๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
Galaa jireenyaaโฆ.obboleettii teenyarraaโฆ.๐๐ป #HABIIBII/HABIIBTII.......?!! ๐ชต Ee bareedde ati bareedinna qaamaa qabda har'a.,Dirratti uffattee tolte๐....... ๐ชตXummurri uffata ati uffaattuu abjadii metter 2 hin caalle๐ข ๐ชตEe bareedde...mana bareeda galta....xummurriโฆ
ู
ูุงุจุณ ุงููุณุงุก ุงูู
ุณูู
ุงุช ูู ุงูุดูุงุฑุน
ููู ุฒู ุงูููุจ ุ ูููุฏุฃ ูู ุงูุฌุจูู ุบููุจุชู
ุงููููุตุงุฑู ูู ุงูุชุจุฑุฌ ูุงูุนูุฑู ูุง ุจูุงุชู
ุงูุฅุณูุงู ุ ูุงุชููู ุงููููฐูู.

Qoma yaadaan dhiphatte hunda Rabbiin haa baldhisuโฆ..๐คฒ๐พ
โ๏ธ Bilchinni ati hardha itti geette kunโฆ.firii guyyoota jajjaboo, waan hin dabarre sitti fakkaataa turan, ati keessa dabartee sanii barโฆโฆ!!
Jireenyi barnootaโฆ!!
Jireenyi barnootaโฆ!!
Ergamaan Rabbii (Sallallaahu aleyhi wasallam ) akkana jedhan:
ูุงู ุฑุณูู ุงููู ๏ทบ:
โ Wayta baldhinna qabdu Rabbiin wal bariโฆwayta rakkatte Rabbiin si beekaaโฆ."
ุชุนุฑููู ุฅูู ุงููู ูู ุงูุฑุฎุงุก ูุนุฑูู ูู ุงูุดุฏููุฉู
โโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโ
https://www.tg-me.com/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf

Jireenya gaarii jiraachuu namni hin barbaanne ni jiraaโฆ!!?
Gaddaa fi gadadoo keessaa bahee, gammachuu fi tasgabbii keessa juraachuun hamilee hunda keenyaatiโฆ!
Keessi kee boqonnaa qabaannaan :
1 Jireenya keettu bareeda,
2 Gammachuu fi tasgabbii onnee argatta..!
Garuu keessi kee boqonnaa argachuudhaaf sababoota gurguddoo adda addaattu jiraโฆ:
A) Sababoota DiiniiโฆB) Sababoota dhalootaaโฆC) Sababoota beekkumsaa fi barnootaatu jiraโฆ
Sababoota gammachuu hunda kan walitti qabachuu dandaโu muโumuntoota qofa. Namoonni biroo gammachuu kallattii tokkoon argatanis, kallattii biraatiin gammachuu gammachuu caalutu isaan dabra.
โ๏ธ Wantoonni kaayyoo guddaa kanatti nama geessan maali beektuu laata?
Namoonni hedduun gammachuu jiraachuu ni barbaadan garuu:
1 Namoonni gariin Rabbiin laaffiseefii jireenya gaarii kan jiraatanii dabranii fi kan jiraataa jiranis jiru.
2 Namoonni gariin kan daangaa itti dabartee jireenya isaa gaddaan dabarsutu jira..akkasuma kan osoo gammachuu waan jedhamuu hin argin as gubbaa godaanes ni jiraโฆ
3 Kan lamaanuu keessa hin jirre..giddugaleessa keessa kan jiraatutu jiraโฆ
Sababoota jireenya gaariitti nama geessan keessaโฆ.:
#Itti_fufa
Share๐๐ป

Eessa jirraโฆ..๐ฅฒ
โ๏ธ Ati masjidaa mitii mana keetittuu salaata subhii salaatuu dadhabiif raftaaโฆguyyaa dheengaddaa namoonni 100 kan shahiidan hunduu salaata Subhii osoo salaataa jiraniidhaโฆkan du'an caalaa warra madaahetu caalaโฆ.!!
Nuti eessa jirraโฆ..!!?
#Gaazaa

https://youtube.com/watch?v=-jIJViLsgc0&feature=shared
Namoonni waa barataa jirtan hunduu dursa video kana dhageeffadhaaโฆshare waliifis godhaa
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
https://youtube.com/watch?v=-jIJViLsgc0&feature=shared
Kitaabota hedduu karaa tora YouTube keenyaatiin yeroo muraasa booda seentanii barachuu dandeessuโฆ
Qophii hunda xumurree jirraโฆ#Subscribe godhaa irraa fayyadamaa maatiin Tafakkur

Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Lubbuun teetis haqa sirraa qabdii barโฆ.!!
โ๏ธ Lubbuu tanteetis akkuma hiriyyaa kankee gaarii wajjiin jiraattutti wajjiin jiraadhuunโฆ:
๐๐ผ Yoo dogongorte irra dabriifโฆโ
Yoo isheen gara fuulduraatti tarkaanfatte hamilee kenniif..,
Yoo isheen mucucaatte moggaa dhaabadhuu qarqaariin,
Yoo isheen milkaahinna gonfatte kennaa addaa kenniifโฆ!!
Share๐๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ๏ธ Lubbuu tanteetis akkuma hiriyyaa kankee gaarii wajjiin jiraattutti wajjiin jiraadhuunโฆ:
๐๐ผ Yoo dogongorte irra dabriifโฆโ
Yoo isheen gara fuulduraatti tarkaanfatte hamilee kenniif..,
Yoo isheen mucucaatte moggaa dhaabadhuu qarqaariin,
Yoo isheen milkaahinna gonfatte kennaa addaa kenniifโฆ!!
Share๐๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
โ๏ธ Keessummoonni sadi beellama malee namatti dhufan. Isaanis;
Rizqii,
Qadaraa fi
Duโaโฆ
Rizqii halaalaa; Qadara bareedaa fi gala gaarii Rabbiin isiniif haa kennuโฆ.!!

#Rahmatummaan_keeโฆ.!!
โ๏ธ Dhibee guddaa mitiiโฆakka tasaa dhakaan karaa gubbatti osoo si gufachiisee ykn qoreen miila si waraantee, Rabbiin sababa saniif dilii tantee sirraa harcaasaโฆ.!!โฆRasuula Rabbiittu jedhan (Sallallaahu aleyhi wasallama).
Wallaahi Rabbii akkanaa qabaachuu caala wanti nama gammachiisu hin jiru Alhamdulillaahโฆ.!!
ู ุง ุฃุฑุญู ู ูุง ุงูููโฆ.!!

โ๏ธ Kitaaba isin fayyadu tokko isiniif erguu barbaadaโฆirraa fayyadamaa barnoota isaa YouTube eegallee jirra inshallaahโฆ
Kitaaba jecha takka qofaan hukmii 50 ykn 100 kennuuf si qarqaaruโฆ:
Eegallee jirra kutaa 2ffaa
ุงูููุงุนุฏ ุงูููููุฉ ููุดูุฎ ูุงุตุฑ ุงูุณุนุฏู
Asiin hordofaa ykn Ibro Media yoo jettan ni argattu YouTube isaaโฆ
Subscribe godhaa๐๐ป
https://youtube.com/@tafakkurmedia2709?si=nl4iWwoiAVe4sRJF

YouTube
IBRO TUBE
Dhugaa dubbachuu yoo hin dandaโin, dharaaf harka hin dhahin.
ุฅู ูู ุชุณุชุทุน ููู ุงูุญู ููุง ุชุตูู ููุจุงุทู

Kitaabni kun hangam akka ijoo tahe seensa isaattu ragaadhaโฆ
Kitaaba Qawaaโida fiqhiyyaaโฆkutaa 2ffaa gadi dhiifameeraโฆ.seenaa baradhaaโฆyeroo keessanitti fayyadamaaโฆ
Yoo isinitti tole Subscribeโlikeโ share godhaa
๐๐ป
https://youtu.be/8m-F4cf1KlY?si=D9PHQu_SOB6Dtqvw

Qawaaโida Fiqhii kutaa 2ffaa (https://youtube.com/@tafakkurmedia2709?si=FqwyTWwANwvQLWvF)
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
Kitaabni kun hangam akka ijoo tahe seensa isaattu ragaadhaโฆ Kitaaba Qawaaโida fiqhiyyaaโฆkutaa 2ffaa gadi dhiifameeraโฆ.seenaa baradhaaโฆyeroo keessanitti fayyadamaaโฆ Yoo isinitti tole Subscribeโlikeโ share godhaa ๐๐ป https://youtu.be/8m-F4cf1KlY?si=D9PHQu_SOB6Dtqvw
Beekkumsiโฆ.๐๐ป
ุงูุนูู ุฃุตู ูู ุฎูุฑโฆ.
โ Ilmiin buโuura kheeyrii hundaatiโฆ." Gabaabinnaan faayidaa Ilmiin qabdu cuunfitee jecha takkaan ibsuu yoo barbaadde, jecha armaan olii tan Imaam #Alqraafiin ittiin ibsan tana fayyadamuu ni dandeessaโฆ!!
Kitaaba irraa๐๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or
ุงูุนูู ุฃุตู ูู ุฎูุฑโฆ.
โ Ilmiin buโuura kheeyrii hundaatiโฆ." Gabaabinnaan faayidaa Ilmiin qabdu cuunfitee jecha takkaan ibsuu yoo barbaadde, jecha armaan olii tan Imaam #Alqraafiin ittiin ibsan tana fayyadamuu ni dandeessaโฆ!!
Kitaaba irraa๐๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
โโโ๏ทฝโโโ
#KARAALEE BEEKUMSA ITTIIN HORATAN.......!
โ Jalqabni beekumsaa.... Cal'iinsa.
โ Lammaffaan beekumsaa ..... dhagahuudha.
โsadaffaan beekumsaa..... Qalbii keessatti galmeessuudha.
โ4ffaan xiyyeeffannoon qoratuudha.
โ5ffaan gochaan agarsiisuudha.
โ6ffaan kanneen hin beekne beeksisuudha.
โSadarkaa kaneen hordofi beekumsa horattaa!!