Telegram Web Link
What's happening guys?😳
😁😁😁 Crypto is bleeding right nowπŸ•―

Abdii hin kuutinaa NORMAL dha😎
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Avacoin har'a kan List ta'uuf ture sababa rakkoo technic dhaaf guyyaa boriiti darbee jira sa'ati walfaakkata irratti πŸ™‚πŸ˜πŸ˜

Mee maal yaadu wa'ee Avacoin bufa haaraan List ta'uuf deemu kana?
πŸ’₯πŸ’₯πŸ’₯πŸ’₯πŸ’₯πŸ’₯
Dear Community, We regret to inform you that the token claim has been postponed to tomorrow due to technical reasons. You will able to claim your tokens on September 5th, at 12:00 UTC '
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
ELSAY TECH
Photo
Win win tradeπŸ†’
πŸ’΅ πŸ’΅ πŸ’΅ πŸ’΅
Namooni DOGS gurguruu barbaaddan
Asiin na dubisaa πŸ“¨. @MrElsay2 βœ”οΈ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ«‚Guys file free internet speed aja'iibaa qabuu, jira
Wow wow πŸ’₯βœ…πŸ’₯πŸ’₯

Upload isiinif ha ta'uu? πŸ†“

πŸ’₯πŸ’₯React roobsi! πŸ’₯πŸ’₯

ReactπŸ‘‰   πŸ‘β€οΈπŸŽ‰πŸ₯°πŸ”₯MINIMUM 10
Fast free.sip
6.7 KB
New internet file:

0.0 balance hojjeta

Kan inni siniif dalaguu

πŸ’₯#Telegram
πŸ’₯#YouTube
πŸ’₯#Facebook

APP: πŸ‘‰ SOCKSIP TUNNEL

Expired Isaa Sa'itii <41> booda
 
React itti roobsiπŸ‘‰πŸ‘β€οΈπŸ€©πŸ”₯
βœˆοΈπ’π‡π€π‘π„ ➲@oromooTech
@oromooTech
Guys hojii kana eegaltanittu?

Airdrop x empire jedhamu kun list ta'uf guyyoota 25 qofatu hafa.

Kanaaf guyyatti kana giddutti hojjechuu qabdu.

Akaataan hojii isaas Taptap gochun coin sassaabbatu dabaltan daily combo ni qaba.

Coin kanaan ammoo pph ( profit per hour) keessan guddistu jechuu dha.

Amma dafaa eegalaaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

https://www.tg-me.com/empirebot/game?startapp=hero1035087055
Forwarded from AVACOIN Channel
The time for the second claim has arrived! 🌟

Head over to our bot, which will assist you in claiming your $AVACN tokens to your TON wallets.
Just connect your wallet and claim your tokens!

➑️ https://ton-claim.sign.tg/project/ava2

πŸ₯³ Congratulations to the whole community!
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ«‚Guys file free internet speed aja'iibaa qabuu, jira

Upload isiinif ha ta'uu? πŸ†“

πŸ’₯πŸ’₯React roobsi! πŸ’₯πŸ’₯


ReactπŸ‘‰   πŸ‘β€οΈπŸŽ‰πŸ₯°πŸ”₯

MINIMUM
25
Internet File.sip
7.7 KB
File free internet πŸ”₯

0.0 Balance kan inni dalagu
πŸ‘‡πŸ‘‡


#telegram
#youtube
#facebook isiinif dalagaa

App. Socksip Tunnel

React πŸ‘‰    β€οΈπŸŽ‰πŸ‘πŸ₯°πŸ”₯⭐️

Experid  (22:00)

Join for more Free internet⏩ @Damina_tech
Hojii ji'a September kana keessa list ta'uf adeeman kana keessa kam irraan qarshii argadha jettani abdattu?
Anonymous Poll
10%
Rocky rabbit
48%
Hamster Kombat
18%
X empire
13%
Lost dog
11%
None of them
πŸ“² guys lost dog list ta'uf guyyoota 6 qofatu hafa.πŸ’₯πŸ’₯

πŸ‘‰Hojjechaa jirtu?

πŸ—£οΈHojii addaa hin qabu Kana jechun card guyya guyyatti filachun yoo win gootan not fi woof isin badhaasa kanaaf hojjedhaa.πŸ‘

Eegalaaβœ”οΈ
https://www.tg-me.com/lost_dogs_bot/lodoapp?startapp=ref-u_1912095439
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@oromooTech
@oromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ“²X empire irratti akkaata Itti daily combo isa aragtan irratti odeeffannoo ni barbaadduu?πŸ‘‡
Anonymous Poll
76%
Yes of course
24%
No we know
πŸ›‘Gaaffi duraan waa'ee x empire irratti akkamittin daily combo arganna isa jedhuf baayyen keessan odeeffannoo nu biran ga'i jechun filattan. πŸ‘Œ
πŸ‘‰Step 1. Erga gara bot x empire kana seentani booda iddoo "city" jedhu tuquun akkuma suura ol jiru irraa argitan investment kan jedhu altokko cuqaastu.

#HUB
yoo hojiin x empire keessan level 3 gadi ta'e investment keessan lock dha kana jechun yoo level 3 fi isa ol taatan qofa kan investment isinif banamu.

Haala kamin level keenya guddisna kan jedhu gaaffi yoo kaastan wan bira isin hin barbaachisu improve Jala seenun gaafa isin profit per hour keessan guddistan level keessan isinif dabalaa deema jechuu dha. Level irra jirtan beekuf ammoo suura olirraa akkuma argitan an level 9 irra ga'era.

πŸ‘‰Step 2 ergaa gara investment kanaa seentani booda suura isa lammaffa irraa akkuma argitan wantoota garaagaraa achi jalatti argattu. Kan isin beeku qabdan egaa guyyaa guyyatti daily combo argachuf wanti barbaachisu hundi bakka kana Jala jira jechuu dha.

@oromooTech
🎩X Empire Daily Combo + Riddle + Rebus
     πŸ—“ September 6, 2024
    
Riddle of the day: Bear
Rebus of the day: Float

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@oromooTech
@oromooTech
Gaban BTC/USD Yeroo amma kana fakkaata πŸ•―πŸ“±

Yeroo gatiin BITCOIN gadii bu'u crypto hedduu memecoin dabalate duuka gadii bu'a kanaaf post goona asirraati πŸ†—
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
ELSAY TECH
Win win tradeπŸ†’ πŸ’΅ πŸ’΅ πŸ’΅ πŸ’΅ Namooni DOGS gurguruu barbaaddan Asiin na dubisaa πŸ“¨. @MrElsay2 βœ”οΈ
Successful trade πŸ˜ƒπŸ”ΌπŸ”ΌπŸ”ΌπŸ”Ό
Akkasitti dandeetin sirrii kan baramu dursanii tilmaamuunπŸ“Œ

Yaada akkamii qabdu mee Forex trade fi crypto trade irratti?πŸ’¬πŸ’¬
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Fooyya'iinsi daballii mindaa eegamu Adoolessa 1, 2017 irraa eegalee hojiirra oola.

Hojjetonii motummaan channel keenya irra jirt u jedhen yaada post kun isin ilalata πŸ‘

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@oromooTech
@oromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
2024/09/22 21:24:50
Back to Top
HTML Embed Code: