Telegram Web Link
#Hasaassii.....

โœ Addunyaan tuni dhumtuudha... addunyaa dhumtuu tanaaf jettee guyyaa takkaafis gadduu hin qabdu.
๐Ÿ‘‰ Xumurarratti hundi keenyaa asirraa godaanna... itti hin gaddin....!!

@tafak_or
#Xiinxalli_mee....

โœ #Baniin_Israel badii takka yoo dalagan...towbatu irra barbaadama.. Garuu towbaan qeebalamuuf seera mataa isaa qaba. seera/Shuruuxa towbaa keessaa ijoon, lubbuu isaanii ufumaa uf ajjeesuudha.... kan ajjeefame shahiidee taha...kan ajjeeseef Rabbiin ni araaramaaf...!
adeemsa kana keessatti abbaan ilma ajjeesuu danda'a...ilmi abbaa ajjeesuu danda'a.... shari'aa waan taateef...inumaa ilmoon tee badii dalagnaan...ufumaa ajjeesuu dandeetta...!!
aaaaaaah baay'ee ulfaata...

Garuu Rabbiin Ummata Muhammadiif Sallallaahu aleyhi wasallam laaffisee.... Istigfaaraa fi towbaa qulqulluu qofa nurra kaahe...nuti tanumaa dadhabnee jirra....๐Ÿ˜ข
Suuraa Albaqaraa...(keeyyata 54)๐Ÿ‘‡
ยซ...ููŽุชููˆุจููˆุง ุฅูู„ูŽู‰ ุจูŽุงุฑูุฆููƒูู…ู’ ููŽุงู‚ู’ุชูู„ููˆุง ุฃูŽู†ููุณูŽูƒูู…ู’ ุฐูŽู„ููƒูู…ู’ ุฎูŽูŠู’ุฑูŒ ู„ู‘ูŽูƒูู…ู’ ุนูู†ุฏูŽ ุจูŽุงุฑูุฆููƒูู…ู’.....ยป

โœ Alhamdulillaah Rabbil aalamiin..yaa Rabbi towbaa sitti deebine...!!

Osoo akka banii Israel lubbuu keessan baasaa nuun jedhee hoo___?! garuu laaftuu tanaa dadhabne...

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ๏ธ Akka lakkoofsa hijraatti baatiin 3ffaan maal jedhamee yaamama___?

Mee kaalandarii islaamaa hujitti hiikuuf yaalaa... ๐Ÿ’ช
Anonymous Poll
13%
A) Sha'abaana
14%
B) Shawwaal
78%
C) Rabii'al awwal
#Ruhmaaka_Rumaak....

โœ Rabbiin rakkoo ykn balaa takka jalaa yoo si baase... Sababa salaata kiyyaa; Sababa zikrii kiyyaa fi sadaqaa tiyyaa Rabbiin na baase hin jedhin.
Dalagaa tantee Rabbiin sirraa qeebaluu fi qeebaluu dhabuu eessatti beekta__?!
Rabbiin Rahmata isaatiin na dhaqqabe jedhi....!!

๐Ÿ‘‡
@tafak_or
โœ Biyya namoonni afur keessa jiran.... Rabbiin balaa isaaniitti dhufu kamuu irraa tikaa fi tiksee isaaniif taha. isaanis;

1) Hoogganaa ykn dura bu'aa dhugaa kan haqaan dalagu, kan biyyaaf jiraatu... kan biyya hin miine yoo hoogganaa jiraate... biyya san Rabbiin ni eega..!
2) Aalima karaa dhugaa irra deemu.... Sababa Aalmni dhugaa jala deemu jiruuf Rabbiin biyya san eega...!
3) Sheekkoleen hamtuu irraa seeraa toltutti nama kakaasan... akkasuma du'aatonni Ilmii barachuu fi qur'aana irratti nama jajjabeessan yoo biyya keessa jiraataniidha....!
4) Dubartiin isaanii yoo kan qaama sattaratan taate... yoo dirree bahanii qullaa deemuu baatan... Rabbiin biyya sana balaa irraa eega....

Yoo Sababa Ulmaa'ii taate malee hin jirru silaa qaata banne...halaakamne silaa...!!
โœ Sheeka sheekkolee Tafsiiraa kan tahe..Imaam Alqurxubii.
ุงู„ุฅู…ุงู… ุงู„ู‚ุฑุทุจูŠ ุดูŠุฎ ุฃุฆู…ุฉ ุงู„ุชูุณูŠุฑ...
Kitaaba
ยซAljaami'u li ahkaamil-qur'aan (4/49)
ุงู„ุฌุงู…ุน ู„ุฃุญูƒุงู… ุงู„ู‚ุฑุขู† ยป

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Rasuula irratti (Sallallaahu aleyhi wasallam) salawaata buusuu jechuun maal jechuudha?
Mee akkamitti siif galeera, naaf ibsuu dandeessaa ?


Yeroo deebii barreessitan achumaan salawaata buusaa... ๐Ÿ‘‡




#Comment
โœ๏ธ Dubartoota Rasuulaa keessaa (Sallallaahu aleyhi wasallam) tan xumurarratti duute ishee tami____?
Anonymous Poll
46%
A) Aa'ishaa (Radiyallaahu anhumaa)
25%
B) Zeynabaa (Radiyallaahu anhaa)
38%
C) Ummul Salamaa
โœ Waan ija namatti toluuf qofa, kophee si qabu kaawwachuun kee... dadhabinna keessaa isa dhumaati....!
#Madaala....!
โœ Wantoota saddeet jijjiirama kee muldhisan. isaanis:

1) Haasofni sa'aatii dheeraa keessa kee sin gammachiisu...!
2) Halkan hirriba malee/gurzaa buluu caala hirriba filatta..!
3) Namaaf irra dabruu heddummeessita, ykn gadoo hin baay'eessitu...!
4) Muxannoo argachuudhaaf kan duraa caala keessi kee hayyamamaa taha...!
5) Garaagarumma namaa baay'ee kabajja.... fakkeenyaaf yoo qaamni garagaraa lamaan walitti bu'e... lamaanuu ija wal qixxummaatiin ilaalta...!
6) Namoota uf hawachiisuu fi ilmi namaa akka xiyyeeffannoo kallattii kee deebisuuf jecha baay'ee hin dhiphattu....!
gadaa tana tanatu nu cinqe๐Ÿ˜
7) Waan ulfaataa hedduu baadhattee dabarsuu dandeessa...!
8) Namarratti waa murteessuuf hin ariifattu....!

โœ@Ibro
๐Ÿ‘‡
psychology and self-development channel....
Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
Isaan dagachuu dadhabee.... araarama naaf kadhaafii.....
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
Isaan dagachuu dadhabee.... araarama naaf kadhaafii.....
#Ibnu_Saalihii gadaa keenyaa turan....๐Ÿ˜ข
(Rabbiin Rahmata isaaniif haa godhu....)

โœGadaa asiin duraa keessa nama tokko kan #Ibnu_Saalih jedhamutu ture. bara beelli akka malee namatti hammaatetti, dubartoonni Oyruu isaa keessa seenanii dhoksaadhaan hayyama isaa malee waa jalaa fudhatu. innis akkuma nama quba hin qabnee bira kuta.

Guyyaa tokko dubartiin takka ooyruu isaa keessaa waa guurattee.... Heddumminna waan fudhattee irraa, zambiila baadhachuu dadhabdee osoo waliin dhamaatu Ibnu_Saalih/abbaan qabeenyaa itti dhufe.
Booda isheen Isa tahuu isaa hin beektu... bira dhaabatee ba'aa sana erga qarqaaree booda... dafii asiin bahi.. osoo ibnu Saalih sitti hin dhufne jedheen jedhama. Arjummaa dhugaa...!!

โœ Gariin keenya gadaa tana osoo masjida keessaa huuba baasee... masjida keessa dhaabatee gaarii dalage sana ummata hundatti beeksisa... Rabbiin nu haa eeguu...

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
2024/09/24 05:24:59
Back to Top
HTML Embed Code: