Telegram Web Link
โœ Yeroo hundaa anatu sirriidha jettee yoo kan uf yaaddu taate addunyaa kanarraa homaa barachuu hin dandeessu...!


๐Ÿ‘‰@tafak_or
โœ Nama hamileen tuqame tokko... bira dhaabbattee hamilee itti godhuun Ibaadaadha...!
Daqiiqaa 10 booda....



Kitaaba keessan banadhaa
โœ Ani namoota dogongoran caala, kan dogongora isaa sirreessuuf jecha isa dogongore caala dogongorantu na ajaa'ibe...!
โœ Sagaleen kankee kan mana kankee keessaa waan bahu sitti hin fakkaanne sun, samiilee torban birayyuu ol kutuu danda'a...!
ูˆู…ุง ูƒุงู† ุฑุจู‘ูƒ ู†ุณููŠู‘ุง.......

Yaaa Allaah.......๐Ÿคฒ

๐Ÿ‘‡
@tafak_or
#Ayizon ....

โœ Ati loltuu jabduu waan taateef Rabbiin waraana cimaa keessa si seensise.... fatanaan sitti heddummachuun jabinna kee malee laafinna kee hin ibsu.


harka hin kennatin... @htafak_or
โœ๏ธโ€ข ุงู„ุตู„ุงุฉ ุญูŠุงุฉ ูู…ู† ุถูŠุนู‡ุง ุฃุตุจุญ ู…ูŠุชุง ุนู„ู‰ ู‚ูŠุฏ ุงู„ุญูŠุงุฉ.
โœ Salaanni jiruudha, namni salaata miidhe/ergare... osoo lubbuun jiru du'ee jira dhugaa..!
โœ Rabbiin waan barbaade dalaga, yeroo barbaadetti, waan barbaadeen, abbaa barbaadeef, akka barbaadetti dalaga....!

@tafak_or
โœ Dargaggummaa keetitti gaafa sheekummaa fi hooggansaa eegalte.... adabbiin xiqqaan si mudatu, beekkumsa silaa argachuu dandeessu paarsantii ol'aanaa dhabda...!
2024/09/24 03:33:39
Back to Top
HTML Embed Code: