Telegram Web Link
โœ Simaa taphni Kun dhumatee jira jettee, uf dagattee rafaa jirtuu.... Rabbiin xumurarratti kan waa hunda siif sirreesse argita
....!
ูˆุชุธูู†ู‘ู ุฃู†ู‡ุง ุงู„ู†ู‘ูŽู‡ุงูŠุฉ ุŒ ุซู… ูŠูุตู„ูุญู ุงู„ู„ู‡ู ูƒู„ู‘ูŽ ุดูŠุกู โค๏ธ
#Iftoominna....

โœ Dhugaa dubbachuu fi Iftoominna qabaachuun kee, hiriyyoota siif baay'isuu baatus, hiriyyoota laakkofsaan xiqqaatanis sadarkaan isaanii baay'ee guddaadhaa siif fiduu danda'a....!!

@tafak_or
Dargaggeessi aamiin jedhi๐Ÿ˜

โœ Ta mataan gurra hin geenye, ta gurra boruu hin beekne, ta gurraan hin dhageennee, ta gaarummaa kee hin beekne Rabbiin sirraa haa qabu....!!

@tafak_or
โœ Jum'aan har'aa kun bara 1445ffaadhaaf Jum'aa xumuraati
Badii bara kana keessa dalagne hunda rabbi nuu haa Araaaramu
Bara itti seenaa jirru homa hundaanuu bara dabre nuuf haa caalchisu

ูˆุตู„ูˆุง ุนู„ู‰ ุฑุณูˆู„ ุงู„ู„ู‡
ุงู„ู„ู‡ู… ุตู„ ุนู„ู‰ ุณูŠุฏู†ุง ู…ุญู…ุฏ ุนุฏุฏ ุฎู„ู‚ูƒ ูˆุฑุถุง ู†ูุณูƒ ูˆุฒู†ุฉ ุนุฑุดูƒ ูˆู…ุฏุงุฏ ูƒู„ู…ุงุชูƒ

https://www.tg-me.com/tafak_or
Yaada Tafakkur irraa qabduu?



waan sirraahuu qabu jettan ! ๐Ÿ‘‡
Forwarded from Nasiha mohammed
โ˜†โ˜†‎๏ทฝโ˜†โ˜†
ุงูŽู„ุณูŽู„ุงู…ู ุนูŽู„ูŽูŠู’ูƒูู… ูˆูŽุฑูŽุญู’ู…ูŽุฉู ุงูŽู„ู„ู‡ู ูˆูŽุจูŽุฑูŽูƒุงุชูู‡ู‎โ™กโ™กโ™ก
#HAGAM HUBADHE?!!!
โœ Mee darsiiwwan asiin dura ustaazni nuuf kennan irraa gaaffii hagam hubadhe jedhu marti kessanuu of gaafadhaa?
#gaaffiin akkana jedha:-
โ–  โœSEEROTA OF FAARSUU HAGAMI? ........
โ–  โœ RAGAA WALIIN NAMA NUUF IBSE:- badhaasni akka qohpaa'uuf familyrraa kabajaan gaafadha.โœ‰๏ธโ™กโ™ก
# gaafichi kan barattootaati malee kan barsiisaatii miti๐Ÿ˜
ุงู„ู…ุณุฃู„ุฉ ู„ุงู„ุทุงู„ุจ ู„ุง ู„ุงู„ู…ุนู„ู…๐Ÿ˜
โ˜†โ˜†‎๏ทฝโ˜†โ˜†
ุงูŽู„ุณูŽู„ุงู…ู ุนูŽู„ูŽูŠู’ูƒูู… ูˆูŽุฑูŽุญู’ู…ูŽุฉู ุงูŽู„ู„ู‡ู ูˆูŽุจูŽุฑูŽูƒุงุชูู‡ู‎โ™กโ™กโ™ก
#HAGAM HUBADHE?!!!
โœ Mee darsiiwwan asiin dura ustaazni nuuf kennan irraa gaaffii hagam hubadhe jedhu marti kessanuu of gaafadhaa?
#gaaffiin akkana jedha:-

โ–  โœSEEROTA OF FAARSUU HAGAMI? ........
โ–  โœ RAGAA WALIIN NAMA NUUF IBSE:- badhaasni akka qohpaa'uuf familyrraa kabajaan gaafadha.โœ‰๏ธโ™กโ™ก

# gaafichi kan barattootaati malee kan barsiisaatii miti๐Ÿ˜
ุงู„ู…ุณุฃู„ุฉ ู„ู„ุทุงู„ุจ ู„ุง ู„ู„ู…ุนู„ู…๐Ÿ˜
#Allaaaah.....๐Ÿคฒ

โœ Hunduu sagalee koo qofa dhagahan.... si qofatu qalbii tiyya dhagaha Yaa Alllaahu...
‏ูƒู„ูู‘ู‡ู… ูŠุณู…ุนูˆู† ุตูˆุชูŠ..
ูˆุญุฏูƒูŽ ุชุณู…ุนู ู‚ู„ุจูŠ ูŠุง ุงู„ู„ู‡ ุŒ ูุขุชูู‡ู ุณูุคู’ู„ูŽู‡ โค๏ธ


deebii koo San naaf deebisi..๐Ÿคฒ
๐ŸŒทWarroota qur'aana hifzii eegaluu barbaaddaniif dhaamsi koo:

1) Niyyaa tantee Rabbiif jech qulqulluu tahuu qabdi,
2) Kophaa kankee osoo hin taane Markaza hifzii deemuu qabda...,
3) Step ๐Ÿชœ stepdhaan deemuu qabda... Aayata hanga fuulaatti suuta suutaan yeroo sana galmaan geessa..!
4) Suuraa gaggabaaboodhaan eegaluu qabdas,
5) Akka ifaajeen tee hin banneef, hifziidhaaf jettee Markaza tokkoo ol deemuus hin qabdu,
6) Akkuma Hifzii haaraadhaaf bakka kennitu Mura'aaja'aadhaaf/ykn kan bira dabrite sanas irra deddeebitee dubbisuu qabda,
7) Hifzii kankee kan nama biraatiin Madaaluu hin qabdu... namni hunduu dandeettii adda addaa qaba waan ta'eef...
8) Hangam haffazdee osoo hin taane akkamitti haftazeen ? si yaachisuu qaba...
9) Suuraa takka tolchitee haffazutu, juz'ii 10 kan hin tolle haffazuu irra bareeda...
10) Dogoggora keetitti hin qaanfatin, namni osoo hin dogoggorin ykn hin mucucaatin qur'aana haffaze Hun jiruu.
11) Sirritti Irra deddeebi'uu qabda,
12) Nama qur'aana sirritti qara'u sheekkolee keessaa dhageeffadhu, qubee fi dogoggora kankee sirreeffachuudhaaf si qarqaara..!
13) Qur'aana hardhaaf irra deddeebitee qara'uun kankee si dhiphisuus, si rakkisuus danda'a... garuu guyyaa boruu miilli kankee akka gadi dhaabatuuf sirritti si qarqaara..
14) Karaan qur'aanaa kan abaaboon marfame sitti hin fakkaatin... obsaa fi jabinna isin barbaachisa....


Qophiidhaa haffazuudhaaf ?
Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
Forwarded from Abdurazzaaq Shehasen
As wr wb Barataa fi Barsiisaa maatii tafakkur ergaan gareekanarratti nuufqoodaa jirtanuu haalaan gaariidhaa namni garee kana keessa jirtu Beekumsaaf banaa ta'i!

#Yeroo hundumaa dammaquuf qophaaโ€™i;  Akka namaatti namni mudaa hin qabne(guutuun) hin jiru Kaleessa wanti beekna jennee yaadne har'a waan haaraa yeroo itti daballu sirumayyuu waanti baay'een akka nu hafu hubanna. #Yeroo mara dubbisuun guutuu nama taasisa.
#Namni dubbisu waan dubbatu hin dhabu jedhama mitiiree? Jechamni kun dhugaadha. Jechoonni afaan namoota yeroo mara  dubbisanii keessaa bahu damma caala mi'aawa akka aannanii nama qabbaneessa. Dandeettiin dubbatanii amansiisuu isaanii olaanaadha.

#Beekumsi dhuma hin qabu. Yeroo hunda barachuuf sammuu kee  banaa hammuma gootu carraa guddinaa of badhaasaa jirta!
โœ Hamileen isin Chanala kanaaf qabdan, kan duraa caala akka ani irratti dalaguuf baay'ee na kakaasee jira... ganaa barnoota guddaa asirraa argitu...




Baay'ee galatoomaa... Rabbiin isin haa jaalatu...!
2024/09/23 14:39:34
Back to Top
HTML Embed Code: