhaan tuquun dhoorkaadha jedhaniin hoo maal jenna.

#Deebiin....
#1) Aayanni jalqabumarraahuu waa'ee qur'aana gidduu keenya jiruu tuquu fi tuquu dhabuu osoo hin taane... kitaabal-maknuun/ Kitaaba dhokfamaa ykn Rabbiin biratti tikfamaa, samii keessa jiruu sana haasahaa jirti..
ููŠ ูƒุชุงุจ ู…ูƒู†ูˆู†.....ู„ุง ูŠู…ุณู‡ ุฅู„ุง ุงู„ู…ุทู‡ุฑูˆู†
jedhaa jirti....
Kanaafuu aayanni qur'aana Rabbiin bira jiru san irraa haasawaa jirti....
Sahaabaan guddaan Abdallaa binu Abbaasis Kitaaba samii keessa jiru tahuu isaa nuuf hime.
ุนู† ุงุจู† ุนุจุงุณ : ( ู„ุง ูŠู…ุณู‡ ุฅู„ุง ุงู„ู…ุทู‡ุฑูˆู† ) ู‚ุงู„ : ุงู„ูƒุชุงุจ ุงู„ุฐูŠ ููŠ ุงู„ุณู…ุงุก .
#2) Qur'aana keessatti Muxahharuun/ู…ุทู‡ุฑูˆู† jechuun warroota wuduu'a qabanii fi hin qabne jechuu osoo hin taane... ummata qulqulluu #Malaa'ikaa jechuudha...
Kanas warroonni gurguddaan Abdallaa binu Abbaas irraa eegalee hiika kanatti hiikanii jiru..Akkuma sana Anas, Mujaahid, Ikrimaa, Sa'iid binu Jubeyri, Dahaak, Jaabir fi Abdurehmaan binu Zeydi binu Aslam fi fakkaattonni isaanii hedduun akkana jedhanii jiru.
ุนู† ุงุจู† ุนุจุงุณ : ( [ ู„ุง ูŠู…ุณู‡ ] ุฅู„ุง ุงู„ู…ุทู‡ุฑูˆู† ) ูŠุนู†ูŠ : ุงู„ู…ู„ุงุฆูƒุฉ . ูˆูƒุฐุง ู‚ุงู„ ุฃู†ุณ ุŒ ูˆู…ุฌุงู‡ุฏ ุŒ ูˆุนูƒุฑู…ุฉ ุŒ ูˆุณุนูŠุฏ ุจู† ุฌุจูŠุฑ ุŒ ูˆุงู„ุถุญุงูƒ ุŒ ูˆุฃุจูˆ ุงู„ุดุนุซุงุก ุฌุงุจุฑ ุจู† ุฒูŠุฏ ุŒ ูˆุฃุจูˆ ู†ู‡ูŠูƒ ุŒ ูˆุงู„ุณุฏูŠ ุŒ ูˆุนุจุฏ ุงู„ุฑุญู…ู† ุจู† ุฒูŠุฏ ุจู† ุฃุณู„ู… ุŒ ูˆุบูŠุฑู‡ู… .
Kanaafuu Mushafa Lowhal-mahfuuz keessa jiru san malaa'ikoota keessa warroota Rabbitti dhiheenya qaban qofatu tuqa jechuudha...!!
#3) Aayanni tun Kabariyya/ุฎุจุฑูŠุฉ jedhamti... Rabbiin murtee dabarsaa jira osoo hin taane... qabatama haala yeroo keessa jiran irraa haasahaa jira...
Hin tuqinaa jedhee murtee kennee osoo hin taane, ummata qulqulluu San malee namoonni biroo hin tuqanii bar jedhee nutti himaa jira.
hin tuqinaa jechuu miti... nama hedduu akkas itti fakkaatee dogongora keessa seeneera.
๐Ÿ‘‰ Rabbiin Aayata tanatti ilma namaa hin banne walumaagalatti...
Imaamu maalik akka gabaasanitti aayanni tuni akkasuma fakkeenya Aayata Suuraa #Abasaa keessa jirtuudha jedhan...
ูƒู„ุง ุฅู†ู‡ุง ุชุฐูƒุฑุฉ....ูู…ู† ุดุขุก ุฐูƒุฑู‡.....ุจุฃูŠุฏูŠ ุณูุฑุฉ...ูƒุฑุงู… ุจุฑุฑุฉ....
Safaraan bakka kanatti malaa'ikoota qulqulluu sana.. warroota Kitaaba San tuqaniidha jedhe...
@Ibroo

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
#4) Rabbiin Muxahharuun/ู…ุทู‡ุฑูˆู† wayta jedhu.... Ilmi namaa sadarkaa kanatti qulqullinni kennameefii jiraa...
Hanga fedhe sadarkaan keenya guddatus ilmi namaa qulqulluu hin jedhamu...
Ilma namaa tahee qulqulluu kan tahe hin jiru.. Qulqulluu warri jedhaman warroota akka malaa'ikoota fi Anbiyaa, Rusultoota...
Ilmi namaa Muxahharra/ู…ุทู‘ู‡ุฑ osoo hin taane Mutaxahirr/ู…ุชุทู‘ู‡ุฑ
ููŠู‡ ุฑุฌุงู„ ูŠุญุจูˆู† ุฃู† ูŠุชุทู‡ุฑูˆุง....
ุฅู† ุงู„ู„ู‡ ูŠุญุจ ุงู„ุชูˆุงุจูŠู† ูˆูŠุญุจ ุงู„ู…ุชุทู‡ุฑูŠู†....
4ffaa: Kanaafuu cuunfaa dubbii Ragaan jiru qur'aana hadasa xiqqaa qabaattee guddaa... qara'uu fi tuquus akka dandeessu asirraa argannaa jechuudha...
Garuu kan filatamaadhaa... ykn irra caalaan Xahaaraadhaan tuquudha....

Kun cuunfaa Imaama Muhaddistootaa.... Sheeka Allaamaa Naasiraddiin Al- lbaanii (Rahimahullaah)

Waan dubbistaniif galatoomaa ulfaadhaa.... kabajamaa....
โœ๏ธ@Ibroo keessaniin

Chanala keenya Share gochuu hin dagatinaa๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
2024/09/22 15:16:31
Back to Top
HTML Embed Code: