Telegram Web Link
โœ Jireenya kankee keessatti nama heddutu imala si wajjiin eegala... garuu namni imala eegale si wajjiin xumuru nama muraasa qofa.... hiriyyaan dhugaa isaan sanneen...!!!
@Ibro

@tafak_or
โœ Jaarraa 21ffaa keessa dhukkubni sammuudhaan wal qabatu 28% dabalaa dhufee jira.

Rabbiin sammuu teessan haa tiksu...

@tafak_or
Firiin dhiiraa/Sperm osoo hin dhangalaane, bakka socho'uu qofaan, qaama dhiqachuun dirqama moo dirqamaa miti____?
Anonymous Poll
83%
A) Hanga dhanagala'utti hin dhiqannu...
22%
B) Bakka socho'uu qofaan dhiqachuun namarratti dirqama.
โœ Nama tokkorraahuu waa takka hin eegin.. eennurrattis hin irkatin... milkaayinna kee ufumaa uumadhu, namni ufiinuu barbaadee sitti dhufaa.
โœ Namni namarratti irkatu milkaa'inni isaa, nama irratti irkate sanaan qabdii qabama.

@tafak_or
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
Firiin dhiiraa/Sperm osoo hin dhangalaane, bakka socho'uu qofaan, qaama dhiqachuun dirqama moo dirqamaa miti____?
Deebiin A)....๐Ÿ‘‡



โœ Hanga dhangala'uu isaa arginutti hin dhiqannu..
hayyoonni hedduun karaa kana jiran... Ibnu Teymiyaa fi Ibnu Qudaamaanis (Rahimahullaah) karaa kana filatan.
Sababni isaas....;
1) Rasuullis yoo bishaan argitan jedhan... dhiqannaa ijaan arguudhaan Wal qabsiisan.
2) Osoo bakka socho'uu qofaan dhiqachuun namarratti dirqama tahuutii... barbaachisummaa isaa silaa Rasuulluu ni himan ture.
ูˆุงู„ู„ู‡ ุฃุนู„ู….....

@https://www.tg-me.com/tafak_or
#Nagaa_jirtuu....

โœ Warri yoo dubbiin nu harkaa baddes, hubannaa keessan tolfattan.
yoo nuti jechoota balleessines Niyyaa keessan sirreessitan...

Nagaa naa jiraadhaa
(Respect....!!)

@tafak_or
๐Ÿ‘‹Suuraalee qur'aanaa keessaa Suuraan Aayyanni isii hunduu jecha Allaah jedhu uf keessaa qabdu suuraa tami____?
Anonymous Quiz
63%
A) Suuraa Rahmaan
14%
B) Suuraa Mumtahinaa.
23%
C) Suuraa Mujaadalaa.
โœ Harka hin kennatin.... hanga feetes mucaattu ka'i; dogoggorri sirraa muldhatus sirreeffadhu; yeroo dhibba kuftus ka'i.... guyyoonni ati keessa dabarte hundi fuula akka guurtu si godhanis ati ima seeqadhu.

@tafak_or
Dubartiin laguun jirtu qur'aana qara'uu dandeessii_____?
Anonymous Poll
58%
A) hin dandeessi
43%
B) Hin dandeessu..
#Nagaa_bultanii....

โœ Isaannan yeroo hedduu keessi keessan miidhamee; keessaan dhahamtanii.... ijjannoon keessaan cimaa tahuu irraa kan ka'e, namuu isinitti beekuu dadhabe.

Wlh yeroo kamuu nagaa naaf jiraadhaa....!!.... โค๏ธ

๐Ÿ‘‡
@tafak_or
#Ijjannoo...!

โœ Ijjannoo qabaachuu jechuun... osoo namoonni naannoo kee jiran hunduu amanuu dadhabanii, Rabbiin galma kootiin na gaha jettee ati amanuudha...!

@tafak_or
#Sin_baana.... ๐Ÿ‘‰

โœ Walakkaan Bareedinna ilma namaa arraba isaa keessa jira. kanaafuu dubbii keessan bareechaa...!

@tafak_or
๐Ÿ‘‹ Namni Janaabaa qabu tokko guyyaa Jum'aa qaama yoo dhiqate, Jum'aafis addatti dhiqachuu qaba moo, takkumatti geeffata_____?
Anonymous Poll
80%
A) Janaabaaf niyyatee, Jum'aafis sanumatti geeffata.
13%
B) Jum'aaf niyyatee, Janaabaafis sanumatti geeffata.
10%
C) Lamaaniifuu adda addaan dhiqatuu qaba.
โœ Yoo leenca islaamumnaaf baroodu ta'uu dadhabde... saree muslimtootatti duttu akka hin taane....!!

@tafak_or
#Ogummaa...

โœ Waa hunda keessatti ilma namaa jaalachiisuu fi gammachiisuun baay'ee ulfaataadha... kanaafuu carraan nuti qabnu keessa keenna jaalachiisuudhaan dhumata...!!

#tafak_or
2024/09/28 01:21:29
Back to Top
HTML Embed Code: