Telegram Web Link
โœ Rabbiin haajaa tantee guutuu yoo barbaade, sihii biyya jirtuu, isheen biyya meeqa keessaa imaltee sitti dhufti....!
ูˆุฅุฐุง ุฃุฑุงุฏ ุงู„ู„ู‡ ุฅุชู…ุงู… ุญุงุฌุฉู

           ‏ุฃุชุชูƒ ุนู„ู‰ ุณูุฑู ูˆุฃู†ุช ู…ู‚ูŠู…ู

Rabbiin haajaa teessan hunda haa guutu....!
โœ Yaadni humnaa ol taanaan, gammachuu jireenya keetii booressa... kanaafuu dhimma kankee Rabbumatti kennii dhiisi...!
@tafak_or
โœ Wanti hunduu Bareedinna mataa isaa qaba, garuu namni hundi bareedinna sana arguu hin danda'u malee....!!

@tafak_or
โœ Rabbiin hanguma dadhabbii keetiitiin; hanguma obsaa fi wareegama ati kafalteen galata siif kafala.
๐Ÿ‘‰ Harka hin kennatin, hanga dhumaatti falmadhu....!, Abjuu milkaahuun ishee dirqamaattu jira waan ta'eef never give up....!!

@tafak_or
๐ŸŒบ๐Ÿƒ

Sahaabaan guddaan #Abdallaa_Ibnu_Abbaas (Radiyallaahu anhumaa) akki jedhe:
โ€ขโ€ขู‚ูŽุงู„ูŽ ุงุจู’ู†ู ุนูŽุจู‘ูŽุงุณู - ุฑูŽุถููŠูŽ ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ู ุนูŽู†ู’ู‡ูู…ูŽุง :

โ€œ Yeroo hirribaaf deemtan, wuduu'aan malee hin rafinaa, lubbuun ilma namaa waan irratti duute irratti kaafamtii..โ€
ู„ูŽุง ุชูŽู†ูŽู€ู…ู’ ุฅูู„ู‘ูŽุง ุนูŽู„ูŽู‰ ูˆูุถููˆุกูุŒ ููŽุฅูู†ู‘ูŽ ุงู„ู’ุฃูŽุฑู’ูˆูŽุงุญูŽ ุชูุจู’ุนูŽุซู ุนูŽู„ูŽู‰ ู…ูŽุง ู‚ูุจูุถูŽู€ุชู’ ุนูŽู„ูŽู€ูŠู’ู‡ู .
๐Ÿ‘‡
Albidaayaa wan-nihaayaa Jildii 9ffaa/fuula 251 ilaalaa...
๐Ÿ““ุงู„ู’ุจูุฏูŽุงูŠูŽุฉู ูˆูŽุงู„ู†ู‘ูู‡ูŽุงูŠูŽุฉู ( ูขูฅูก/ูฉ)

โ€ขโœฟโโœฟโ€ข
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Jaarsi jaartii isaaatti hin hinaafne... hin jaalatuu beekaa...!!
#Hinaaffaa_fi_islaamummaa...
(Dubbisaa....๐Ÿ‘‡)

๐ŸŒทNamni shariika jiruu isaattii/jaartii isaatti hin hinaafne ishee hin jaalatu jechuudha...!

โœ Namticha Baadiyaa , kan haadha manaa isaa akka malee jaalatu tokkotu, ishee dhiira fooddaa gubbaan laaltu argee jennaan xalaaqe/hiike...

Ergasii xalayaa akkana jedhee barreesse:
Ishee jibbeetii miti kan jaalala ishee dhiiseef, jaalala keessatti maamiltoonni heddummaannaan malee...!
๐Ÿ‘‰ Ilaa mee...., Nyaata akkaan mi'aawu tokko, osoo ati nyaataa jirtu akka tasaa yoo Tiitisni ๐Ÿ irra buute, osoo lubbuun tee sin quufin harka irraa maratta....!!
๐Ÿ‘‰ Leenci bishaan dhuguuf yoo laga bu'e, akka tasaa isa dursee sareen irraa laccisee/dhugee jira taanaan, osoo dheebuunis du'aa jiraatee inuma dhiisa..

โœ #Ibnulnqayyim ( Rahimahullaah...) akkana jedhan:
โ€œ Hinaaffaan qalbii keessaa fe'annaan, jaalaltis faanuma fe'attee baati, inumaa Diinii hundatu wajjiin fe'atee baha... โ€
โœ Ammas akkana jedhama:
Namni hinaaffaa hin qabne diiniiyyuu hin qabu jedhama...!
๐Ÿ‘‰ Maalummaa dhiira takkaa beekuu yoo barbaadde, hinaaffaa inni siif qabu sana laali...!!
โœ Dhiirummaa maal jedhama... dhiira haadha manaa isaa akka barbaadetti gadi dhiisee, bakka barbaadde dhiira barbaadde wajjiin ooltee... dhiira barbaadde ilaalaa; dhiira barbaadde wajjiin haasahaa; dhiira barbaadde wajjiin kophaa bahaa; wajjiin teessee kolfaa taphachaa....๐Ÿ™ˆ

โœ Inumaa gariin bakka dalagaadhaa wajjiin deemanii, inni akka television taa'ee ilaala, isheen immoo isuma fuulduratti abbaa barbaadde wajjiin taphattee seeqatti...
Hayyee... kan bakka inni jirutti hangasii, gaafa isheen kophaa jirtu hoo hangamii....
Garuu hinaaffaan ani baanu tan jaalalati....jirti ta biraalllee, san natti hin kaasinaa...
Ammaaf tunummaan gurra isin haa buutu... dayyuusa hin tahinaa... ๐Ÿ˜

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
Hunduu ija isaatiin si laala...!!

1) Kophee daa'ima tokkootu galaana keessatti bannaan daa'imichi "galaanni kun hattuudha" jedhee cinaa galaanaatti barreesse.
2) Dargaggeessi tokkommoo qurxummii baay'ee adamfatee "galaanni kun arjaadha" jedhee barreesse.
3) Manguddoo tokko jalaa ilma isii ajjeefnaan "galaanni kun ajjeesaadha (lubbu baasaadha)" jettee barreessite.

โœ Dambaliin dhufee barreeffama hundaa haqee balleesse jedhan.
Kanaafuu jecha namaatiif hin yaadda'in; hundinuu ija adda addaatiin addunyaa ilaala waan ta'eef. Hojii kee gaaromsuuf yaadda'i.

Page Gaalii Abbaa boor irraa...
Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
#Yaadachiisa warroota Tafakkur family jala jirtaniif....

โœ Warroonni waan barbaaddan group gubbatti post gootan... ani altokko isin jalaa haqee jennaan... gareen Bot mataa isaa qaba... Botichi immoo Moderatora warroota barreeffama keessan check godhan qaba... nama ani takka jalaa haqe.... hanga sadarkaa Block Isa gochuutti tarkaanfii fudhata...

Kanaaf yoo waan hin taane Post gootanii ykn barreesaitanii Botin isin baase deebitanii akka nan gaafanne...
Kanaafuu hamma dandeettaniin uf qusadhaa wantoota akkanaa kanneen irraa....!

๐Ÿ‘‡
It really doesnโ€˜t matter what you send, as long as the receivers find it unwelcome. It could have been a photo, an invite link or a chain letter. Please only send messages when you are sure people wonโ€™t mind getting them.

As a general rule, people donโ€™t like receiving unsolicited advertisements, links, invite links to groups or channels, random photos and, above all, anything related to commerce or promotion of any kind.

Our moderators check all reports, so if you send annoying content to strangers you will be blocked.
Galatoomaa...
https://www.tg-me.com/tafak_or
Guyyaa boruu sagantaa addaa qabaachuu dandeenya... itti yaadee isinitti hima.... live hin dagatinaa
2024/09/24 15:32:18
Back to Top
HTML Embed Code: