Telegram Web Link
My target is 🎯 0.0020 - 0.0022πŸšΆβ€β™‚οΈ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
ELSAY TECH
DOGS Yoom Yoo Gurgurree gariidha? Deebiin isa kanadha dhageefadhaa πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯
Video kanarratti wantiin dubbadhee dhugaa ta'ee argitaanitu jedhen yaada😐😐
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Namooni DOG'S Gurguruu barbaaddan na dubbisaa
Asii. @MrELSAY21 βœ”οΈ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Akka scam hin tane offeegadhaaβœ”οΈ
My username: @MrELSAY21
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Obsa keessaniif Thanks ammalee namooni hin gurguratiin jirtan obsan nu eega πŸ™πŸ™
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Ofegannoo godhaa🚨🚨🚨
DOGS fakkachuun Bot Fake ta'e hedduu jira kanaaf kaffaltiin withdraw gochuu keessan dura Bot DOGS isa sirrii ta'u adda bafadhaβœ”οΈβœ”οΈβœ”οΈ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Abbaan Telegram hikame jira ta'uus community hedduu Post gochaa hin jiran πŸ“±πŸ“±πŸ“±

TONCOIN fi Notcoin waan gatiin isaa dabaluu isinitti fakkataa?
Mee maal jettu?
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
DOGS irraa Qarshii πŸ’΅ hagamii argattan?🚨
Anonymous Poll
31%
1000+
10%
3000+
14%
5000+
10%
8000+
14%
10000+
21%
50000+πŸ₯°
Hamster LIST ta'uuf deema▢️
September 26
Maliif guyyaa achii fageesanπŸ˜„
Ammaas oduun isanii qubsaa mitti anaafπŸ™ƒ

maliif yoo jettan akkuma beekamu DOGS turtii ji'a 2 gadiiti Hojii seene LIST ta'e hamster waggaaf deema😳
Amma immoo ji'a 1 eegna ganaπŸ€”

Meqaa nuuf keenuf deemu dollarπŸ˜† πŸ’΅πŸ’°
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Qarshiiti jijjirattaniitu DOGS Keessan?
Asiin πŸ‘‡ nu duubisaa πŸ™ŒπŸ™Œ
https://www.tg-me.com/MrElsay2
Anonymous Poll
31%
Eyyee😎
31%
Lakki ka'uun barbaade!😎
38%
Akkaata isan walaale narra bitiπŸ’΅
DOGS MILLION 2.1 Kan ta'u Hanga amma namoota channel keenya irra jiran qofa irraa bine jira▢️πŸ₯³πŸ₯³πŸ₯³

Ammaas nu duubisuu ni dandeessu namooni qarshiiti jijjirachuuf isin rakkisee jiru🀝🀝

⚑⚑⚑⚑⚑⚑

Contact us: βœ‰οΈ πŸ‘‡
https://www.tg-me.com/MrElsay2
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Protect yourself from scammers 🚨🚨
Hamster kombat osoo list ta'e dollar πŸ’° hagamiin jettanii of yaadu?πŸ€”

Emoji dhan mira keessan ibsadhamee😍
Anonymous Poll
22%
10$
6%
20$
9%
50$
18%
200$πŸ€”
45%
500$😁
BLUM keessan irraa DOGS Quest kan hojjatnii turtaan ammaa badhasii kenamed jira wallet ton keessan check godhaa
πŸ‘Torbaan 2 qofatu hafe LIST ta'uuf Airdrop amanamaa hundi keessan irratti hojjechuu qabdaπŸ“’πŸ“’πŸ“’πŸ“’πŸ“’βœ”οΈβœ”οΈLost Dogs

Kaneen hin eegale eegalaa akka booda hin gabineβ–ΆοΈπŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.tg-me.com/lost_dogs_bot/lodoapp?startapp=ref-u_608598600__s_628001

Maaltu adda isa godhaa?

1ffaa. Airdrop amanamaa kan akka NOTCOIN fi dogs waliin tokko waan ta'eef

2ffaa. Hojii addaa hin qabu guyyaati si'a tokko seenuun CARD filachuu qofa

3ffaa. Yeroon itti list ta'u guyyoota muraasa keessatidhaπŸ₯³
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
What the hell πŸ˜’
Dogs πŸ• and Notcoin price dumped 😳😳
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Meybe it's Golden opportunity πŸ€”

Mee maal jettu haala gaba crypto yeroo amma?πŸ“ˆπŸ“‰πŸ’¬
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Maliif Namooni Bayyeen Airdrop irraa qarshii argachaa hin jiran?🀩

Sababiin isaas kana jedhen yaadaπŸ˜„

Takkoofa seera AIRDROP walaalu irraan kan ka'eedha jechuun koos akkuma beektan Airdrop bayyeen kan akka HAMSTER, TAPSWAP fi x empire, rocky rabbit coin hedduu million fi billion dhan keenuπŸ€”

Sababa kana irraan kan ka'e namni bayyeen Airdrop kan akka DOGS, CATS, FI LOST DOGS fi kaneen biro hin hojjetuuπŸ˜” garuu yeroo gurguramee qarshiin itti argamu ni aara🀣


Yeroo coin bayyee waliiti qabanu gatiin wanta sanaas akkasuma gadii bu'a addeemaa😎

Qarshii Airdrop irraa argachuuf maal gochuu qabna ykn isa kam irratti xuyyeefachuu qabna?

1ffaa kan namni bayyeen hojjechaa hin jirree garuu kan VERIFIED Ta'e PROJECT sirrii ta'e eegaluu qabdu..🀝🀝

2ffaa. Airdrop coin hedduu hin keenine guyyaati muraasa qofa keenu irratti xuyyeefachuu qabdu.😏

3ffaa. Yeroo Airdrop hojjetan seera isanii eegun hojjechuu qabdu Airdrop hundi seera mata isa qaba waan ta'eefπŸ’¬

Hubachisa πŸ“± Airdrop yeroo amma hojjechaa jirtaan hundaa dhisaa jechuu koo mitti

Garuu qarshii garii argachuuf AIRDROP maal gochuu akka qabdan suggest isin gochuu qofafidhaπŸ“’πŸ“’

Yaada dabalaa ykn hafe kan jettaan comment.

πŸ‘ 😍 Tuqaa

Share: oromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
2024/09/24 10:25:16
Back to Top
HTML Embed Code: