Sagantaa tana hordofaa inshallaah irraa fayyadamtu jedhee waan yaaduuf
๐๐ป
https://youtu.be/MCk3cX4xqfw?si=P_fjoKAOolT6kIlp

YouTube
Hin sobaminaa kutaa 1ffaaโฆwantoota 11 ol kan hedduun keenya ittiin sobamaa jiruu fi sobamaa tureโฆ.!
Beeksisaa fi beekkamtiin dhiibbaa maal nurratti gaggeessa
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โ๏ธ Post kankee; suuraadhan kankee; text fi xalayaadhan kankee; haasaa fi barreeffama kankeeโฆakkasuma sagalee yaamicha bilbila kee irra deddeebiโii toohdhu meeโฆ.!?
Wanti hunduu si ilaallataโฆwanti hunduu jireenya kankee kan boruun wal qabataโฆ.!!
Ergasii jecha hayyuu keenyaa Imam Ashaxibii xiinxlliโฆ;
ยซ Nama erga inni duโee badiin isaa isuma wajjiin duuteef jannatatu jiraโฆAzaabni dheeraan nama erga inni duโee, badiin isaaa isa booda waggaa 100 ykn 200 turuudhaโฆisimaan qabrii keessattis qixaatamaโฆhanga isiin asirraa baddutti irraa gaafatamaโฆ.ยป
"ุทูุจู ูู ู ู ุงุช ูู ุงุชุช ู ุนู ุฐููุจูุ ูุงูููู ุงูุทููู ูู ู ูู ูุช ูุชุจูู ุฐููุจู ู ุงุฆุฉ ุณูุฉ ูู ุงุฆุชู ุณูุฉุ ูุนุฐุจ ุจูุง ูู ูุจุฑู ูููุณุฃู ุนููุง ุฅูู ุงููุฑุงุถูุง.
Keessattuu warri Facebook; TikTok fi YouTube qabdanโฆwarroonni Chanala adda addaa qabdan dhaamsi kun keessatti isin ilaallataโฆโฆgalatoomaa
Share๐๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf

โ๏ธ Qabeenya, haala jiruuf jireenyaaa fi fayyaa keessatti nama sii gadi jiru ilaaliโฆ!
Diinii, beekkumsa, haalaa fi amala keessatti nama sii ol jiru ilaaliโฆ.
โ๏ธ Nama sirraa uf dhiibutti dhihaachuuf hin kajeelinโฆsalphinnaa fi xiqqeenyaan biraa deebita waan taheefโฆ!!
Nama si barbaadurraahis uf hin dhiibinโฆgosoota dhala namaa miidhan keessa ooltaaโฆNama sitti kalaahurraa fagaachuun gaarummaa dhabuu kee muldhisaโฆ!!
โ๏ธ Iccitii silaa sirritti dhoksuun sitti dirqamaaโฆobboleewwan kankeetis taatu kan biroottis baastee hin facaasinโฆmaaf nama iccitii koo naaf eega jettee yaaddu..nama nama hundaa ol sitti dhihaatus hin tahinโฆ.!!
โ๏ธ Seera โdirqama yaanni koo fudhatamuu qaba " jedhuunis nama hin gorsin..!
Seera yaamichi koo awwaatamuu qabaanis manguddummaa hin deeminโฆSeera galata namarraa argadhaatiinis baastee namaaf hin kenninโฆ.
Garuu isa caalu fayyadamuudhaan deemiโฆhanguma dandeesseen xiyyeeffannoon kee guddaan ergaa dabarsuu, nama walitti araarsuu fi gaarii hawaasa keessa faffacaasuu haa tahuuโฆ
โ๏ธ Yoo nama tokko gorsuuf yaadde, ol baastee osoo hin taane iccitiidhaan gorsiโฆhawaasa keessatti dirree baaftee osoo hin taane, mana keetitti affeerii gorsiโฆkallattii kanaan deemtee yoo galuufii dide garuu quba itti qabuunis, badheetti wal baasuunis bareedumaโฆ.!!
Galatoomaaโฆ.!!

Gaazaa keessatti hanga hardhaaโฆ..๐๐ป
October7 irraa kaasee hanga hardhaattiโฆ:
Namoonni 40786 shahiidaniiruโฆkan miidhaan itti qaqqabe immoo 94224โฆ.
Kan biyyaa baqatee fi kan bineensaan nyaatameโฆkan beelaan dhume hoo meeqa laata?!
Allaahโฆ.Birmannaa kee๐คฒ๐ฟ
Aljeziraa irraa

#Way_Fayyaa
Qaadii Huseen Lafeen Dugdaa Isaa Miidhamtee Bakka Ciisetti Aadaara.
#Way_Duniyaa
Kalee Akkuma Kiyyaa fi Kee Fiigee Utaalee Taphatee Jiraata ture. Jireenyi kana Qabdi.
Yaalamuuf Qarshii Miiliyoona Afurii ol gaafatame #Nabiraa dhaabadha_Nadhaqqabaa Jedhaara Ilmi Biyyaa Qaadii Huseen.
Waan Qabdaniin Bira Dhaabadhaa, Waliin Taanee Haa yaalannuu.
#Gumaacha_Keessan Itti haa fufuu
Kadi Husen Girii
CBE:- 1000265788762
COOP:- 1000083311766
Awash:- 014251309456800
Odeeffannoo Dabalataaf
+251988770707
https://chat.whatsapp.com/KYtKyLmxTRj6fEQBcynA3E
https://www.tg-me.com/gargaarsa_abbaa_jabal

WhatsApp.com
Yaala Ariifachiisaa obboleessa keenya Qaadii Huseen bira Haa dhaabannuu
WhatsApp Group Invite
๏ทฝ
#AMALOOTA.....#NAMA BOONUU.....
โNamni boonu haqa hin fudhatu.....
โKan isaa malee wanti gaariin namootaa itti hin mi'aawu.....
โNamarraa barachuufii #haqa fudhachuun itti ulfaata.....
โBaay'isee galata jaalata....
โYoo dongongorri isaa itti himamu ni dallana/aara...
โTola namootaaf godheen of dhaadata.....
โyoo amala kanneen qabaatte....of laali
๐ธ#ABSHIR immoo qorsa/dawaa boona balleessullee siif hima insha allh....
https://www.tg-me.com/tafak_or
#AMALOOTA.....#NAMA BOONUU.....
โNamni boonu haqa hin fudhatu.....
โKan isaa malee wanti gaariin namootaa itti hin mi'aawu.....
โNamarraa barachuufii #haqa fudhachuun itti ulfaata.....
โBaay'isee galata jaalata....
โYoo dongongorri isaa itti himamu ni dallana/aara...
โTola namootaaf godheen of dhaadata.....
โyoo amala kanneen qabaatte....of laali
๐ธ#ABSHIR immoo qorsa/dawaa boona balleessullee siif hima insha allh....
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
โ๏ธ Abjuu kankee kan ajjeesus, kan jiraachisus simaโฆosoo jireenya hamaa keessallee jiraattee abjuu kankee gad hin lakkisinโฆ!!
#tafak_or
#tafak_or
โ๏ธ Salaanni fajrii yoo si jala dabreโฆErga subhii salaattee salaata duhaa boodaan salaati.
๐๐ผ Salaata shanan keessaa takka yoo si jala tarteโฆsalaatii boodaan sunnaadhan salaatiโฆ!
๐๐ผ Ganama badii wahii yoo dalagde,โฆhamma dandeesseen halkan kaatee salaatuu yaali..
๐๐ผ Yoo azkaarri ganamaaf galgalaa si jala kuteโฆ.fuula lamaas taatu qurโaanarraa qaraโiโฆ
๐๐ผ Badii takka yoo dalagdeโฆduubaan dafii keeyrii wahii dalagadhuโฆ!
Rabbiin (Subhanahu wataโala) akkana jedhaโฆ:
" ุฅู ุงูุญุณูุงุช ูุฐูุจู ุงูุณูุฆุงุช" โค๏ธ
โ Toltuun hamtuu namarraa haqxi/deemsistiโฆ."
Share๐๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or
๐๐ผ Salaata shanan keessaa takka yoo si jala tarteโฆsalaatii boodaan sunnaadhan salaatiโฆ!
๐๐ผ Ganama badii wahii yoo dalagde,โฆhamma dandeesseen halkan kaatee salaatuu yaali..
๐๐ผ Yoo azkaarri ganamaaf galgalaa si jala kuteโฆ.fuula lamaas taatu qurโaanarraa qaraโiโฆ
๐๐ผ Badii takka yoo dalagdeโฆduubaan dafii keeyrii wahii dalagadhuโฆ!
Rabbiin (Subhanahu wataโala) akkana jedhaโฆ:
" ุฅู ุงูุญุณูุงุช ูุฐูุจู ุงูุณูุฆุงุช" โค๏ธ
โ Toltuun hamtuu namarraa haqxi/deemsistiโฆ."
Share๐๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
โ๏ธWaan siif Kenname Yoo Beeyte Waan Dhabdee ni Irranfatta.
-> Kan Dhibame............ Osoon Fayyaa qabaadhee.
-> Kan Miskinaaye ...... Osoon mallaqa argadhe.
-> Sooressi......... Osoo Aangoo Qabadhee
-> Dadhabaan..... Osoo humna argadhee.
๐Osoo jedhuu Dalagaa Kheeyrii meeqa dabarsaa. Waan Nuuf hin kennamin osoo lakkooynu, Waan guddaa Allahaan nuuf kennen isaa galaatonfachuu dhiisnee gabrootaan isa gaarii tahu nu dhorgee jira.
Yaa Allah Warra Tola ati nutti Oolte beeke si Galatonfaturraa nu godhi.๐คฒ๐คฒ
๐นุงูุญู ุฏ ููู ูุง ุงููู ุนูู ูู ุงูุฎูุฑ ุงูุฐู ูุนูุชู ููุง๐น

๏ทฝ #AMALOOTA.....#NAMA BOONUU..... โNamni boonu haqa hin fudhatu..... โKan isaa malee wanti gaariin namootaa itti hin mi'aawu..... โNamarraa barachuufii #haqa fudhachuun itti ulfaata..... โBaay'isee galata jaalata.... โYoo dongongorri isaa itti himamu ni dallana/aara...โฆ
โโโ๏ทฝโโโ
#QORSA/DAWAA#NAMA...#BOONUU...
๐นAllaahaa beekuu fi gadi of qabuu/xiqqeessuu...
๐นBoonnuun kan malu allaahaa qofa akka ta'e beekuu....maalif yoo jenne...Allaahan yeroo hunda jiraataa waan ta'eef...
๐นBoontummaan onnee kee keessa yoo seene namatti hin beeksisu waan ta'eef #Diiniidhaan ofirraa ittissi...
๐นWantoota hojjatteen of hin dinqisiifatin...
๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ
https://www.tg-me.com/tafak_or
#QORSA/DAWAA#NAMA...#BOONUU...
๐นAllaahaa beekuu fi gadi of qabuu/xiqqeessuu...
๐นBoonnuun kan malu allaahaa qofa akka ta'e beekuu....maalif yoo jenne...Allaahan yeroo hunda jiraataa waan ta'eef...
๐นBoontummaan onnee kee keessa yoo seene namatti hin beeksisu waan ta'eef #Diiniidhaan ofirraa ittissi...
๐นWantoota hojjatteen of hin dinqisiifatin...
๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
โ๏ธ Yeroo hundaa filannoo lama qabda:
Takkaa rakkoo sanaaf furmaata kennuuโฆykn daftee bira kutuudhaโฆ
Bira dhaabbattee ilaaluun garuu waa takkaafuu sin qarqaaruโฆ.!

โ๏ธ Jaalala sirbaa onnee kee keessaa baasuu ni barbaaddaaโฆ!?
Tartiiba armaan gadii hordofuu qabda. Isaanis:
1) Salaata shanan yeroo isaa eegdee kushuuโaan salaatuu qabda..
2) Sirboota bilbila kee keessatti feโatte ykn waraabde hundaa dursitee haquu qabdaโฆ
3) Qurโaanaa fi Nashiidaalee islaamaa tan seera shariโaa islaamaa guuttatte ganamaa fi galgala dhageeffachuun..
4) Bakka sirbaa sana qurโaana ykn Nashiidaa bakka buusuudhaan..
Araada tokko yoo dhiiste..bakka sana araada biraa bakka buusuun wantoota sanitti akka hin deebineef si qarqaaraโฆ.
๐๐ผ Suusii sirbaa irraa gara suusii Nashiidaa fi qurโaanaa ol siiquu qabdaโฆ!
๐๐ผ Yeroo hundaa yaadadhu: Qurโaanaa fi sirbi qalbii takka keessa yoomuu wajjiin jiraachuu hin dandaโanโฆtakka keessaa filadhuโฆ
5) Nama biraatiifis ergaa tana dabarsi maaltu beekaโฆatis fayyadamtee nama biraas fayyaduu dandeessaaโฆ
Gaafa ergaa tana namaaf dabarsituโฆnamni sun maal naan jedha jechaafuu irraa uf qusattaโฆ
Share
https://www.tg-me.com/tafak_or
Tartiiba armaan gadii hordofuu qabda. Isaanis:
1) Salaata shanan yeroo isaa eegdee kushuuโaan salaatuu qabda..
2) Sirboota bilbila kee keessatti feโatte ykn waraabde hundaa dursitee haquu qabdaโฆ
3) Qurโaanaa fi Nashiidaalee islaamaa tan seera shariโaa islaamaa guuttatte ganamaa fi galgala dhageeffachuun..
4) Bakka sirbaa sana qurโaana ykn Nashiidaa bakka buusuudhaan..
Araada tokko yoo dhiiste..bakka sana araada biraa bakka buusuun wantoota sanitti akka hin deebineef si qarqaaraโฆ.
๐๐ผ Suusii sirbaa irraa gara suusii Nashiidaa fi qurโaanaa ol siiquu qabdaโฆ!
๐๐ผ Yeroo hundaa yaadadhu: Qurโaanaa fi sirbi qalbii takka keessa yoomuu wajjiin jiraachuu hin dandaโanโฆtakka keessaa filadhuโฆ
5) Nama biraatiifis ergaa tana dabarsi maaltu beekaโฆatis fayyadamtee nama biraas fayyaduu dandeessaaโฆ
Gaafa ergaa tana namaaf dabarsituโฆnamni sun maal naan jedha jechaafuu irraa uf qusattaโฆ
Share
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
โ๏ธ Imaamu Ahmadiin (Rahimahullaah) beektuuโฆ.!!?
๐๐ผ Guyyaa tokkotti Rakaโaa 300 salaataโฆerga tumaan laaffistee booda immoo wayta dhibee isaa keessa guyyatti rakaโaa 150 salaataโฆ.
Ilma isaaniittu seenaa tana nuuf himeโฆ.
Imaama Ahlussunnaa fi waljamaaโaa(Rahimahullaah)โฆ
Anaaf ati garuu guyyaatti rakaโaa 17n waajibaatuu salaatuun gaara caala nutti ulfaataโฆ!!
Garuu Jannatuma isaan hawwan sana hawwinaa laataโฆ.Yaa Allaah Rahmata keeโฆ.!!

๐น๐นQabatama ta,i๐น๐น
๐ธdaa,imni yoo gara samii ol darbiite yeroo gadii deebi,u ni kolfaa...๐ฅฐ
Sababni isaa darbitee akkaa hin dhiifne wan beekuf...yeroo gadii deebi,u akkaa ati Eegdu qabataman beeka...๐ฅฐ
๐ธ atis qormaata rabbii keessa jiraattee yoo darbamte ... yeroo gadii deebitu rahmani rabbii akkaa si simatu akkaa gadii sin dhiifne qabataman beeki...๐
๐น๐นrabbii kee irrati yomuu qabatama qabaadhu๐น๐น
ilahiye uf irraa nan fageessin...๐ข
๐ธ Osoo sin argiin ...sittii Amanee
๐ธOsoo sin argiin...sif sujuude
๐ธOsoo sin argiin...si kadhadhee
๐ธ Osoo sin argiin...si Amanee
๐ธ Osoo sin argiin...si sodaadhe...๐ข
๐น Ya rabbii guyyaa fuula kee dhufee ijaa rahmatatin na mil,adhu....
Sin wal arguu koo naf bareechii...๐คฒ

๐#FURTUUWWAN #JIREENYA #GAARII....?!
๐#Furtuun salaataa..
~~Qulqullina
๐#Furtuun hajjii....
~~Ihraamaa
๐#Furtuun hojii gaarii..
~~Iklaasa.
๐#Furtuun beekumsaa..
~~gaafii sirriidha.
๐#Furtuun jannataa...
~~Tawhiida.
๐#Furtuun gargaarsa rabbii ittiin argatan...
~~Obsa
๐#Furtuun milkiidhaa....
~~Taqwaadha.
๐#Furtuun injifannoo...
~~ Rabbiifi ergamaa๏ทบ isaa hordafuudha.
๐#Furtuun hiree...
~~shukrii galchuudha.
๐#Furtuun jireenya Aakiraa....
~~Duniyaaf haafayuu dhabuudha.
๐#Furtuun akkan haa" ta'uu ittiin" argatan
~~Allaahaa kadhachuudha..
๐#Furtuun iimaanaa...
~~uumama Allh xinxaluu.
๐#Furtuun Rizqii....
~~istigfaara, taqwaa fi, firummaa sufuudha.
๐#Furtuun onnee...
~~Qur'aana dubbisuudha.
๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช

Voice message
ุงูุณูุงู
ุนูููู
ูุฑุญู
ุฉ ุงููู ูุจุฑูุงุชู
Kitaaba kana namni barachuu feetanโฆguyyaa muraasa keessatti isiniif xumuraa na hordofaa inshallaah