Telegram Web Link
Our setup is worked 99% ✔️
Guyyaa har'a Notcoin addeemsa garii irra ture yeroo muraasaf Consolidation yoo godhetyu🕯🕯

Notcoin: 0.0112
Bitcoin: 63100


Trader yoo jirtu ta'e kanaan Trade godhu Next setup isiniif nan erga Free Signal 👍
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
😎. Dogs kaneen hanga yoona bakka tokkoti illee WITHDRAW hin godhiin jirtu?

Guyyaa 2 booda August 26 sa'ati 9 irraa kaastanii Tonkeeper fi my ton wallet fi kaneen biro irratti bafachuu ni dandeessu.😎👍

🔴Hubachisa: Dogs namooni kana booda withdraw goota GAS FEE isin gafata kanaaf wallet keessan irraa osoo Ton xiqqoo qabaatanii gariidha 💵

Garuu Feen isa meqaa akka ta'e ammaaf hin beekamu Ton 1 gadii ta'a jedhamee eegama jira.

Namooni akka koo account 7n hojjetan jirtuu?🤣💬

Li👍. 👍 Godhaa

JOIN @OTS_ELSAY
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
🔼Guyyaa 5 qofaaf hold kanaan godhe successful setup ture💵✔️

Trade gochuu kan barbaaddan itti fayyadamaa🕯

Pair BTC/USD
Re-entry point: 6700
Tp: 69000-71000
Sl: 59000
Like tuqaa👋
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
DOGS keessan Tonkeeper waliin CONNECT gootanii jirtu?

Amma kaastanii connect gochuu ni dandeessu TOKEN keessan gafa August 26 akka isiniif seenu gochuuf isin gargaara

Do it now to claim your tokens on 26 August!🐶
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
✉️
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Abbaan Telegram PAVEL DUROV hidhame jedhama jira waan haaraa adda bafane isin biran geenya 🔴😔
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Gatiin Notcoin fi Toncoin bayyee gadii bu'e jira🔴

Akkumaan halkaan eeda isiniif ibsee ture Abbaan qabeenya Telegram PAVEL DUROV biyya France keessati hidhame jira

Kana ilaalchisuun gatiin Notcoin fi Toncoin gadii bu'era namooni bitanii ka'achuu barbaaddan carraa kanati fayyadamaa 🕯

One it gonna comeback 🤑
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
😎Sababa tateen kun umaamee irraan kan ka'ee GATIIN DOGS itti List ta'u xiqqoo gadii bu'u danda'a jedhen yaada akka tilmamaa mata kooti👨‍💻

Yaada qabdan ibsadhaa mee😔
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Dogs seene jira BINANCE irra kan keessan ilaaladhaa🔔
Platform hundii BONUS waada galanii jiru✔️

Binance waada isa eege jira itti dabalee nuf gasheera💥

Namooni Binance irratti withdraw gootan jirtu?
Comment 👍
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Dogs Bybit irras seene jira kan keessan ilaaladhaa🔴
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
DOGS TELEGRAM seene jira😮😮😮

Garuu Tonspace osoo hin tane Direct telegram wallet irra seene kana jechuun salphaati gurguruu ni dandeenya jechudha🆒🆒🆒
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Good News👍👍👍
DOGS guyyaa Borii sa'ati 9 booda bakka hunda (All major exchange) irratti LIST Ni ta'a eegadhaa✔️✔️😮

Namooni Tonkeeper fayyadamtan immoo boruma osoo List hin ta'in isiniif seena garuu TONCOIN Muraasa isa osoo wallet irraa qabdu ta'e gariidha Fee gafachuu danda'a Meybe 😎
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Wa'ee DOGS irratti Gaffii keessaniif deebii😎😎😎
👇👇👇👇
https://vm.tiktok.com/ZMrcDAey9/ https://www.tiktok.com/tiktoklite
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
DOGS wallet kam irraa qabdu?
Deebii keessan filadhaa🥰🥰
Anonymous Poll
45%
Telegram wallet
21%
Binance
6%
Bybit
4%
OKX
2%
BitGet
22%
Tonkeeper irratti baasuuf boor eegan jira🤔
Dhageefadhaa yaada keessan barreessaa🔔
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Sa'ati 4 qofatu hafe List ta'uuf DOGS to the moon habibi har'a guyyaa keessa sa'ati 9🚶‍♂️🙏🙏🙏
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
DOGS Yoom Yoo Gurgurree gariidha?
Deebiin isa kanadha dhageefadhaa 🔥🔥🔥
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Namooni Tonkeeper irratti bafachuu barbaaddan amma eegalee jira 🔔🔔
Garuu akkuman kana dura isiniif ibsee ture FEE Gafata yeroon Tola dhumeera😳

Kanaaf Tonkeeper keessan Irraa 0.50 Ton yoo qabattaan gariidha📢📢
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Gatii DOGS yeroo amma 0.00113🤔🤔🤔
2024/09/24 08:34:33
Back to Top
HTML Embed Code: