This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Baga geessan....
ุนูุฏ ุณุนูุฏ
ุนูุฏ ุณุนูุฏ
Ayyaana Sooma Hiikaa (Iid-Al-Faxirii) Kan Waggaa 1445ffaa Baga Waliin Nu Gahe!
-----------
Hordoftoota Amantaa Musliimaa biyya keessaafi ala jiraattan hundaan, Jiโa Ramadaanaa. xumuurtanii ayyaana sooma hiikaa Eid Al-Faxirii kan bara 1445ffaan baga isin gahe, warra baranaa, kan bara hegeree nu haa taasisu jechaa, ayyaanni kun kan nagaa, gammachuu, milkii, jaalalaafi Tokkummaa hunda keenyaaf akka ta'u hawwiin qabu ibsa.
Eid Mubarak Baga Ittiin nu gehe
ุชูุจู ุงููู ู ูุง ูู ููู ุตุงูุญ ุงูุฃุนู ุงู
@Ibro.... Maatii Tafakkur hundaaf
https://www.tg-me.com/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf

โ Warroonni haala gaariidhaan uffattanii, Maatii fi hiriyyoottan keessan wajjiin erga salaattanii booda suuraa post gootan.... warroota uffata hin qabne; yatiimaa haadhaa fi Abbaa ykn hiriyyaa hin qabne akka qalbiin hin cabneef jecha... irraa uf qusadhaa...!
โ Ilma namaa ta'ee guyyaa hundaa balaa sadiin kanaan kan hin mokkaramne inuma hin jirre. garuu namni irraa gorfamu hin jiru malee...
1) Umriin isaa guyyaa guyyaadhaan hirdhataatuma dhufaa jira.. garuu nu waan dabalaa dhufu nutti fakkaata..
2) Guyyaa hundaa Rizqii Rabbii nyaataa oolta.... halaala taatu irraa gaafatamta... Haraama taanaan irratti adabamta..
3) Guyyaa hundaa hamma wahii duniyaa irraa fagaataa... hamma wahii aakiratti dhihaataa deemaa jirra... garuu kan Aakiraa yaadatu muraasa.
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
1) Umriin isaa guyyaa guyyaadhaan hirdhataatuma dhufaa jira.. garuu nu waan dabalaa dhufu nutti fakkaata..
2) Guyyaa hundaa Rizqii Rabbii nyaataa oolta.... halaala taatu irraa gaafatamta... Haraama taanaan irratti adabamta..
3) Guyyaa hundaa hamma wahii duniyaa irraa fagaataa... hamma wahii aakiratti dhihaataa deemaa jirra... garuu kan Aakiraa yaadatu muraasa.
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
Sadarkaa Waa barachuun qabu.aac
6.2 MB
Garee barnootaa eegaluuf.....asiin Seenaa warri What's App qabdan
https://chat.whatsapp.com/ELwnjXVFjrvFtwzFNQXd2r

โ Galgala sa'aatii 3:00 booda marii qabna
...ammuma join godhaa what's App ๐
https://chat.whatsapp.com/ELwnjXVFjrvFtwzFNQXd2r
...ammuma join godhaa what's App ๐
https://chat.whatsapp.com/ELwnjXVFjrvFtwzFNQXd2r
WhatsApp.com
Barnoota Islaamaa
WhatsApp Group Invite
Waa'ee #Shawwaal....
1) Baatiin shawwaal baatii barakaati.... jalqaba baatii hajjiitis..
Baatii tana keessa namni I'itikaafni jala tare... qadaa kafala.
baatii fuudhaa fi heerumaati...
2) Soomni shawwaal sooma sunnaa namni muslima tahe kamuu soomuu qabuudha.. sooma Ajriin isaa guddaati.
3) Namni Ramadaana booda guyyoota jahan tana soome akka waan waggaa guutuu soomeetti isaaf herreegama.
4) Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wasallam) Hadiisa lakk. 3 kana yeroo ibsan akkana jedhan:
Namni baatii Ramadaanaa soome akka nama baatii 10 soomeetti isaaf hirreegama. namni guyyoota jahan shawwaal soome immoo akka waan nama baatii 2 soomeetti isaaf herreegama... walumagalatti waggaa takka soome jechuudha.
5) Shawwaal soomuunis akkuma toltuuwwan biroo kudhan kudhaniin namaaf hirreegamaa silaa... shawwaaliin maaltu adda godha___? nama jechuuf deebiin;
Shawwaal Akka nama waajiba soomeetti namaaf herreegama.
6) Faayidaa Shawwaal keessaa... Rabbiin waan ati Ramadaana keessa hirdhifte baatii tanaan itti siif guuta... bakka waajiba hirdhisne Rabbiin sunnaadhaan namaaf guuta.
7) Shawwaal soomutu dursa moo Qadaa Ramadaanaa kafaluudha___?
#itti_fufa...
Join๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
1) Baatiin shawwaal baatii barakaati.... jalqaba baatii hajjiitis..
Baatii tana keessa namni I'itikaafni jala tare... qadaa kafala.
baatii fuudhaa fi heerumaati...
2) Soomni shawwaal sooma sunnaa namni muslima tahe kamuu soomuu qabuudha.. sooma Ajriin isaa guddaati.
3) Namni Ramadaana booda guyyoota jahan tana soome akka waan waggaa guutuu soomeetti isaaf herreegama.
4) Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wasallam) Hadiisa lakk. 3 kana yeroo ibsan akkana jedhan:
Namni baatii Ramadaanaa soome akka nama baatii 10 soomeetti isaaf hirreegama. namni guyyoota jahan shawwaal soome immoo akka waan nama baatii 2 soomeetti isaaf herreegama... walumagalatti waggaa takka soome jechuudha.
5) Shawwaal soomuunis akkuma toltuuwwan biroo kudhan kudhaniin namaaf hirreegamaa silaa... shawwaaliin maaltu adda godha___? nama jechuuf deebiin;
Shawwaal Akka nama waajiba soomeetti namaaf herreegama.
6) Faayidaa Shawwaal keessaa... Rabbiin waan ati Ramadaana keessa hirdhifte baatii tanaan itti siif guuta... bakka waajiba hirdhisne Rabbiin sunnaadhaan namaaf guuta.
7) Shawwaal soomutu dursa moo Qadaa Ramadaanaa kafaluudha___?
#itti_fufa...
Join๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
๐
ุงูุณูุงู ุนูููู ูุฑุญู ุฉ ุงููู ูุจุฑูุงุชู..
ู ุณุงุก ุงูุฎูุฑุงุช ูุงูุจุฑูุงุช ูุง ุฃูู ุงูุญุฏูุซ ูู ุชุงุจุนู ููุงุฉ #ุชููุฑ ๐ค..
ุงุณุฃู ุงููู ุชุนุงูู ุฃู ูุฌุนู ุฃููุงุชูู ู ููุฆุฉ ุจุงููุฑุญ ูุงูุณุฑูุฑ๐.
ุงูุชุชุญุช ููุงุฉ ุฎุงุตุฉ ูู:
ููุฏุฑูุณ ุงูุฅุณูุงู ูุฉ ุจุงููุบุฉ ุงูุฃุฑูู ูุฉุ ููู ูู ุณุงุนุฏุชูู ูู ู ุงุชุฑูุฏููู ู ูู ู ู ูุงุญูุฉ ุงูุนููู ุงูุดุฑุนูุฉ ูู ุงูุฎุต ุงูุนููุฏุฉ ูุงูุญุฏูุซ....... ูุงุณุฃู ุงููู ุชุนุงูู ุงูุนูู ูุงูุณุฏุงุฏ ูู ุฐูู..
ูุฃูููุง ูุณูููุง ุจุงูุฌู ูุนโฆ
https://chat.whatsapp.com/ELwnjXVFjrvFtwzFNQXd2r
ุงูุณูุงู ุนูููู ูุฑุญู ุฉ ุงููู ูุจุฑูุงุชู..
ู ุณุงุก ุงูุฎูุฑุงุช ูุงูุจุฑูุงุช ูุง ุฃูู ุงูุญุฏูุซ ูู ุชุงุจุนู ููุงุฉ #ุชููุฑ ๐ค..
ุงุณุฃู ุงููู ุชุนุงูู ุฃู ูุฌุนู ุฃููุงุชูู ู ููุฆุฉ ุจุงููุฑุญ ูุงูุณุฑูุฑ๐.
ุงูุชุชุญุช ููุงุฉ ุฎุงุตุฉ ูู:
ููุฏุฑูุณ ุงูุฅุณูุงู ูุฉ ุจุงููุบุฉ ุงูุฃุฑูู ูุฉุ ููู ูู ุณุงุนุฏุชูู ูู ู ุงุชุฑูุฏููู ู ูู ู ู ูุงุญูุฉ ุงูุนููู ุงูุดุฑุนูุฉ ูู ุงูุฎุต ุงูุนููุฏุฉ ูุงูุญุฏูุซ....... ูุงุณุฃู ุงููู ุชุนุงูู ุงูุนูู ูุงูุณุฏุงุฏ ูู ุฐูู..
ูุฃูููุง ูุณูููุง ุจุงูุฌู ูุนโฆ
https://chat.whatsapp.com/ELwnjXVFjrvFtwzFNQXd2r
WhatsApp.com
Barnoota Islaamaa
WhatsApp Group Invite
#Firdowsii_addunyaa turte....
(@Indonesia.....)
Ijoollee keessan gurra buusaa...
โ Biyyi #Indonesia ykn #Andalus/Spain jedhamtu.... waggaa 800 oliif biyya islaamaa akka turte.
โ Biyyi amma harka diinaatti deebite tun... akkuma Masrii; Magribii;Shaam/sooriyaa fi Iraaqii qabeenya muslimtoota akka turte ijoollee gurra buusaa mee..!
โ Wanti Indonesia keessatti raawwatame ammaan tana gazzaa fi filisxeen keessatti akka muldhataa jiru itti himaa... ijoollee barsiisaa...!
โ Sababni Indonesian harka diinaatti kufteef.... hardhas Irra deddeebi'ee ummata muslimaa keessatti muldhataa jiraa, kan gadaa sanaa caala amma hammaatee jiraa.... ufii silaa dagataa jirtuu.. mee ijoollee keessanitti himaa...!
โ Warri gaafa sana Spain fi Indonesia kuffise sun hardhas biyya teenyaa fi biyyoota biraas hedduu kuffisaa jiraa.... dhaloota dhufaa jirtutti naa himaa...!!
โ Indonesiaan madda qarominna ummata Islaamaa akka taate itti naaf himaa...!
qarominni hardha bahaa dhiha keessa gahe kun.... Andalusii fi Spain irraa akka daraare itti naa himaa....!
Biyyi harka diinaatti jirtu tun, biyya addunyaa guutuu.. keessattuu Europen dukkana wallaalaa keessaa baastee akka addunyaatti ol bahan gooteedha.
@Ibro
Eessaa dhufne? eessatti kufne akkanatti?
Rabbiin nuuf yaa birmatu๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
(@Indonesia.....)
Ijoollee keessan gurra buusaa...
โ Biyyi #Indonesia ykn #Andalus/Spain jedhamtu.... waggaa 800 oliif biyya islaamaa akka turte.
โ Biyyi amma harka diinaatti deebite tun... akkuma Masrii; Magribii;Shaam/sooriyaa fi Iraaqii qabeenya muslimtoota akka turte ijoollee gurra buusaa mee..!
โ Wanti Indonesia keessatti raawwatame ammaan tana gazzaa fi filisxeen keessatti akka muldhataa jiru itti himaa... ijoollee barsiisaa...!
โ Sababni Indonesian harka diinaatti kufteef.... hardhas Irra deddeebi'ee ummata muslimaa keessatti muldhataa jiraa, kan gadaa sanaa caala amma hammaatee jiraa.... ufii silaa dagataa jirtuu.. mee ijoollee keessanitti himaa...!
โ Warri gaafa sana Spain fi Indonesia kuffise sun hardhas biyya teenyaa fi biyyoota biraas hedduu kuffisaa jiraa.... dhaloota dhufaa jirtutti naa himaa...!!
โ Indonesiaan madda qarominna ummata Islaamaa akka taate itti naaf himaa...!
qarominni hardha bahaa dhiha keessa gahe kun.... Andalusii fi Spain irraa akka daraare itti naa himaa....!
Biyyi harka diinaatti jirtu tun, biyya addunyaa guutuu.. keessattuu Europen dukkana wallaalaa keessaa baastee akka addunyaatti ol bahan gooteedha.
@Ibro
Eessaa dhufne? eessatti kufne akkanatti?
Rabbiin nuuf yaa birmatu๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
โ Europe kana keessatti namoota hedduu Ramadaana keessa fayyaan jedhee abdii irratti horadhee ture.... barii guyyaa Iidaa sana mana dhugdoo fi shiishaatti arge.
Ani kan na dhibe namni Shawarii seenee qaama qulqulleeffate tokko... gadi bahe yeroma sana akkamitti dhoqqee keessa gangalata!?
Rabbiin isaan haa qajeelchu...!
Qaama qulqulleeffatte hin xureessinaa...!
๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Ani kan na dhibe namni Shawarii seenee qaama qulqulleeffate tokko... gadi bahe yeroma sana akkamitti dhoqqee keessa gangalata!?
Rabbiin isaan haa qajeelchu...!
Qaama qulqulleeffatte hin xureessinaa...!
๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
#Firdowsii_addunyaa turte.... (@Indonesia.....) Ijoollee keessan gurra buusaa... โ Biyyi #Indonesia ykn #Andalus/Spain jedhamtu.... waggaa 800 oliif biyya islaamaa akka turte. โ Biyyi amma harka diinaatti deebite tun... akkuma Masrii; Magribii;Shaam/sooriyaaโฆ
โ Dhalee dhalootaaf keennu
Haa himnuu seenaa irraa
Dhaloota lafaa dhufaa
Maaliin barsiisaa jirraa
Dhaloonni yoo ilaalu
Taatee har'a raawwatu
Isuma seenaa se'a
Isa darbe hin gaafatu
Kanaafuu seenaa baafnee
Haa barsiifnuu dhaloota
Islaamummaan bar maddaa
Tan beekkumsaaf hayyootaa
.....
Comment @Ahimad Huseen Gishee irraaa....
๐
https://www.facebook.com/ahimedhu.gishe

Facebook
Log in or sign up to view
See posts, photos and more on Facebook.
โ Nama akka waan beekne if beeku caala, kan waan beekne akka waan beeknes uf hin beeknetu irra heddummaata...!
โ Itoophiyaa keessa Sabaa fi sablammii heddu, akkasuma paartilee heddutu jiraata. Isaan keessaa paartii/dhaaba kamtu yookiin saba kamtu islaamummaaf dhaabbata jettee yaadda___?
Sabni islaamummaaf dhaabbatu; paartiin islaamummaa utubu yoo hin jiraanne.... duuba ati maaf ittiin uf yaamta ree....!!
Paartiin amantii keetiif ati itti amantu paartii kam?
Kantuudha๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Sabni islaamummaaf dhaabbatu; paartiin islaamummaa utubu yoo hin jiraanne.... duuba ati maaf ittiin uf yaamta ree....!!
Paartiin amantii keetiif ati itti amantu paartii kam?
Kantuudha๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ุงูุณูุงู
ุนูููู
ูุฑุญู
ู ุงููู ูุจุฑูุงุชู
โ Boru barnoota eegaluun dura gaafii 50 qophaahee jira... Namni gaafii sana deebise.... kutaa... 1.... 3 jiraa... kutaa 1ffaa irraa eegala...
kan gaafii sana hin deebisne.... baatii 3 leenjii fudhata.....
1) Maqaa guutuu
2) Iddoo jireenyaa
3) lakk...bilbilaa...
4) Kitaabota asiin dura qaraate...
warri hanga ammaa keessaan hin galmoofne (Inbox) galmaahaa๐
https://chat.whatsapp.com/ELwnjXVFjrvFtwzFNQXd2r
โ Boru barnoota eegaluun dura gaafii 50 qophaahee jira... Namni gaafii sana deebise.... kutaa... 1.... 3 jiraa... kutaa 1ffaa irraa eegala...
kan gaafii sana hin deebisne.... baatii 3 leenjii fudhata.....
1) Maqaa guutuu
2) Iddoo jireenyaa
3) lakk...bilbilaa...
4) Kitaabota asiin dura qaraate...
warri hanga ammaa keessaan hin galmoofne (Inbox) galmaahaa๐
https://chat.whatsapp.com/ELwnjXVFjrvFtwzFNQXd2r
WhatsApp.com
Barnoota Islaamaa
WhatsApp Group Invite
โ Ulmaa'iin.....
ูุฑูุน ุงููู ุงูุฐูู ุขู ููุง ู ููู ูุงูุฐูู ุฃูุชู ุงูุนูู ุฏุฑุฌุงุช.....
" Ulmaa'iin sadarkaa 700 namoota biroo irra caalan. garaagarummaan sadarkaa lamaan gidduu jiru deemsa waggaa 500ti..." Abdallaa binu Abbaas (Radiyallaahu anhu).
Darajaan tokko deemsa waggaa 500 kan nama gaafatu yoo tahe, darajaan 700 deemsa waggaa meeqaa nama gaafata___?!
Ati sadarkaa aalimaatti gahuuf waggaa meeqa imaluu qabda jechuudha....
Ulmaa'iin dhaaltu Anbiyaati jechuun salphaatti sitti hin fakkaatin...!!
Ulmaa'ii yoo baannu sheekkolee fi darasaa TikTok akka hin yaadanne....eennu akka tahan isiniif hima inshallah.
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
ูุฑูุน ุงููู ุงูุฐูู ุขู ููุง ู ููู ูุงูุฐูู ุฃูุชู ุงูุนูู ุฏุฑุฌุงุช.....
" Ulmaa'iin sadarkaa 700 namoota biroo irra caalan. garaagarummaan sadarkaa lamaan gidduu jiru deemsa waggaa 500ti..." Abdallaa binu Abbaas (Radiyallaahu anhu).
Darajaan tokko deemsa waggaa 500 kan nama gaafatu yoo tahe, darajaan 700 deemsa waggaa meeqaa nama gaafata___?!
Ati sadarkaa aalimaatti gahuuf waggaa meeqa imaluu qabda jechuudha....
Ulmaa'iin dhaaltu Anbiyaati jechuun salphaatti sitti hin fakkaatin...!!
Ulmaa'ii yoo baannu sheekkolee fi darasaa TikTok akka hin yaadanne....eennu akka tahan isiniif hima inshallah.
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ุฅูู
ุง ูุฎุดู ุงููู ู
ู ุนุจุงุฏู ุงูุนูู
ุงุก.....
" Gabroottan kiyyarraa warri na sodaatan ulmaa'ii qofa.... "
โ Iccitiin kanaa maaliif beektuu?
Namni hanguma waa'ee Rabbii isaa sirritti hubataa deemuun, hangasuma Rabbii isaa sirritti sodaataa dhufa....!
Rabbiin ulmaa'ii keenya bakkuma jiraniitti nuuf haa tiksu.. ๐คฒ
@tafak_or

โ Rabbiin nama keeyrii duniyaa fi Aakiraa isaaf fedhe diinii kana Isa barsiisa...!
ู ู ูุฑุฏ ุงููู ุจู ุฎูุฑุง ููููู ูู ุงูุฏูู....
โ Hadiisa Imamu Xabraaniin gabaase tokko keessatti akkana jedha:
"Namni keeyrii nama barsiisuuf ykn barachuuf qofa masjida deeme... ajrii nama Hajjii deemee hajjeettu isaaf qabama... "
โ Rabbiin Nabi Muhammad ( Sallallaahu aleyhi wasallam)
" Yaa Rabbi ilmii naa dabali" jedhii gaafadhu jedheen.....osoo wanti ilmii caalu jiraatee silaa Rabbiin Nabiyyii aalamaatiin gaafadhu jedhaan....!
๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
ู ู ูุฑุฏ ุงููู ุจู ุฎูุฑุง ููููู ูู ุงูุฏูู....
โ Hadiisa Imamu Xabraaniin gabaase tokko keessatti akkana jedha:
"Namni keeyrii nama barsiisuuf ykn barachuuf qofa masjida deeme... ajrii nama Hajjii deemee hajjeettu isaaf qabama... "
โ Rabbiin Nabi Muhammad ( Sallallaahu aleyhi wasallam)
" Yaa Rabbi ilmii naa dabali" jedhii gaafadhu jedheen.....osoo wanti ilmii caalu jiraatee silaa Rabbiin Nabiyyii aalamaatiin gaafadhu jedhaan....!
๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
Ilmii baradhaa...!
โ Ilmii qofa barachuunuu keeyrii Rabbiin biratti toltuu taatee namaaf galmoofti.
๐ bakka inni jiru barbaadanii, deemanii itti dhaquun mataan isaatuu ibaadaadha...!
๐ waan baratte sana deebitee waliin dubbisuun ykn qo'achuun akka tasbiihaatti laallama...!
๐ Ilmii barachuu fi wareegama isaaf barbaachisu kafaluun qabsoo ykn jihaada...!
๐ Ilmiin hiriyyaa yeroo kophaa keetii si booharsu... Isa maqoo baatee waan barbaadde itti himattuudha.