" ุฅู ุงููู ูู
ูุงุฆูุชู ูุตููู ุนูู ุงููุจู
ูุง ุฃููุง ุงูุฐูู ุขู ููุง ุตููุง ุนููู ูุณูู ูุง ุชุณููู ุง "
@tafak_or

Hirmaadhaa....
Hudeybiyyaa booda Dubartoota Rasuulaa keessaa, tan muslimtoota dallansuu Rasuulaa jalaa baraarte eennu_____?

Anonymous Poll
38%
A) Aa'ishaa (Radiyallaahu anhum)
15%
B) Zeynabaa (Radiyallaahu anhaa)
19%
C) Sowdaa (Radiyallaahu anhaa)
34%
D) Ummu salamaa (Radiyallaahu anhaa)
โ Uf duuba deebitee jalqaba kee jijjiiruu hin dandeessu, garuu bakka amma irra jirtu irraa kaatee xumura kee jijjiiruu ni dandeessa.....!!
@tafak_or
@tafak_or
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
๐Namni tokko Janaabaa dhiqatee, garuu yoo bishaan afaan hin lulluuqatin ykn funyaan keessa ol hin fudhatin, dhiqatee jira moo hin dhiqanne jettu________?
Anonymous Poll
63%
A) Janaabaa irraa qulqullaahee jira ..
41%
B) Hin qulqulleeffanne....
@Dadhabbiidha....
โ Waan ija namaatti bareeduuf jecha kophee siin taane/si qabu kaawwachuun mallattoo dadhabbii keetii ibsa....!!

@Hello.....
โ Mana Kitaabaa tokko seenee, namticha mana Kitaabaa keessa dalagu akkana jedhee gaafadhe___?
" Kitaaba waa'ee uf fannisuu haasahu qabduu naa ergisaa mee... "
Namtichis akkana naan jedhe:
" Eeyyan ni qabna, garuu yoo ati uf fanniste, kitaabicha eennutu nuuf deebisa... "๐
#Dostoevsky (Russian novelist) irraa na dhaqaabe...
Share๐

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐Namni tokko Janaabaa dhiqatee, garuu yoo bishaan afaan hin lulluuqatin ykn funyaan keessa ol hin fudhatin, dhiqatee jira moo hin dhiqanne jettu________?
Deebiin....B
Yeroo qaama dhiqattan, afaanis lulluuqattanii... funyaanis bishaan keessa fudhachuu qabdan...
โ Rabbiin qur'aana keessatti akkana nuun jedhe...;
:{ูุฅู ููุชู ุฌูุจุงู ูุงุทูุฑูุง}ุ
"Yoo janaabdan qulqulleeffadhaa....", Qulqulleeffadhaa jechuun qaama keessan guutuu jechuudha. Funyaan keessaa fi afaan keessis qaamota nuti qulqulleeffachuun dirqamaa keessaa isa tokkoodha...
๐ Kanaafuu Rasuulli keenyas (SAW) yeroo wuduu'a goonu akka afaan lulluuqannuu fi funyaan keessa bishaan ol fudhannus nu ajajan....!
๐
{ูุงุบุณููุง ูุฌูููู .....}
โ Fuulli keenya wantoota hadasa guddaa fi xiqqaa keessattis qulqulleessuun nurratti dirqamaati....
#Hubachiisa: Kanaafuu Yeroo qaama dhiqannu lulluuqachuu fi bishaan funyaan keessa ol fudhachuunis waajiba jechuudha.
Sheek Muhammad Saalih Al-Useymiin... (Rahimahullaah).
Share ๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Yeroo qaama dhiqattan, afaanis lulluuqattanii... funyaanis bishaan keessa fudhachuu qabdan...
โ Rabbiin qur'aana keessatti akkana nuun jedhe...;
:{ูุฅู ููุชู ุฌูุจุงู ูุงุทูุฑูุง}ุ
"Yoo janaabdan qulqulleeffadhaa....", Qulqulleeffadhaa jechuun qaama keessan guutuu jechuudha. Funyaan keessaa fi afaan keessis qaamota nuti qulqulleeffachuun dirqamaa keessaa isa tokkoodha...
๐ Kanaafuu Rasuulli keenyas (SAW) yeroo wuduu'a goonu akka afaan lulluuqannuu fi funyaan keessa bishaan ol fudhannus nu ajajan....!
๐
{ูุงุบุณููุง ูุฌูููู .....}
โ Fuulli keenya wantoota hadasa guddaa fi xiqqaa keessattis qulqulleessuun nurratti dirqamaati....
#Hubachiisa: Kanaafuu Yeroo qaama dhiqannu lulluuqachuu fi bishaan funyaan keessa ol fudhachuunis waajiba jechuudha.
Sheek Muhammad Saalih Al-Useymiin... (Rahimahullaah).
Share ๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
๐Nama tokkotu Ibraahimiin salaama hin gaafadhu jedhee kakate, garuu osoo karaa deemaaru hiriyyoota isaa hedduu bakka tokkotti argee salaama gaafate. garuu Ibraahimis achuma keessa jira. hukmiin kakuu isaa maal taha_____?
Anonymous Poll
44%
A) Guyyaa sadihii soomuu qaba.
59%
B) Soomuu hin qabu..
๐คฒ Yaa Rabbi nama...;
๐ maqaan isaa tole,
๐ seenaan isaa bareede,
๐ ajriin isaa duniyaa fi aakirattis addaan hin cinne na taasisi..
Aamiin yaa Allaah... ๐คฒ
@tafak_or
๐ maqaan isaa tole,
๐ seenaan isaa bareede,
๐ ajriin isaa duniyaa fi aakirattis addaan hin cinne na taasisi..
Aamiin yaa Allaah... ๐คฒ
@tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
" ููุงุฏู ูู ุงูุธูู
ุงุช "
"Dukkana keessaa lallabate... "
โ Dukkana garaa qurxummii... Dukkana bahraa.... Dukkana halkanii....
โ Dukkanti ati keessa ciisaa jirtu hanga fedhe guddatus, dukkana Nabiyyallaahi Yuunus (Aleyhissalaam) keessa jiraate sana inuma hin geenye...
๐ Rabbiin Tasbiiha qofaan dukkana sadi keessaa isa baase sun, rakkoo fi dhiphinna ati keessa jirtu kana keessaa sin baasu jettee yaaddaa....!!
Wlh si baasa.....!!
(( ููุง ุฅูููู ุฅููููุง ุฃูููุช ุณูุจูุญูุงูููู ุฅููููู ููุช ู ู ุงูุธููุงููู ูู ))

๐ Osoo bishaan hin barbaadin biyyeedhaan Tayammuma godhee salaate, ergasii akka bishaan hin argamne adda baafate. hukmiin isaa______?
Anonymous Poll
69%
A) Salaanni isaa sirriidha...
34%
B) Irra deebi'ee salaatuu qaba.
@Ufitti_amanamummaa....!!
โ Namni yeroo jalqabaa ati itti amanuu qabdu, sima mataa keeti....!!
@tafak_or
โ Namni yeroo jalqabaa ati itti amanuu qabdu, sima mataa keeti....!!
@tafak_or
#Baga_gammaddan...
ุทูุงุจ ุงูุนูู ....
โ Barattoonni Diinii islaamaa Abshiruu.....!!
Gaafa ilmi namaa hoolaa fi Re'ee walirraa dhaalee deemu .... isin ammoo Kitaabaa fi sunnaa Rasuulli Rabbii (SAW) nu keessatti dhiisan dhaaltanii deemtu.....!
Share ๐
@tafak_or
ุทูุงุจ ุงูุนูู ....
โ Barattoonni Diinii islaamaa Abshiruu.....!!
Gaafa ilmi namaa hoolaa fi Re'ee walirraa dhaalee deemu .... isin ammoo Kitaabaa fi sunnaa Rasuulli Rabbii (SAW) nu keessatti dhiisan dhaaltanii deemtu.....!
Share ๐
@tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
#Eennuuf....?
โ Barreeffama kana eennuuf barreessite jettanii nan gaafatinaa...!
โ Barreeffamni koo nama waa dubbisuu fi nama barreeffamaaf bakka kennuudha.
๐ yoo si biratti fudhatama qabaate simaaf barreesse, yoo si biratti fudhatama dhabde immoo; yoo kan sitti ulfaatu tahe nama biraatiif barreesse.
@Maaltu_beeka....;
๐ dheebotaa hedduu dheebuu baasuu danda'a...
๐ nama madaa hedduu qabu fayyisuu danda'a...
โ Barreeffamni koo nama hundaaf malee, nama tokkoo fi lamaaf miti...
๐ Warra qalbiin isaanii hoo'ite; ๐ warra ilaalcha gaarii qabaniif; ๐ warra dubbiin isaanii bareeduu fi.....warra jaalala namaatiif onnee isaanii keessatti bakka qaban hundaaf barreeffama...
โ Miseensonni @Tafakkur Waan isiniin jedhu dhageessuuu...!!
๐ Jaalalli an isiniif qabu hanga qubeen barraahe kanaan osoon taane, waan keessa koo jiru kan ani isiniif ibsuu dadhabetu caala...!!

@Galaana_namaa
โ Ilma namaa kana Rabbiin bishaanii fi biyyee irraa uume. Nama garii bishaan isaattu biyyee isaa irra injifatee galaana tahe... Nama garii ammoo biyyee isaattu bishaan isaa irra caalee dhakaa tahe.... !!