﷽
✍#Barattootaaf.....
✍Akkuma beekamu asiin dura dhaamsi gorsi akkasuma akka nasiihaatti sagaleedhaan isiniif kenname...kamii keessantu itti hojjate?,kamii keesanttu yaadata mee...
fkn Du'aa'iiwwan akka barumsi sii laafuuf haffazuu qabdu kan isaan siif dhaaman maal fa'a.

#yaaddee beeytaa....?
🍃situ nagh qaba malee....
🍀heedduun namaa
dhukkuba keessa
jiraachuu.
🍃Maatii keetu guutuun isaatuu nagh fi fayyaa qaba malee...
🍀Maatii tokko keessa namni
dhukkubsatu jiraatuu.
🍃si biraa namni kamuu ruuhiin isaa bahuuf namni cinqamaa jiru hin jiru malee.....
🍀Aalama kana keessa
bakka hedduutti namoonni
ruuhiin isaanii bahuuf deemtu sakratti jiraatuu.
share👇
https://www.tg-me.com/tafak_or

Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf

Kufaatiin gadaamessaa milkaahinni keessaan dhalatu…!!
✍️ Warroonni milkaahan kufaatii wajjiin akkamitti wal’aansa gochaa turan waan jedhu isiniif qooduu barbaade.
1) kufaatiin wantoota jireenya keenya keessatti barbaachisanii fi jireenya keenya keessaa dhabamuu hin dandeenyeedha jedhanii amanu. Kufaatiin dhugaa jireenya keessa hin jiru, kufaatiin nuti garru sun kan muxannoo irraa argannu qofa jedhu.
2) Kufaatii wanti jedhamu hin jiru jedhanii amanu. Wanti jiraa karaa sirrii hin taane deemuu qofa..karaa sirrii hin taane irra Yoo deemte, wanti sirraa eeggamaa takkaa karaa sana jijjiirachuu ykn boccee diriirfachuudha jedhu.
3) Kufaatii xiqqoo sanaaf jecha hin qaanfatan, hamileen isaanii keessatti hin cabu, kanaaf jecha bifti isaanii hin jijjiiramu…!
4) Kuftu malee bakka dadhabbinna keetii hin bartu jedhanii amanu…gaafa kufte, kallattii laafinna qabduu fi jabinna qabdu addaan baafatta jedhan…!
5) Kufaatiin Yeroo kamuu abdii fi abjuu dheeraa qabaachuu irraa uf duubatti isaan hin deebisu…!
6) wanti fedhes osoo dhalatee, rifaatuun hin jirtu, gaddaa fi gadadoo keessa seenuun hin jiru..yoomuu harka hin kennatan…
7) Bifa haaraan yaalii haaraa gaggeessuu irraa hin dhaabbatan…yoomuu abdii hin muratan.
✍️ Walumaagalatti wanti siin jechuu barbaade, kufaatiin wantoo ijoo jireenya keenya keessatti barbaachisan keessaa isa tokkoodha.
Kufaatiin gadaamessaa milkaahinni keessaan dhalatiudha…kanaafuu dalagi, waldhaanadhu, tattaafadhu hanga gaafa milkaahinna gonfattuutti..!
✍️ Rabbitti qarqaarsifadhu, guutumaan guututti milkaahuufis hin hawwin; waan hunda keessatti milkaayinnaan galuufis hin kajeelin..!, hanga wahii qofa keessaa milkaahuun keetuu kaayyoo keetiif karaa siif saaqa waan taheef…guddaa sana maaf argachuu dhabe jettee keessa kee hin jeeqin…!!
Yoo isinitti toleef👇🏻

✍️ Hadiisa kana hunduu Arba’iina keessatti qaraatan jedhee yaada. Mee hiika isaatii fi bu’aa Hadiisa kanarraa argattan jalatti naaf barreessaa…👇🏻
عن أمير المؤمنين أبي حفص عمر بن الخطاب رضي الله عنه ، قال : سمعت رسول الله صلى الله عليه وسلم يقول : ( إنما الأعمال بالنيّات ، وإنما لكل امريء مانوى ، فمن كانت هجرته إلى الله ورسوله ، فهجرته إلى الله ورسوله ، ومن كانت هجرته لدنيا يصيبها ، أو امرأة ينكحها ، فهجرته إلى ما هاجر إليه ) رواه البخاري ومسلم في
صحيحهما.
Hiikkaan:
« Dalagaan kan fayyaa taatuun Niyyaadhaan, ilmi namaa hunduu waanuma niyyate argata, Namni hijraan isaa gara Rabbii fi Rasuulaa taate; hijraan isaaa garuma Rabbii fi Rasuulaati..Namni Hijraan isaaa duniyaadhaaf ykn intala takka nikaaha godhachuuf taate, garuma waan godaanee sana argata.)
Bukaarii fi Muslimtu gabaase.
Hadiisa kanarraa maal barattan ?

✍️ Hadiisa kana hunduu Arba’iina keessatti qaraatan jedhee yaada. Mee hiika isaatii fi bu’aa Hadiisa kanarraa argattan jalatti naaf barreessaa…👇🏻 عن أمير المؤمنين أبي حفص عمر بن الخطاب رضي الله عنه ، قال : سمعت رسول الله صلى الله عليه وسلم يقول : ( إنما الأعمال…
Hadiisa kana hin qaraane moo ? Kitaaba gubbaan jirre….!
Deebii barbaada
Deebii barbaada
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
✍️ Hadiisa kana hunduu Arba’iina keessatti qaraatan jedhee yaada. Mee hiika isaatii fi bu’aa Hadiisa kanarraa argattan jalatti naaf barreessaa…👇🏻 عن أمير المؤمنين أبي حفص عمر بن الخطاب رضي الله عنه ، قال : سمعت رسول الله صلى الله عليه وسلم يقول : ( إنما الأعمال…
Deebii gaafii keessaniif qabxiilee 20 ol hadiisa kanarraa argachuu dandeenya:
عن أمير المؤمنين أبي حفص عمر بن الخطاب رضي الله عنه ، قال : سمعت رسول الله صلى الله عليه وسلم يقول : ( إنما الأعمال بالنيّات ، وإنما لكل امريء مانوى ، فمن كانت هجرته إلى الله ورسوله ، فهجرته إلى الله ورسوله ، ومن كانت هجرته لدنيا يصيبها ، أو امرأة ينكحها ، فهجرته إلى ما هاجر إليه ) رواه البخاري ومسلم في صحيحهما.
✍️ Hadiisni kun bu’uura diinii keessaa isa tokkoodha…Hadiisa Ahkaama hunda keessa seenuudha. Mee hadiisa kanarraa maal baranna jettanii yaaddu:
1 ) Dalagaan Niyyaa irraa bilisa taate takka…galannis, murteen addaas kan isii irratti darbu hin jiru…Niyyaan alatti dalagaan dalagamtu tamuu taphatti ilaalamti jechuudha…garuu Yoo waa balleessite malee…fakkeenyaaf Niyyaa malee lubbuu namaa baasuun as keessa hin oolu.
2 ) Gosoota Ibaadaa hunda keessatti Niyyaan Sharxii tahuu…Fkn: zakaa; sooma; hajjii fi kkf….wantoota isaan uf jalatti hammatan hundarraa….akkasuma bittaa fi gurgurtaa..kennaa fi wantoota wajji jireenya ilma namaatiin walqabatan keessatti…
3 ) Dalagaa bifaan walfakkaattu takka Niyyaadhaan malee adda baasuu akka hin dandeenye irraa barra. Fkn: Salaata Fajrii fi sunnaa fajrii, Salaata Zuhrii fi Asraa wayta imala keessa jirru.
4 ) Gaarummaan dalagaa fi badiinsi ishee Niyyaa irratti hundaaha…! Niyyaan tantee bannaan dalagaan tantee ni baddi. Garuu niyyaan tantee tolteef dalagaan takka toluu dhabuus dandeessi…maaliif beektaa? Seera tokkotu irraa hafe…innis Niyyaan toluu qofa osoo hin taane shari’aadhaan wal galuu qaba.
5 ) Dalagaa dalagde keessatti waan niyyatte qofa argatta…
6 Dalagaa keessatti Ikhlaasni murteessaa akka tahe…!
7 ) Rabbiif malee Nama biraatiif dalaguun haraama akka tahe…
8 ) Biyya shirkiin keessatti heddummaatte keessaa gara biyya Islaamummaatti godaanuun karaa akka tahe..!
9 ) Hijraa keessatti Ikhlaasni murteessaa akka tahe..wayta Rasuulli lubbuun jiranitti..gara Rabbii fi Rasuulaatti tahuu…wayta isaan deemanitti gara Diinii fi Sunnaa Rasuulaatti hijraan kan godhamu…Sallallaahu aleyhi wasallam.
10 ) Dalagaan tantee Ikhlaasa qabaannaan(Rabbiif qofa), waan barbaaddu sana hukmii fi sawaabas achirratti hundahuudhaan argatta..seera barnaachisu guuttannaan, dalagaan teetis fayyaa taati…ajriis achirratti hundahuudhaan argatta…!
11 ) Namni duniyaa qofa argachuudhaaf dalage Yoo Rabbiin fedhe…waanuma barbaade sana argata. Waan dalagdu sana keessatti Niyyaan kee mallaqa taanaan..Rabbiin sanuma siif laaffisa.
12 ) Sababa Iklaasni dhabamuutiif jecha dalagaan namaa baduu akka dandeessu…!
13 ) Niyyaan gosa lama:
A) Dalagaa dalagdu sana niyyaachuu fi,
إنما الأعمال بالنيات…
B) sababaa dalagduufis niyyachuudha:
وإنما لكل امرئ ما نوى…
Dalagaan namaa baduu fi toluun kan 2ffaa kanarratti hundaaya.
14) Dalagaan niyyaa malee hin jirtu…ajriin ati argattus niyyaa malee akka hin jirre hubanna…!
15) “ Namni duniyaaf godaane waanuma godaaneef sana argata”فهجرته إلى ما هاجر إليه… Jechuu keessa duniyaan tuffatamuu agarsiisa…waanuma godaaneef sana argata jedhe malee…maqaa waan sanii hin dhoofne…!! Kun beekkumsaa fi collummaa dubbii keessatti Rasuulli qabanis nuuf ibsa..!
16) Hiikni jecha tokkoo fakkeenyaan namaaf gala…kanaafuu hijraa jaalatamtuu fi arrabsamtuus fakkeenyaan adda baasan…!
17) Hijraa malee dalagaan hafanis Niyyaa keessatti akkuma fakkeenya hijraa kana jechuudha. Fkn: Jihaadaa fi Da’awaa niyyaan walqabsiisnee laaluu dandeenya…!
18) Niyyaan miizaana dalagaa keessaati ykn dalagaa dhokattuuti…dalagaan muldhattuun achi boodaan..!
19) Irra guddaan fedhii fi qabeenya addunyaa tanaa Dubartii akka tahe Ragaa hadiisa kanarraa arganna…akkasuma qur’aannis Suuraa Al-Imraan keessatti ifa nuuf godhee jira:
زين للناس حب الشهوات من النساء….!
20) Gabrichi fedhii mataa isaa qabaachuu akka danda’u…!
21) Dalagaa fi galma dalagaa sanii irratti hundaahuudhaan…Niyyaan gosa akka qabdu…!
Warra irraa fayyadamu nu haa taasisu….👇🏻

https://youtu.be/3CpuNcKjw6A?si=1F5qVz5dvHTdAo44
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
asinillee buustanii dhageeffachuu dandeettu
Hiikkaan jecha Rasuulaa (SAW) kuni maal jechuudha?
ما معنى قوله ﷺ:
ويلٌ للأعقاب من النار؟
Hadiisa kana hiika isaa naaf barreessaa__? Booda ergaa isaan walqabatu kan isiniif dabarsu qaba….!

Hiikkaan jecha Rasuulaa (SAW) kuni maal jechuudha? ما معنى قوله ﷺ: ويلٌ للأعقاب من النار؟ Hadiisa kana hiika isaa naaf barreessaa__? Booda ergaa isaan walqabatu kan isiniif dabarsu qaba….!
✍️ Sababaan Hadiisa kanaa Rasuulli (SAW) guyyaa tokko Sahaabonni wuduu’a jarjrasanii, koomee isaanii gubbamarra bishaan yaasanii ka dhiisan garraan…sagalee isaanii ol kaasanii akkana jedhan:
ويل للأعقاب من النّار….
_________?
Hadiisni kun sirrimatti nu ilaallata…hadiisa jabaadhas…hiika isaa barbaadadhaa…!
ويل للأعقاب من النّار….
_________?
Hadiisni kun sirrimatti nu ilaallata…hadiisa jabaadhas…hiika isaa barbaadadhaa…!
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
Hiikkaan jecha Rasuulaa (SAW) kuni maal jechuudha? ما معنى قوله ﷺ: ويلٌ للأعقاب من النار؟ Hadiisa kana hiika isaa naaf barreessaa__? Booda ergaa isaan walqabatu kan isiniif dabarsu qaba….!
Hadiisa #2ffaaa:
ويلٌ للأعقاب من النّار…..
« Warra koomeetiif lagni weyli jedhamu ibiddarraa isaaniif sabate…»
✍️ Hadiisni kun wuduu’a sirritti waliin geenyee dhiqachuu keessatti bu’uura…qaama keenya bakka dhiquun dirqamaa hunda, waliin geenyee osoo bakka takka hin hanbisne wuduu’a gochuu qabna..namni waan hanga iddoo qeensaa geettus hanbise wuduu’ani isaa fayyaan tahu..Yoo battaluma sanitti yaadate, bakkuma san dhiquu qaba…erga wuduu’ni isaa gogee booda yoo yaadate immoo guutuu isaa deebisuu qaba.
✍️ ✍️ Sababaan Hadiisa kanaa Rasuulli (SAW) guyyaa tokko Sahaabonni wuduu’a jarjrasanii, koomee isaanii gubbamarra bishaan yaasanii ka dhiisan garraan…sagalee isaanii ol kaasanii akkana jedhan:
ويل للأعقاب من النّار….
_________?
✍️ Hadiisa kanarraa maal fayyadamna___?
1 ) Iddoo barbaachisutti sagalee ol kaastee nama barsiisuun rakkoo hin qabu…
2 ) Munkara ykn waan badaa tokko yoo garte, hukmii fi adabbii isaa himuudhaan Nama sana irraa deebisuu akka qabdu…!
3 ) Nama tokko badii irraa deebisuuf jecha…osoo namni sun badii sana hammeenyaaf yaadee dalaguu baatellee…jajjabeessitee itti himuu qabda.
4 ) Wuduu’a keenya sirritti waliin gahuun dirqama akka tahee fi bakka duwwaa hanbisuun haraama akka tahe.
5 ) Koomee fi faanti miila keenyaa yeroo hedduu iddoo bishaan sirritti hin dhaqqabnee fi iddoo hanqinni wuduu’a keessatti itti argamu jedhamee yaadamuudha…!
6 ) Xiyyeeffannaa Sahaabaan salaataaf qaban…salaanni nu jala dabrinnaa jedhanii akkasitti ariifatu…Rabbiin isaan irraa haa jaalatuu….!
7 ) Wuduu’a sirritti geessinee wuduu’a gochuu dhabuun badii gurguddoo keessatti ramadama.
8 ) Badiin ykn Masiyaan wantoota ibidda ilma namaa naqan keessaa tokko…!
9 ) Qaama keenyarraa qaamni badiin dalagame isaan walqabatu qofti addattis adabamuu akka danda’u asirraa barree jirra.
Warra irraa fayyadamu Rabbiin nu haa taasisu…!
Share👇🏻
https://www.tg-me.com/tafak_or
ويلٌ للأعقاب من النّار…..
« Warra koomeetiif lagni weyli jedhamu ibiddarraa isaaniif sabate…»
✍️ Hadiisni kun wuduu’a sirritti waliin geenyee dhiqachuu keessatti bu’uura…qaama keenya bakka dhiquun dirqamaa hunda, waliin geenyee osoo bakka takka hin hanbisne wuduu’a gochuu qabna..namni waan hanga iddoo qeensaa geettus hanbise wuduu’ani isaa fayyaan tahu..Yoo battaluma sanitti yaadate, bakkuma san dhiquu qaba…erga wuduu’ni isaa gogee booda yoo yaadate immoo guutuu isaa deebisuu qaba.
✍️ ✍️ Sababaan Hadiisa kanaa Rasuulli (SAW) guyyaa tokko Sahaabonni wuduu’a jarjrasanii, koomee isaanii gubbamarra bishaan yaasanii ka dhiisan garraan…sagalee isaanii ol kaasanii akkana jedhan:
ويل للأعقاب من النّار….
_________?
✍️ Hadiisa kanarraa maal fayyadamna___?
1 ) Iddoo barbaachisutti sagalee ol kaastee nama barsiisuun rakkoo hin qabu…
2 ) Munkara ykn waan badaa tokko yoo garte, hukmii fi adabbii isaa himuudhaan Nama sana irraa deebisuu akka qabdu…!
3 ) Nama tokko badii irraa deebisuuf jecha…osoo namni sun badii sana hammeenyaaf yaadee dalaguu baatellee…jajjabeessitee itti himuu qabda.
4 ) Wuduu’a keenya sirritti waliin gahuun dirqama akka tahee fi bakka duwwaa hanbisuun haraama akka tahe.
5 ) Koomee fi faanti miila keenyaa yeroo hedduu iddoo bishaan sirritti hin dhaqqabnee fi iddoo hanqinni wuduu’a keessatti itti argamu jedhamee yaadamuudha…!
6 ) Xiyyeeffannaa Sahaabaan salaataaf qaban…salaanni nu jala dabrinnaa jedhanii akkasitti ariifatu…Rabbiin isaan irraa haa jaalatuu….!
7 ) Wuduu’a sirritti geessinee wuduu’a gochuu dhabuun badii gurguddoo keessatti ramadama.
8 ) Badiin ykn Masiyaan wantoota ibidda ilma namaa naqan keessaa tokko…!
9 ) Qaama keenyarraa qaamni badiin dalagame isaan walqabatu qofti addattis adabamuu akka danda’u asirraa barree jirra.
Warra irraa fayyadamu Rabbiin nu haa taasisu…!
Share👇🏻
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
Hadiisa #2ffaaa: ويلٌ للأعقاب من النّار….. « Warra koomeetiif lagni weyli jedhamu ibiddarraa isaaniif sabate…» ✍️ Hadiisni kun wuduu’a sirritti waliin geenyee dhiqachuu keessatti bu’uura…qaama keenya bakka dhiquun dirqamaa hunda, waliin geenyee osoo bakka…
Hadiisa bifa kanaan barachuu ni feetuu….
Kitaaba Umdatul-Ahkaam warroonni qaraatan…hadiisa 1ffaa fi 3ffaa dubbifadhaa bifa kanaan….
Hadiisa biraas qabannee dhufna inshallaah

https://vm.tiktok.com/ZNecvwjVW Gammachuu jechuun maali beektuu laata___?
Alhamdulillaah fayyaadhaan walitti nu deebise Rabbiin….
Warri n wajjiin dhukkubsattanis Rabbiin jazaa keessan isiniif haa kafalu….Rabbiin fayyaa isiniif kenne isinirraa hin fudhatin….!
Namoonni hedduun waan keessaan na gaafataa turtaniif ulfaadhaa…fayyaa tahaa…

✍️ Duguuggaa sanyii Beytal-Maqdasiin/qudsiin keessatti Bara 1099 (faranjii) keessa argame keessatti….Ummanni kiristaanaa ykn crusaders muslimtoota achi keessa jiraatan hunda ajjeesanii fixan.
Bara kana keessa mislimtoota meeqa bakka sanatti duguugan beektuu___?
Muslimtoota kuma 100 lafarraa duguugan….
Akka jaraatiif osoon taane akka Rabbiitiif jirra….!!
Share👇🏻
https://www.tg-me.com/tafak_or
Bara kana keessa mislimtoota meeqa bakka sanatti duguugan beektuu___?
Muslimtoota kuma 100 lafarraa duguugan….
Akka jaraatiif osoon taane akka Rabbiitiif jirra….!!
Share👇🏻
https://www.tg-me.com/tafak_or
✍️ Rakkoon dhaloota ammaa…akkamitti akka babbareedee muldhatu barate malee, akkamitti akka bilchaatee dhiira tahu hin baranne…!
.
.
.
Kanaafuu yeroo hedduu dhiironni babbareedduun nu mudataa oolan….😁
Nuti dhaloota kana keessatti dhiira qofa osoo hin taane…dhiirummaa barbaanna guys…!!
Dhiifama gaa….!👇🏻
https://www.tg-me.com/tafak_or
.
.
.
Kanaafuu yeroo hedduu dhiironni babbareedduun nu mudataa oolan….😁
Nuti dhaloota kana keessatti dhiira qofa osoo hin taane…dhiirummaa barbaanna guys…!!
Dhiifama gaa….!👇🏻
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
✍️ Addunyaa tanarratti wantoonni qaalii tahan hedduudha…lakkoofsa hin qaban…keessa wanti irra guddaa fi irra qaalii jedhamu maal jettee yaadda____?
Comment👇🏻
Comment👇🏻
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
✍️ Addunyaa tanarratti wantoonni qaalii tahan hedduudha…lakkoofsa hin qaban…keessa wanti irra guddaa fi irra qaalii jedhamu maal jettee yaadda____? Comment👇🏻
#Deebiin…..!
Irra qaalii,
Irra guddaa fi
Irraa caalaan waan nuti tikfachuu qabnuu Towhida…
Addunyaa tanarratti, waan feete qabaattee; beekaa feete taatee; Ilmii fi doktorummaa feetes qabaattee…garuu Towhida hin qabdu taanaan….homaan qabdu..
Namni addunyaa tanarra jiraatee…towhida malee addunyaa tanarraa godaane…duniyaa fi aakiras kasaaree jira…!
Nasihaan deebii argattee jirti…Rabbiin beekkumsa siif haa dabalu….!
👇🏻