โ Islaamummaa keessa sabummaa fi biyyummaa wanti jedhu hin jiru....!
hanga gandummaan keessa kee jirtu atiif islaamummaan ollaadha malee maatii tokkoo miti.

#Zakaa_Fixrii
1) Ibaadaa Rabbitti dhihaataniin keessaa ishee tokkoodha..!
2) Zakaan fixrii sadaqaa sooma furuudhaan namatti wajjabduudha...
3) Zakaan fixrii Sababa lamaaf karaa godhamte/ dhufte. isaanis:
1ffaa: nama soome ibaadaa isaa qulqulleessuuf...
2ffaa: Guyyaa Iidaa sana miskiinota nyaachisuuf...!
4) Zakaan fixrii Ramadaanaaf akka fakkenya Sujuuda Sahwii/ sujuuda daguu salaataaf...
Akkuma Sujuudni Sahwii salaata qurcu, Zakaan fixriis waan nuti sooma keessatti hirdhisne ykn dogoggorre nuuf guuta...!
5) Kaayyoon Zakaa fixrii maali___?
Miskiinotaaf baldhisuu,
Rakkattootaa fi hiyyeeyyii deeggaruu,
Miskiinonni akka guyyaa Iidaa harka nama Jala hin qabanne gochuudha...!
Guyyaa gammachuutiin akka hin gaddine taasisuudha...!
6) Zakaan fixrii muslima hundarrattuu dirqama...!
7) #itti_fufa....
Join๐
https://www.tg-me.com/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf

Yaa Allaah......
โ Maaltu beeka waan ati yeroo dheeraaf hawwaa turtee fi kadhaataa turte, Rabbiin baatii ulfaattuu tana keessa deebii siif kennuun Surprise si godhuus danda'a....!
Allaaaah... ๐คฒ

#Halkan_29ffaa...
โ Rabbiin warra hoongoo keessaa galuu mitii, warra boojuu guddaadhaan galu isin haa taasisu....
Aamiin jedhi ๐คฒ
โ Rabbiin warra hoongoo keessaa galuu mitii, warra boojuu guddaadhaan galu isin haa taasisu....
Aamiin jedhi ๐คฒ
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
#Zakaa_Fixrii 1) Ibaadaa Rabbitti dhihaataniin keessaa ishee tokkoodha..! 2) Zakaan fixrii sadaqaa sooma furuudhaan namatti wajjabduudha... 3) Zakaan fixrii Sababa lamaaf karaa godhamte/ dhufte. isaanis: 1ffaa: nama soome ibaadaa isaa qulqulleessuuf... 2ffaa:โฆ
#Zakaa_fixrii (#7ffaa.....12ffaa)
7) Soomee, soomuu baatus, xiqqaa tahee nama guddaa taatus; hanga daa'ima araashiin baatutti... osoo dubartii baatii guutuu sooma malee dhiiga dhalaatiin baatellee taatee Zakaan fixrii irratti waajiba.
8) Ulfa garaa jiru irraa Zakaa baasuun dirqamaa miti... garuu yoo baasan homaa rakkoon qabu.
9) Galgala gaafa aduun xumura Ramadaanaa gadi seente sanirraa kaasee namarratti wajjaba.
#Hubachiisa: Namni seensa aduu Ramadaanaa dura fuudhe yookiin Islaamummaa qabate yookiin daa'ima argate... Zakaa kennuu qaba ykn irraa baafama.
Seensa aduu booda taanaan garuu homaa irra hin jiran.
10) Namni osoo yeroon waajibummaa zakaa isa hin dhaqqabin dura du'e Zakaan irra hin jirtu...
Kan erga yeroon seenee du'e immoo qabeenya isaa irraa kafalama...!
11) Zakaan fixrii akka Zakaa kaanii sana hanga hin qabu. kana jechuun:
Waan nyaattu qabaannaan, akkasuma waan oolmaa guyyaa iidaatiif malu kan sii fi maatii keetiif gahu manaa qabaannaan, waan Sanaa olii irraa Zakaa kennuu qabda.
12) Namni muslimaa tokko nama qallabni isaa irra jiru hundarraahuu ni baasa.ufirraa fi haadha manaa isaa irraallee-yoo isiin qabeenya qabaatte-irraa baasa.
Ijoolleen isaas hiyyeeyyii yoo tahanii fi haadhaa fi abbaan isaas hiyyeeyyii taanaan irraa baasuun qaba.
Mucattii isaas tan heerumtee garuu jaarsaan walitti hin dabalamnes irraa baasuun qaba.
13) Ilmi isaa dureessa taanaan irraa baasuun dirqamaa miti.
14) Jaartii isaa tan takka qofa ykn lama qofaan xalaaqes irraa baasuu qaba. yoo tan sadihiin xalaaqamte taate irraa hin baasu.
#15ffaa....itti fufa
Share ๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
7) Soomee, soomuu baatus, xiqqaa tahee nama guddaa taatus; hanga daa'ima araashiin baatutti... osoo dubartii baatii guutuu sooma malee dhiiga dhalaatiin baatellee taatee Zakaan fixrii irratti waajiba.
8) Ulfa garaa jiru irraa Zakaa baasuun dirqamaa miti... garuu yoo baasan homaa rakkoon qabu.
9) Galgala gaafa aduun xumura Ramadaanaa gadi seente sanirraa kaasee namarratti wajjaba.
#Hubachiisa: Namni seensa aduu Ramadaanaa dura fuudhe yookiin Islaamummaa qabate yookiin daa'ima argate... Zakaa kennuu qaba ykn irraa baafama.
Seensa aduu booda taanaan garuu homaa irra hin jiran.
10) Namni osoo yeroon waajibummaa zakaa isa hin dhaqqabin dura du'e Zakaan irra hin jirtu...
Kan erga yeroon seenee du'e immoo qabeenya isaa irraa kafalama...!
11) Zakaan fixrii akka Zakaa kaanii sana hanga hin qabu. kana jechuun:
Waan nyaattu qabaannaan, akkasuma waan oolmaa guyyaa iidaatiif malu kan sii fi maatii keetiif gahu manaa qabaannaan, waan Sanaa olii irraa Zakaa kennuu qabda.
12) Namni muslimaa tokko nama qallabni isaa irra jiru hundarraahuu ni baasa.ufirraa fi haadha manaa isaa irraallee-yoo isiin qabeenya qabaatte-irraa baasa.
Ijoolleen isaas hiyyeeyyii yoo tahanii fi haadhaa fi abbaan isaas hiyyeeyyii taanaan irraa baasuun qaba.
Mucattii isaas tan heerumtee garuu jaarsaan walitti hin dabalamnes irraa baasuun qaba.
13) Ilmi isaa dureessa taanaan irraa baasuun dirqamaa miti.
14) Jaartii isaa tan takka qofa ykn lama qofaan xalaaqes irraa baasuu qaba. yoo tan sadihiin xalaaqamte taate irraa hin baasu.
#15ffaa....itti fufa
Share ๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
#Zakaa_Fixrii....
15) Ilmi waan uf danda'ee jiraatuun isumatu Zakaa ufirraa baasa.... garuu abbaanis yoo irraa baase homaa rakkoon qabu.
keessattuu abbaan yoo ijoollee isaa irraa waggaa waggaan baasuu aadeffate...hanga fedhan hujii qabaatanis...waan aadeffate sana akkasumatti itti fufuu qaba.
16) Nama fixrii irraa baasuun sirra hin jirre tokko irraa baasuun duratti jalqaba hayyama nama sana gaafachuu qabda.
17) Abbaan qabeenyaa tokko, hojjattoota isaa kan muslimaa irraa baasuu dirqama hin qabu. garuu yoo arjoomuu barbaade ni danda'a...
Garuu dubbiin Niyyaa gaafata waan taheef... akka isaan niyyataniif itti himuu qaba.
18) Namni yatiima qarqaaru tokko Zakaa irraa baasuu hin danda'u.
Zakaan qabeenya yatiimaa keessaa baafama. yoo isaan qabeenya hin qabne imoo aanaa isaattu isarraa baasa.
19) Hangi zakaadhaa nyaatarraa kooboo takka...ykn ganaa/muddii 4 nama harki isaa giddu galeessa taheen....
#20ffaa).... itti fufa๐

#Hubachiisa : Zakaan waan nyaatamu irraa baafama... mallaqarraa Zakaa fixrii baasuun hin tahu.
#Dogongora.....
โ Dogoggora Zakaa fixrii keessaa... nyaata keessaa isa hirdhinna qabu yookiin kan nyaatuufis namaa hin tolle (Garbuu ykn qamadii qorri dhahe) baasuu....
โ Yoo kennattan waan gaarii kennadhaa. Rabbiin keenya gaariidha, gaarii malee namarraa hin qeebalu.
๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ Dogoggora Zakaa fixrii keessaa... nyaata keessaa isa hirdhinna qabu yookiin kan nyaatuufis namaa hin tolle (Garbuu ykn qamadii qorri dhahe) baasuu....
โ Yoo kennattan waan gaarii kennadhaa. Rabbiin keenya gaariidha, gaarii malee namarraa hin qeebalu.
๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
#Yaadachiisa.
โ Yeroo uffata Iidaa ijoollee teetii fi jaartii teetiif bituuf gabaa baatu... ishee/isa yeroo Iidaa hunda uffata siif bitaa turte/ture sanis hin dagatin kaa....!
@tafak_or

#BreakingNews
๐ซ Baatiin Shawwaal harra waan hin mulโatiniif, guyyaan Iid al Fixr, Arbi'aa ykn Roobii April 10,2024 taโa.
แแ แแ แแ แฐแจแแแงแแข
https://www.tg-me.com/tafak_or
๐ซ Baatiin Shawwaal harra waan hin mulโatiniif, guyyaan Iid al Fixr, Arbi'aa ykn Roobii April 10,2024 taโa.
แแ แแ แแ แฐแจแแแงแแข
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
โ Zakaa fixrii masjidaan ijaaruu fi dhaabbata keeyrii adda addaa keessa oolchuun hin barbaachisu..!
@tafak_or
@tafak_or
#Ramadaanni_galuuf....
โ Namni soomu nama qofa hamachuu baannaan osoo firaasha isaa irrallee ciisaa oolee ibaadaa irra jira jedhan #Ibnu_Rajab.
Baatii akkanaa tanatu nu biraa galaa jira... ๐ข
Rabbiin nurraa haa jaalatu.
๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ Namni soomu nama qofa hamachuu baannaan osoo firaasha isaa irrallee ciisaa oolee ibaadaa irra jira jedhan #Ibnu_Rajab.
Baatii akkanaa tanatu nu biraa galaa jira... ๐ข
Rabbiin nurraa haa jaalatu.
๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
โ Nama lama du'aa'ii keessaniin hin dagatinaa. isaanis:
Kan fuudha dhabee fi,
kan fuudhee ilma dhabe.... ๐คฒ
@tafak_or
Kan fuudha dhabee fi,
kan fuudhee ilma dhabe.... ๐คฒ
@tafak_or
Muslimoonni ayyaana Iida fixrii yeroo jalqabaaf bara kam salaatan___?
Anonymous Quiz
65%
A) Hijraa irraa waggaa 2ffaa
21%
B) Hijraa irraa waggaa 3ffaa
15%
C) Hijraa irraa waggaa 5ffaa
โ Rabbiin ifaajee teenna fuulaan nun dhahin..... ๐ข
#Ramadaana_30ffaa
(Guyyaa akkanaa ifaan nurraa dhaame....)
โ Hayyuuun guddaan addunyaa tanaa... #Imaamul_Bukaariin akka guyyaa hardhaa tana Ramadaana 30ffaa, hijraa irraa waggaa 256 addunyaa kanarraa godaanan.
โ Ifaan addunyaadhaa abbaan Kitaaba Sahiiha Bukaarii, (#Muhammad binu Isma'il binu Ibrahim binu Mugiiraa) kan Imamul_Bukaarii jedhamuun beekkamu guyyaa akkanaa kana keessa du'an.
โ Bukaariin mataa warra hadiisa odeessuuti... seenaa keessatti namni hanga isaa waa sammutti qabaachuu danda'uu fi Hadiisa Rasuulaa qindeessuu danda'u takkaa hin galmoofne.
โ Haala mijataa keessa jiraachuu dhabuu isaanii wajjiin... obsaa fi dandeettii bareedaa Rabbiin isaanii kenneen addunyaa kanaaf wantoota gurguddaa gumaachaniiru.
Seenaa Imaamaa guyyaa biraa isiniif hima... Rabbiin Rahmata isaaniif haa godhu.
@Ibro๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
(Guyyaa akkanaa ifaan nurraa dhaame....)
โ Hayyuuun guddaan addunyaa tanaa... #Imaamul_Bukaariin akka guyyaa hardhaa tana Ramadaana 30ffaa, hijraa irraa waggaa 256 addunyaa kanarraa godaanan.
โ Ifaan addunyaadhaa abbaan Kitaaba Sahiiha Bukaarii, (#Muhammad binu Isma'il binu Ibrahim binu Mugiiraa) kan Imamul_Bukaarii jedhamuun beekkamu guyyaa akkanaa kana keessa du'an.
โ Bukaariin mataa warra hadiisa odeessuuti... seenaa keessatti namni hanga isaa waa sammutti qabaachuu danda'uu fi Hadiisa Rasuulaa qindeessuu danda'u takkaa hin galmoofne.
โ Haala mijataa keessa jiraachuu dhabuu isaanii wajjiin... obsaa fi dandeettii bareedaa Rabbiin isaanii kenneen addunyaa kanaaf wantoota gurguddaa gumaachaniiru.
Seenaa Imaamaa guyyaa biraa isiniif hima... Rabbiin Rahmata isaaniif haa godhu.
@Ibro๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
โ Dadhabbiin yeroo ati taraawiha dhaabbataa turte sitti dhagahamu sun eessa dhaqe amma__!?
Amma sitti dhagahamaa jiraa!?
Argitee dadhabbiin yeroof sitti dhagahamaa ture sun deemee jira.... garuu Ajriin inshallah siif barraahee jira.
โ Argitee akkuma kana cinqaa fi rakkoon jireenya duniyaa gaafuma ati asirraa deemtee fi miila kee Jannata keessa ol kaahatte sirraa deemti...