#Jireenyatu_na_barsiise...!
โ Irra hedduun namaa mana Barumsaa malee iddoon barnoonni itti baratamu waan jiru itti hin fakkaatu.
๐ Garuu dubbiin dhugaa.... barnoota jireenya keenya keessaa malee kaamphaasiin addunyaa kanaa guutuun nu barsiisuu hin dandeenyetu jira.
Inumaa kan mana barumsaatti barannu caala, kan jireenya keenya keessatti barannutu irra nuuf barbaachisaa ta'uu danda'a.
โ Jireenyi Kee mana Barumsaa guddaadha.... garuu manni Barumsaa jireenyaaa, osoo irraa hin baratin dura si dhukkubsuu fi dogoggora hedduu keessa si naquus danda'a.
โ Jireenyi barsiisaa cimaadha... akka ati hin barannes yoo si arge Irra deddeebi'ee kan duraa caala si barsiisa.
@Ibro
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf

Dubartiin laguun jirtu qur'aana qara'uu dandeessii_____?
โ Dubartiin laguudhaan jirtu qur'aana qara'uu dandeessi___?
Deebiin A)...
Garuu gaafii kana keessatti ulmaa'iin bakka lamatti wal qoodan. innis ;
#1ffaa) Warra laguudhaan qara'uu hin dandeessu jedhaniidha... (Mazhabni gurguddaan 3 karaa kanarra jira... Abuu Haniifaa; Shaafi'ii fi Ahmed)
Raggaan isaanii maali___?๐
A) Hadiisa Ibnu Umar kan dubartiin heeydii qabduu fi namni Janaabaa qabus qur'aana hin qara'u jedhuudha...garuu hadiisni kun laafaadha/ุถุนูู.
B) Janaabaa fi heydiin akkuma tokko jedhan... erga Janaabaadhaan qur'aana qara'uu hin dandeenye heydiin inumaa San caala jabaata jedhu.
#2ffaa) Warra hin dandeessi jedhuudha... (Mazhaba Maalikii fi Sheykul Islaab IbnuTeymiyaa fi Ibnu Baazis karaa kanarra jiru..)
Ragaan isaanii maali____?
๐
A) Ragaan qabatamaan hadiisaa fi qur'aanaa irraa, dubartiin laguu qabdu qur'aana hin qaraatu ykn zikrii hin gootu jedhu hin jiru... beekkamaadha dubartiin gadaa Rasuulaas inuma heydofti.
B) Yeroon heydiidhaa akka malee dheeratee qur'aana dagachuunis ni sodaataman.. kanaafuu qara'uu qabdi jedhu.
C) Aa'ishaan Radiyallaahu anhaa bakka hajjidhaaf harramattetti heydiin itti dhufnaan ergamaan Aalamaa akkana jedhaniin...
"Beeytii hin xawaafin malee waan warri hajjii dalagu hundaa dalagi...." hujjaajni qur'aanas ni qara'a....!
D) Hadiisni warra jalqabaas laafaa tahuu fi Janaabaa fi heydii walitti fakkeessuunis, waan fudhatama hin qabne....
Janaabaa yeroo barbaaddetti dhiqachuu dandeessa... heydiin ammoo yeroo dheeraa sirraa fudhaachuu danda'a.
kanaafuu deebiin A).

๐ Dubartiin laguu qabdu yoo salaata dhiifte ajrii argattu jiraa____?
Anonymous Poll
71%
A) Ajrii argatti
33%
B) Ajrii hin argattu
๐ Salawaanni isin buustan akka Rasuula bira geessu meeqa keessantu beeka....?!๐
โ " Yaa Muhammad: Ebaluun ilma ebaluu tokko Salawaata sirratti buusaa jira.... "
"ูุง ู ูุญูู ููุฏ :
ุฅููู ูููุงูู ุงุจูู ูููุงูู ููุตูููู ุนูููู
Malaa'ikatu Rasuulaan jedha (SAW)...
ุงูู ูุงุฆูุฉ ูุฑุณููู ุงูููู ๏ทบ" โค๏ธ
Sallallaahu aleyhi wasallam...
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ " Yaa Muhammad: Ebaluun ilma ebaluu tokko Salawaata sirratti buusaa jira.... "
"ูุง ู ูุญูู ููุฏ :
ุฅููู ูููุงูู ุงุจูู ูููุงูู ููุตูููู ุนูููู
Malaa'ikatu Rasuulaan jedha (SAW)...
ุงูู ูุงุฆูุฉ ูุฑุณููู ุงูููู ๏ทบ" โค๏ธ
Sallallaahu aleyhi wasallam...
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
Gammachuun siif maali____?
Anonymous Poll
21%
A) Fayyaa
4%
B) Qabeenya
3%
C) Dhiifama...
7%
D) Haadha manaa/Abbaa manaa gaarii..
72%
E) Hundaa
๐ Waan akkam barbaadda___?
โ Wantoota addunyaa Kee siif ibsan;
gammachuu Kee guddisan; sammuu Kee gabbisan; fuulduratti si dhiiban; gumaachuudhaaf kaka'umsa si keessatti uuman barbaadii....!
@tafak_or
โ Wantoota addunyaa Kee siif ibsan;
gammachuu Kee guddisan; sammuu Kee gabbisan; fuulduratti si dhiiban; gumaachuudhaaf kaka'umsa si keessatti uuman barbaadii....!
@tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
Gammachuun siif maali____?
Gammachuun siif maali___?
โ Gammachuu jechuun gabaabumatti....:
"Duniyaatti fayyaa argattee, Aakiratti immoo dhiifama Rabbiin irraa argachuu...."
ุนุงููุฉ ูู ุงูุฏููุง ูุนููุง ูู ุงูุขุฎุฑุฉ.....
๐ Duniyaatti Aafiyaa.... aakiratti Afwii isaa Rabbiin isiniif haa kennu.....

Allaah......
โ "Osoo badiin kankee duumessa samiillee geettee, ergasii araarama narra barbaaddee... silaa siif araarame... "
โููููู ุจูููุบูุชู ุฎูุทูุงููุงูู ุนูููุงูู ุงูุณููู ูุงุกูุ ุซูู ูู ุงุณูุชูุบูููุฑูุชููููุ ุบูููุฑูุชู ููููโ
Rabbiin nuuf haa araaramu...

โ Tokkotu akkana jedhe:๐
Guyyaa tokko Salaata Fajrii salaatee osoo manatti galaa jiruu.... namoota Sangaa/qotiyyoo tokko makiinaa gubbaa korsiisuuf jecha marsanii dhaabatan argee ture.
Namoonni Kun Sangaa kana makiinaa gubbaa baasuudhaaf tuman, sangaan immoo jalaa socho'uu dide...
Achumaa Sangaa kanatti dhihaadhee... gaafa isaa yoo tuttuqu, sangichi aariin irraa galtee suutuma gubbaa ol bahe.
Namoonnis baay'ee tokko na galateeffatanii.... imala isaanii itti fufan.
Achumaa anis keessa kiyyatti... "abboo Kuni barakaa salaata subhiiti... amma booda salaata hin hafu" jechaa deeme.
Yoo deemee mana seenu haati koo iyyaa jirti....." Uuu... uuuu!, bada mucaa kiyya sangaa keenna nu jalaa hatanii bar..." naan jette....!
Ilma; Maaltu kolfa wallaala ree.... kolfaan uf qabuu dadhabee... wlh lafa dhahe...
#Haadha; Ilma ufii dhooftee.... "Ani sangaa keenna hatan jedhaa ati natti kolfitaa.... "
@Ilma: " Wlh Ummii sangaan keenya na beekee bar.. Ani sangaa keenya wallaalee.."๐
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Guyyaa tokko Salaata Fajrii salaatee osoo manatti galaa jiruu.... namoota Sangaa/qotiyyoo tokko makiinaa gubbaa korsiisuuf jecha marsanii dhaabatan argee ture.
Namoonni Kun Sangaa kana makiinaa gubbaa baasuudhaaf tuman, sangaan immoo jalaa socho'uu dide...
Achumaa Sangaa kanatti dhihaadhee... gaafa isaa yoo tuttuqu, sangichi aariin irraa galtee suutuma gubbaa ol bahe.
Namoonnis baay'ee tokko na galateeffatanii.... imala isaanii itti fufan.
Achumaa anis keessa kiyyatti... "abboo Kuni barakaa salaata subhiiti... amma booda salaata hin hafu" jechaa deeme.
Yoo deemee mana seenu haati koo iyyaa jirti....." Uuu... uuuu!, bada mucaa kiyya sangaa keenna nu jalaa hatanii bar..." naan jette....!
Ilma; Maaltu kolfa wallaala ree.... kolfaan uf qabuu dadhabee... wlh lafa dhahe...
#Haadha; Ilma ufii dhooftee.... "Ani sangaa keenna hatan jedhaa ati natti kolfitaa.... "
@Ilma: " Wlh Ummii sangaan keenya na beekee bar.. Ani sangaa keenya wallaalee.."๐
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
#Baga_jiraattan... ๐น
โ Jireenya kee keessatti Hanga feete namoota haaraadhaan wal barattus... namoota fakkaataa akka isaanii yoomuu argachuu hin dandeenyetu jira.
โ hanga fedhe namni haaraan jireenya Kee keessa dhufus, barri haaraan seenus isaan isaanuma... yeroo hundaa isaan siif nama addaati... yeroo kamuu nama hin jijjiiramneedha....!
๐ Dhugaan isaan siif qaban; adeemsaa fi amalli isaanii bakkuma sana jira....!
โ Inumaa adaduma oolaa bulluun sadarkaa fi kabajaan isaan onnee keenya keessatti qaban dabalaa deema...
โ Namoonni yeroo Onnee teenya keessa dabartan Ababaa ๐ป๐น facaastanii bira kuttan sun nagaa naaf jirtuuu.....?!

Kadiijaan (Radiyallaahu anhaa) hijraa dura waggaa meeqatti duute____?
Anonymous Quiz
31%
A) Waggaa 4tti.
46%
B) Waggaa 3tti.
23%
C) Waggaa 6tti.
โ Rizqiiwwan yeroo hedduu nuti ufirratti dagannu keessaa ...;
๐ Keessi keenna tasgabbii qabaachuu,
๐ qaamni keenya fayyaa tahuu,
๐ Du'aa'ii Ummaa teenyaa,
๐ Nama jaalattuun Wal arguu Kee,
๐ Obboleessi kee lubbuun jiraachuun,
๐ sรฉequu fi tapha ilmaan keetii,
๐hiriyyaa gaarii qabaachuun Kee,
๐ gaarummaa kankee,
๐ Salaata yeroodhaaf salaatuun kรฉe,
๐ ijaan arguu fi arrabaan dubbachuu danda'uun kee,
๐ hirriba gaarii fi fayyaan gaariin qananii guddoo nama hedduu irraa Rabbiin fuudhe siif kenne....
๐ kanaafuu Yeroo hundaa Alhamdulillaah jedhi... ta haftes Rabbiin siif dabalaa ...
ูุงูุญู ุฏ ููู ุฏุงุฆู ุง ูุงุจุฏุง....
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
๐ Keessi keenna tasgabbii qabaachuu,
๐ qaamni keenya fayyaa tahuu,
๐ Du'aa'ii Ummaa teenyaa,
๐ Nama jaalattuun Wal arguu Kee,
๐ Obboleessi kee lubbuun jiraachuun,
๐ sรฉequu fi tapha ilmaan keetii,
๐hiriyyaa gaarii qabaachuun Kee,
๐ gaarummaa kankee,
๐ Salaata yeroodhaaf salaatuun kรฉe,
๐ ijaan arguu fi arrabaan dubbachuu danda'uun kee,
๐ hirriba gaarii fi fayyaan gaariin qananii guddoo nama hedduu irraa Rabbiin fuudhe siif kenne....
๐ kanaafuu Yeroo hundaa Alhamdulillaah jedhi... ta haftes Rabbiin siif dabalaa ...
ูุงูุญู ุฏ ููู ุฏุงุฆู ุง ูุงุจุฏุง....
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
โ Ayyaana bara #haaraatiin/Christmas (2024) Wal qabatee wantoota nuti beekuu qabnu....;
1) Ayyaana keenyaa miti. Nuti ayyaana lama malee Akka hin qabne beekuu qabna.... ( Fixrii fi Iida Adhaa).
2) Akka shari'aa Islaamaatti ayyaaneffachuun Haraama.
3) Guyyaa ayyaanaa kanaan Wal qabatee Baga geessan waliin jechuun hin danda'mu... Baga geessan isaaniin jechuun karaan isin Irra jirtan Kun sirriidhaa, jabaadhaa jechuudha.
4) Warroota amantaa kana hordofan wajjiin ayyaana kanarratti hirmaachuun hanqinna Aqiidaa nuti qabnu nutti agarsiisa....!
5) Ayyaana kanarratti isaan wajjiin hirmaachuun badii fi Haraama irratti isaan qarqaaruu argisiisa... muslimarraa kan eeggamu irraa fagaachuudha.
6) Wantoota ayyaana sanaan Wal qabatan, waan isaan guyyaa sana itti fayyadaman kamuu bitanii mana kaahachuunis dhoorkaadha...!
7) Namoota dhimma kanaan Wal qabatee... Fataawaa dogoggoraa Kennan... (maal rakkoo qaba jedhan) gurra kennuufii dhabuu.
8) Waan kana akka seera jireenya Islaamaatti hubannee... itti dalaguudha.
@Ibro keessan...

๐น Dubartiin takka erga deessee booda yoo dhiigni dhalaa/Nifaasni irraa hin muldhatin maal gochuu qabdi____?
Anonymous Poll
93%
A) Dhiqattee salaatti.
10%
B) Osoma hin dhiqatin salaatti.
#Sammuu_ajoofte.
โ Ilmi namaa qaama isaa guyyaa guyyaadhaan qulqulleeffataa oola.... Sammuun hedduu isaanii garuu, waggaa dheeraadhaaf foolii badaadhaan guutamtee jirti.
๐ Akkuma qaama keenya guyyaa guyyaadhaan qulqulleeffataa oollu, sammuu keenyas qulqulleessuu haa yaalluu....!!

โ Karaan bareedaan ati dhugaa itti dhoksuu dandeeasuun yoo jiraate.... dhugaa bifa qoosaa gootee namatti himuudha.
@tafak_or
@tafak_or
๐
โ Namni tokko ragaa qabatamaan malee yoo kan sirratti kijibu taate ykn sehaa kan sitti badu taate.... falmachuudhaaf hin ifaajin.... maaliif beektaa ?
Namni Kun yookaa dhibee shakkii wajjiin dhiitamaa jira ykn ufitti amanamummaa hin qabu.
@www.tg-me.com/tafak_or
โ Namni tokko ragaa qabatamaan malee yoo kan sirratti kijibu taate ykn sehaa kan sitti badu taate.... falmachuudhaaf hin ifaajin.... maaliif beektaa ?
Namni Kun yookaa dhibee shakkii wajjiin dhiitamaa jira ykn ufitti amanamummaa hin qabu.
@www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
Suuraan altokkotti buufamte suuraa tami____?
Anonymous Quiz
24%
A) Alaq
17%
B) Middassir
60%
C) Faatihaa
@Hin_booninaa....!
ูุง ุงูุฌูุฉ ูุง ูุฏุฎููุง ุงูู ุชูุจุฑูู.....
๐ Namni boonu Jannata hin seenuu.....