Telegram Web Link
የ12ኛ ክፍል ብሔራዊ ፈተና ለሚወስዱ ተማሪዎች የክለሳ ትምህርት በቴሌቪዥን ይሰጣል!

የ12ኛ ክፍል ብሔራዊ ፈተና ለሚወስዱ ተማሪዎች ተቋርጦ የነበረውን ትምህርት ለመከለስ የሚያስችል የቴሌቪዥን ፕሮግራም በትምህርት ሚኒስቴር የቴሌቪዥን ጣቢያ እንደሚሰራጭ ትምህርት ሚኒስቴር አስታውቋል፡፡

ፕሮግራሙ ሰባት የትምህርት ዓይነቶችን ማለትም እንግሊዘኛ፣ ሒሳብ፣ ኬሚስትሪ፣ ፊዚክስ፣ ባዮሎጂ፣ ጂኦግራፊና ኢኮኖሚክስን እንደሚያካትት ተገልጿል፡፡

ፕሮግራሙ ከሰኞ እስከ እሁድ በድግግሞሽ እንደሚተላለፍ የገለፀው ሚኒስቴሩ ወላጆች ለልጆቻቸው አስፈላጊውን ድጋፍ እንዲያደርጉ አሳስቧል፡፡

የስርጭት የጊዜ ሰሌዳውን ጨምሮ የተዘጋጀውን ፕሮግራም በአማራጭነት በሚከተሉት ማህበራዊ ሚዲያ ማግኘት እንደሚቻልም ሚኒስቴሩ ገልጿል፡፡
Portal - www.eict.edu.et
YouTube -Educational Plasma Programs Grade 11-12
Telegram - የኢትዮጵያ ትምህርት ቴሌቪዥን (MOE-TV)

@infosanews @infosanewsbot
INFOSA News
Photo
Baratootaa kutaa 12ffaa hundaaf:

Baratootaa kutaa 12ffaa bara kana qorumsaa biyyoleessaa qoramaaniif barnoota adda citee ture bakka buusuuf karaa fooddaa Televiiziyoonin barnoonni keennama jiraachuu Ministeerri Barnoota beeksise.

Baratoonni kutaa 12ffaa gosa barnoota torba jechuunis Afaan Ingilizii, Herreegaa, Keemistirii, Fiiziksii, Baayoloojii, Joogiraafii fi Ikoonoomiksii karaa fooddaa Televiiziyoonii Ministeera barnoota [MOE-TV]'n hordofuu akka qabaniis ibsameera.

Sagantaan barnoota kuni Wiixata hanga Dilbatatti irraa deeddebiin karaa MOE-TV'n kan darbuu ta'uu Ministeerichi beeksiseera.

Ministeerri Barnoota maatiin barattootaa deeggarsa barbaachisuu barattootaf taasisuu akka qabaniis hubachiseera.

@infosanews @infosanewsbot
INFOSA News
Photo
1. Dr. Huseen Kadiriif manni murtii Laga Xaafoo fi laga Daadhii
mirga wabii qarshii Kuma Kudhaniin(10,000) eeguufiin ni
yaadatama. Hanga har'aatti gadi hin lakkifamne.
.
2. Obbo Hajii Baatii Wattiyyee guyyaa kaleessaa manni murtii Laga
Xaafoo fi Laga Daadhii mirga wabii qarshii Kuma Shantamaan
(50,000) eeguufiin akka poolisiin gadi dhiisuuf murtii kennus
hanga yoonaa mana hidhaatii hin gadhiifamne.
Sirni eebba barattoota Yuuniversitii Bulee Horaa TV Faana darbaa jira!

Congratulations!
Gaazaxeesaan OMN Udii mussaa mana hidhaa irraa bahee jirra
@infosanews
#የኢትዮጵያ_ብሔራዊ_ምርጫ_ቦርድ

.... የኢትዮጵያ ብሔራዊ ምርጫ ቦርድ ለመጪው ምርጫ ዝግጅት በፖለቲካ
ፓርቲዎች የሚነሱ አቤቱታዎችን በማሰባሰብ ችግሮቹን ለመፍታት ጥረት ሲደርግ እንደነበር ይታወቃል።

........ ከነዚህም ጥረቶች መካከል የሚመለከታቸው የመንግስት አካላትን ለአቤቱታዎቹ ምላሽ እንዲሰጡ ማድረግ፣ ምላሽ ላልተሰጠባቸው አቤቱታዎች የተለያዩ መንገዶችን በመጠቀም ችግሮችን ለመፍታት ጥረቶችን አድርጓል።

........ ከዚህም በተጨማሪ በቅርቡ በፓርቲዎች እና ከመንግስት ጋር
በተደረገው ውይይት ላይ ከፖለቲካ ፓርቲዎች የቀረቡ አቤቱታዎችን በማጠናቀር ያቀረበ ሲሆን ይህንን መሰረት አድርጎ ፓርቲዎች፣ ገዥው ፓርቲ እና ቦርዱ በጋራ በመገኘት ችግሮችን የሚፈቱበት የሶስትዮሽ ችግሮችን እና አቤቱታዎችን የሚፈታአሰራር እንዲቋቋም ስምምነት ላይ መደረሱ ይታወሳል።

..... በዚህም መሰረት የመጀመሪያው የሶስትዮሽ ውይይት ትላንትና ታህሳስ 02 ቀን 2013 ዓ.ም የኢትዮጵያ ብሔራዊ ምርጫ ቦርድ ቢሮ የተከናወነ ሲሆን
የቤኒሻንጉል ብሔራዊ ክልላዊ መንግስት ውስጥ የሚንቀሳቀሱ ፓርቲዎች እና
ገዥው ፓርቲ እንዲሁም ብሔራዊ ምርጫ ቦርድ ተገኝተዋል።

...... በተቃዋሚ
ፓርቲዎች በኩል የመንቀሳቀስ የአባላት እስር እና ሌሎች ችግሮች የተነሱ ሲሆን፣
በገዥው ፓርቲ በኩል የፖለቲካ ፓርቲ አባላት ሆነው በወንጀል እና በትጥቅ
ትግል መሳተፍ ችግሮች አሉ የሚል አቤቱታ ቀርቧል፡፡ በውይይቱ ማጠቃለያም በክልሉ ውስጥ ያለውን የፓርቲዎች ችግር ለመፍታት ቦርዱን ጨምሮ ሁሉም አካላት የሚሳተፉበት ቡድን ቤኒሻንጉል ጉሙዝ ብሔራዊ ክልል በመሄድ ለማጣራት ስምምነት ተደርጎ ውይይቱ ተጠናቋል፡፡

....... ነገር ግን ውይይቱ ተጠናቆ በቤንሻንጉል ክልል የሚንቀሳቀሱ የፖለቲካ ፓርቲ አመራር አባላት የምርጫ ቦርድ ዋና መስሪያ ቤት ጊቢን ለቅቀው ለመውጣት ሲሞክሩ የቤንሻንጉል ጉሙዝ ክልል ፓሊስ አባላት የእስር ሙከራ
አድርገውባቸዋል፡፡

..... የኢትዮጵያ ብሔራዊ ምርጫ ቦርድ ይህ ገንቢ እና ችግሮችን ለመፍታት ተስፋ ሰጪ አቅጣጫ ከነበረው በተቃራኒ በተከናወነው እርምጃ ከፍተኛ ቅሬታ ተሰምቶታል፡፡

...........የቤኒሻንጉል ጉሙዝ ብሔራዊ ክልላዊ መንግስት ፓሊስ ከህጋዊ የስልጣን ወሰኑውጪ ያለምንም የፍርድ ቤት ትእዛዝ በኢትዮጵያ ብሔራዊ ምርጫ ቦርድ ዋና መስሪያ ቤት ቅጥር ጊቢ በር ላይ የፖለቲካ ፓርቲ አመራር አባላትን ለማሰር መሞከሩ ችግሮችን ለመፍታት የሚደረገው ጥረት የሚያሰናክል እና አሳሳቢም ከመሆኑም በላይ የህገመንግስታዊውን የቦርዱን ተቋማዊ ሃላፊነት እና ስልጣን ንቀትን ማሳየት ጭምር ነው፡፡ ቦርዱ ችግሩን ለመፍታት ከሰአታት ጥረት በማድረግ ከአዲስ አበባ ፓሊስ ኮሚሽን እና ከፌዴራል ፓሊስ ኮሚሽን በተገኘ እገዛ የቤኒሻንጉል ጉሙዝ ክልል የፓሊስ ሃይል ከምርጫ ቦርዱ ዋና መስሪያ ቤት በር ላይ ከ3 ሰአት ቆይታ በኋላ አንዲነሳ ለማድረግ ቢቻልም የተከናወነው የህግ ጥሰት እና ተቋማዊ ስልጣንን አለማክበር እጅግ አሳሳቢ ነው፡


...... የፖለቲካ ፓርቲዎች የሚያቀርቧቸው አቤቱታዎች ላይ የሚደረገው የሶስትዮሽ
ችግሮችን መፍታት ሂደት የሚቀጥል ሲሆን መጪው አገራዊ ምርጫ አለም አቀፍ ተቀባይነት ደረጃውን የጠበቀ እንዲሆን የሚመለከታቸው አካላት ሁሉ በዚህ ሂደት አዎንታዊ ሚና እንዲጫወቱ ቦርዱ በአጽንኦት ያስገነዝባል፡፡

©የኢትዮጵያ ብሔራዊ ምርጫ ቦርድ
@infosanews. @infosanewsbot
INFOSA News
Photo
#Ibsaa_Boordii_Filannoo_Biyyaalessaa_Itoophiyaa


...... Boordin Filannoo biyyaalessaa Itoophiyaa Filannoon marsa 6ffaa geggeeffamuu jirruu kan irratti koommiilee gama Paartille Morkaattoota irraa dhufan walitti qabuun Furmaata laachuuf Tattafiii Gochaa akka jiruu beekama dha

..... Tattaaffii Godhamaa jirran keessa Qaamni dhimmi kun ilallaatuu Gama mootummaatin koommiilee ka'anif debisaa akka latuu gochuu fi kanneen deebii hin arakane mala garagara fayyadamuun furmaata lachuf akka hojjata jirruu ni beekkama.

...... Dabalataanis yeroo dhihoo keessatti Motummaa biyya bulchaa jiruu, Paartille Morkaattoota fi Boordin Filannoo biyyaalessaa marri irraa turun koommiileen ka'an Qoortamani furmaata akka keenamuf walii galtee irra gahun ni yaaddatamaa

...... Kanuma irra ka'uun Mariin jalqaba garee sadani kaaleessa Mudde 2 bara 2013 Biro Boordin Filannoo biyyaalessaa Itoophiyaa keessatti gagefamee irratti Paartillen Morkaattoota naannoo Beenishaangul gumze keessa socho'aan , Mootummaa biyya bulchaa jiruu fi Boordin Filannoo biyyaalessaa arkamni turan.

....haa ta'u malee Mariin kun xumurame yeroo hoggantoonni Paartille Morkaattoota naannoo Beenishaangul gumze keessa socho'aan Morra Boordii Filannoo biyyaalessaa gadii dhissani baha jiraniti Humnii Adda poolisii Motummaa naannoo Beenishaangul gumzin
Yalli issan qabuu irratti raawwatame jiruu .

.... Boordin Filannoo biyyaalessaa Itoophiyaa gochii kun raawwatamu isaatti Gaddii guddaan akka itti dhaga'ame ibsaa .

...... Poolisiin Mootummaa naannoo Beenishaangul gumzi Ajajaa mana murtii tokkoo malee Morra Boordii Filannoo biyyaalessaa keessatti gochaa akkana raawwachuun salphiina Jedhee

@infosanews
Dargaggoo Daani'eel Gammadaa Magaalaa Finfinnee naannoo
Addis Safarii jedhamutti, daandiirraa ukkaamfamee qabamus
guyyoota afuraffaaf eessa akka jiru argachuu hin dandeenye
jechuun maatiin OMN-tti himan.
Mudde 9.2020 galgala sa'a Tokkoofi Walakkaa keessa
namoonni uffata siivilii uffatan Konkolaataa sadiin daandii
cufanii Daragaggoo kana hiriyaasaa bira ukkaamsanii
Konkolaataa tokko keessa galchuun bakka sanaa deemuu kan
himan maatiinsaa, "hanga har'aatti eessa akka inni jiru hin
barin jirra" jechuun dubbatu.
Dargaggoo Daani'eel Gammadaa Barnoota Injineerii sadarkaa
duraa Yuunvarsiitii Madda Walaabuurraa kan eebbifame yoo
ta'u, amma gaafa qabameetti Telivejiinii FiB irratti, Agarsiisa
mata dureensaa "Kara Deemaa" jedhu qopheessuun hojjechaa
ture.

@infosanews
#DrAbdallaHamdok 

ዛሬ ጥዋት የሱዳን ጠቅላይ ሚኒስትር ዶክተር አብደላ ሃምኮድ ለ2 ቀን ይፋዊ የስራ ጉብኝት ኢትዮጵያ (አዲስ አበባ) ገብተዋል።

ጠቅላይ ሚኒስትር ዶ/ር አብይ አህመድ ቦሌ ኤርፖርት ተገኝተው ለሱዳኑ ጠቅላይ ሚኒስትር አቀባበል አድርገውላቸዋል።

ከጠቅላይ ሚኒስትሩ ጋር የሱዳን የደህንነትና የፀጥታ እንዲሁም ወታደራዊ ባለስልጣናት አብረዋቸው መጥተዋል።

#PMOEthiopia
@infosanews
@infosanewsbot
#EthioTelecom

በመቐለ ከተማ እና በማይጨው የሞባይል ድምፅ አገልግሎት ማስጀመር እንደቻለ ኢትዮ ቴሌኮም ማምሻውን ገልጿል።

በመቐለ የሞባይል ድምፅ አገልግሎት የተጀመረው "አማራጭ ኃይል" በመጠቀም ከመሆኑ አንፃር የአገልግሎት መቆራረጥ ሊየጋጥም ይችላል፤ ደንበኞችም ይህን ይገንዘቡ ብሏል።

ኢትዮ ቴሌኮም የጥገና እና የመሰረተ ልማቶች መልሶ የማቋቋም ስራዎች በማከናወን ከኃይል አቅርቦት ጋር በተገናኘ ከኢትዮጵያ ኤላክትሪክ ኃይል ጋር በመስራት የተሟላ የቴሌኮም አገልግሎት ለመስጠት ጥረት እያደረገ እንደሆነ አሳውቋል።

* ዝርዝር መረጃው ከላይ ተያይዟል።

@Infosanews
@InfosanewsBot
.........Hidhamtoota Siyaasaa Oromoo Keessaa Lammiin Ameerikaa #Kaanenus_Kaalid Imbaasii #Ameerikaa 'tiif Rakkoo Irra Gahee fi Dhaamsa Kana Ergee Jira

......Kaanenus Kaalidin jedhama.Dhalootni koo Shashamanneedha,Lammii Ameerikaati.Waggaa dheeraaf Yuunaayitid Neeshinsi
(UN) keessa hoojjachaan turee, dhiyoo gara biyyaa dhufe.

......Doolaara kuma soddomii lama ($32,000.00) ana harkaa saamnan kan isaan himadhee yoo ta'u namootnin ani himadhee fira Birhaanuu
Juulaa waan ta'aniif, dubartii dirqiin gudeedde jechuun
Shashamannee irraa ana qabanii Fulbaana 15/2013ALH irraa kaasee magaalaa Bishooftuutti hidhanii naa dararaa turanii booda
maallaqa kana fudhadhe jedhii mallatteessi yoo naan jedhaniin
dide.


.....Abbaan alangaa galmee gudeeddiin narrati baname waan naratti hin mirkanoofneef bu'ura SDFAY Keew. 42 tin yoo cufu gaaffii mirga wabii gaafannaan Jawaar waliin ta'uun goolii uumuun
karaa seeran alaa mootummaa fonqolchuuf yaalte jechuun
mirga wabii naa dhorkatan.

......Kana boodas bilisummaan qaamaa akka naf eeggamuu Mana Murtii Aanaa Magaalaa Bishooftuutti himannaa dhiyeessus kufaa naa jalaa godhame. Amma ol'iyyannoo Mana Murtii Olaanaa
Shawaa Bahaatti dhiyeessee beellamni gaafa 05/04/2013
mana murtii ol'aanaatti qabamee jira.

......Kana malees maallaqa baankii keessaa qabus waan naa jalaa dhorkaniif rakkoo guddaaf saaxilameen jira. Imbaasii/Qoonsilaa
Ameerikaa argachuuf hin dandeenye. Armaan dura Poolisiin akkan wan anii hidhaarraa hiikameetitti, Imbaasii Ameerikaa Finfinnee jiru beeksisee ture kun soba

.......Amma garuu Imbaasiin Ameerikaa,
haala haaraa kanaan anni Bishooftuu Poolisii Aanaa 1ffaatti hidhamee jiraachuu koo quba hin qabu. Sagalee naaf ta'aa, mbaasiidhaanis naaf ga'a.
_
CC
U.S. Embassy Addis Ababa

@OPPDT
@Infosanews
@InfosanewsBot
...........Atileetonni Olompika gubbaa Itoophiyaaf oolmaa oolan yaadataman, siidaan Maammoo Waldee eebbifame
Guyyaa har’a bakka qondaaltonni ispoortii argamanitti atileetota, leenjisaa, akkasumas gaazexessaan guddina ispoortii biyyattii keessa gumaacha taasisan yaadatamaniiru. Bara kana kanneen waggoota 60 darban olompikii irratti biyyaaf oolmaa oolan yaadatamaa jiru.

........ Haaluma kanaan ganama har’aa siidaa Atileet Abbabaa Biqilaa jala ababoo kan kaa’ame yoo ta'u siidaa Atileet Maammoo Waldee diigame turemmoo suphamee eebbifameera.



.....Dabalataan, Atileet Miruuts Yifxar, leenjisaa beekamaa Dr W/ Masqal Kostireefi gaazexessaa beekamaa Damissee Daamxes haala walfakkaataan yaadamaniiru.
Kanaanis, siidaa isaanii jala abaaboon kaa'amera.


........Sagantaa kanarratti Pirezidantii I/aantuu Federeeshinii atileetiksii Daraartuu Tulluu,komishinii ispoortiifi kaanirraa argamaniiru.

Oromiyaa, Ethiopia


@InfosaNews
@InfosaNewsBot
@Fugugone
2025/02/24 02:03:28
Back to Top
HTML Embed Code: