#Hin_dagatinaa...
Namni : ยซ Laa ilaaha illallaahu wahdahuu laa shariika lah, Lahul mulku; walahul hamdu; wahuwa Alaa kulli sheyin qadiir... ยป jedhe...
ู ู ูุงู: ูุงุฅูู ุฅูุง ุงููู ูุญุฏู ูุงุดุฑูู ูู ูู ุงูู ูู ููู ุงูุญู ุฏ ููู ุนูู ูู ุดูุก ูุฏูุฑ ูู ููู ู ุงุฆุฉ ู ุฑุฉ..
Wantoota armaan gadii kana argata. Isaanis:
ูุงูุช ูู:
1) likkii nama morma/nama kudhan bilisoomsee isaaf hirreegama...
ูก-ุนุฏู ุนุดุฑ ุฑูุงุจ
2) Hasanaa/toltuu dhibba tokkotu isaaf barraaha...!
ูข-ูุชุจ ูู ู ุงุฆุฉ ุญุณูุฉ
3) Hamtuu dhibba tokkotu irraa haqama...!
ูฃ-ู ุญูุช ุนูู ู ุงุฆุฉ ุณูุฆุฉ
4) Ganama sanirraa hanga lafti dhiitutti sheeyxaana irraa isa tiksiti...!
ูค-ูุงูุช ูู ุญุฑุฒุง ู ู ุงูุดูุทุงู ููู ู ุฐูู ุญุชู ูู ุณู
5) Nama isaa ol dalage malee... namni dalagaa isa caaltu dalage inuma hin jirre....!!
ูฅ-ูู ูุฃุช ุฃุญุฏ ุจุฃูุถู ู ู ุง ุฌุงุก ุฅูุง ุฑุฌู ุนู ู ุฃูุซุฑ ู ูู" ู ุชูู ุนููู
Bukhaarii fi muslimtu gabaase...
Share godhaa๐
https://www.tg-me.com/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf

โ๏ธ Ilmi namaa gosa lama...:
tokko gaarummaa Kee argee si jaalata... inni biroos gaarummaa kee baree si miidha...!
Join๐
@tafak_or

Makkaan A.l.hijraatti bara kam keessa banamte___?
Anonymous Quiz
34%
A)Waggaa 8ffaa Baatii zulhijjaa keessa...
53%
B) waggaa 8ffaa Baatii Ramadaanaa keessa...
13%
C) Waggaa 8ffaa Baatii Muharram keessa....
โ #Abdul_eyniin beektuu....๐
ยซ Innamaa Huwa Abdu Eynin/
ุฅููู ุง ูู ุนุจุฏ ุนูู.....ยป
" Inni bar gabricha ijaati...."
๐ซต Nama fakkeeffatuu fi mumuldhifachuu jaalatu...nama yoo ijji namaa itti baay'atte malee ykn ๐ธ malee hin mirqaanneen #Abdul_eyni jetti ummanni Arabaa...
Join๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
ยซ Innamaa Huwa Abdu Eynin/
ุฅููู ุง ูู ุนุจุฏ ุนูู.....ยป
" Inni bar gabricha ijaati...."
๐ซต Nama fakkeeffatuu fi mumuldhifachuu jaalatu...nama yoo ijji namaa itti baay'atte malee ykn ๐ธ malee hin mirqaanneen #Abdul_eyni jetti ummanni Arabaa...
Join๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ #Fayyee jira jechuu yoo barbaadde Akka afaan Arabaatti:
๐Yoo gaggabee ture... #Afaaqa/ุฃูุงู ykn bayfate jenna...
fkn: Afaaqa minalgashyi/
ุฃูุงู ู ู ุงูุนุดู....
๐ Yoo waan biraa dhibame... #Sahha/ุตุญูู jenna...!
Fkn: Sahha Minal Illaa/
ุตุญูู ู ู ุงูุนูุฉ
๐ Yoo machaayee ture... #Sahaa/ุตุญูุง... irraa galee jira jenna...!
Fkn: Sahaa mina-ssukri...
ุตุญุง ู ู ุงูุณููููุฑ
๐ Yoo madaahee ture immoo #Indamala/ุงููุฏู ู..... Madaan isaa qooree jira jechuu dandeenya....
Fkn: Indamala minaljurhi/
ุงูุฏู ู ู ู ุงูุฌุฑุญ....
Join๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
๐Yoo gaggabee ture... #Afaaqa/ุฃูุงู ykn bayfate jenna...
fkn: Afaaqa minalgashyi/
ุฃูุงู ู ู ุงูุนุดู....
๐ Yoo waan biraa dhibame... #Sahha/ุตุญูู jenna...!
Fkn: Sahha Minal Illaa/
ุตุญูู ู ู ุงูุนูุฉ
๐ Yoo machaayee ture... #Sahaa/ุตุญูุง... irraa galee jira jenna...!
Fkn: Sahaa mina-ssukri...
ุตุญุง ู ู ุงูุณููููุฑ
๐ Yoo madaahee ture immoo #Indamala/ุงููุฏู ู..... Madaan isaa qooree jira jechuu dandeenya....
Fkn: Indamala minaljurhi/
ุงูุฏู ู ู ู ุงูุฌุฑุญ....
Join๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
โ Dogongoroota Afaan Arabaa keessaa....
๐
( Malaabisii saarat dayyiqah/
( ู ูุงุจุณู ุตุงุฑุช ุถููุฉ ....!!
"Uffanni koo na qabee jira..." jechuudha....
โ Jechi sirriin akkana jechuudha..
ูุงูุตูุงุจ ููู :
๐
(Inna waznii zaada/
( ุฅู ูุฒูู ุฒุงุฏ.....
Kiiloon koo dabalee jira..
Uffanni as keessatti badii Raawwate tokkos hin qabu... Rakkoo keetiin uffata qeequun akka Afaan arabaatti Nowriidha๐๐
#Seeqadhaa.....

โ Garaagarummaa_jechoota..!
( #Hajjaa; #Hujjaa; #Hijjaa...)
๐ Alhajjah/ุงูุญูุฌูุฉ: jechuun yeroo takka hajjuudha...!
๐ Alhujjah/ุงูุญูุฌูุฉ: jechuun Ragaa qabatamaan jechuudha...!
๐ Alhijjah/ุงูุญูุฌูุฉ: jechuun bara ykn waggaa tokko waggoota keessaa jechuudha...!
share๐

Yuunivarsiitiin Islaamaa Minnesota barattoota damee Itiyoophiyaatti isaan barsiisaa turan 66 eebbisiiseera!
โโโโโโโโโโโโโ
Keebor Multimedia Mar 01-2024
Ityoophiyaa Addis Ababaatti Yuunivarsiitiin Islaamaa Minisootaa har'a Hoteela Sheraton Addis keessatti barattoota digirii lammaffaa fi dippiloomaa 16 eebbisiiseera.
Sirna eebbaa kanarratti Pirezedaantiin Mana Maree Waliigalaa Dhimma Islaamummaa Itiyoophiyaa, Sheek Hajii Ibraahim Tufaa, Pireezidaantiin Yuunivarsiitii Islaamaa Minnesota, Piroofeesar Waliid Almunes fi ulamaaโonni biyyaalessaa gurguddoon, hooggantoota majlisa, akkasumas keessummoonni affeeramanii maatii eebbifamtootaa argamaniiru.
Yuunivarsiitiin Islaamaa Minnesota Yuunivarsiitii Islaamaa Ameerikaa kutaa Minnesota keessatti hundeeffame yoo taโu balโinni isaa iskuweer meetira 15000 (kuma kudha shan) taโa.
Yuunivarsiitichi Waajjira Barnoota Olaanoo Naannoo Minnesota irraa beekamtii kan argate yoo taโu, eebbifamtootaaf mirkaneessa kennuudhaaf Ministira Dhimma Alaa Ameerikaatiin beekamtii argateera.
Xumura sagantichaa irratti Manni Maree Olaanaa Dhimma Islaamummaa Itiyoophiyaa Pireezidaantii Yuunivarsiitii Islaamaa Minnesota Prof. Waliid Almunes badhaasa kenneera.
Share๐

#Araboonni akkana jedhu:
"Fulaanun nawa-azzeytuun..."
ููุงู ููู ุงูุฒูุชููุ...
ยซEbalu firee zeeytuunaati....!ยป
kana jechuun: waan gaarii irraa hin eeginaa jechuudha...!
Firee zeytunaa Rabbiin isin hin godhin...!

#Success...
ุฅู ุฃุนุธู ู ุงููุฌุงุญุงุช ุชุฃุชู ุจุนุฏ ุชุฎุทู ุฃุตุนุจ ุงูุนูุงุฆู๐ฉบโฅ๏ธ
๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐...!

โ Maalummaa nama tokkoo isa sirrii kan beekuu dandeessu... waan barbaadu gaafa si biraa dhabeedha...!
gaafa sana maalummaa isaanii isa dhugaa siif ibsu...!
@tafak_or
gaafa sana maalummaa isaanii isa dhugaa siif ibsu...!
@tafak_or
โ๏ธ Rakkoon hawaasni keenya qabu; Rakkoon irra hedduu keenya harkaa qabdu... uf caala dhimma nama borootiin busy tahuudha..!
โ Hanga hanqinnaa fi dadhabinna keenya hin hordofne, hanqinnaa fi laafinna nama biraa duuka buuna..!
โ Jireenyi kee si jaalachiisee...!, jireenyi kee si gammachiisee..!, dhimma kee fixattee kan nama biraa yaaduu eegallaan... ati nama cimaadha...!
๐ Namoonni hundaa ol lubbuu teessan too'attan; namoonni Rabbiin wajjiin qalbii teessan inaarattan... namoonni karaa keessan isa sirrii Irra bobba'uuf jirtan... galanni keessan Jannata haa tahu...!
Join๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ Hanga hanqinnaa fi dadhabinna keenya hin hordofne, hanqinnaa fi laafinna nama biraa duuka buuna..!
โ Jireenyi kee si jaalachiisee...!, jireenyi kee si gammachiisee..!, dhimma kee fixattee kan nama biraa yaaduu eegallaan... ati nama cimaadha...!
๐ Namoonni hundaa ol lubbuu teessan too'attan; namoonni Rabbiin wajjiin qalbii teessan inaarattan... namoonni karaa keessan isa sirrii Irra bobba'uuf jirtan... galanni keessan Jannata haa tahu...!
Join๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
#Hiyyummaa...
โ Waan gaarii hiyyummaan na barsiiste keessaa:
Dhiira dhugaa qofatu hiriyyaa si godhata...!, Intala namummaan qabdu qofatu si jaalata...
โ Hiyyummaan hiriyyaa bu'aaf si jaalatu sirraa fageessa...!

โ Hardha Istigfaara gootee jirtaa___?
ูู ุฅุณุชุบูุฑุช ุงููู ุงูููู ุ
Akkana jedhi:๐
ยซAstagfirullaahal Aliyyal aziima, Wa'atuubu ileyhi.... ยป
ุฃุณุชุบูุฑ ุงููู ุงูุนูู ุงูุนุธูู ูุฃุชูุจ ุฅููู
Join๐@tafak_or

โ๏ธ Hardha Tasbiiha gootee Jirtaa_?
ูู ุณูุจูุญุช ุงููู ุงูููู ุ
Irra deddeebi'i:
๐
โ Subhaanallaah Wabihamdihii; adada kalqihii; waridaa nafsihii; wazinata arshihii; wamidaada kalimaatih. โ
ุณูุจุญุงู ุงููู ูุจุญู ุฏู ุนุฏุฏ ุฎููู ูุฑุถุง ููุณู ูุฒูุฉ ุนุฑุดู ูู ุฏุงุฏ ููู ุงุชู....
Share godhaa๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
ูู ุณูุจูุญุช ุงููู ุงูููู ุ
Irra deddeebi'i:
๐
โ Subhaanallaah Wabihamdihii; adada kalqihii; waridaa nafsihii; wazinata arshihii; wamidaada kalimaatih. โ
ุณูุจุญุงู ุงููู ูุจุญู ุฏู ุนุฏุฏ ุฎููู ูุฑุถุง ููุณู ูุฒูุฉ ุนุฑุดู ูู ุฏุงุฏ ููู ุงุชู....
Share godhaa๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
#Gaarummaan...!
๐ Namni dhiphinna keessa jiru tokko yoo Sababa kee seeqate; ๐ namni mucucaataa jiru tokko yoo sitti irkate;
๐ namni kophummaan isa liqimsite tokko yoo siin boohare; ๐ namni nama hin beekne tokko yoo sitti makame;
๐ namni biyyaa bahe tokko yoo biyya si godhate...
๐ namni muukuu keessa jiru tokko yoo muukuu sitti bahe...dhugamatti ati gaarii namaa jedhamta...
โ Gaarummaan kankee hanga wantoonni biroo siin bareedan... gaarummaan kankee kan madaalamu hamma ati gaarummaa nama keessatti dhiistee deemteen...!

#Ramadaana...
โ Baatiin Ramadaan fuulaan as garagalee jira... 1... 2... 3... jechaa guyyaa 5 qofatu nuuf hafe...
โ Baatiin Ramadaan dhufuun muslimtoota gatii isaa beekan biratti bakka guddaa qaba...
โ Dhufiinsa isaa hawwiidhaan; seensa isaa qalbii gammachuutiin eegaa waan turaniif...yeroo hafuurri isaa as kalaahu baay'ee gammadu.. gaafa inni seene immoo gatii isaa waan beekaniif, gammachuun isaanii likkii hin qabu...!

#Simannaa_Ramadaanaa..
โ Namni Rabbiin isa ulfeessee/kabajee; Baatii ulfaataa kana akka dhaqqabatuuf umrii isaaf dheeresse... wlh kuni tola ooltummaa guddaadha gabroottan islaamaa irratti..
โ Rabbiin akka ati asmaraa guddaa kana keessa... firee barakaa kana akka guurattuuf si kaahuun qananii guddaadha waan taheef #Alhamdulillaah jechuu hin dagatin...!!
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ Namni Rabbiin isa ulfeessee/kabajee; Baatii ulfaataa kana akka dhaqqabatuuf umrii isaaf dheeresse... wlh kuni tola ooltummaa guddaadha gabroottan islaamaa irratti..
โ Rabbiin akka ati asmaraa guddaa kana keessa... firee barakaa kana akka guurattuuf si kaahuun qananii guddaadha waan taheef #Alhamdulillaah jechuu hin dagatin...!!
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
#Sin_baana...!
โ Nama garitu jira.... lubbuu isaanii onnee keenya keessatti facaastanii.... burqaa Jaalala isaanii nu obaasanii.... kunuusa addaa nuuf laatanii jedhan...
โ Namoota akkanaa kanneen... yoo nurraa fagaatan nutis isaan barbaanna... yoo nu bira jiraatanis onnee keenya gammachiisu; gaddaa fi gadadoo nurraa fageessu....!
โ Seequun isaanii dawaa onneeti; furmaata Rakkooti; madda gammachuuti....
โ Namoonni nuti qalbii keenya keessatti jajjabeeffachuu qabnu namoota akkanaa kana...
๐Namni sun bar sihii....Rabbiin Hamtuu hundarraa si haa eegu..... gammachuu gaddi keessa hin jiraanneen si haa eegu....!!