Telegram Web Link
๐ŸŒทWarroota qur'aana hifzii eegaluu barbaaddaniif dhaamsi koo:

1) Niyyaa tantee Rabbiif jech qulqulluu tahuu qabdi,
2) Kophaa kankee osoo hin taane Markaza hifzii deemuu qabda...,
3) Step ๐Ÿชœ stepdhaan deemuu qabda... Aayata hanga fuulaatti suuta suutaan yeroo sana galmaan geessa..!
4) Suuraa gaggabaaboodhaan eegaluu qabdas,
5) Akka ifaajeen tee hin banneef, hifziidhaaf jettee Markaza tokkoo ol deemuus hin qabdu,
6) Akkuma Hifzii haaraadhaaf bakka kennitu Mura'aaja'aadhaaf/ykn kan bira dabrite sanas irra deddeebitee dubbisuu qabda,
7) Hifzii kankee kan nama biraatiin Madaaluu hin qabdu... namni hunduu dandeettii adda addaa qaba waan ta'eef...
8) Hangam haffazdee osoo hin taane akkamitti haftazeen ? si yaachisuu qaba...
9) Suuraa takka tolchitee haffazutu, juz'ii 10 kan hin tolle haffazuu irra bareeda...
10) Dogoggora keetitti hin qaanfatin, namni osoo hin dogoggorin ykn hin mucucaatin qur'aana haffaze Hun jiruu.
11) Sirritti Irra deddeebi'uu qabda,
12) Nama qur'aana sirritti qara'u sheekkolee keessaa dhageeffadhu, qubee fi dogoggora kankee sirreeffachuudhaaf si qarqaara..!
13) Qur'aana hardhaaf irra deddeebitee qara'uun kankee si dhiphisuus, si rakkisuus danda'a... garuu guyyaa boruu miilli kankee akka gadi dhaabatuuf sirritti si qarqaara..
14) Karaan qur'aanaa kan abaaboon marfame sitti hin fakkaatin... obsaa fi jabinna isin barbaachisa....


Qophiidhaa haffazuudhaaf ?
Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
Forwarded from Abdurazzaaq Shehasen
As wr wb Barataa fi Barsiisaa maatii tafakkur ergaan gareekanarratti nuufqoodaa jirtanuu haalaan gaariidhaa namni garee kana keessa jirtu Beekumsaaf banaa ta'i!

#Yeroo hundumaa dammaquuf qophaaโ€™i;  Akka namaatti namni mudaa hin qabne(guutuun) hin jiru Kaleessa wanti beekna jennee yaadne har'a waan haaraa yeroo itti daballu sirumayyuu waanti baay'een akka nu hafu hubanna. #Yeroo mara dubbisuun guutuu nama taasisa.
#Namni dubbisu waan dubbatu hin dhabu jedhama mitiiree? Jechamni kun dhugaadha. Jechoonni afaan namoota yeroo mara  dubbisanii keessaa bahu damma caala mi'aawa akka aannanii nama qabbaneessa. Dandeettiin dubbatanii amansiisuu isaanii olaanaadha.

#Beekumsi dhuma hin qabu. Yeroo hunda barachuuf sammuu kee  banaa hammuma gootu carraa guddinaa of badhaasaa jirta!
โœ Hamileen isin Chanala kanaaf qabdan, kan duraa caala akka ani irratti dalaguuf baay'ee na kakaasee jira... ganaa barnoota guddaa asirraa argitu...




Baay'ee galatoomaa... Rabbiin isin haa jaalatu...!
โœ Tola Rabbiin sitti ooleen boonuu fi irraa haasahuun garaagarumma guddaa qaba.
๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚

๐Ÿ—ฃ Tola Rabbiin sitti oolerraa/si qananiiserraa haasahuu jechuun:
โ˜˜ Haalaa fi amala Rabbii tola sitti oolee sanirraa dubbataa jirta,
โ˜˜ Arjummaa fi badhaadhinna Rabbii keetirraa dubbachaa jirta,
โ˜˜ Muldhistee, ol baastee dubbachuun Rabbii kee faarfataa jirta....!,
โ˜˜ Rabbii kankee qananii isaa haasahuun galateeffataa jirta,
โ˜˜ Tola Rabbiin itti oole hawaasa keessa facaasaa jira,
โ˜˜ Kaayyoon isaa sifaata Rabbii muldhisuudha..,
โ˜˜ Rabbiin faarfatee, akka ilmi namaa Rabbiin malee nama biroo hin kajeelleef hamilee namatti horuu uf keessaa qaba.
โœ Waan Rabbiin ittiin si qananiise irraa haasahuun:
โ˜˜ Rabbiin qofarraa waa barbaaduu,
โ˜˜ Jaalala Rabbii horachuu,
โ˜˜ Rabbiin kajeeluu fi akka isarratti irkatanii fi isa qofa kajeelaniif namoota kakaasuu uf keessaa qaba...
โœ Ittiin boonuu jechuun:
๐ŸŒท Namarrattiin ittiin uf dhaaduun,
๐ŸŒท Jabeenyaa fi qabeenya kee muldhifachuu,
๐ŸŒทMorma namaatiin yaabbatanii, qalbii namaa ittiin gabroomfatuuf,
๐ŸŒท Ittiin boonuu fi nama tuffachuu....


#Ibnul-qayyim (Rahimahullaah) Kitaaba Ruuh jedhamu keessatti dubbatan...
๐Ÿ–‹ @Ibroo keessan....
Yoo isinitti toleef
share godhaa๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
๐Ÿ‚ Ahlul_A'araaf....
*_ุฃู‡ู„ ุงู„ุฃุนุฑุงู_*

โœ๐Ÿป ู‚ุงู„ ุงู„ุนู„ุงู…ุฉ ุงู„ุณุนุฏูŠ ุฑุญู…ู‡ ุงู„ู„ู‡:
โœ Warroota toltuu isaaniitii fi hamtuun isaanii wal qixxooftuun Rabbiin Ahlul-A'araaf jedhe.
*"ูˆู…ู† ุงุณุชูˆุช ุญุณู†ุงุชู‡ ูˆุณูŠุฆุงุชู‡ุŒ ูู‡ู… ุฃู‡ู„ ุงู„ุฃุนุฑุงูุŒ*
Iddoo Jannataa fi Ibiddarraahis ol jedhu wahiiti...Ummanni Kuni hanga Rabbiin fedhe naannoo sana erga turanii booda, Rahmanni Rabbii isaan dhaqqabuudhaan warra Jannataa keessatti ramadaman....!!

๐Ÿ–‹๏ธ Maddi isaa๐Ÿ‘‡
๐Ÿ“š [ูุชุญ ุงู„ุฑุญูŠู… ุงู„ู…ู„ูƒ ุงู„ุนู„ุงู… ูงูฃ].

https://www.tg-me.com/tafak_or
Forward from Nasihaa Muhammad

โ˜†โ˜†๏ทฝโ˜†โ˜†
โœโœโœโœโœโœโœโœโœโœโœ
โ–  Deebii;- ใ€Š Namni tokko of faarsuudhaaf seerota asii gadii kana hordofuu qaba. : -
โ—1. Lubbuu kee amanuu. Akka riyaa'aa fi sum'aa irraa hin taane of faarsuun kee.
โ—2. Waan qabdu sanirra dabaltee kan of hin faarsine ta'uu.
โ—3. Maslahaa shari'aatiif jecha ta'uu.
โ—4. Of faarsuun kee bu'aa wahii ni fida yoo ta'e.
โ—5. Akkasuma dhiibbaa wahii ni deebisa yoo ta'e.......
โ– RAGAAN OF FAARSUUN TA'UU IRRATTI: -
โ— ู†ุจูŠ ุงู„ู„ู‡ ุงุจุฑุงู‡ูŠู… ู…ุฏุญ ู†ูุณู‡ ููŠ ู‚ูˆู„ู‡: -
ใ€Š ูŠุขุกุจุช ุงู†ูŠ ู‚ุฏ ุฌุขุกู†ูŠ ู…ู† ุงู„ุนู„ู… ู…ุง ุงู„ู… ูŠุฃุชูƒ ูุชุจุนู†ูŠ ุงู‡ุฏูƒ ุตุฑุงุทุง ุณูˆูŠุงโ™กโ™กใ€‹
โ˜†Hiika: - ibraahiim akkan jedhe abbaa isaatiin{ yaa abba koo?! Dhugamatti natti dhufe wanni sitti hin dhufin beekumsarraa., nahordofi si qajeelchaa karaa qajeelaa jedhe. }
โ— ู†ุจูŠ ุงู„ู„ู‡ ูŠูˆุณู ู…ุฏุญ ู†ูุณู‡ ููŠ ู‚ูˆู„ู‡: -
ใ€Š ู‚ุงู„ ุงุฌุนู„ู†ูŠ ุนู„ู‰ ุฎุฒุงุฆู† ุงู„ุฃุฑุถ ุงู†ูŠ ุญููŠุธ ุนู„ูŠู… โ™กโ™กใ€‹
โ˜†Hiika: -yuusuf ni jedhe{na taasisi. ( itti gaafatamaa) kuusaa dachiirratti, ani isii irraatti eegaa, beekaadha. }
โ—ุณูŠุฏ ุงู„ุฎู„ู‚ ู†ูŠุจุงู† ๏ทด ๏ทบ ู…ุฏุญ ู†ูุณู‡ ููŠ ู‚ูˆู„ู‡: -
ใ€Šุงู†ุง ุณูŠุฏ ูˆู„ุฏ ุขุฏู…ุŒูˆู„ุงูุฎุฑโ™กโ™กใ€‹
โ˜†Hiika:- { ani caalaa ilma Aadami/ namaati, of dhaaduufii miti. }
โ™ค#Kanaafuu of faarsuun waarra / anbiyoota asiin duraa irraa argamee jira. Akkasuma seera kanneen yoo guuttate ni ta'a jechuudha....
โ– Gaaffii??!! Kan rabbiin lubbuu teessan hin qulqulleessinaa rabbitu beekaa irra sodaataa keessan. Ayyanni jettu hoo?!!
ใ€Šูู„ุง ุชุฒูƒูˆ ุงู†ูุณูƒู… ู‡ูˆ ุงุนู„ู… ุจู…ู† ุงุชู‚ู‰ใ€‹
โ– Deebii: - karaa na argii fi naa dhagahiitiin of hin faarsinaa jechuudha, boonuuf akkasuma immoo seerota sanniin osoo hin fayyadamin of faarsuudha.
ูˆุจุงู„ู„ู‡ ุงู„ุชูˆููŠู‚โ˜†โ˜†....
ูˆุงู„ู„ู‡ ุงุนู„ู…โ™กโ™ก......
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ โ€œ Obboleewwan keenya kan kiristaanaa โ€ jechi jettu takka, namoota baay'ee yeroo haasahan afaanii ni baati... Ani bira dabree sheekkolee gurguddoo comparative irratti da'awaa godhร n irraan arge...


Mee yaada kana bifa kamiin ilaatu isin ? isin hoo isin mudatee beekaa ?
#Areeda

โœ Rifeensi areedaa Kuni bu'aa hedduu uf keessaa qaba. Isaan keessaa inni tokko dhiiraa fi dubartii addaan baasuudha...!!
ยซุดุนุฑ ุงู„ู„ุญูŠุฉ ููŠู‡ ‎ู…ู†ุงูุน ูˆู…ู†ู‡ุง ุงู„ุชู…ูŠูŠุฒ ุจูŠู† ุงู„ุฑุฌุงู„ ูˆุงู„ู†ุณุงุกยป.

๐Ÿ‘‰ Gadaa dhiiraaf dubartii addaan baasuun ulfaatu keessa jirra waan taheef...sunnaa areedaa tana jabeessaa...๐Ÿ˜
#Ibnul_Qayyim [ Attibyaan (747) ]
[ุงู„ุชู‘ูุจูŠุงู† ู„ู€ #ุงุจู†_ุงู„ู‚ูŠู… (ูงูคูง)].

https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Matadureen barnoota keenya guyyaa hardhaa waa'ee areeda haaduutiin walqabata...!




Matadureen guyyaa hardhaatiif isiniif qabanne, asumarratti goolabama waan taheef, hunduu galatoomaa jenneerra..... ๐Ÿ˜




https://www.tg-me.com/tafak_or
Baatiin amma keessa jirru Kuni maal jedhama ?


Baatii kana maaltu baatiiwwan hafan irraa adda godhร  beektuu ?
โœ Gammachuudhaan jiraachuun waan baay'ee dansaadha... garuu ilma namaa hundaaf gammachuu hawwuuun immoo, hundaa ol dansaadha....!!

Bakkuma jirtanitti gammadaa jiraadhaa..... !!
@tafak_or
-
ุงู„ู„ู‘ู‡ู…ู‘ ุฃุญุณูู† ุนุงู‚ูุจุชู†ุง ููŠ ุงู„ุฃู…ูˆุฑู ูƒู„ู‡ุงุŒ ูˆูŽุฃุฌูุฑู†ุง ู…ูู† ุฎูุฒูŠ ุงู„ุฏู‘ู†ูŠุง ูˆูŽุนุฐุงุจู ุงู„ุขุฎุฑุฉ.
โœ๏ธ Ilkaan kankee harka bitaatiin moo harka mirgaatiin rigachuu/siwaakachuu qabda_?
Anonymous Poll
20%
A) Bitaadhaan
85%
B) Mirgaan
#Astagfirullaah....

โœ Hunduu dogoggora kankee eega Rabbiin qofatu Towbaa sirraa eega....
kanaafuu Astagfirullaah heddummeessaa....!!

@tafak_or
โœ Addunyaa tana gubbatti wantoota ilmi namaa barbaadu keessaa guddaa kan jedhamu, yaanni isaa isaaf guuttamuudha.
Aakiraa keessattis Irra guddaan wanti ilmi namaa barbaadu araarama Rabbiitiin badhaafamuudha....

โœ Lamaan isaaniituu Salawaata Ergamaa Rabbii irratti buusuu keessatti walitti namaaf qabamti jedhan...
Salaawanni yaada kankee siif guutti, Araarama Rabbii akka argattuufis karaa siif saaqxi.

Mee namoonni lamaanuu barbaaddan Ergamaa Aalamaa irratti Salawaata buusaa...
ุงู„ู„ู‡ู… ุตู„ ูˆุณู„ู… ุนู„ู‰ ู†ุจูŠู†ุง ู…ุญู…ุฏ ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู…

Share ๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
2024/09/22 13:12:16
Back to Top
HTML Embed Code: