โ Tola Rabbiin sitti ooleen boonuu fi irraa haasahuun garaagarumma guddaa qaba.
๐๐๐๐
๐ฃ Tola Rabbiin sitti oolerraa/si qananiiserraa haasahuu jechuun:
โ Haalaa fi amala Rabbii tola sitti oolee sanirraa dubbataa jirta,
โ Arjummaa fi badhaadhinna Rabbii keetirraa dubbachaa jirta,
โ Muldhistee, ol baastee dubbachuun Rabbii kee faarfataa jirta....!,
โ Rabbii kankee qananii isaa haasahuun galateeffataa jirta,
โ Tola Rabbiin itti oole hawaasa keessa facaasaa jira,
โ Kaayyoon isaa sifaata Rabbii muldhisuudha..,
โ Rabbiin faarfatee, akka ilmi namaa Rabbiin malee nama biroo hin kajeelleef hamilee namatti horuu uf keessaa qaba.
โ Waan Rabbiin ittiin si qananiise irraa haasahuun:
โ Rabbiin qofarraa waa barbaaduu,
โ Jaalala Rabbii horachuu,
โ Rabbiin kajeeluu fi akka isarratti irkatanii fi isa qofa kajeelaniif namoota kakaasuu uf keessaa qaba...
โ Ittiin boonuu jechuun:
๐ท Namarrattiin ittiin uf dhaaduun,
๐ท Jabeenyaa fi qabeenya kee muldhifachuu,
๐ทMorma namaatiin yaabbatanii, qalbii namaa ittiin gabroomfatuuf,
๐ท Ittiin boonuu fi nama tuffachuu....
#Ibnul-qayyim (Rahimahullaah) Kitaaba Ruuh jedhamu keessatti dubbatan...
๐ @Ibroo keessan....
Yoo isinitti toleef
share godhaa๐
https://www.tg-me.com/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf

#Alhamdulillaah...
โ โ Shukriin qananii Rabbiin siif kenne hundaaf wardiyyaadha โ jedhan #Ibnulnqayyim (Rahimahullaah )
Kanaafuu qananii siif kenne sana akka sirraa hin fudhanneef yeroo hundaa Rabbii kankee galateeffachuu hin dagatin...!!
Share๐

๐ Ahlul_A'araaf....
*_ุฃูู ุงูุฃุนุฑุงู_*
โ๐ป ูุงู ุงูุนูุงู ุฉ ุงูุณุนุฏู ุฑุญู ู ุงููู:
โ Warroota toltuu isaaniitii fi hamtuun isaanii wal qixxooftuun Rabbiin Ahlul-A'araaf jedhe.
*"ูู ู ุงุณุชูุช ุญุณูุงุชู ูุณูุฆุงุชูุ ููู ุฃูู ุงูุฃุนุฑุงูุ*
Iddoo Jannataa fi Ibiddarraahis ol jedhu wahiiti...Ummanni Kuni hanga Rabbiin fedhe naannoo sana erga turanii booda, Rahmanni Rabbii isaan dhaqqabuudhaan warra Jannataa keessatti ramadaman....!!
๐๏ธ Maddi isaa๐
๐ [ูุชุญ ุงูุฑุญูู ุงูู ูู ุงูุนูุงู ูงูฃ].

Forward from Nasihaa Muhammad
โโ๏ทฝโโ
โโโโโโโโโโโ
โ Deebii;- ใ Namni tokko of faarsuudhaaf seerota asii gadii kana hordofuu qaba. : -
โ1. Lubbuu kee amanuu. Akka riyaa'aa fi sum'aa irraa hin taane of faarsuun kee.
โ2. Waan qabdu sanirra dabaltee kan of hin faarsine ta'uu.
โ3. Maslahaa shari'aatiif jecha ta'uu.
โ4. Of faarsuun kee bu'aa wahii ni fida yoo ta'e.
โ5. Akkasuma dhiibbaa wahii ni deebisa yoo ta'e.......
โ RAGAAN OF FAARSUUN TA'UU IRRATTI: -
โ ูุจู ุงููู ุงุจุฑุงููู ู ุฏุญ ููุณู ูู ูููู: -
ใ ูุขุกุจุช ุงูู ูุฏ ุฌุขุกูู ู ู ุงูุนูู ู ุง ุงูู ูุฃุชู ูุชุจุนูู ุงูุฏู ุตุฑุงุทุง ุณููุงโกโกใ
โHiika: - ibraahiim akkan jedhe abbaa isaatiin{ yaa abba koo?! Dhugamatti natti dhufe wanni sitti hin dhufin beekumsarraa., nahordofi si qajeelchaa karaa qajeelaa jedhe. }
โ ูุจู ุงููู ููุณู ู ุฏุญ ููุณู ูู ูููู: -
ใ ูุงู ุงุฌุนููู ุนูู ุฎุฒุงุฆู ุงูุฃุฑุถ ุงูู ุญููุธ ุนููู โกโกใ
โHiika: -yuusuf ni jedhe{na taasisi. ( itti gaafatamaa) kuusaa dachiirratti, ani isii irraatti eegaa, beekaadha. }
โุณูุฏ ุงูุฎูู ููุจุงู ๏ทด ๏ทบ ู ุฏุญ ููุณู ูู ูููู: -
ใุงูุง ุณูุฏ ููุฏ ุขุฏู ุููุงูุฎุฑโกโกใ
โHiika:- { ani caalaa ilma Aadami/ namaati, of dhaaduufii miti. }
โค#Kanaafuu of faarsuun waarra / anbiyoota asiin duraa irraa argamee jira. Akkasuma seera kanneen yoo guuttate ni ta'a jechuudha....
โ Gaaffii??!! Kan rabbiin lubbuu teessan hin qulqulleessinaa rabbitu beekaa irra sodaataa keessan. Ayyanni jettu hoo?!!
ใููุง ุชุฒูู ุงููุณูู ูู ุงุนูู ุจู ู ุงุชููใ
โ Deebii: - karaa na argii fi naa dhagahiitiin of hin faarsinaa jechuudha, boonuuf akkasuma immoo seerota sanniin osoo hin fayyadamin of faarsuudha.
ูุจุงููู ุงูุชููููโโ....
ูุงููู ุงุนูู โกโก......

Forward from Nasihaa Muhammad โโ๏ทฝโโ โโโโโโโโโโโ โ Deebii;- ใ Namni tokko of faarsuudhaaf seerota asii gadii kana hordofuu qaba. : - โ1. Lubbuu kee amanuu. Akka riyaa'aa fi sum'aa irraa hin taane of faarsuun kee. โ2. Waan qabdu sanirra dabaltee kan of hinโฆ
โ Darsii fudhataa turre keessaa...
waan haaraa qofa nurraa hin eeginaa... waan hanga hardhaa barannes, dhageeffadhaa, dubbisaa... isin fayyaduus malaa....

Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โ Jireenyi tun wlh baay'ee gabaabduudha... !!
Irra waliif dabraa,
waan dandeettaniin Wal moggaa dhaabadhaa,
Wal galateeffadhaa,
walin jibbinaa Wal jaaladhaa,
seeqadhaa...,
Feth jedhaa gammachuun jiraadhaa,
โNama hundaafuu gaarii tahii jiraadhu...gaafa addunyaa tanatti nagaa dhaamattee, wantoota kana hundaaf yeroo dhabdutu dhufa waan taheef...!!
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Irra waliif dabraa,
waan dandeettaniin Wal moggaa dhaabadhaa,
Wal galateeffadhaa,
walin jibbinaa Wal jaaladhaa,
seeqadhaa...,
Feth jedhaa gammachuun jiraadhaa,
โNama hundaafuu gaarii tahii jiraadhu...gaafa addunyaa tanatti nagaa dhaamattee, wantoota kana hundaaf yeroo dhabdutu dhufa waan taheef...!!
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
โ โ Obboleewwan keenya kan kiristaanaa โ jechi jettu takka, namoota baay'ee yeroo haasahan afaanii ni baati... Ani bira dabree sheekkolee gurguddoo comparative irratti da'awaa godhร n irraan arge...
Mee yaada kana bifa kamiin ilaatu isin ? isin hoo isin mudatee beekaa ?

#Areeda
โ Rifeensi areedaa Kuni bu'aa hedduu uf keessaa qaba. Isaan keessaa inni tokko dhiiraa fi dubartii addaan baasuudha...!!
ยซุดุนุฑ ุงููุญูุฉ ููู ู ูุงูุน ูู ููุง ุงูุชู ููุฒ ุจูู ุงูุฑุฌุงู ูุงููุณุงุกยป.
๐ Gadaa dhiiraaf dubartii addaan baasuun ulfaatu keessa jirra waan taheef...sunnaa areedaa tana jabeessaa...๐
#Ibnul_Qayyim [ Attibyaan (747) ]
[ุงูุชููุจูุงู ูู #ุงุจู_ุงูููู (ูงูคูง)].
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ Rifeensi areedaa Kuni bu'aa hedduu uf keessaa qaba. Isaan keessaa inni tokko dhiiraa fi dubartii addaan baasuudha...!!
ยซุดุนุฑ ุงููุญูุฉ ููู ู ูุงูุน ูู ููุง ุงูุชู ููุฒ ุจูู ุงูุฑุฌุงู ูุงููุณุงุกยป.
๐ Gadaa dhiiraaf dubartii addaan baasuun ulfaatu keessa jirra waan taheef...sunnaa areedaa tana jabeessaa...๐
#Ibnul_Qayyim [ Attibyaan (747) ]
[ุงูุชููุจูุงู ูู #ุงุจู_ุงูููู (ูงูคูง)].
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
โ Matadureen barnoota keenya guyyaa hardhaa waa'ee areeda haaduutiin walqabata...!
Matadureen guyyaa hardhaatiif isiniif qabanne, asumarratti goolabama waan taheef, hunduu galatoomaa jenneerra..... ๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Matadureen guyyaa hardhaatiif isiniif qabanne, asumarratti goolabama waan taheef, hunduu galatoomaa jenneerra..... ๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Baatiin amma keessa jirru Kuni maal jedhama ?
Baatii kana maaltu baatiiwwan hafan irraa adda godhร beektuu ?

โ Gammachuudhaan jiraachuun waan baay'ee dansaadha... garuu ilma namaa hundaaf gammachuu hawwuuun immoo, hundaa ol dansaadha....!!
Bakkuma jirtanitti gammadaa jiraadhaa..... !!
@tafak_or

-
ุงููููู ู ุฃุญุณูู ุนุงููุจุชูุง ูู ุงูุฃู ูุฑู ูููุงุ ููุฃุฌูุฑูุง ู ูู ุฎูุฒู ุงูุฏูููุง ููุนุฐุงุจู ุงูุขุฎุฑุฉ.

โ๏ธ Ilkaan kankee harka bitaatiin moo harka mirgaatiin rigachuu/siwaakachuu qabda_?
Anonymous Poll
20%
A) Bitaadhaan
85%
B) Mirgaan
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
โ๏ธ Ilkaan kankee harka bitaatiin moo harka mirgaatiin rigachuu/siwaakachuu qabda_?
A) Harka bitaatiin rigattee, Ilkaan karaa mirgaa irraa eegalta moo...!!
B) Harka mirgaatiin rigattee, Ilkaan karaa bitaa irraa eegaluu qabda...!!
https://www.tg-me.com/tafak_or
B) Harka mirgaatiin rigattee, Ilkaan karaa bitaa irraa eegaluu qabda...!!
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
#Astagfirullaah....
โ Hunduu dogoggora kankee eega Rabbiin qofatu Towbaa sirraa eega....
kanaafuu Astagfirullaah heddummeessaa....!!

โ Addunyaa tana gubbatti wantoota ilmi namaa barbaadu keessaa guddaa kan jedhamu, yaanni isaa isaaf guuttamuudha.
Aakiraa keessattis Irra guddaan wanti ilmi namaa barbaadu araarama Rabbiitiin badhaafamuudha....
โ Lamaan isaaniituu Salawaata Ergamaa Rabbii irratti buusuu keessatti walitti namaaf qabamti jedhan...
Salaawanni yaada kankee siif guutti, Araarama Rabbii akka argattuufis karaa siif saaqxi.
Mee namoonni lamaanuu barbaaddan Ergamaa Aalamaa irratti Salawaata buusaa...
ุงูููู ุตู ูุณูู ุนูู ูุจููุง ู ุญู ุฏ ุตูู ุงููู ุนููู ูุณูู
Share ๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Aakiraa keessattis Irra guddaan wanti ilmi namaa barbaadu araarama Rabbiitiin badhaafamuudha....
โ Lamaan isaaniituu Salawaata Ergamaa Rabbii irratti buusuu keessatti walitti namaaf qabamti jedhan...
Salaawanni yaada kankee siif guutti, Araarama Rabbii akka argattuufis karaa siif saaqxi.
Mee namoonni lamaanuu barbaaddan Ergamaa Aalamaa irratti Salawaata buusaa...
ุงูููู ุตู ูุณูู ุนูู ูุจููุง ู ุญู ุฏ ุตูู ุงููู ุนููู ูุณูู
Share ๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ุชูุงูุฉ ุฎุงุดุนุฉ ุจุตูุช ุงููุงุฑุฆ ุณุนุฏ ุงูุณุจูุนู
<unknown>
ุชูุงูุฉ ุฎุงุดุนุฉ ู
ู ุงูุขูุฉ 21 ุฅูู ุขุฎุฑ ุณูุฑุฉ ุงูุฃุญูุงู
ุจุตูุช ุงููุงุฑุฆ ุณุนุฏ ุงูุณุจูุนู
ุงูููู ุงููุนูุง ูุงุฑูุนูุง ุจุงููุฑุขู ุงูุนุธูู
Yoo dhaggeeffattee kaate share gochuu hin sagatiin
https://www.tg-me.com/tafak_or
ุจุตูุช ุงููุงุฑุฆ ุณุนุฏ ุงูุณุจูุนู
ุงูููู ุงููุนูุง ูุงุฑูุนูุง ุจุงููุฑุขู ุงูุนุธูู
Yoo dhaggeeffattee kaate share gochuu hin sagatiin
https://www.tg-me.com/tafak_or
#Jirtuu....
โ Namoonni hanga feete jireenyi duniyaa tuni isaanitti jabaattus, isin namatti hin jajjabaanne sunneen... akkam nagaa jirtuu...!!
โ Irra hedduun namaa jireenya wajjiin sitti jijjiirama...yoo itti tolte si dubbisa, yoo dabbarte sirraa fagaata...
Faallaa kanaa gariin yoo itti tolte sirraa fagaatee, yoo hammaatteen sitti dhihaata rakkoo isaa sana qofa furachuudhaaf...
โ Kan yeroo itti toltee fi itti baddellee sirraa hin fagaanne yoo qabaatte, miila keetitti hidhadhuun akka si jalaa hin banneef....!!
Anaa jiraatu.....!!
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ Namoonni hanga feete jireenyi duniyaa tuni isaanitti jabaattus, isin namatti hin jajjabaanne sunneen... akkam nagaa jirtuu...!!
โ Irra hedduun namaa jireenya wajjiin sitti jijjiirama...yoo itti tolte si dubbisa, yoo dabbarte sirraa fagaata...
Faallaa kanaa gariin yoo itti tolte sirraa fagaatee, yoo hammaatteen sitti dhihaata rakkoo isaa sana qofa furachuudhaaf...
โ Kan yeroo itti toltee fi itti baddellee sirraa hin fagaanne yoo qabaatte, miila keetitti hidhadhuun akka si jalaa hin banneef....!!
Anaa jiraatu.....!!
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
โ Guyyatti qur'aana fuula lamaa qofa dubbisuuf wanti nama daangeessaa maaltu jira mee..!
Yeroo kankeetirraa daqiiqaa lama qofa sirraa fudhata, sa'aatii meeqaa ol social media gubbatti gubaa, garuu daqiiqaa lamaa qofa qur'aanaaf kennuun akkamitti sitti ulfaata....!!
๐