Telegram Web Link
Avacoin Yeroo 2ffaa Token isanii bifa haaraan List gochuuf qophii irra waan jiraniif Snapshot process isa xumuranii jiru!

Claim gochuuf sa'ati ykn guyya isaa isin beeksiisna jedhanii jiru obsaan eegadha tarii akkuma kana dura eegamaa ture gatiin isaa foyya'uu danda'a! nobody gonna knowπŸ’¬

Wcoin irratti bifa haaraan September 12 List ni ta'a wcoin app waan fedheefu osoo download gootani verify godhatanii gariidha πŸ’΅πŸ’΅πŸ’΅
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Oduu nama aarsu😳😳😳
Tomarket ji'a OCTOBER keessa akka List ta'u dubbatanii jiru hangasitti Coin keessan karaalee adda addaan foyyeesu dandeessu jedhanii jiruπŸ€”

Token hedduu argachuuf isaan gadii kana dabalataan dawwadhaaπŸ”½

1. Drop Game Results
2. Daily Check-ins
3. $TOMATO Farming Frequency
4. Daily Mystery Code
5. Task Completions
6. Referrals

The more you do these things, the greater your rewards! These activities will continue to impact your Tomarket Stars and rewards even after the snapshot, so keep participating to maximize your benefits as we approach the Token Generation Event (TGE) in late October.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
DOGS keessan gurguruun qarshiiti jijjirachuu kan barbaaddan na dubbisaa βœ”οΈ
😎😎😎😎😎
Asiin na argattu βœ”οΈβœ”οΈ
πŸ‘‰ https://www.tg-me.com/MrElsay2
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
ELSAY TECH pinned a photo
Free internet#2.sip
6.7 KB
New internet file:

0.0 balance hojjeta

Kan inni siniif dalaguu

πŸ’₯#Telegram
πŸ’₯#YouTube
πŸ’₯#Facebook

APP: πŸ‘‰ SOCKSIP TUNNEL

Expired Isaa Sa'itii <40> booda
 
React itti roobsiπŸ‘‰πŸ‘β€οΈπŸ€©πŸ”₯
βœˆοΈπ’π‡π€π‘π„ ➲@oromooTech
@oromooTech
New listing Hamster combat πŸ”₯

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@oromooTech
@oromooTech
Free internet ethio jalqabeera yeroo yeroon file argachuu barbaadduu taanan channel kana join godhaa!!

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@Damina_tech
@Damina_tech
COMING SOON ON OKX ( yeroo dhiyootti OKX wallet irratti argitu jechaa jiru major).


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@oromooTech
@oromooTech
Hubadhaa πŸ›‘

Akka booda hin gabbineen isiniin jedhaπŸ‘‹

Yeroo amma namooni hedduu Tonkeeper fayyadamaa jirtu garuu bayyeen keessan account bantanii fayyadamaa jirtaan Backup hin goone kana jechuun akka tasaa yoo silkiin keessan badee ykn app TONKEEPER delete ta'e QARSHII fi Token achirraa qabdan salphaati dhabduu deebistaniis hin argattan jechuudhaπŸ€”πŸ₯Ί


Kanaaf wanti gochuu qabdan Tonkeeper irraa seenuun account keessan step kanaan BUCKUPβœ”οΈ godhaa.

1ffaa. setting tuqaa
2ffaa. Backup isa jedhu tuqaa
3ffaa. Show Recovery Phrase isa jedhu tuqaa
4ffaa. Barreefama adda addaa 24 isiniif keena Recovery Phrase jedhama isa copy gochuun bakka hin baadnee ka'adha SAVE SCREEN SHOT illee dabalataan kaasa ka'adha bakka hin badneef naamni hin agare

▢️Hubachisa GONKUMA enyuuf illee Recovery Phrase keessan kan BUCKUP gootan namaaf share hin godhinaa hin agarsiisina▢️

Hiriyoota keessaniif barreefama kana share godhaa πŸ‘

Like tuqaa emoji πŸ₯°πŸ₯°πŸ™πŸ™

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@oromooTech
@oromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Guyyaa borii TELEGRAM wallet keessan irra kan jiran TON, USDT, NOTCOIN, FI DOGS hunduu Address haaraan ni keenamaaf jedhe jira Telegram πŸ’‘

Kana booda address yeroo namaaf ergiitan isa durii hin fayyadamiina πŸ“’ wanti isin gootan hin jiru ofiin update ta'e jijjiramaaπŸ“±πŸ“±πŸ“±πŸ“±
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Qualitymovbot
πŸ—£οΈGaaffi badhaasa qabu qopheessineerra kottaa itti hirmaadha badhaafama.πŸ’₯πŸ’₯πŸ’₯πŸ’₯πŸ’₯πŸ’₯πŸ’₯

Join πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
Yeroo amma DOGS wallet irra seena jira πŸ₯³πŸ₯³πŸ˜ŽπŸ˜Ž
Kaneen isiniif hin seeniin jiru obsaan eegadha har'a galgala ykn boor isiniif seenaπŸ†—πŸ“±

Gurgurachuu kan barbaaddan na dubisaa πŸ‘‹ πŸ‘‰https://www.tg-me.com/MrElsay2
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Cats airdrop premarket Gatio irratti September 9 eegalama.

Hojjechaa jirtu?

Jabaadhaa hojjedha hojiin kun gara qarshiitti akka inni jijjiramu beekamadha.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@oromooTech
@oromooTech
AVACOIN community akka gabaasetti Snapshot marsaa lammaffa har'a sa'ati 9 eegalee Claim gochun eegalama. πŸ‘‹

Claim ta'u akkuma inni eegalen kan isin beekssisnnu ta'a!

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@oromooTech
@oromooTech
Gatiin AVACOIN kan marsaa lammaffa har'a claim ta'u akkam ta'a jettu?πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
Anonymous Poll
63%
Gatiin isa duraa caalaa dachan ni dabala
13%
Hanga isa marsa jalqaba d
24%
Baayye gadi bu'a( isa marsaa jalqaba gadi ta'a)
Elsay tech free.sip
6.8 KB
New free internet file.

SOCKSIP app irraatti import gochuun data bilisaa fayyadama.

Expired after 1 day

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@oromooTech
@oromooTech
ELSAY TECH
AVACOIN community akka gabaasetti Snapshot marsaa lammaffa har'a sa'ati 9 eegalee Claim gochun eegalama. πŸ‘‹ Claim ta'u akkuma inni eegalen kan isin beekssisnnu ta'a! 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@oromooTech @oromooTech
Dear Community,

We regret to inform you that the token claim has been postponed to tomorrow due to technical reasons. You will be able to claim your tokens on September 5th, at 12:00 UTC πŸ’Ž

Avacoin marsaa lammaffa kan guyya har'a claim gochun eegalama jedhame ture guyyaa boritti darbeera jedhan.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@oromooTech
@oromooTech
πŸ“²File Telegram Package qofa bitachun midiyaa hawwaasaa hunda fayyadamu dandeessan upload ha ta'u?
Anonymous Poll
88%
Eeyye ni barbaanna
12%
Lakki yeroo biraa
ELSAY TECH
πŸ“²File Telegram Package qofa bitachun midiyaa hawwaasaa hunda fayyadamu dandeessan upload ha ta'u?
Telegram package.ehi
11.9 KB
File kana http injector appa irratti import gochun telegram Package qofa bitachun midiyaa hawwaasaa hunda fayyadama!!!!

About fileπŸ‘‡πŸ‘‡
πŸ’₯App : HTTP INJECTOR
⏩ expired: after 7 day
πŸ“² ethiotelecom
↔️6 MBs on 4G

Akkaata Itti fayyadama isa
Suuraa post ta'u hordofaaπŸ‘‡πŸ‘‡

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@oromooTech
@oromooTech
File kana http injector appa irratti import gochun telegram Package qofa bitachun midiyaa hawwaasaa hunda fayyadama!!!!

About fileπŸ‘‡πŸ‘‡
πŸ’₯App : HTTP INJECTOR
⏩ expired: after 7 day
πŸ“² ethiotelecom
↔️6 MBs on 4G

Namoonni appa kana hin qabnne play store seenuun iddo search godhan irratti "HTTP INJECTOR" jechun search gootu.

File an isinif gadhise kana app kana irratti import gochun fayyadamtu.

Akkaata import gootan ammoo suura ol jiru step isa hordofaa dhuma irratti erga file Telegram Package kan an isinif gadhise kana argitani booda al tokko cuqaastu ofin import ta'a.
Itti aansuun "START" gootu.

For more free internet
JOIN πŸ‘‰ https://www.tg-me.com/Damina_tech
2024/09/22 19:16:19
Back to Top
HTML Embed Code: