#DrAbiyAhimed
Mummeen Ministeera Itoophiyaa Dr. Abiy Ahimad magaalaa Maqaleetti argamuun Jeneraalota Raayyaa Ittisa Biyyaa waliin marii taasisuun dhagahaame.
@Infosanews
@InfosanewsBot

ጠ/ሚር አብይ አህመድ በመቐለ ከከፍተኛ የጦር መኮንኖች ጋር መወያያታቸው ተሰማ።
መቐለ ላይ በተካሄደው ውይይት ጄኔራል አበባው ታደሰ እና ሌተናል ጄኔራል ባጫ ደበሌን ጨምሮ በርካታ ከፍተኛ የጦር መኮንኖች ተሳትፈዋል ተብሏል።
ጠቅላይ ሚኒስትሩ በተጨማሪም ከትግራይ ክልል ጊዜያዊ አስተዳደር አመራር አባላት ጋር በወቅታዊ የክልሉ ሁኔታ ላይ እንደተወያዩ ኢዜአ አስነብቧል።
@Infosanews
@InfosanewsBot
መቐለ ላይ በተካሄደው ውይይት ጄኔራል አበባው ታደሰ እና ሌተናል ጄኔራል ባጫ ደበሌን ጨምሮ በርካታ ከፍተኛ የጦር መኮንኖች ተሳትፈዋል ተብሏል።
ጠቅላይ ሚኒስትሩ በተጨማሪም ከትግራይ ክልል ጊዜያዊ አስተዳደር አመራር አባላት ጋር በወቅታዊ የክልሉ ሁኔታ ላይ እንደተወያዩ ኢዜአ አስነብቧል።
@Infosanews
@InfosanewsBot
#Dhaddacha
Abbaan qabeenyaa Riil Isteetii Muular obbo Muluugeetaa Asirasii fi Birgaadeer jeneraal Abrahaam Mawucaan har’a Mana Murtiitti dhiyaataniiru.
Shakkaman galmee abbaa qabeenyaa Riil Isteetii Muular faa jalatti hammatame miiliyoona 81 ol gama Baankii Anbasaan garee finxaaleyyii ABUTtiif deeggarsa taasiisuu ragaan argamuu qorataan Poolisii dadhachaaf ibseera.
Shakkamtoonni kunneen maqaa lafaaf jedhuun waldaan gurmaa’uun Baankii Anbassaan alaa baankoota afuriin garee farreen nageenyaaf maallaqa daddabarsaa turuu isaanii eerrameera. #FBC

#CommanderDerartuTulu
ኮማንደር አትሌት ደራርቱ ቱሉ የኢትዮጵያ አትሌቲክስ ፌዴሬሽን ፕሬዚዳንት ሆነው በዛሬው ዕለት ተመረጡ።
ኮማንደር አትሌት ደራርቱ ቱሉ የኢትዮጵያ አትሌቲክስ ፌዴሬሽን ፕሬዚዳንት ሆነው በ27 ድምፅ በ1 ተቃውሞ ነው የተመረጡት።
ለቀጣይ አራት ዓመት ፌዴሬሽኑን ይመራሉ።
ምንጭ፦ EAF
@infosanews
@infosanewsbot

INFOSA News
Photo
Atileet Komaandar Daraartuu Tulluu Preezdaantii Federeeshinii Atileetiksii Ityoophiyaa ta’uun Filatamte
Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) – Atileet Komaandar Daraartuu Tulluu Preezdaantii Federeeshinii Atileetiksii Ityoophiyaa ta’uun Filatamte. Atileet Komaandar Daraartuu Tulluu Preezdaantii Federeeshinii Atileetiksii Ityoophiyaa ta’uun Filatamteetti. Federeeshiniin Atileetiksii Ityoophiyaa yaa’ii waliigalaa idilee 24ffaa gaggeesseen Atileet Komaandar Daraartuu Tulluu Preezdaantii Federeeshinii Atileetiksii Ityoophiyaa ta’uun waggaa 4f akka gaggeessituuf filateera. Yaa’ichi gabaasa raawwii hojii bara baajataa 2012

#Ashamaa!
Odeessaalee wayitawaa biyya keessaafi alaa kan gama marsariitii fi fuula kanaan isin biraan ganyu itti fufneerra.
Guyyaa kibxataa kana kan ittiin eegallu suura Leenca bosona
Harannaa kan Godina Baalee keessa jiraatu kanaani.
Leenca bosona kana keessatti argamu kan adda godhu lafa ol
ka'iinsa guddaa meetira kuma afurii olirra jiraachuu isaati.
Yaada kana kan arganne fuula feesbuukii 'Visit Oromia' irraayi.
Isin hangam takka Oromiyaa daawwattan? wanta ajaa'iba
isinitti ta'eefi suura bareeda yaadannoof kaaftan yoo qabaattan nuu qooda.

#Riyaad giddu gala baqattooti itti guuraman guddicha keessatti
ammallee lammiileen Itoophiyaa dhibbaan lakkaa'aman dararamaa jiraachuu jaarmiyaan mirgoota namaaf falmu Hiyuuman Raayitis Waach ibse.
.........Lammiin Itoophiyaa, dargaggeessi ganna 27, tokko wayita namoonni akka malee waardiyyootaan reebaman arguu fi kanneen keessaa sadi battaluma ijasaa duratti wayita du'an akka arge hime jedha gabaasi Hiyuuman Raayitis Waach.
@infosanews. @InfosanewsBot

#Dr Hussein Kedier ይባላሉ።
....... የአዲስ አበባ ዪኒቨርሲቲ መምሀር እና የኦሮሞ ሙህራን ማህበር መስራችና ሊቀመንበር ናቸዉ።
........ አርቲስት ሀጫሉ በተገደለ ማግስት ፊንፊኔ ከሚገኘዉ መኖሪያ ቤታቸዉ ወስደዉ ለወራት ባሌ ዞን አጋርፋ ከተማ የታሰሩ ሲሆን ፍርድ ቤት በተደጋጋሚ የዋስ መብታቸዉን ቢፈቅድላቸዉም ፖሊስ ግን ለመፍታት ፍቃደኛ አልሆነም።
......ከአንድ ወር በፊት ከባሌ ዘን ወደ ፊንፊኔ ያመጡዋቸዉ ቢሆንም ቤተሰቦቻቸዉ የት እንደታሰሩ ማወቅ ባለመቻላቸዉ ምግብም ሆነ ልብስ ሊያቀርቡላቸዉ አልቻሉም።
......ፍርድ ቤት ሲቀርብ የት እንደታሰሪ ጠይቀዉ ቢነግራቸዉም ወደዛ ግን ሲያመሩ ፖሊሶች የለም እያሉ እንደሚመልሱዋቸዉ ተናግሯል። መረጃዎች እንደሚጠቁሙት ከሆነ ዶክተሩ የታሰሩት 6 ኪሎ የድሮ OPDO ቢሮ ቢሆንም ቤተሰቦቻቸዉ እንዲያዩዋቸዉም ሆነ ምግብ እንዲያቀብሉዋቸዉ ፍቃደኛ አይደሉም።
@infosanews.

ሰበር ዜና-
ክቡር አስፋ ወዳጆ በፀጥታ ኃይሎች ተወስደዋል
➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
ክብር አቶ አሰፋ ወዳጆ በፀጥታ ኃይሎች መወሰዳቸውን ባለቤታቸው ፒፒ ገ/ሥላሴ በፌስ ቡክ ገፃቸው አሳውቀዋል።
ባለቤታቸው እንዳሳወቁት ቤታቸው እንደተበረበረ ለማወቅ ተችሏል። ፀጥታ ኃይሎች የት እኔደወሰዱት እንደማያውቁም ገልፀዋል።
@infosanews
ክቡር አስፋ ወዳጆ በፀጥታ ኃይሎች ተወስደዋል
➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
ክብር አቶ አሰፋ ወዳጆ በፀጥታ ኃይሎች መወሰዳቸውን ባለቤታቸው ፒፒ ገ/ሥላሴ በፌስ ቡክ ገፃቸው አሳውቀዋል።
ባለቤታቸው እንዳሳወቁት ቤታቸው እንደተበረበረ ለማወቅ ተችሏል። ፀጥታ ኃይሎች የት እኔደወሰዱት እንደማያውቁም ገልፀዋል።
@infosanews
INFOSA News
https://telegra.ph/file/54d029daa36504519d646.jpg
Asefa Wadajo Mana jirenya issani irra buttamani akka fudhaman hatti Mana Issa fulla Facebook ishii irratii bareesitee jirtiii
Asefa Wadajo Kannan durras yeroo 3 ol namotaa hin beekamnen tumamu isasa dubatama jirra.
@infosanews
@infosanewsbot
Asefa Wadajo Kannan durras yeroo 3 ol namotaa hin beekamnen tumamu isasa dubatama jirra.
@infosanews
@infosanewsbot
TVn Tigraay Hooggansa yeroo Naannoo sanatiin tamsaasa isaa egale jira.
Nilesat/E8W8
HD : 12521
SD : 12645
SR : 27500
Pol : V
@infosanews @infosanewsbot
Nilesat/E8W8
HD : 12521
SD : 12645
SR : 27500
Pol : V
@infosanews @infosanewsbot
#TigraiTV
የትግራይ ቴሌቪዥን በጊዜያዊ የትግራይ ክልል አስተዳደር እየተመራ በቅርብ ቀን መደበኛ ስርጭቱን እንደሚጀምር ዛሬ አሳውቋል።
የቴሌቪዥን ጣቢያው ወደአየር መመለሱንም ለመመልከት ችለናል።