Telegram Web Link
Ramadaana guyyaa 9ffaa

โœ Kaayyoon Soomaa, Sodaa Rabbiin Aayata soomaa (....ู„ุนู„ูƒู… ุชุชู‚ูˆู†) jedhee ittiin goolabe sana argachuudha...
โœ Sodaa Rabbii horachuun; waa hunda keessatti Rabbiin eeggachuun; ajaja Rabbii fudhachuun; Rabbiin jaalachuu fi karaa Rabbii irra deemuun... hunduu kaayyoo Soomaa Jala seena.
โœ Nyaataa fi dhugaatii qofarraa soomuu yoo taate... eennullee nyaataa fi dhugaatii dhiisuu ni danda'a... garuu yoo soomte, ijaa fi gurri keetis haraamarraa soomuu qaba...!
โœ Yeroon ati sooma qabduu fi yeroon ati sooma hin qabnes si biratti tokko tahuu hin qabu... irra hedduun keenya osoo hin jijjiiramne Ramadaanni seenee keessaa baha...!
Rabbiin nu haa eegu...!

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Faaruun kan Rabbiiti.... akka isa gabbarruuf; akka isa galateeffannuu fi akka towbannuuf guyyaa haaraadhaan nu gahe...

#Alhamdulillaah
@tafak_or
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
#Badhaafamaa.... Suuraa Faatihaa keessa: ๐Ÿ‘‰ Arkaana Iimaanaa Jahan, ๐Ÿ‘‰ Arkaana Islaamaa shananii fi, ๐Ÿ‘‰ Gosoota Towhiidaa sadantu jira.... akkamitti____? Qarshii ๐Ÿ’ฏ... ykn Kaardii Abbaa qarshii 100 Deebisaa badhaafamaa... ๐Ÿ‘‡ https://www.tg-me.com/tafak_or
Namoonni Deebii kana argatan keessaa:
1) Said Sh/Muhammad Kadar
2) Abdulwehab Sa'id Huseen,
3) Musxe Abe
4) Huzeyfa Sa'id
5) Ummul keyri
6) Salad hamma wahii yaakee jira....
Badhaafamaan guyyaa hardhaa... kan jalqabarratti deebise....
@Said Sh/Muhammad Kadar...

Badhaasas ergeefii isiniif maxxansa..
Hunduu waan hirmaattaniif galatoomaa.....
Suuraa Faatihaa keessa Arkaana Islaamaa; Arkaana Iimaanaa fi Ihsaanaattu jira....


Deebiidhaaf... hardha galgala nu eegaa.... inshallah
#Faatihaa_fi_Arkaana_islaamaa
โœ Faatihaa keessa Maqaan Rabbii keenyaa (Subhaanahu wata'ala) 5 jira. Shananuu Arkaana Islaamaatti qajeelcha.
1) Alhamdulillaah... (lillaahiin) mallattoo laa ilaaha Illallaah uf keessaa qaba...
2) Rabbil Aalmiin ..... (Rabbi) Salaataaf ...
3) Arrahmaan Zakaadhaaf..
4) Arrahiim Soomaaf...
5) Maaliki yoomiddiin.... Hajjiidhaaf....
Maqoonni Rabbii kunneen hunduu Arkaana islaamaatiin wal gala...

โœ Mee koottaa baldhinnaan haa ilaalluu...!
#1ffaa: Allaah....
๐Ÿ‘‰ Fakkeenyaaf namni islaamummaa seenuu barbaadu tokko... osoo laa ilaaha illa____? A) Rahmaan; B) Maalik, C) Rabb; D) Allaah... bakka duwwaa sana yoo qubee D guute malee islaamummaa seenuu hin danda'u...
Kanaafuu Alhamdulillaah jechi jalqabaa Laa ilaaha Illallaahu tahuu nuu ibsuuf dhufte...!
#2ffaa:Rabbil Aalmiin...
Hunduu Rabbiif salaata... Rabbiin qulqulleessa... ( Dhakaa fi mukni, namaa fi Jinniin... hanga malaa'ikaan baatuttuu...)
ูˆู„ูู„ู‡ ูŠุณุฌุฏ ู…ู† ููŠ ุงู„ุณู…ุงูˆุงุช ูˆุงู„ุฃุฑุถ...
Rabbiin iddoo biraatti Salaataan Tasbiiha jedhee moggaasee jira.... kanaafuu Salaanni (Rabbil Aalmiin) Wal gala.

#3ffaa...(#itti_fufa)๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
#Aamiin..
โœ Hordoftoota koo jaalatamtootaa fi kabajamtootaaf... qalbii kootirraa.... ๐Ÿคฒ

#Yaa_Rabbi:
Yaa isa haajaa teenna hunda harkaa qabdu, kan keessa namoota hin dubbannees hubattu...!
hordoftootaa fi jaalatamtoota kootiif gammachuu gaddi keessa hin jirre,
milkii duubeen isaa hoongoo hin qabne...,
fayyaa dhibeen boodaan hin jirre naa kenniif... yaa Allaah...
๐Ÿคฒ Yaa Rabbi hanga isaan siif sujuuda godhaniin... atis isaan gammachiisi; isaaniif araarami; rakkoo isaan keessa jiran hunda keessaa yaa Rabbi naaf baasi, haajaa isaanii hunda naaf gahiit....

Rabbiif jecha isin jaaladha....
Rabbiin isin haa gammachiisu...
ุฃุณุนุฏ ุงู„ู„ู‡ ุฃูˆู‚ุงุชูƒู…....

๐Ÿ‘‰ 7000 members๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
2024/09/30 21:39:43
Back to Top
HTML Embed Code: