Telegram Web Link
Allaah......

โœ "Osoo badiin kankee duumessa samiillee geettee, ergasii araarama narra barbaaddee... silaa siif araarame... "
โ€ูˆูŽู„ูˆู’ ุจูŽู„ูŽุบูŽุชู’ ุฎูŽุทูŽุงูŠูŽุงูƒูŽ ุนูŽู†ูŽุงู†ูŽ ุงู„ุณูŽู‘ู…ูŽุงุกูุŒ ุซูู…ูŽู‘ ุงุณู’ุชูŽุบู’ููŽุฑู’ุชูŽู†ููŠุŒ ุบูŽููŽุฑู’ุชู ู„ูŽูƒูŽโ€œ

Rabbiin nuuf haa araaramu...
@tafak_or
โœ Tokkotu akkana jedhe:๐Ÿ˜

Guyyaa tokko Salaata Fajrii salaatee osoo manatti galaa jiruu.... namoota Sangaa/qotiyyoo tokko makiinaa gubbaa korsiisuuf jecha marsanii dhaabatan argee ture.
Namoonni Kun Sangaa kana makiinaa gubbaa baasuudhaaf tuman, sangaan immoo jalaa socho'uu dide...
Achumaa Sangaa kanatti dhihaadhee... gaafa isaa yoo tuttuqu, sangichi aariin irraa galtee suutuma gubbaa ol bahe.

Namoonnis baay'ee tokko na galateeffatanii.... imala isaanii itti fufan.
Achumaa anis keessa kiyyatti... "abboo Kuni barakaa salaata subhiiti... amma booda salaata hin hafu" jechaa deeme.

Yoo deemee mana seenu haati koo iyyaa jirti....." Uuu... uuuu!, bada mucaa kiyya sangaa keenna nu jalaa hatanii bar..." naan jette....!
Ilma; Maaltu kolfa wallaala ree.... kolfaan uf qabuu dadhabee... wlh lafa dhahe...
#Haadha; Ilma ufii dhooftee.... "Ani sangaa keenna hatan jedhaa ati natti kolfitaa.... "
@Ilma: " Wlh Ummii sangaan keenya na beekee bar.. Ani sangaa keenya wallaalee.."๐Ÿ˜

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
#Baga_jiraattan... ๐ŸŒน

โœ Jireenya kee keessatti Hanga feete namoota haaraadhaan wal barattus... namoota fakkaataa akka isaanii yoomuu argachuu hin dandeenyetu jira.
โœ hanga fedhe namni haaraan jireenya Kee keessa dhufus, barri haaraan seenus isaan isaanuma... yeroo hundaa isaan siif nama addaati... yeroo kamuu nama hin jijjiiramneedha....!
๐Ÿ‘‰ Dhugaan isaan siif qaban; adeemsaa fi amalli isaanii bakkuma sana jira....!
โœ Inumaa adaduma oolaa bulluun sadarkaa fi kabajaan isaan onnee keenya keessatti qaban dabalaa deema...
โœ Namoonni yeroo Onnee teenya keessa dabartan Ababaa ๐ŸŒป๐ŸŒน facaastanii bira kuttan sun nagaa naaf jirtuuu.....?!

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
Kadiijaan (Radiyallaahu anhaa) hijraa dura waggaa meeqatti duute____?
Anonymous Quiz
31%
A) Waggaa 4tti.
46%
B) Waggaa 3tti.
23%
C) Waggaa 6tti.
โœ Rizqiiwwan yeroo hedduu nuti ufirratti dagannu keessaa ...;

๐Ÿ‘Œ Keessi keenna tasgabbii qabaachuu,
๐Ÿ‘Œ qaamni keenya fayyaa tahuu,
๐Ÿ‘Œ Du'aa'ii Ummaa teenyaa,
๐Ÿ‘Œ Nama jaalattuun Wal arguu Kee,
๐Ÿ‘Œ Obboleessi kee lubbuun jiraachuun,
๐Ÿ‘Œ sรฉequu fi tapha ilmaan keetii,
๐Ÿ‘Œhiriyyaa gaarii qabaachuun Kee,
๐Ÿ‘Œ gaarummaa kankee,
๐Ÿ‘Œ Salaata yeroodhaaf salaatuun kรฉe,
๐Ÿ‘Œ ijaan arguu fi arrabaan dubbachuu danda'uun kee,
๐Ÿ‘Œ hirriba gaarii fi fayyaan gaariin qananii guddoo nama hedduu irraa Rabbiin fuudhe siif kenne....

๐Ÿ‘‰ kanaafuu Yeroo hundaa Alhamdulillaah jedhi... ta haftes Rabbiin siif dabalaa ...
ูุงู„ุญู…ุฏ ู„ู„ู‡ ุฏุงุฆู…ุง ูˆุงุจุฏุง....

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Ayyaana bara #haaraatiin/Christmas (2024) Wal qabatee wantoota nuti beekuu qabnu....;

1) Ayyaana keenyaa miti. Nuti ayyaana lama malee Akka hin qabne beekuu qabna.... ( Fixrii fi Iida Adhaa).
2) Akka shari'aa Islaamaatti ayyaaneffachuun Haraama.
3) Guyyaa ayyaanaa kanaan Wal qabatee Baga geessan waliin jechuun hin danda'mu... Baga geessan isaaniin jechuun karaan isin Irra jirtan Kun sirriidhaa, jabaadhaa jechuudha.
4) Warroota amantaa kana hordofan wajjiin ayyaana kanarratti hirmaachuun hanqinna Aqiidaa nuti qabnu nutti agarsiisa....!
5) Ayyaana kanarratti isaan wajjiin hirmaachuun badii fi Haraama irratti isaan qarqaaruu argisiisa... muslimarraa kan eeggamu irraa fagaachuudha.
6) Wantoota ayyaana sanaan Wal qabatan, waan isaan guyyaa sana itti fayyadaman kamuu bitanii mana kaahachuunis dhoorkaadha...!
7) Namoota dhimma kanaan Wal qabatee... Fataawaa dogoggoraa Kennan... (maal rakkoo qaba jedhan) gurra kennuufii dhabuu.
8) Waan kana akka seera jireenya Islaamaatti hubannee... itti dalaguudha.

@Ibro keessan...
๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
๐ŸŒน Dubartiin takka erga deessee booda yoo dhiigni dhalaa/Nifaasni irraa hin muldhatin maal gochuu qabdi____?
Anonymous Poll
93%
A) Dhiqattee salaatti.
10%
B) Osoma hin dhiqatin salaatti.
#Sammuu_ajoofte.

โœ Ilmi namaa qaama isaa guyyaa guyyaadhaan qulqulleeffataa oola.... Sammuun hedduu isaanii garuu, waggaa dheeraadhaaf foolii badaadhaan guutamtee jirti.
๐Ÿ‘‰ Akkuma qaama keenya guyyaa guyyaadhaan qulqulleeffataa oollu, sammuu keenyas qulqulleessuu haa yaalluu....!!

@tafak_or
โœ Karaan bareedaan ati dhugaa itti dhoksuu dandeeasuun yoo jiraate.... dhugaa bifa qoosaa gootee namatti himuudha.

@tafak_or
#Eeyyan....

โœ Nama tokko daguu/sobuu dandeesse jechuun, namni sun gowwaa waan taheef gowwoomsite jechuu osoon taane.... nama santu hanga sin madaalle si amane jechuudha..!

@tafak_or
@Hin_booninaa....!
ูุง ุงู„ุฌู†ุฉ ู„ุง ูŠุฏุฎู„ู‡ุง ุงู„ู…ุชูƒุจุฑูˆู†.....
๐Ÿ‘‰ Namni boonu Jannata hin seenuu.....

@tafak_or
@Sirritti_xiinxalli.....

โœ Miilli gara salaataatti sin geessine...Jannatattis yoomuu akka sin geessine beekuu qabda..

@tafak_or
@Dhaamsa_guddaa

โœ Yaa dargaggoota islaamaa waraanni guddaan yeroo ammaa harka keessan jiru intarneetaa fi miidiyaa haawaasaa/social media kana.
โœ Meeshaa kanaan addunyaa tana guututti duuluu dandeessu; biyyoota hedduu cabsitanii ittiin seenuu dandeessu... bakka hundatti islaamummaa facaasuu dandeessu...!
โœ Yaa dargaggoota islaamaa... garaan tuni gadaa teessan; carraan Kuni carraa keessan waan taheef carraa kana osoo isin jala hin dabarre itti fayyadamaa....
โœ Miidiyaan Kuni qananii guddaa Rabbiin harka keessan kaahe waan taheef.... qananii tana osoo isinirraa hin fudhatin yookaa isin isii jalaa hin fudhatin itti fayyadamaa...!... guyyaa gaabbitanii hin dhaqqabnetu dhufa waan taheef....!
โœ Yaa obboleewwan koo... Diiniin keessan yeroo ammaa Daa'iiwwan dhugaa; Isaannan obsa qaban; kan beekkumsaan sammuun isaanii ijaarame; Isaannan Rabbiif jecha diinaa kana facaasanitti hajama...!, dargaggeessa kaayyoo qabu, kan hamilee islaamummaa facaasuu uf keessaa qabutti hajama....
๐Ÿ‘‰ Mee maal jettu isin....!!
@Ibro

@Share gochuun nu bira dhaabadhaa.... ๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Karaan ulfaataan yeroo baay'ee galma guddaatti nama geessa....!! ๐Ÿ‘‡

๐’…๐’Š๐’‡๐’‡๐’Š๐’„๐’–๐’๐’• ๐’“๐’๐’‚๐’…๐’” ๐’๐’‡๐’•๐’†๐’ ๐’๐’†๐’‚๐’… ๐’•๐’ ๐’‚ ๐’ƒ๐’†๐’‚๐’–๐’•๐’Š๐’‡๐’–๐’ ๐’†๐’๐’…๐’Š๐’๐’ˆ...
(Karaan imalli isaa ulfaatu, xumura isaattu bareeda...)

@tafak_or
@Jaalalli_qofti_gahaadhaa___?!

โœ Kan nuti barbaannu nama nu jaalatu qofa osoo hin taane..., nama nu hubatu; nama kabaja nuuf qabu; nama onnee isaa keessatti bakka nuuf kennutti hajamna.
โœ Hariiroo akka nagahaan rafuu dandeenyu; hariiroo keessa keenyaaf tasgabbii kennutti hajamna....!
โœ Namoota bakka isaan jiranitti nageenyaa fi tasgabbii malee sodaan nutti hin dhagahamne barbaanna....!
โœ Namoota yeroo haasofnu way kallattii hin taanetti nu batanii laata; yeroo dubbannu, way sababa dubbii keennaatiif isaan uf biraa dhabnaa jennee sodaannu osoon taane... namoota bilisummaadhaan... osoo if jala hin ilaalle waliin haasofnu nu barbaachisa....!
โœ Hariiroo gaafii nu burjaajessuu fi deebii nu dhamaasu if keessaa hin qabne barbaanna....!
โœ Hariiroo akka keessi keenya fayyaa argatu; hariiroo akka waa hunda jaalannu nu gootu barbaanna....!

๐Ÿ‘‰ Hariiroon akkanaa jiraannaan, wanti addunyaa kanarra jiru hundaa sitti bareedaa beeki...!
@Ibro anaa keessan.... ๐Ÿ™

Waan jaalattan nama jaalataniif.... ๐Ÿ‘‡

https://www.tg-me.com/tafak_or
2024/09/28 21:33:29
Back to Top
HTML Embed Code: