Telegram Web Link
โœ๏ธ Mee namni time kana haajaa isaa Rabbitti himatu jiraaโ€ฆ.!?

Amma halkan saโ€™aatii sagal ykn 3:00 wayta Rabbiin eennutu na kadhata jedhu kanaโ€ฆ.haajaa tee Rabbitti himadhuโ€ฆ.๐Ÿคฒ๐Ÿฟ
Mee Aayata qurโ€™aanaa tana eennutu naaf dubbisaโ€ฆ..
โœ๏ธ Furtuun milkaayinna keetii gufuu si dhooftu irratti osoon taane, kaayyoo baateef irratti xiyyeeffachuudhaan siif bantiโ€ฆ!!

@tafak_or
๏ทฝ
ุงูŽู„ุณูŽู„ุงู…ู ุนูŽู„ูŽูŠู’ูƒูู… ูˆูŽุฑูŽุญู’ู…ูŽุฉู ุงูŽู„ู„ู‡ู ูˆูŽุจูŽุฑูŽูƒุงุชูู‡ู‎
#EEnyuudha?!๐Ÿค”
#Maaliin du'a?!๐Ÿค”
๐ŸŒธFir'awna......Aangoo jaalatee.
๐ŸŒธQaaruun.....Qabeenya jaalate.
๐ŸŒธUmayyaa...Biznasiin maratee.
๐ŸŒธAbuu jahl...Beekumsa jibbee.
๐ŸŒธHajjaaj....Kabajaa isaatiif machaayee.
๐ŸŒธHamzaa...Diinii isaatiif jedhee..
goftaa isaa jaalatee....
gabbaramaa isaa filatee...
โ˜บ๏ธAti hoo๐Ÿซต๐Ÿซต of gaafadhu ofumaa keetii ofii deebisi
https://www.tg-me.com/tafak_or
2024/09/24 15:31:19
Back to Top
HTML Embed Code: