ูู
ู ูุทู ุงููู ุชุนุงูู
โ๏ธ Yeroo tokko tokko osoo ati kallattii hulaan banaatiin furmaata Rabbiin irraa eegduโฆtasuma Rabbiin kallattii hulaan/balballi cufaatiin surprise si godhaโฆ.!!
Yeroo hedduu bakka ati dhiphattee; abdii kutattee; yaadaa keessa seentetti Rahmanni Rabbii keetii si haguugaโฆ.!!
https://www.tg-me.com/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf

โ๏ธ Akkana kunoo namoonni gariinโฆ.๐๐ป
Waan ati isaaniif taate hin yaadatanโฆwaan ati isaaniif tahuu dadhabde qofa yaadatanโฆ!!
Yooo ati qubiin kankee saglan isaaniif jettee ufirraa cirteโฆkudhanaffaan akkamitti hafeef si gaafatuโฆ..!!
Hundaafuu irra taraafiiโฆโฆhalkan gaarii qabaadhaa!!
๐๐ป

#Piraankii
โ๏ธ Yoo hujiin gowwootaa maqaan isaa,piraankii jedhamu kuni akka amma jiru kanaan itti fufe,shyxaanni uf tuffatee beeki.
ila
Ummata dhiha addunyaa qubatee jiru kana,Rabbiin ol tahe,hammeenya isaanii nuu ibsee turee hubadhu, nuti immoo,fakkeenyi keenna godhannee jaanjawaa jirraa taajjabi.
Eeee
Shirri isaan xaxan,yakki isaan raawwataniifi diliin isaan hojjatan,gaara diiguu gahaa argi,dhaloota diiguun immoo,hujii ibliisaatii hubadhu.
ููููุฏู ู ูููุฑููุง ู ูููุฑูููู ู ููุนูููุฏู ุงูููููู ู ูููุฑูููู ู ููุฅููู ููุงูู ู ูููุฑูููู ู ููุชูุฒูููู ู ููููู ุงููุฌูุจูุงูู
Yoooo
Yeroo ammaa kana,maqaa abshaalummaa,qarooma, dhageettii dabalachuufi beekkamtii barbaadaatiin wanti hojjatamaa jiru,irra caalaan isaa,faallaa Amantii, faallaa Aadaafi safuu hawaasaa,faallaa hawaasummaa faallaa fedha ummataatiifi faallaa jiruu ilma namaatii argi,ilmi namaa,harkumaan gowwummaa bitataa jiraa taajjabi.
Jaaloo
Piraankii jedhamee wanti hojjatamaa jiru irra caalaan isaa,qaamaan haa tahuu bilbilaan hojjatamus,yookaa barnoota uf keessaa hin qabu,yookaa bohartii tahee ittiin hin bashannanamu,yeroofi akkataa hinqabu, umriifi saala hin filatu,lolaafi tola addaan hin baafatu, akkuma dhufetti geggeeffamaa jira,gaafa tokko gumaa walittiin galuuf imalanii eegi.
Eeeee
Sheyxaanni gaafa Rabbiin wal-lolu,erga na abaartee na darbite,ilma namaa hunda gowwoomsee,ibiddatti naqa,jara si qulqulleessee sitti harka kenne malee jedhee Rabbiin wal-dhabee deemee hubadhu,amma immoo,ilma namaa tahee kan hujii ibliisaa tuffachiisaa jirutu ol yaaโaa jiraa taajjabi.
ูุงู ูุจุนุฒุชู ูุฃุบููููู ุฃุฌู ุนููุ ุฅูุง ุนุจุงุฏู ู ููู ุงูู ุฎูุตูู
ูุฃูุนุฏู ููู ุตุฑุงุทู ุงูู ุณุชููู
Magan!
Hanga lubbuun harโaa,qaama jaraa keessa jirtu,ani gowwoomsuu hin dhiisu jedhee beeki.
ูููู ุฅุจููุณ ููู ุนุฒูุฌู. : ูุนุฒุชู ูุฌูุงูู ูุฃุบููููู ู ุงุฏุงู ุช ุฃุฑูุงุญูู ูู ุฃุฌุณุงุฏูู
Namana
Marsaaleen hawaasaa haaraa dhalatan kuni,yeroo garii baga dhufan nama jechisiisaa beeki,namaafi sheyxaana addaan bahuu dadhabe hunda addaan baasaa jiranii xiinxalli.
Hohohoo
Amantii keessa jirra seena malee,ummata Rabbiin sodaatutu heddummaata fakkaata malee,safuufi aadaa hawaasaa tikfanna seena malee,hafuurrinuu jiraachuu Rabbitu beekaa laali.
Kanaaf
Hujiin manaa beektootaa,kan hayyootaa,kan Aaqilaa, kan Aalimaa,kan daaโii,kan maanguddoo,kan haadhaa fi abbaa,kan firaafi gosaa,kan nama namooma qabuu heddutu jiraa,Rabbi nu baraaru malee,roobaafi lolaa dhiisii,akka cubbuu teenyaatiif kan silaa takka bullee oollu mitii taajjabi.
Hey
Ol siqxee allaattii waliin samii irra bararuuf,lukkuu jala fiiguu dhiisuudhaa uf dhaqqabi.
Ust.Cush Sufiyan Ali
Share ๐๐ป

Dhiifama hardha osoo barboota isiniif dabarsin oole mitiiโฆ.!!
Guyyaa osoo erga takkas taatu osoo isiniif hin dabarsin ooluโฆakka isin na eegdan waan beekuuf keessi koo Raahaa hin argatuโฆ!!
Yeroma dhufe gab isin godha inshallaah dhiifama narraa tahaaโฆ!!

#Noโฆ.
โ๏ธ Namoota yeroo hundaa deeggarsa sirra barbaadan, garuu bakka isaan barbaaddetti uf biratti hin garre hundaanโฆNo jechuu qabdaโฆ.!!
Isaan dura ummata akkam wahiitiโฆ.๐ซฃ

โ๏ธ Yoo yaanni kankee hunduu jaalala Rabbii barbaaduu tahe, waan si yaachisaa hundaa Rabbiin siif gahaโฆ..!!
Yaa Rabbi jaalala tee fi Jannata sirraa barbaannaโฆ.๐คฒ๐พ
@tafak_or

#Abjuu_tantee_sanโฆ!
๐ Wallaahi Rabbiin itti si geessaโฆshakkii gootaaโฆ!!
Rabbiin yeroo hundaa akkuma nuti barbaannutti itti nu geessaโฆ!
๐ Inumaa hanga nuti barbaannu caalatti bareechee waliin nu gahaa barโฆ!
๐ Sababa ati hin beekne kan Rabbiin qofti beekuuf barfatullee Rabbiin ammaa itti nu geessaโฆ.!
๐ Rabbiin yeroo isaan madaalutti abjuu keenyatti nu geessaa barโฆ
๐ Yeroo nuti filanne osoo hin taane..yeroo ufii filatettii fi karaa ufii nuuf filateenโฆkaraa takkaa sammuun keeny yaaddee hin beekneen itti nu geessa wlhโฆ
๐ Rabbiin gaafa nuu kennee barreโฆgaafa hamilee teenyatti geenyeโฆammaa jaalannee gammannaa barโฆ!!
Share๐๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or
๐ Wallaahi Rabbiin itti si geessaโฆshakkii gootaaโฆ!!
Rabbiin yeroo hundaa akkuma nuti barbaannutti itti nu geessaโฆ!
๐ Inumaa hanga nuti barbaannu caalatti bareechee waliin nu gahaa barโฆ!
๐ Sababa ati hin beekne kan Rabbiin qofti beekuuf barfatullee Rabbiin ammaa itti nu geessaโฆ.!
๐ Rabbiin yeroo isaan madaalutti abjuu keenyatti nu geessaa barโฆ
๐ Yeroo nuti filanne osoo hin taane..yeroo ufii filatettii fi karaa ufii nuuf filateenโฆkaraa takkaa sammuun keeny yaaddee hin beekneen itti nu geessa wlhโฆ
๐ Rabbiin gaafa nuu kennee barreโฆgaafa hamilee teenyatti geenyeโฆammaa jaalannee gammannaa barโฆ!!
Share๐๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
โ๏ธ Daโawaa keessatti sammuu fi beekkumsa ati qabdu qofa osoo hin taane Akhlaaqni keetis murteessaadhaโฆ
Namoonni hedduun waan sammuudhaan qofa waayee islaamummaa isaan hubachiifteef, islaamummaa waan fudhatan sitti fakkaannaan dogongorteertaโฆ.!!
Irra hedduun namoota islaamummaa fudhatanii Akhlaaqa warroota islaamummaa qabanii fi naamusa namoota islaamummaatti nama yaamanii sana xiinxalluu irraa kan kaโeedhaโฆ.!!
Barbaachisummaa Akhlaaqni daโawaa keessatti qabu irraa kun isa tokkoodhaโฆ.!!
๐๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or
Namoonni hedduun waan sammuudhaan qofa waayee islaamummaa isaan hubachiifteef, islaamummaa waan fudhatan sitti fakkaannaan dogongorteertaโฆ.!!
Irra hedduun namoota islaamummaa fudhatanii Akhlaaqa warroota islaamummaa qabanii fi naamusa namoota islaamummaatti nama yaamanii sana xiinxalluu irraa kan kaโeedhaโฆ.!!
Barbaachisummaa Akhlaaqni daโawaa keessatti qabu irraa kun isa tokkoodhaโฆ.!!
๐๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
โ๏ธ Daโawaa keessatti sammuu fi beekkumsa ati qabdu qofa osoo hin taane Akhlaaqni keetis murteessaadhaโฆ Namoonni hedduun waan sammuudhaan qofa waayee islaamummaa isaan hubachiifteef, islaamummaa waan fudhatan sitti fakkaannaan dogongorteertaโฆ.!! Irra hedduunโฆ
#Fakkeenyaafโฆ.
โ๏ธ Rasuulli osoo hin ergaminiin duratti wantoota Mushrikoota qureeyshaatti dinqii tahaa ture keessaaโฆAkhalaaqa RasuulaatiโฆDhuga dubbataa fi amanamaa tahuudhaan isa beekanโฆ.!!

โ๏ธ Herreega kana dalagdee beektaa?
Salaata shanan keessatti
1) Rakaโaa meeqatu jira?
Rakaโaa 17
2) Sujuuda meeqatu jira?
Sujuuda 34
3) Takbiiraa meeqatu jira ?
Takbiiraa 94
4) Tashahhuda meeqatu jira?
Tashahhuda ykn Attahiyyaata 9
5) Salaammata meeqatu jira ?
Salaamtaa 10
6) Tasbiiha meeqatu jira ?
Tasbiiha 153
7) Arkaana meeqatu jira ?
Arkaana 137
Herreegni kun akkamitti akka dhufe nama naaf ibse badhaasa qabaafโฆ
Share๐๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or
Salaata shanan keessatti
1) Rakaโaa meeqatu jira?
Rakaโaa 17
2) Sujuuda meeqatu jira?
Sujuuda 34
3) Takbiiraa meeqatu jira ?
Takbiiraa 94
4) Tashahhuda meeqatu jira?
Tashahhuda ykn Attahiyyaata 9
5) Salaammata meeqatu jira ?
Salaamtaa 10
6) Tasbiiha meeqatu jira ?
Tasbiiha 153
7) Arkaana meeqatu jira ?
Arkaana 137
Herreegni kun akkamitti akka dhufe nama naaf ibse badhaasa qabaafโฆ
Share๐๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
Rabbiin hamataa jirtuu beekaaโฆ.๐ซ
โ๏ธ Nama tokko Waaโee uumama isaatiin hamatte taanaanโฆati kan hamataa jirtu namticha osoo hin taane, Rabbii namtichaa sana uume tahuu hin dagatinโฆ.!!
Eennutu si bareechee, isa fokkisee uume?!

โ๏ธ Herreega kana dalagdee beektaa? Salaata shanan keessatti 1) Rakaโaa meeqatu jira? Rakaโaa 17 2) Sujuuda meeqatu jira? Sujuuda 34 3) Takbiiraa meeqatu jira ? Takbiiraa 94 4) Tashahhuda meeqatu jira? Tashahhuda ykn Attahiyyaata 9 5) Salaammata meeqatu jiraโฆ
6ffaa fi 7ffaan
Deebii
6ffaaโฆRakaโaa 1 keessaa, Rukuuโa meeqa fi sujuuda meeqa qabnaadha?
Rukuuโa 1 +fi Sujuuda2 walitti edaanaโฆ
Rukuuโa tokko keessa tasbiiha 3,+Sujuuda 2n keessa 6=9
Rakaโaa meeqa qabna jenne ?17
9*7= 153
7ffaa____? Yaalaa
๐๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or
Deebii
6ffaaโฆRakaโaa 1 keessaa, Rukuuโa meeqa fi sujuuda meeqa qabnaadha?
Rukuuโa 1 +fi Sujuuda2 walitti edaanaโฆ
Rukuuโa tokko keessa tasbiiha 3,+Sujuuda 2n keessa 6=9
Rakaโaa meeqa qabna jenne ?17
9*7= 153
7ffaa____? Yaalaa
๐๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
โ๏ธ Jalqaba waan Rabbiin sirraa jaalatu dalagiโฆachi booda waan jaalattu hundaa Rabbiin irra barbaadi ni argatta Wallaahiโฆ..!!
@tafak_or
@tafak_or
โ๏ธ ATI akkamitti akka mallaqa tajaajiltu osoo hin taaneโฆmallaqni akkamitti akka si tajaajilu barachuun dirqamaโฆ.!!
๐
โ๏ธ Hiriyyummaan dhugaa waan mallaqaan bitamaa miti. Hiriyyummaan dhugaa Amanamummaa; jaalalaa fi kabajaa irratti waan ijaaramaatiโฆ!!

#Malli_keessan
โ๏ธ Abbaa manaattu haadha manaatti hifziin qurโaanaa natti jabaate jedhee itti himateโฆ
Yoo ati waggaa takkatti qurโaana guutuu qomatti haffazde, jaartii lammataa anatu sitti fuudha jettee kakatteefโฆ!!
Abbaan manaas waggaa osoo hin guutin baatii jaha keessatti qurโaana guutuu kattameโฆ!
Haadha manaa lammeeffachuuf yoo inni qoqophaahuโฆhaati manaa isaa sooma guyyaa sadihiitiin galmee xumurteertiโฆ.๐
(ุฅู ููุฏูู ุนุธูู )๐
Share๐๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ๏ธ Abbaa manaattu haadha manaatti hifziin qurโaanaa natti jabaate jedhee itti himateโฆ
Yoo ati waggaa takkatti qurโaana guutuu qomatti haffazde, jaartii lammataa anatu sitti fuudha jettee kakatteefโฆ!!
Abbaan manaas waggaa osoo hin guutin baatii jaha keessatti qurโaana guutuu kattameโฆ!
Haadha manaa lammeeffachuuf yoo inni qoqophaahuโฆhaati manaa isaa sooma guyyaa sadihiitiin galmee xumurteertiโฆ.๐
(ุฅู ููุฏูู ุนุธูู )๐
Share๐๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
Marathon ammaa irraa maal barattu meeโฆ.??
โ๏ธ Gatii yeroon qabdu nama second sadihiif 2ffaa bahetu beekaโฆ
Garaagarummaa
1ffaa 2:22:55โฆ.Siifan
2ffaan 2:22:58โฆ.Tigistโฆ
Yeroon hangana qaaliidha

Galaa jireenyaaโฆ.obboleettii teenyarraaโฆ.๐๐ป
#HABIIBII/HABIIBTII.......?!!
๐ชต Ee bareedde ati bareedinna qaamaa qabda har'a.,Dirratti uffattee tolte๐.......
๐ชตXummurri uffata ati uffaattuu abjadii metter 2 hin caalle๐ข
๐ชตEe bareedde...mana bareeda galta....xummurri mana ati galtuu.....mana raammoo๐ fi rirmi nama bohaarsu sani..๐ข
๐ชตEe bareeda bareeda yaabbatta yaabbii keessaa๐... xummurri yaabbii ati yaabbattuu... siree dhiirti afur
ceekurraati baattu sani.. ๐ข
๐ซตilmi namaa kun waan argatutti hin quufu.( Duniyarraa)
โ Osoo ilma namaa kanaaf lagni lma warqii๐irraa ka yaa'uuf tahee.... sadaffaaf hamila....